Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Baayyee baayyee waan nama gaddisiisudha. Gochaan kun haggaammaa uummata oromoo irratti godhamedha. Uummanni oromoo bifa kanaan akka hubatudha. Ka’umsi isaa eesa akka ta’e qulqullaa’ee uummata oromoof ibsamuu qaba, oromoon dhugaatti amanaa.
whoever did this to this soldiers has be accountable asap.
Baay'ee nama gaddisiisa.Waaqni keenna dhugaa nuuf haa baasu male.
Dubbiinsaa guddaa kn’namagaddisiisudha::Galatoomaa odeeffannoo kennitaniif abbootii Gadaa.
Aka oromon walira amantaa dhabduu kan hojatamedha kuni
oromoo koo WBO dabalatee osoo miira keessa gallee wal amanteen keenya hin shakaarra'in itti qabsaa'uu qabna koree kanas hin mufachiifnu, isaanis yaanni faallan itti ka'u hin ilaalin obsaan itti fufuu qabu. WBOn haftanis yoo dhugumaan oromoof quuqamtan osoo kanaan hin jiilin sirumaa xiiqeffachuun sabni kun walmalee akka hin qabne hubattanii galuun qabsaa'uu qabdu .shirri kunis WBOn hafe akka hin galleef akka xaxame beekuu qabdu.koree ykn abbootii gadaattis amantaan akka dhabamuuf ykn mootummaa fi saba gidduu hariiroo jirus kutuuf shira xaxameedha. kanammoo nan amanaa WBO ykn mootummaa ykn saba quuqamu fakkaatee akka ta'e tilmaamuu qabna. warra quuqamaa fakkaatee hafarsaa jirus hubannee itti deemuu qabna wajjin hafarsuu hin qabnu karaas cufuu hin qabnu.WBO baga waaqayyo isin baase isin jaallanna, waaqas isiniif kadhanna yoo dandeenye isiniif qabsoofna.
Opdo.malee.isiin.hin.shakinuu.abshiruu
Hojii.alamuu.simeti
Yaa. Rabini. Dhuga.haa.basuu
Abbootii Gadaa do not represent Oromo nation.
Abbootii Gadaa do not represent Oromo nation
Stop. You are responsible for this crisis.
Stop. You are responsible for this crisis