Excellent interview. Mr. Jowhar, thank you for raising these serious warnings about Ethiopia and Ethiopians. I hope pp will listen to you and save this nation from collapsing.
Well said, Mr.Jawar, articulated clearly and effectively. We all need to be united to save our Ethiopia from Abiy Ahmed as soon as possible before it gets too late, and we all regret it! Sabaa fi sabni Ethiopia keessa jiru hundinuu tokko ta'ee Abiy Ahmed hundee isaa buqqisuu qabna!!!
ጃዋር መሀመድ የፍትህና የእድገት ድምፅ ነው! ኦሮሚያ እና መላው ኢትዮጵያ በርሱ ራዕይ እና ትጋት መሪ ይገባቸዋል ለወደፊት ብሩህ ተስፋ በጋራ እንቁም! Jawar Mohammed is the voice of justice and progress! Oromia and all of Ethiopia deserve a leader with his vision and dedication. Let's stand together for a brighter future! A leader for all Ethiopians! Jawar's passion, courage, and love for the people will bring true change. Together, we will witness a new era under his leadership...
Jawar mammad umurii dheraa rabii siif hakenuu waan dhugaa qoffaraa dubbata❤
Worri jawwee jaalattan like godhaa mee
Sagaleee Obbo Jawar haala kanaan dhagahuun waggaa ja'a booda!
Baga nagaan nuuu deebite!
Our Hero!
Rabbiin si ha tiysu yaa Leenca fakki nama kutata kiyyaa ❤❤❤❤❤❤❤rabbiin jaza akka nabi yuusufi Deebi,e si ha debisu 😢😢
Mr Jawar Mohammed is an intelligent political man I appreciate your explanation and insight veiw.
Jabbadhu jabbaa oromo atti callisukettin Hammaa kanaa dhumnee akka oromotti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Jabaa keenya jabaadhu
Umrii nuuf dheeradhu
ይህ በእውነት ከኦሮሞ የተሠጠ ስጦታ ነው እግዚአብሔር ይመስገን🎉❤❤💚❤❤
❤Namnni jowar akka kiyyaatti jaalattan ❤like tuqa isin jalatamttoota
Rabbii sii haa egu, may alha protect you from any evil. I have a lot of love and respect ❤❤❤🙏🙏🙏
Mashaallaah ❤️❤❤❤❤❤ jiradhuu lencaa🎉🎉🎉🎉🎉
Ya jawwe rabbii sodadhu biyyuma amba san nuf jiraadhu ati dhuguman qaalidha ❤❤❤
Wollaahi jechaa akka damma mi'awu kaan sammu nama seenu mashallaa Jawwichaa Rabbumani sii haa tasisuu lencaa Kenya
Excellent interview. Mr. Jowhar, thank you for raising these serious warnings about Ethiopia and Ethiopians. I hope pp will listen to you and save this nation from collapsing.
Maaloo koottaa jara hattuu fi kijibduu kana nurraa ari'aa.
Nuuf jiraadhu Jawaar abbaa dhugaa.
Nuutti kaaleessas kadiree wayene hin ture arraas kadiree bilxiggina hin taannuu nuuttii qeeroo ganamamttii jawar mohamed waaliin jirra Abshirr labbssii kee qoffa eegga jiraa waa hundafuuu BBC Attiileen Galatoma issin jaalanna ❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawwe ,May Allah be with you at every step you take
Dhugaa dubbachuuf taanan Jawaar waan dubbatamuu qabuufi haqaa jiruu dubbatee kanaan jechuun mee akk akka nama bilisaa tokkotti yoo ilaale daraara fi waraanani ummata keenya dhukkessee jira kunii waan hin haalamneedha qama laachuu kan komatee ❤❤
This is reality and general truth as well currently situation about Ethiopia explanation.
Rabbii umrii dheertuu sifi haa kenuu
Ammas dhugaa ati qabatee tana sifi haa milkeessuu jawee koo❤❤
Rabbin sii haa eguu
Hayyuu namoota dhugaa qofaattu dhagaha.
Ati yeroo kamittiyyuu biyya kanaaf qaalidha.
Umrii dheertuu jiraadhu❤
Wasiila Yoooooyyaaa jawar Waliin Masha Allaah
Rabbin wanuma atini dhuga dubatuufi sii jibini jawwe koo ❤❤❤umiri kee haa dheresuu rabbin ❤❤❤
Umurii nuu dheeradhu Jawar!
❤❤❤❤❤❤❤umrii nuuf dheeradhu hayyuu Afrikaa tokkicha qixxee dhibbaa❤❤❤❤❤
Dhugaa kee jette jawwee koo goota jabaa Oromoon qabdu sagalee kee yaanneerrayyuu❤❤
yaa jawee kenaa rabbii umirii kee sii haa dheresuu 🎉🎉🎉🎉
Nuuf jiraadhu, jabaa keenya.
Gootakoo anaa dhufu ❤❤❤ jedhe baga nagaan nuu dhufte,, wallaahii. Baayyee yaade jira buulloo keenya,,,umrii nuuf dheeradhu ,,,,isinis nuuf jiraadhaa
Hayuu Kenya jawar akk hacaluu dhabanee jawarnilee akk hin dhaabnee nuu eggaa
Soodan kiya sana, oromoon damaqu qaba sa’aa kanan interview akana maalif barbachise
As wr wb jawee sanyii ko abaa oromo nufii jiradhuu gacheenaa ketiin jiritii ithopiani❤❤❤
you are wise jawe
Jawe kiyyaa naf jiradhu umrii tiyara wal qixaa sif kene si jallana ❤❤❤❤❤❤ nuf bulli
Insha Allah rabbii guyyaa tokko immaa harikkati sii deebisaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawaar keenya wonti ati dubachaa jirtu hudi siriidha jabadhuu itti muddi cimaa namaa rabbi so Haa gargaaru
Yaa rabbi nuf tiksi tokkicha Kenya kana masha alhaa ❤
Atii nuuf urjidhaa jawwweee🎉 19:49 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉👍👍👍👍👍👍🫶💪💪💪💪🫶🫶🫶🫶🫶💪💪💪koo
Wonderful jawar Mohammed ❤
Jaween kalesaas abbaa qerrooti
Hara'as abbaa qerrooti garaa fulduratis abbaa qerroo ta'ee ittii fufaa jawwee abbaa biyyaa nuuf jiradhuu♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Excellent analysis,based on factual reality of Ethiopia,JAWAR BIG POLETICAL GURU IN ETHIOPIA
Jiraadhuu waggaa kumaa rabbiin tikkaa ofii jalaa siihaa ol faatuu leencaa nama
I appreciate both journalists; you are true professionals! Keep it up.
Dr. Ittaanaa Habtee qofatu mormee.
As.wr.wb Akamii.jirtaa mashallaa jajabadhaa itii fufaf❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jaweko nuf jiradhu❤❤❤❤
Lammaa magersa is a decent human, good oromo, good Ethiopian, good human thank you Jawar for telling the truth
Lencaa fakki nama nuf jiradhu 💯👏👏
Well said, Mr.Jawar, articulated clearly and effectively. We all need to be united to save our Ethiopia from Abiy Ahmed as soon as possible before it gets too late, and we all regret it! Sabaa fi sabni Ethiopia keessa jiru hundinuu tokko ta'ee Abiy Ahmed hundee isaa buqqisuu qabna!!!
Atimoo Dhugaa beekaan akka kee... Ulfaadhu Jawwe
Well come back bro, nice to see you again ❤
We are proud of you the iconic man of East Africa.
Very Very Very thank you!!!!
Jawwe keenya❤❤❤
Jawaara hedda ummata oromooti Akkuma namni hidda male jiraatu dandeenne oromoonis yoi isaan mariatte male funduratti demuun ni jabaata❤❤❤
Eeee beektee nama kana atti❤
Always i support
Dhugaa jatteee wly wagga kuma nuf jiradhu gotaa kenyaa
So thrilled to see what the comeback would bring about
It won’t bring anything….. same old story
Ati dhiira dhuguma nama siyaasaati sirraa bareedas.
Masha allah nuf jiradhu si waliin jirra ❤❤❤❤
Dhugaan jirtuu kanuma hayyuu Dhugaa dubatuu Itoophiyaan hin jibitii beekaa beekaa jaalattu
Yeroo hunda Hasawa Ketiratii Ummata Baldhadhaf Dursi kenamuu Qebaa Jetetii Dubachuun keee Ciminaa kee ibsaa ❤❤❤
Dr. Abiy is a leader from God for Ethiopia.
Jawee koo nufi jiradhuu lubun turri ❤
BBC Afaan Oromoo baayyee galatooma , akkuma yada Jaawar nuuf dhiyyeesitani mee Dr. Lammaa Maagarsaa nufi dubbisa yadaa isa dhagahuu barbaadna !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Dhugaa keee ti biro
Namoota siyaasaa Oromoo fi biyya Itiyoophiyaa kanaa keessaa ati yeroo hunda naaf adda❤❤
Jawaar is world of hero ❤❤❤❤❤❤❤
Warroni comment negative ta'e jowar irrati kannattu if hin dararina oromon jowar ni dhagaha wan inni dubbatus shakki tokkolle irra hin qabnu .oromon arras tokko
Kanaf jawar mooti oromo fulduratti qajeeli sin Jenna nuti qerron oromo arras jirra
𝙳𝚑𝚞𝚞𝚐𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚝𝚒𝚒
Jawaaaaa my king long life Jawaaaaa the smart young man thanks Jawaaaaa ❤❤❤❤❤
Leencaa keenyaa mee warii akkaa koo jawee jalatani lekii godhaa waggaa kumaa nuu jiradhuu jedhani mee bulloo keenyaa ❤❤❤❤❤
BBC Median Yomma Asili Galgallo Duftu Yokhaan Gabaasittuu
Namatii Tola Jabdhuu Sabaaf Sablamii Hundda Baga Nagaan Duftee Kabajamttuu koo Sanyyii Hangafticha Oromoo Boorana Ittii Mudhii Ittii Fufi Sii Hordofaa Jira Sololoraa'ii Mattii Tiyyaa Walin Galatomi
🙏🤲✍️💫Sabaa💑❤💚❤💚❤💚❤💚❤
Urjii Siyasa Jawaar Mohammad Nuuf Jiradhu Hamtuun Sin Argiin
❤❤❤❤ nufijiradhu abako jawariiii Lenica oromo❤❤
Yes. Jawee my. King of. King ❤🎉❤❤
hin gabbitu dhugaa jawee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oromoo fi Oromiyaa kan bilisa baasu jaarmiyaa siyaasaa ykn humna waraanaa osoo hin taane dargaggoota, dhaloota haaraa, ol adeemtota keenya.
Biyya kana sitti kennu wayya ATI hin dandessa❤
Jawaar dhugumatti Kitaaba Oromoo seenaa durii, ammaafi fuula duraallee raaguu danda'udha!
Really you are given from the god to orommo people,viva.
Jawar.... nama sammuu guddaa qabu qabeenya keenya.
Galatoomaa hojjettoonni BBC AFAAN OROMOO... nuuf jiraadhaa !!!
nama kana ani"professor" jedheen,kenneefiira.. kana booda jawwee osoo hin taane professor jedhaanii.
Ammallee jabaadhu dhugarratti
OROMIYAA FI OROMOO QILEE BAASUUF ITOOPHIYAA QILEE BUUSUUN DIRQAMA FILANNOO HIN QABINE DHA.
You make us proud Jawaaaaa loved ❤❤❤❤❤
Dubbin Jawar takkiittiin nafxanyaa wayyaanee fi gantuu foon ummata nyaataniif qoricha baga dubbattee
Jaawween Garuu lubbuun Haa jiraatu itoophiyaan Ala jiraachuun oromoofi biyyaaafis gaariidha Ethiopia nyaattuu hayyootati
Maa itti kennine biyya tana eennumatu ethiopia namatti kenna "international leader❤JM
Bulchuun mala
Kitaaba akkamitti argana
ጃዋር መሀመድ የፍትህና የእድገት ድምፅ ነው! ኦሮሚያ እና መላው ኢትዮጵያ በርሱ ራዕይ እና ትጋት መሪ ይገባቸዋል ለወደፊት ብሩህ ተስፋ በጋራ እንቁም!
Jawar Mohammed is the voice of justice and progress! Oromia and all of Ethiopia deserve a leader with his vision and dedication. Let's stand together for a brighter future!
A leader for all Ethiopians! Jawar's passion, courage, and love for the people will bring true change. Together, we will witness a new era under his leadership...
ጠቅላይ ሚንስቴራችን ዶ/ር አብይ አህመድ አሊ ተመችቶናል !!! አላህ ሰላምና ጤና ይስጠው ለጠቅላይ ሚንስቴራችን !!!
ekeke lemakek new
❤🎉❤ The only Word that is better than Birheeni and Madafa is the gift of the Oromo people Mr. Juwar mohamed🫶❤️🔥🫡
Guutuma oromiya keessatti mirga lubbuun jiraachu rakkacha jira, 8000 paid tax by one person in western hararge currently
dhugaa keeti waqayoo sii egu❤❤❤❤❤❤❤
Siyaasni Paartii Biyya 🇪🇹🇪🇹🇪🇹 keessatti Woggoota 50/60n Darban qabatamaan Maal Fidee ?Haala Amma Miidiyaan Hawaasaa (Activists )Hoogganamaa jirutti Gara Fuula Dura Siyaasni Paartii itti fufiinsa qabaataa ???
Lenca nama
Abbaa dhugaa jawwee koo.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jawariin yoo lubuukee barbaadde kana booda Akka Ethiopia hin dhufne jedhaanii.
Sirri jattee Oromoon yeroo kanati qoqotee afaani waan hama isa hasofsisee akka Hacaluu lafa jala buusufi damaqi yaa umata
Jawer King of king 👑❤❤❤
Kitaba kana worri biya keessaa akkamitti argataa?
I love you Jawwee koo nuuf jiraadhu| beekaa namaa OROMIA Forward with u!!