Lukkuun akkuma ofii seetee miilla dhoqqeen namatti ol utaalti jedha Oromoon. Namooti xixiqqoo fi gati dhabeeyyiin akkakee kun akkamitti beekaa akkasii tuffachuu fi afaan itti haqachuuf dandeettii eessaa fuudhan kan jedhu beekuun nama rakkisaadha.
An kan na hin galee Dr stagaye hayyu oromo qequudh mo ummata rakkon keessa jiruu bararuf hocart sillaa abban ofii hin jajjuu sabbatu nama jajja kanke Kun ho kami
Wow ! Dr.
የዶ/ር ፀጋይ እባካቹ ተርጉማቹ ኣቅርቡልን ኡነተኛ የህብረ ቢሄራዊ ፈደራሊዝም ኣባት ናቸው እና መስማት እንፈልጋለን
Very nice!!!!¡!
Shanee kessa dhugaan jira saniif itti makame🎉❤❤
Very nice!!!
Juwar Muhammed ija kenya one tenya keessa jira
Yes presis
Way,,,,,dr_Tseggaye,,,, harccaluu abo/shaneetii makamtee,,
❤❤❤❤❤
Dr.stagaayeen akka Oromoon "Jibicha Kormaa ta'u Haadaratti beeku"Jedhe akka Hinaafu siyaasa isaatu isa ibsa
Thank you Dr Tsagaye Ararsa
Juwar Muhammed hin arabsin warota bira arabsii
እንደፈለከው ብትደንስ የጀኋርን እግር እጣብ አትደርስም እንደ ጁሀር ልትሆኝ የለም
❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Akamii nagayaa jiritaa
Juwar Muhammed dina miti Juwar Muhammed abba biyyati abiyin dina oromoti abiyin dina dina biyyati abiyi Rabbin ango irra isa haa darbu
Mirqaane namni kun
Lakin ser
NAMOTA GARI GARI POLOTIKAN ERRA BUSHAYA 😁🙊 DR XAGAYE POLOTIKAN SIRA HINBAREDU 😁😁
Ani hoo 😂😁😁
Sobduu .
Maal diigda?
አነናቂዉ ሰዉዬ ከአረት ዓመት ቦዃላ መጥቶ ጸግሽን ከተደበቀበት ቦታ ወደ ህዝብ አወጣዉ?
Sobduu
Soobdduu fi fakeessuu ?
Lukkuun akkuma ofii seetee miilla dhoqqeen namatti ol utaalti jedha Oromoon. Namooti xixiqqoo fi gati dhabeeyyiin akkakee kun akkamitti beekaa akkasii tuffachuu fi afaan itti haqachuuf dandeettii eessaa fuudhan kan jedhu beekuun nama rakkisaadha.
An kan na hin galee Dr stagaye hayyu oromo qequudh mo ummata rakkon keessa jiruu bararuf hocart sillaa abban ofii hin jajjuu sabbatu nama jajja kanke Kun ho kami
🙄😏
Iji artistootaa
Kan WBOn
Diina marsee akaahaa, diina gadoochisaa, watwaatchisaa, arii'aa oolu kana kan hin agarre iji artistootaa jaamee haa hafu.
Dhugaadha dubbiin kun hubadhaa ijoolleen oromoo hund dhaabadhaa Juwariin ilaalaa kaleessa amannee duukaa buune garuu nyaapha abiyi bakka buufatetti nugurgure ammallee Jal marroo irratti hololaa egalee jira namnni maqaa itoophiyaa dhaadatu gonkuumaa fira oromoo miti isaan baruma baraan oromoo gurguruuf fiigu Jaraaf yoo ta'e isaan kan isaaniif falmu qabu yoo oromoo balleessuuf ta'e malee Jawaar maqaa oromoon weeddisaa isaniif abukaattoo ta'uun maaliree ?? Keessumaa kan gara nama kutu yaa ijoollee oromoo isa inni oromoon ithoopiyaa malee jiraachuu hindanda'u jedhee alaaku sana yaa oromoo lama nansuufan jette jartiin qullubbii hatte jedhama Jawaar irraa cimsaa of eegaa inni balaa fuudhee nutti dhufaa jiraa yaa oromo isin ija keessan bosona oromiyaa irraa hin kaasinaa !!!
Dhugaa keeti babaa kenyaa ❤❤❤
Dr.dhuufuu sirriitti dhuufigaa kkkkk
Udaankee nyaadhu hacaaluu kan nyaate suma faandoonwohiidhaa
Jawar qeequu dhisii degartotaa shanee waliti qabii itti odeessisi jawar kayyoo qaba kayyo isaa yeroo gabaduu keessa egaa awwala wan shanee wagga 40 ol itti bu'a buusu dadabdee w,4 jijirama fidee isiin wagga 3 jawar calisaa maa raftaa amma essa dhuftee oduu baqqala garebaa shiraa xaxanii part kfo keessa bafata😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤
Afuftu kan lafa Kanara badu sif shanedha
rabii isin hamilkesuu oromo ko
😂😂😂😂😂😂😂
Staggaye maal taate ati dhukkuba jaraatu si dhale
Nimachaayeemoo namichii?kkkkkkkk
Amara afaan oromoo barate
Galatoomaa
Dhugaa ketii
Jalakiyya galatoomi
እንዴት እንዴት ሆኖ መጣ ደሞ ይሄ?😂
ማይል ጃክሰን 😂
Abjuun teessan galma hin geessu.
Hedduu si galatoonfanna.hayuu oromoo
Hacaalu jawartu nyaate malee motummaan hin nyaanne
🙄. atilee jawaarin nyaadhu kaa
Dhugaa keeti
Dhugaa dubbatte!
Dhugaa ketii sirnii Hache nyatee bodaa Oromon mal er egatii!
❤❤❤❤❤❤
Hacaalu jawartu nyaate malee motummaan hin nyaanne
❤❤❤❤❤