Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Anawaar dhugaa ati sabboonaadha jabaadhu garuu hattoonni hojii kankee kana hinjaallattuu❤
Warri OBN reefuu hojii dansaa jalqabdaan. Sa'aatii ykn yeroo qophii Caayaaf kennamee kana utuu itti yaadamee dabalamee baay'ee baay'ee gaariidha
Gazeexxasa obn qabuu keessaa atii 1ffadha jaba nama jabaadhu rabbii sii haa eegu sabboona jechaan kana
Qophii Caaya baay,ee gaariidha.Haaluma kanan itti fufi. Good job ,bravo 👍
Qophii kanaaf yeroonsaa xiqqaadha.jabaa namaa jabaadhu qophima kanaayyu jabaan.
Anawaar atii namaa jabaadha Jabadhuu hojaadhuu sabbaa ketifiii jiradhuuu dhugaraattii jiradhuu garuu waraa hatoottaa ofirraa eegii. ❤❤❤❤
Anwar jamal jabaadhu waan gaaritti jirta. khessumitin te hedduma mataa jabaati nama dhugaa lafarra jiru haalu rakko jirtu fudhanne sirresina dhiifte biraa oliifi gadi fiiydi ummatuma issi bulchitu santu gara nanyate.
Obn qoophii caayaa osoo torbanittii yeroo lama nuuf gotaani halaan gaariidha .Hojii gaarii irraatti argaamtanii jabaadha.
Rakkinna hawaasni kaasu ofitti fudhachuun sirreessuuf yaaduu dhiiftee ofirraa dhiibuuf mudhii hidhatte.Kun qaanii guddaadha
Jabaa nama nuuf jiraadhu ♥️♥️♥️♥️ Imala gara dambii dolloo godhadhame
OBN bayyee jaladha gazexenyaa keenyaa bayyee jabadhu waqayo umurii siif haa keenuu isinii soba dhisaa
Wow atti nama Anuu baayee sii jalaana wow nama dhugaa rabbii sii cinaa haa dhabatuu
Jabaadhu jabaa keenyaa itti muddaa haatun bootaa haadhabduu gaalatoomaa gaaruu maaloo achumaa anaa aleeltuu ttisa nuf. Kootaa obn. Saagaalee umaataa guddaa gaalatooma. Gaazeexesaa cimaa kan nuf egaa adara waaqaa rabiin sii haa eguu koodee koo
Maaloo wajjira galii kutaalee Adaamaa seeni maaloo Anuwaar I'm proud of bro
Qophin caayaa baayee bareedadh mee gara fiiche kotaaaa kaba shawa
Anuwar jabadhu iaa qalbii irraa hafi ,maalgoona atii nama tokko hattuun kuumaatamaa.
Please come Holeta again please please::
Jabaadhuu rabbii sifaana yaatauu jabaa namaa❤❤❤❤
Warri obn jabadha
Gaazexesa keenya umrii nuuf dheeradhu iddoo deemtu hundatti nagaya sitti haa ta,uu❤❤❤
Jabadhuu
U are the legend, my brother Mr anewar
Wayyoo sandafa koo biyya dhalota koo🙏🥰🥰🥰🥰🥰
Lubbuumakee nuuf haadheeressu rabbi anuukoo Ethiopian dhugaa walíin waliif hin galtuu.
Nama bara namni dhibe nama ta'ee argame jabaadhu.!
What a nice journalist
Obn amaa hojjii barreedaa hojattaa jirttaanii jabadhaaa qobbinii cahaaa bahee bareeddaa jabadhaaa ❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
OBN reefu hojjaa egaltani jabaadhagara jimmas nuuf kottaa
Hojjaa Bareeda jabadha OBN hatoota irrati hojechaa jirtuu guddaa nuf Galatooma
Sagantaa miidhagaa fi barsiisaadha jabaadhaa!
Rabbi umrii si haa dheeressu ija diinaa sirraa haa qabu
dhugaa dubbanaa OBN hojii baredaa jabadhaa warrii qophii kana dhiiyesitan
Maaloo gara magaalaa shanoo koottatii hospitaala magaala shanoo haala keenna tajaajila isaa nuf daawwadha.
Ati goota jabaadhu kaadireewwan sobduu saaxili
Anwaar keenya nuuf jiraadhu OBN hundii keessaan nuuf jiraadha hojiin Caayaaan immoo baay'ee namaatti tola jabaadha
Anawar jabadhu rabbii sifana hajiratu dhuga✅✅❤
qophii caayaa nuu jiradhuu.irraa deebnii nuu kotu wantaa bayyee nuu hafaa
isheenu madda rakkooti yaa qoratamtu
😂😅😅😅😅😅kkkkkkk
anwaar itti fufi haaluma kanaan jabaadhu garuu gara bahaa oromiyaa kanaas deemii laalii mee hin hifatinii.
Oromiyaa irratti waanumaa barame taee jira reebbamanii qaamaa hirrachun akkamiin akka sirratu rabbi haa beekuu
Jabadha
Anawaar ati dhugaa namaa haqaati jabadhu biyyaa kenyaa essati qamooni nageenya ilma namaa akka hareeti rukkuta please biyyaa keessa gad bu,aa ilalaa
Anuu the most most pontential journalist we with you
Maal dubartiin akkas ija jabaattu? Sobni ija baasee gaafa haasa`u akkasitti argitu. Jabaadhu gaazexeessaa jabaa!!
Kkkkkkkkkkkkkk😅😅😅
❤❤ittii mudii garaa magallaa keenyaas uttuu dhufttee magallaa shagar Furii keessuumaa Aanaa cafe kaaraabbuttii goxii Arfan qalloo 😂😂😂😂
Waan ifa jaru dhoksuuf yaalun ifatti muul'achaa jiraa amani Aadde. Z Yeroo hundaa kanuma. OBN Jabaadhaa Aanaalee hunda waliin gahaa. jabaadhu Anwaar kokkee kokkeetti qabi dafqisiisi.
Sabbonnaa oromoo jabbaa dhu qaxallee kenyaa gazexesaa ilmaa oromoo jabadhu hattu qabbii hattuu bayyaattee kessattu anaa addamaa malloo ittii nujabadha mallo garani nugubbatte
Obn erefuu hojii garii jamartaan dhugaa❤❤❤❤
Bay 'ee. Baya'ee. Ofi egii
waayiin hojjeta mootumma mana jireeny isaa hin gaafatama tanaan kan magala aggaroo barsiisonni magaala kanaa kan gurmaa'an bara 2009 hanga 2011 yooxiqqaate waldaa 16 bara kana hundaa rakina kana himannaf oromiyaa yoodemanis wamaa furmaata argachuu hindadeenyee sagantaan caayaa sagalee keenya nuuftaha isiniin jennaa galatooma
Annuwar maaloo Kaballa itti kenni.
Sagaantaa keesaan gariidha iti fufuu qaba👌garuumoo wayeen magallaa sandaafaa kana qofaa miti wan danutuu hafee iraa debiin dhiyaachuu qabu fkn dhimaa malamaltumaa kartaafi philanii wayee gibiiraa fi eyaamaa daldalaafi k.k.f kenuuratii wan hojatamuu qabudha umaanii seeraan alaa samamaa jiraa 🙏🙏
Hojii bonsaa egaltan jabaadha
Jabaa keenyaa jabbadhuu kabineen gibboo bartee ummanii rakaatee rakkoo ummata muldhistee mul'adhu
Akaanan kan itti fufuu tanaan bayyee namaati tolaa waan saddaafarati rawaatame hin bekneedha bayyee namaa gamaachisaa halumaa kanan itti fufaa
Wow obn amaa refuu hojii bareda egalatn namati tola itti fufa❤ dhuga dubachufi kabinoni heduun hatuu samtu akka jequmsii qalayinsii gaba ta.uu kan godhu kabinotuma hatota akkana nuu salphisa amayyuu
Qophii kanaaf Gazixeesa kana baayeen jaaladha. Nuuf jiraadhu🥰
anwar hojii kee sirridhaa jabadhuu
Dhimmamtoota tajaajilaaf dhufanii tajaajila dhabaniis naannawa Waajjiraaletti argamanis osoo dhiyeessitanii gaarii dha. Sagantaa baay'ee bareedaa dha. Galiin ogeessa qaba, qaamni nageenyaa milkaa'ina galichaatiif ni tumsa. Hanqinna jiru ofitti qabaa sirreeffadhaa addee Zinnaash. Rakkinnicha ofirraa hin dhiibinaa. Gaafii irraa goruu, rakkinnicha irra maruun sirrii miti. Mormii guddaa hin barbaachisu. Galatoom Anuwaar.
Maalli ishiinii tunii Kani akkasittii ija jabbattu ijii gamnaa duraa bochii jedhe mamaksii dhugaa basii hinmormni
baayyee gaariidha sagantaan keessan itti fufuu qaba nuf jiraadha❤
Jabadhuu bro
Jabaa nama jabaadhu gingilchii
Sa'atiin kee hedduu gababaadha waan aja'ibaa kaasa jirtaa itti yaadi
Galatoomii anuwaar hattootni ummata saaman saaxilamuun baayyee nama boonsa
Jiradhu walahi itti muuddi hattoota
Ani jirataa magaala sandafaa bakkettii dhugaan jiruu isaa kana kessayyuu wayyee Naga, ee Sana hattuu bayyeetuu jira halumma kanan itti fufii
Rakkon ummatau keenya Baayiad Dhugaa Ealma waaqatia Jabada
Sabonaa oromoo galaatomii anuuhaar keenyaa qalii. Ulifaadhaa
Dhugaa bayee hojii gariidhaa itii jabdhaa
Jabeessi qaxalee ilmaa
Gazexesaa kan rabbii sih haa eguu
Sagantaa baayyee bu'aa qabeessa akkanumati itti jabaadha mee jijjiiramni yoo ka dhufu taate. Qabdani qabaa bakki jijjiiramaf barbaachisu asi
Anee sii jallannaa wallahii
Rakkina itti gaafatamtootaa amma ammaatti aafgaaffiin godhameef ani arge muraasi,1.Uummata bulchan hin beekan. Rakkina uummati/qaami uummataa kaasu hundi soba jedhu. 2.Namoota geggeessan hin beekan or hin to'atan. Tokko tokko utuu isaan hin beekin ijasaanii duratti waan barbaadan godhanii dabarsu.3.Dirqama namoota isaan jala jiran balleessaa balleessan hundaaf dirqama mormuufii akka qaban yaadu. Leader gaariin ofiif itti gaafatamummaa fudhata ykn balleessaa namasanaa amanee irratti hojjeta. Callisanii lakki.... Jedhanii mormuun gahumsa dhabuurraa madda.4.Aafgaaffii isaanii Uummati isaan bulchan/hin bulchina jedhan, namoonni isaan geggeessaniif namootni/qaamni isaan ol jiru (sadarkaa naannoof...) Akka ilaalu hin yaadan. 5.Gaaffii gaafataman kallattiidhaan deebisuurra jecha bareechanii introduction irraa jalqabanii haasaa sa'atii 3-4 walitti fufiinsaan haasa'u. 🥹🥹
Gaazeexeesoonni hundi akkaanatti iftooman otoo hojjattani ummanni keenya hin rakkatu. Anuwaar baay'ee galatoomi.
Abiyini diqalotaa kana essaa guree fidee ummataa rakisaa jiraa shawatuu biyyaa balessaa jiraa rabii.
Obbo Anuwaar galatoomi.Maaloo gara magaalaa Walisoos mil'adhaa.
Dhukkee irraa kaasi kan komii uummataa uume warra akkasiiti
Nama gaassexxasa jabadha
OBN sagaalee ummaata ta'uu keessan ifatti mirkaaneessa akka jirtan nutti agarsiisa jirtuu jabaadha iddoo hundaatti itti deemamu qaba hojii gadii jira mee haalumaa kana ilaala waan biraas
ajjaa'iba dhugaa namni keenya kuni yoom rakkoo isaa of hima
Aboo❤❤❤❤nuuf jiraadhu😂😂😂😂😂
Jabadhu itti fufi
Tun afaan jabaatti
Dhugaadhaa 😂
Good results
median kun reefu hojii sirrii egaalee dhugaa anuwar jabaadhu
Anuwar nama haaqaa mootii kaabinee oromiyaa jabaadhu itti muudi
Godina sablammii oromoo naannoo amaaraa magaalaa baatee fi kamisee yeroo tokko dhuftanii ummata dhagahaa
Daa'imman waggaa lamatu hangaa hoggantuu tana ni yaadu. Achii ka'i hin dandeessu
Hoggansi akkasii gufuu misomaati gufuu nageenyaati Hawasaaf tajaajila barbaachisaa osoo kennitanii ummanni isin galateeffata malee isin hinkomatuDhugaa jiru amanuurra rakkoo hoggansaa dhoksuuf yaaluun aad maleedha.Magaalichaaf bulchiinsa quuqama lammii qabu hawwinaaf
Eegumsi akka siif taasifamu gaafadhu Anwaar, akka Hacaaluu Hundeessaa sana si godhani,adaraa.
Nuuuf jiradhaa Obn
Biyyaa olaantuumaa seeraa akkamitti kabajamaa namotaa dandetii olaanan hoganamaa jiraa; kanaafi barii bu'aan isaa kannaa kanta'ee
Annaa qoree demaa lalaa mee wori obn
Yeee
Wow journalist cimaadha Kun jabaadha itti fufu ummata keetif
Kaadireen pp infererity complex waan qabduf rakkoolee ijaan muldhatan hundaaf otoo beektu ijaa soogiddaan dhiqaatte falmiti.
Gara magaalaa ciroo akka nuuf dhuftan anawaaree
OBN jalqabbiin keessan gaaridha.Waa'ee Hospitaala sandaafaa irratt sagantaan Qophessitan komii ogeeyiin kaasan qofa osoo hin hintaane Isaanumti MOORAALII UMMATA ITTIN TAJAAJILAN QABUU?????Lubbuu waan Ta'eef.warri OBN osoo ummatatti gadi buutani miidha hospitaalli gessise Dhukkubsattootaa fi Maatii dhukkubsattootaa osoo gaafattanii Rakkoon hangana nama miidhee jettu ture.kan biraa ogeeyyii akka feeteen Lubbuu namaa/Dubartoota deessuu/ajjeesan irraatti hospitaalli hanga ammatti tarkaanfii hin fudhanne.namoonni sun ammalleen hojii yakkamaa kana hojjechaa jiru.Furmaanni hin kennamne. Blchiinsi magaalaatis Rakkoon ummata irraa ka'aa jiru hinbeeku.sababni itti dhiyeenyaan bulchaa hin jiru waan ta'ef.dubbin hospitaalaa ka'es kanuma dhugoomsa.Kuni soba osoo hintaane dhugaa jirudha.Warri OBN jalqabbiin gaarii garuu,gadi buutanii osoo ilaaltanii gaaridha. ''Lubbuu dhugaa malee badde Waaqni yaa Argu'' 😢😢😢😢
Anawaar dhugaa ati sabboonaadha jabaadhu garuu hattoonni hojii kankee kana hinjaallattuu❤
Warri OBN reefuu hojii dansaa jalqabdaan. Sa'aatii ykn yeroo qophii Caayaaf kennamee kana utuu itti yaadamee dabalamee baay'ee baay'ee gaariidha
Gazeexxasa obn qabuu keessaa atii 1ffadha jaba nama jabaadhu rabbii sii haa eegu sabboona jechaan kana
Qophii Caaya baay,ee gaariidha.
Haaluma kanan itti fufi.
Good job ,bravo 👍
Qophii kanaaf yeroonsaa xiqqaadha.jabaa namaa jabaadhu qophima kanaayyu jabaan.
Anawaar atii namaa jabaadha
Jabadhuu hojaadhuu sabbaa ketifiii jiradhuuu dhugaraattii jiradhuu garuu waraa hatoottaa ofirraa eegii. ❤❤❤❤
Anwar jamal jabaadhu waan gaaritti jirta.
khessumitin te hedduma mataa jabaati nama dhugaa lafarra jiru haalu rakko jirtu fudhanne sirresina dhiifte biraa oliifi gadi fiiydi ummatuma issi bulchitu santu gara nanyate.
Obn qoophii caayaa osoo torbanittii yeroo lama nuuf gotaani halaan gaariidha .
Hojii gaarii irraatti argaamtanii jabaadha.
Rakkinna hawaasni kaasu ofitti fudhachuun sirreessuuf yaaduu dhiiftee ofirraa dhiibuuf mudhii hidhatte.Kun qaanii guddaadha
Jabaa nama nuuf jiraadhu ♥️♥️♥️♥️
Imala gara dambii dolloo godhadhame
OBN bayyee jaladha gazexenyaa keenyaa bayyee jabadhu waqayo umurii siif haa keenuu isinii soba dhisaa
Wow atti nama Anuu baayee sii jalaana wow nama dhugaa rabbii sii cinaa haa dhabatuu
Jabaadhu jabaa keenyaa itti muddaa haatun bootaa haadhabduu gaalatoomaa gaaruu maaloo achumaa anaa aleeltuu ttisa nuf. Kootaa obn. Saagaalee umaataa guddaa gaalatooma. Gaazeexesaa cimaa kan nuf egaa adara waaqaa rabiin sii haa eguu koodee koo
Maaloo wajjira galii kutaalee Adaamaa seeni maaloo Anuwaar
I'm proud of bro
Qophin caayaa baayee bareedadh mee gara fiiche kotaaaa kaba shawa
Anuwar jabadhu iaa qalbii irraa hafi ,maalgoona atii nama tokko hattuun kuumaatamaa.
Please come Holeta again please please::
Jabaadhuu rabbii sifaana yaatauu jabaa namaa❤❤❤❤
Warri obn jabadha
Gaazexesa keenya umrii nuuf dheeradhu iddoo deemtu hundatti nagaya sitti haa ta,uu❤❤❤
Jabadhuu
U are the legend, my brother Mr anewar
Wayyoo sandafa koo biyya dhalota koo🙏🥰🥰🥰🥰🥰
Lubbuumakee nuuf haadheeressu rabbi anuukoo Ethiopian dhugaa walíin waliif hin galtuu.
Nama bara namni dhibe nama ta'ee argame jabaadhu.!
What a nice journalist
Obn amaa hojjii barreedaa hojattaa jirttaanii jabadhaaa qobbinii cahaaa bahee bareeddaa jabadhaaa ❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
OBN reefu hojjaa egaltani jabaadha
gara jimmas nuuf kottaa
Hojjaa Bareeda jabadha OBN hatoota irrati hojechaa jirtuu guddaa nuf Galatooma
Sagantaa miidhagaa fi barsiisaadha jabaadhaa!
Rabbi umrii si haa dheeressu ija diinaa sirraa haa qabu
dhugaa dubbanaa OBN hojii baredaa jabadhaa warrii qophii kana dhiiyesitan
Maaloo gara magaalaa shanoo koottatii hospitaala magaala shanoo haala keenna tajaajila isaa nuf daawwadha.
Ati goota jabaadhu kaadireewwan sobduu saaxili
Anwaar keenya nuuf jiraadhu OBN hundii keessaan nuuf jiraadha hojiin Caayaaan immoo baay'ee namaatti tola jabaadha
Anawar jabadhu rabbii sifana hajiratu dhuga✅✅❤
qophii caayaa nuu jiradhuu.irraa deebnii nuu kotu wantaa bayyee nuu hafaa
isheenu madda rakkooti yaa qoratamtu
😂😅😅😅😅😅kkkkkkk
anwaar itti fufi haaluma kanaan jabaadhu garuu gara bahaa oromiyaa kanaas deemii laalii mee hin hifatinii.
Oromiyaa irratti waanumaa barame taee jira reebbamanii qaamaa hirrachun akkamiin akka sirratu rabbi haa beekuu
Jabadha
Anawaar ati dhugaa namaa haqaati jabadhu biyyaa kenyaa essati qamooni nageenya ilma namaa akka hareeti rukkuta please biyyaa keessa gad bu,aa ilalaa
Anuu the most most pontential journalist we with you
Maal dubartiin akkas ija jabaattu? Sobni ija baasee gaafa haasa`u akkasitti argitu. Jabaadhu gaazexeessaa jabaa!!
Kkkkkkkkkkkkkk😅😅😅
❤❤ittii mudii garaa magallaa keenyaas uttuu dhufttee magallaa shagar Furii keessuumaa Aanaa cafe kaaraabbuttii goxii Arfan qalloo 😂😂😂😂
Waan ifa jaru dhoksuuf yaalun ifatti muul'achaa jiraa amani Aadde. Z Yeroo hundaa kanuma. OBN Jabaadhaa Aanaalee hunda waliin gahaa. jabaadhu Anwaar kokkee kokkeetti qabi dafqisiisi.
Sabbonnaa oromoo jabbaa dhu qaxallee kenyaa gazexesaa ilmaa oromoo jabadhu hattu qabbii hattuu bayyaattee kessattu anaa addamaa malloo ittii nujabadha mallo garani nugubbatte
Obn erefuu hojii garii jamartaan dhugaa❤❤❤❤
Bay 'ee. Baya'ee. Ofi egii
waayiin hojjeta mootumma mana jireeny isaa hin gaafatama tanaan kan magala aggaroo barsiisonni magaala kanaa kan gurmaa'an bara 2009 hanga 2011 yooxiqqaate waldaa 16 bara kana hundaa rakina kana himannaf oromiyaa yoodemanis wamaa furmaata argachuu hindadeenyee sagantaan caayaa sagalee keenya nuuftaha isiniin jennaa galatooma
Annuwar maaloo Kaballa itti kenni.
Sagaantaa keesaan gariidha iti fufuu qaba👌garuumoo wayeen magallaa sandaafaa kana qofaa miti wan danutuu hafee iraa debiin dhiyaachuu qabu fkn dhimaa malamaltumaa kartaafi philanii wayee gibiiraa fi eyaamaa daldalaafi k.k.f kenuuratii wan hojatamuu qabudha umaanii seeraan alaa samamaa jiraa 🙏🙏
Hojii bonsaa egaltan jabaadha
Jabaa keenyaa jabbadhuu kabineen gibboo bartee ummanii rakaatee rakkoo ummata muldhistee mul'adhu
Akaanan kan itti fufuu tanaan bayyee namaati tolaa waan saddaafarati rawaatame hin bekneedha bayyee namaa gamaachisaa halumaa kanan itti fufaa
Wow obn amaa refuu hojii bareda egalatn namati tola itti fufa❤ dhuga dubachufi kabinoni heduun hatuu samtu akka jequmsii qalayinsii gaba ta.uu kan godhu kabinotuma hatota akkana nuu salphisa amayyuu
Qophii kanaaf Gazixeesa kana baayeen jaaladha. Nuuf jiraadhu🥰
anwar hojii kee sirridhaa jabadhuu
Dhimmamtoota tajaajilaaf dhufanii tajaajila dhabaniis naannawa Waajjiraaletti argamanis osoo dhiyeessitanii gaarii dha. Sagantaa baay'ee bareedaa dha. Galiin ogeessa qaba, qaamni nageenyaa milkaa'ina galichaatiif ni tumsa. Hanqinna jiru ofitti qabaa sirreeffadhaa addee Zinnaash. Rakkinnicha ofirraa hin dhiibinaa. Gaafii irraa goruu, rakkinnicha irra maruun sirrii miti. Mormii guddaa hin barbaachisu. Galatoom Anuwaar.
Maalli ishiinii tunii Kani akkasittii ija jabbattu ijii gamnaa duraa bochii jedhe mamaksii dhugaa basii hinmormni
baayyee gaariidha sagantaan keessan itti fufuu qaba nuf jiraadha❤
Jabadhuu bro
Jabaa nama jabaadhu gingilchii
Sa'atiin kee hedduu gababaadha waan aja'ibaa kaasa jirtaa itti yaadi
Galatoomii anuwaar hattootni ummata saaman saaxilamuun baayyee nama boonsa
Jiradhu walahi itti muuddi hattoota
Ani jirataa magaala sandafaa bakkettii dhugaan jiruu isaa kana kessayyuu wayyee Naga, ee Sana hattuu bayyeetuu jira halumma kanan itti fufii
Rakkon ummatau keenya Baayiad Dhugaa Ealma waaqatia Jabada
Sabonaa oromoo galaatomii anuuhaar keenyaa qalii. Ulifaadhaa
Dhugaa bayee hojii gariidhaa itii jabdhaa
Jabeessi qaxalee ilmaa
Gazexesaa kan rabbii sih haa eguu
Sagantaa baayyee bu'aa qabeessa akkanumati itti jabaadha mee jijjiiramni yoo ka dhufu taate. Qabdani qabaa bakki jijjiiramaf barbaachisu asi
Anee sii jallannaa wallahii
Rakkina itti gaafatamtootaa amma ammaatti aafgaaffiin godhameef ani arge muraasi,
1.Uummata bulchan hin beekan. Rakkina uummati/qaami uummataa kaasu hundi soba jedhu.
2.Namoota geggeessan hin beekan or hin to'atan. Tokko tokko utuu isaan hin beekin ijasaanii duratti waan barbaadan godhanii dabarsu.
3.Dirqama namoota isaan jala jiran balleessaa balleessan hundaaf dirqama mormuufii akka qaban yaadu. Leader gaariin ofiif itti gaafatamummaa fudhata ykn balleessaa namasanaa amanee irratti hojjeta. Callisanii lakki.... Jedhanii mormuun gahumsa dhabuurraa madda.
4.Aafgaaffii isaanii Uummati isaan bulchan/hin bulchina jedhan, namoonni isaan geggeessaniif namootni/qaamni isaan ol jiru (sadarkaa naannoof...) Akka ilaalu hin yaadan.
5.Gaaffii gaafataman kallattiidhaan deebisuurra jecha bareechanii introduction irraa jalqabanii haasaa sa'atii 3-4 walitti fufiinsaan haasa'u. 🥹🥹
Gaazeexeesoonni hundi akkaanatti iftooman otoo hojjattani ummanni keenya hin rakkatu. Anuwaar baay'ee galatoomi.
Abiyini diqalotaa kana essaa guree fidee ummataa rakisaa jiraa shawatuu biyyaa balessaa jiraa rabii.
Obbo Anuwaar galatoomi.
Maaloo gara magaalaa Walisoos mil'adhaa.
Dhukkee irraa kaasi kan komii uummataa uume warra akkasiiti
Nama gaassexxasa jabadha
OBN sagaalee ummaata ta'uu keessan ifatti mirkaaneessa akka jirtan nutti agarsiisa jirtuu jabaadha iddoo hundaatti itti deemamu qaba hojii gadii jira mee haalumaa kana ilaala waan biraas
ajjaa'iba dhugaa namni keenya kuni yoom rakkoo isaa of hima
Aboo❤❤❤❤nuuf jiraadhu😂😂😂😂😂
Jabadhu itti fufi
Tun afaan jabaatti
Dhugaadhaa 😂
Good results
median kun reefu hojii sirrii egaalee dhugaa anuwar jabaadhu
Anuwar nama haaqaa mootii kaabinee oromiyaa jabaadhu itti muudi
Godina sablammii oromoo naannoo amaaraa magaalaa baatee fi kamisee yeroo tokko dhuftanii ummata dhagahaa
Daa'imman waggaa lamatu hangaa hoggantuu tana ni yaadu. Achii ka'i hin dandeessu
Hoggansi akkasii gufuu misomaati gufuu nageenyaati
Hawasaaf tajaajila barbaachisaa osoo kennitanii ummanni isin galateeffata malee isin hinkomatu
Dhugaa jiru amanuurra rakkoo hoggansaa dhoksuuf yaaluun aad maleedha.
Magaalichaaf bulchiinsa quuqama lammii qabu hawwinaaf
Eegumsi akka siif taasifamu gaafadhu Anwaar, akka Hacaaluu Hundeessaa sana si godhani,adaraa.
Nuuuf jiradhaa Obn
Biyyaa olaantuumaa seeraa akkamitti kabajamaa namotaa dandetii olaanan hoganamaa jiraa; kanaafi barii bu'aan isaa kannaa kanta'ee
Annaa qoree demaa lalaa mee wori obn
Yeee
Wow journalist cimaadha Kun jabaadha itti fufu ummata keetif
Kaadireen pp infererity complex waan qabduf rakkoolee ijaan muldhatan hundaaf otoo beektu ijaa soogiddaan dhiqaatte falmiti.
Gara magaalaa ciroo akka nuuf dhuftan anawaaree
OBN jalqabbiin keessan gaaridha.Waa'ee Hospitaala sandaafaa irratt sagantaan Qophessitan komii ogeeyiin kaasan qofa osoo hin hintaane Isaanumti MOORAALII UMMATA ITTIN TAJAAJILAN QABUU?????Lubbuu waan Ta'eef.warri OBN osoo ummatatti gadi buutani miidha hospitaalli gessise Dhukkubsattootaa fi Maatii dhukkubsattootaa osoo gaafattanii Rakkoon hangana nama miidhee jettu ture.kan biraa ogeeyyii akka feeteen Lubbuu namaa/Dubartoota deessuu/ajjeesan irraatti hospitaalli hanga ammatti tarkaanfii hin fudhanne.namoonni sun ammalleen hojii yakkamaa kana hojjechaa jiru.Furmaanni hin kennamne. Blchiinsi magaalaatis Rakkoon ummata irraa ka'aa jiru hinbeeku.sababni itti dhiyeenyaan bulchaa hin jiru waan ta'ef.dubbin hospitaalaa ka'es kanuma dhugoomsa.
Kuni soba osoo hintaane dhugaa jirudha.
Warri OBN jalqabbiin gaarii garuu,gadi buutanii osoo ilaaltanii gaaridha.
''Lubbuu dhugaa malee badde Waaqni yaa Argu'' 😢😢😢😢