Bayy'ee bayy'een sijaalladha Ani high school irra jalqabe hanga University channel keessaan hordofa ture ammas hordofa keessanidha borus hordofa keessanidha kanaaf heduu galatomo isin jechuun barbaada.so my achievement is your tireless efforts from mada walabu University social science students

Helo my teacher maalif badde barakana hedduu sirra baranne dhugaa glt ammas silaa kan 11&12 irratti nuuf hojjettanii natti tola
Bilbila keessaan Nuu Maxxaansa
thanks.
Ammas kan bara 2016
Waaliif SHARE godha waan gaafataniif deebbii hatatamaan argaattu jabaadha
Waaliin gara fuulduratti!!!!!
Maaloo Remediali Nuu bira dhaabadhu
Remedail itti Nuu fufii
10q bro itti mudii
Hiriyyoota ke gara Murti Guto Academy Afeeri
Fild kana nuf hojjadhuu peace and development kan ja.amu harawaa iyyafadha jallatamtootaa murti guto
Abshiira Bro Hirriiyyoota kee gara Channali Murti Guto Academy Afeeru hin dagaattin
Waajiin jira issaas yeroo dhihoo kessaatti gaffiillee isaa waalin qabaadhe isiiinif dhiyessa
Abshiira ogessa jajjaba qabna nama gara channel kana afeeraa SHARE waaliif godha
Kaa remediaal akamitii argaan muri gutoo
Boqonna dhuna
Boqonaa dhumaa esaa jalaan argaana