Dhugaadha ummanni Oromoo hundu si faana jira hin sodaatin ammayyuu yaadakeehin jijjiirin. ati hin dhaga'amtu taanaan eenyuutu dhaga'amaa jiraree?? nama dhibaam!!!
Ani nama Fiqaaduu jedhamu kana guyyaa tokkoyyuu qabsoo keessatti maqaa isaa dhagahee in beeku. Aangoorrattin isa arge malee. Namni kun gurra wayyaanee ture malee waayee qabsoo Oromoo waan beeku hin qabu. Dafaa irraa buusaa mana hidhaa galchaa.
Even if all these events are unfortunate for the Oromo, the way it is being circled is really mature and civilized showing how much the society and its leaders are so open to dialogue!
Obboo Lammaa Nuuf jiraadhu si duukaa jirra. Ati nama sabaaf dhalatte sabaaf of kenniite ammas of kenna jiruu dha kanaaf yoomiyu kabaja guddaan siif qaba.
Jabadhuu waqayoo sii walinii haa ta,uu yaa abbaa dhugaa Oromoo rabbii atii kadhatuu sifii haa dhagauu ✝️👈
Ani yoomiyyuu Lammaan yoo jiraate yoo du'es onnee uummata oromoo keessa jiraata
😢😢😢😢😢esaa jiiraa lataa???
Obboo lammaa magarsaa yoomiyyuu ummata kee biraa kabajaa guddaafi ulfiina cimaa qabdaa. Atti dhagahamuu dhabuun kee salphina guddaadha dhugaa gara nama booreessaa.
OPDO/ ODP iin nafaxanyaan waan guutamitteef Oromoof bu'a hin buuftuu . Galatoomi Obbo Lama .
Waantti nama kana hin mariisiifnneef shiira qaba .
Dhugaa waan itti hin Amanee
Fuidhaatan wajiin rakkachuu Irraa dhugaa dubaachun barbaachisadhaa
Galaatomaa dr lammaa magarsaa
Isn cinnaa jiraa yomiyuu
Sii jallannaa haccee Oromiyaa kesaa oboo Lamaa magarsa ❤️❤️❤️❤️❤️💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞💞💞💞Jadhadhuu 😍😍😍😍💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼👍👍👍👍👍❤️❤️❤️
Lammaanis yeroo ammaa afaaniin damma taheetuma ummata oromoo fixaa jira.duraan haalaan abbaa haqaati jennee abdii guddoo irraa qabaachaa turre.garuu lammaan waadaa ummata oromoo diigee jiraa
Lammaa magarsaa waqayyo umuri kee haa dheresuu nuuf jiradha nuti waqayyo sinif kadhana sabnii kee
Uu uuiuuuu obbo laama
😭😭😭😭😭😭esaa jiirtaa lataa???
Dr lamma magarsa my brother
Dhugaa keeti dubate lamma magarsa qaalii oromon
Ida'amuun partii kun nama 500000 ol galafachiise ,yaadadhaa
Oromoo afaan walitti naqsiise
Bayyee nama gaddisiisa
Kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa yeroo kamiyyuu uummata kee biraa kabajaa fi ulfiina guddaa qabda. durumaanuu onnee uummata kee keessaa jaalala keetu dhaa'ata. ammas ejjennoon kee dhugaafi sirrii waan ta'eef yeroo kamittuu siduukaa jirra. qaamni kamiyyuu beekuu kan inni qabu quuqama lammiisaa waan qabuuf hundumtuu yeroo kamittuu isa duubaan akkasumas cina dhaabannee akka jiru beekuu qaba.
Yaa Rabbi, ummatta miidhamaa fi haqa qabu hingattin.
Rabin adawii kee sijalati haa kufisuu oonnee umataa oromoo miliyona gutuu keysaa jirtan amshir waddaan dhugaa kanaa
Lammichoo waqayyoo inni dhugaa jalaatuu sif fanaa yaa ta,uu ❤❤🥰🥰 yoomiree dhugaatuu moataa👍
Lamaa kiiyaa yaa lamaa 😘😘😘💓💓😭😭 Abiiyoot zinash most go
Ffayyaa Taahii abo lamma keenaa Nuu jiirrafhuu Abbaa biiyyaa. Kka sabba issaa hiin guurguurne hoorii buuli bareeda koo, imriin kee Nuuf hgaa Tuuruu. Waqayoon sii haa egguu ,😍😍😍😍😍👏👍🌷
Dhugaadha ummanni Oromoo hundu si faana jira hin sodaatin ammayyuu yaadakeehin jijjiirin. ati hin dhaga'amtu taanaan eenyuutu dhaga'amaa jiraree?? nama dhibaam!!!
Gootummaan Lammaa kun yadannoo bara baraa isaafi nuuf ta'a!
Our hero we always love, and appreciate u for what u have done for Oromo people.
obboo LAMMAA MAGARSAA Uummata oromoo biraa galata guddaa qabdu umurii nuuf dheeradha! ----Hoogganna uumata isaaf iddoo guddaa qabu!-----------Hayyuu, beekaa mandisa qabsoo oromoo! uumannii OROMOO! marti hara'as boris isiin JAWAAR , Wajjiin jirraa! uummata miliyoona 56 oltu si duuka jira! jabaadhuu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!111..............................
Fiqaaduu kokaa balgee akka atii shiira qabduu haysaa kee irra beekama
Usii kijba kitaba sanu gadii gara galchinee
Obbo lammaa magarsaa atii ummata oromoo biratti galta gudda qabda
Si jaallanna yaa ilmoo dhiiraa!!! Sanyiinkee nuuf haa dagaagu! Lubbuu dheeradhu
💚💚💚💚⚖️⚖️⚖️⚖️🐴🌹🌻
Tee olumaa lammaa keenna sii wolin jira Ummanni oromoo jabadhu kaayyoo keetitti
Oduu J/Lammas Magarsaaa haara'aa dhaga'uu barbaanna
OBBO LAMMA MAGARSSA YOOMIYYU ISSIN.JALLANNA WAWOOOOOOOOOWW
Dr Lammaa si waliin jirra.
nutii si duukaa jirraa waan atii saba keetiif jibbitee nutiis jibbineeraa
Ani nama Fiqaaduu jedhamu kana guyyaa tokkoyyuu qabsoo keessatti maqaa isaa dhagahee in beeku. Aangoorrattin isa arge malee. Namni kun gurra wayyaanee ture malee waayee qabsoo Oromoo waan beeku hin qabu. Dafaa irraa buusaa mana hidhaa galchaa.
Akkas jetteen dhiira nama kun daallee ila sabaa abaarama kun boolla namni dhaqqabee hin baasne haa bu'u ka haadharaawu
Lammaa warra naafxaanyaa akka
Deegaarruu ibsuu
Lammaan yeroo faana waadaa sabasaa buufatee hin gurguratu! Ayyaan-laallattuun Orma gammachiisuuf bakka baate hin beekne, Seenaan isaan haa gaafattu!!!!
Nuuf jiradhuu lenca kooo
Dr Lammaa dhaga'uu dhiisuu, jechuun uummata oromoo dhaga'u dhiisuu jechuudha, kun tuffii uummata oromooti.
Obboo Lammaa Magarsaa yoommiyyuu sii jaalanna
Wwwwoo bayee namati tola jabadhu lenca kenyaa lammaa we love you ❤
Obbo Lammaa bayyee sin Jalan sabonaa kenyaa waqayyoo umirri dheraa sinf yaa keenuu
Leencaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️koo jiraadhu
Even if all these events are unfortunate for the Oromo, the way it is being circled is really mature and civilized showing how much the society and its leaders are so open to dialogue!
Umuri dheraa nu jiradhaa oboo Lamaa dhugaa dubachuf ta'an utu oromon akaa horiti qalamu br abii garu calise nu ilala
Akastti hasa,a sanyii namaa
❤
Pls waliin haa marii'annuu yaa Lammii
Lamma and jawar abdii Saba oromoo yomilee kan one keenyaa keessa hin baannee.
Baayyee namattii tola bayyee bayyee
Baagaa naagaan dhuftaani ❤️❤️💝🙋♀️♥️
Gotaakoo uuuuuffffff rabbi koo si woli hajiraatu ♥️♥️💪💪💪
Dhugaa keetii waanii atii dubate hundii oso maru akka keeti yaade biyyii keenyaa nageenyii itii bu, u jiraa silaa galatomii gotaa keenyaa obbo lammaa magarsaa
Lammaa gota keenyaa abshiir waqnii. jira iddoon sun sinf hin maalee
lamma attii nuuf jiraadhuu attii gotaa keenyaa.
Thank you Jaalannee Too
Dhugaa keti
Heedduu sii Jaalannaa lammiiko Afaan sii muriin
nuuf jiraadhuu hayuu keenyaa bara baran
Bagga Nagaadhaan Nu Debittan❤❤❤❤❤
Hayuu safuu bekuu nufi jiradhuu umanii kee diqaa gudanii si jaltaa 💪👍
Atii umata oromo biraa Galata gudda qaba dhugumaa
like lemma
Obboo Lammaa Nuuf jiraadhu si duukaa jirra. Ati nama sabaaf dhalatte sabaaf of kenniite ammas of kenna jiruu dha kanaaf yoomiyu kabaja guddaan siif qaba.
Lammaaa onne umataa keessa dubate dubate tee olumaa inshaallah aaaaa,
Dhugaa dhaa
Dr Lammaa irraa kan hafe,eenyuyyuu waa'ee uummata oromoo quba hin qabdan, taayitaaf afaan ho'itani dubbattu.
Namnii akkasii saba Oromoof baay'ee barbachisa. Dhugaa jiruu Kan dubbatuufi yaada moo'ata Kan Ummmata gargaruu Kan qabatee demuu
Fiqaadu tasammaa salamaa wahii ee nafxxanyatu hudduu si salee
Kkkkkkk👍👍👍👍👍
Lammaa Gota oromoon qabdu keessa Isa jalqaabati !!
Nuuf jiraadha ❤️❤️
Dhugaa dubate qaalii nama
Lammichoo yommiillee tannaan oromon sii wajjiin jiraa .umrii sii haa dheresuu waqqaayyoon .
lammaa ko 💖💖💖💖💖
Umrii nuf dheradhuu hayyuu keenyaa ❤️❤️🌹🌹❣️❣️💖💖
Gootaa kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Lammaan ija oromooti
Yeroo hundaa sii wajjiin jira
Jaalanne Guddaa Galatoomi
Welcom
Hogaan sabaa jechuun imaana kan bekkusi kan akkaa obbo lammishafi jawaar
Gaaragarummaan jiraachuun baayee garidhaa badii hin qabuu waliigalunii immoo wanii murtesaa wanii ta'eef waliiigalaa maaloo
Lammaa Abban biyyaa sumaa yaa lencichaa oromia oromon sii jaladhaa
3:33 😂😢😢😢😢😢😢 dhugaatii Dr atiii
Nuf jiiraadhu kabbajamo
Obb.Fiqaaduu Tasammaa,maaf soba odeessitaa?Kan gooftaan kee borcerra teessee maaf ajoofta?
Obbo Lammaan Hayyuu keenya kanaaf akka waan waa'een Siyaasaa hin galleefitti of beekaaa godhanii as bahanii of mul'isanii isa dhossuuf yaaluun"Please" Uummata oromoo dhossuuf yaaluu dha! Uummaatni Oromoo ammoo hin dhokatu hayyuu dha jedhee inni deebii kennuuf yaalu illee dubbii isaa keessatti "Oromiffis" jedhe warruma akkasitti haasa'uu beekutu amma ammoo walitti baquu akka gagaa fi dhaadhaatti ilaalu
Obbo Lammaa Gaalatoomi Waabi ummaata Oromoo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Leenci leencuma umurii dheeradhu
Ummanni kee heddu sidheebotee edduu sibeelaye.
Opdo waajin hin dhamaina filanofi jabadha yaa oromo hin sobdi opdo
Galatooma!
Obbo Lemma Megersa.....Honest, wise, true Oromo!!!
Lamma.jawwar.👍👍😍😍❤️💝👈
😍😍😍😍
👍👍❤️❤️
Galatomi.D.r.Lamma.❤️💚💝👍🙏👈
❤❤❤❤❤
Kana booda dhiigni ilmaan oromoo gonkuma hin dhagala'u filannoo caamsaa qofti furmaata
Walitti makkamun nu tufaachese,dhugaadha.
❤❤
Anet bedatam ye oromon Esib litirada Ayedalm Seltan layi yewatkawe warada sallamii
Abbas dhugaa
Qofa qofaa biyya bulchuun hindanda'amaa?walitti qabanii bulchuudha malee
Ahamad TOOFiiQ Abdullaa
Abdulhakim
Ahamad Toofiiq Abdullaa
lammicho we never forget you
Gantuu, hattuu, fakkesituu Fiqaaduu Tesemma. Sammuu kee xuuri kuun haa bittinnesuu.
Habashatu olifi gad isin dhaha
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤