Wow my old friend Ababaa abashu ,you are the most shining Star and well talented entertainer of all time , I still remember your melody when you used to play with Gadaa band . I wish you all the best , good luck with your new lifestyle.
I missed his music :'( He's my National Treasure Shaaggee Birtukaanna koo, Koo Yaa Barrana, Kumkume Kopha ko Nadhifte, Taltaale Bishaan Haaroo, Yaa Boontu Oromiyaa, Oromiyaa, and finally Yaa kokolfitu Koo
Waawuu ebbifamaa ijoollee mo'aa tv mo'aahaafa jiraadha sinin jaaladha
Waw Abe waqqayon sii haa Eebbisu bayyen sittii gamade
Galatamaa nama Giftaa Ababa Abashu
Wowww bayyee namattii tolaa ebbifamaa huddii keessanuu
baga maatii waaqayyootti dabalamte.waaqayyoo ayyaana isaan si eegu.
Wow my old friend Ababaa abashu ,you are the most shining Star and well talented entertainer of all time , I still remember your melody when you used to play with Gadaa band . I wish you all the best , good luck with your new lifestyle.
Wawawaw uuuffee galatoomaa maatii koo hundi keessan. Baga gooftaan si oolche du'a bara baraa
Waaqayyoo si haa eebbisuu abbee!
Abbee, baga nagaan biyyakeetti kabajaan deebite. Sagaleekee akka dammaa mi'aau kanaan umaakee fi fayyisaa kee Kiristoosiin faarfachuun siifis ta'ee sabakeetiif gammachuu guddaa dha. Baay'een sijaalladha. Nuuf buli, nuuf jiraadhu!!
I missed his music :'( He's my National Treasure
Shaaggee Birtukaanna koo,
Koo Yaa Barrana,
Kumkume
Kopha ko Nadhifte,
Taltaale Bishaan Haaroo,
Yaa Boontu Oromiyaa,
Oromiyaa,
and finally Yaa kokolfitu Koo
glory to GOD !!!!!! eebbifamaa FR. ABBABBAA Sih eegna waan addaatiin
baga gammaddee
waawo baga waaqayyo gooftaan sibooje.e iyyasuus gooftaadha anas waallisummaa keessa na booji. eera galannii fi ulfinni isaaf haa ta.uu Ameen Ameen Ameen
Wowww wowww waqayyoo galta kee 🙏🙏🙏🙏🙏 ebifami amayuu ayani waqayyoo isinifi haa bayyatu
Hojiiwwan dukkanaa isa kan biyya lafaa sana ganuudhaan baga kan gooftaa taate
Woooww!!! Galanii waqayyof ha ta,u baga Gara gooftati dhufte hamma dhumattis cimsee manasaa keessa siha dhaabu
Uuufffffeeeee baga goftaan sigargare Abe
Mo'AA tv galatoma
gooftaan isiin haa Ebisuu dachaadhaan matii gooftaa👍👍
Woooooo iyeesus mo'adhaa
Wooow woow bagaa yesus si fayyiisee wooow heduu heduun gamadee,amaas manaa isaa keessatii sa qusatuu
Sagaleen isaa garuu badaa hin hubataamuu,garuu baay'ee gamadeen jiraa
Wow!!Gooftaan ko haa Eebbifamu barbaraan inni seena nama jijjiruu!!bayyee namatti tola warri Afanis gara dandi dhugaaf qajeelata ta'e kanatti haa dhufanin jedha.Gooftan isiina haa eebbisu qopheesittonni saganta kanas EEBBAAF TA,AA!!!!!!
Wow waaqayyoof galannii ha ta'u
ወይኔ ሰርች አድርጌ አገኘሁት ይሄ ዘፋኝ ትርጉሙ ሳይገባኝ ድሮ ቲቪላይ ሳየዉ በጣም ደስ ይለኝ ነበር ስላየሁህ ደስ ብሎኛል በስመአብ❤❤❤
Wow qomoo jallaatamoof kajjabboo eebbifamaa dachaaaa
Mo'aadhaa eyesus wwwwaa ebifamaa
Galanni Waaqayyoof haa Ta'u ❤️🥰🥰
Ufeeeeeeeeeeeeeeeeeeee
Waqayoonkoo bagaa golaa issattii inwameeeee Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen
Wow wwow wowo Anii Afaani Sidaama dubbadhuuraa. Abebe Abashu Gofta keegna irraa dhufeeraa. Waaqaa keegnaa gofitaati.
እግዚአብሔር በፍቅር የማያንበረክከው ማንም የለም።
Wow bayee namatii tolaa Galatomma
abbee waqayyoo siihaebisuu😍😍😍😍😍😍
Wwwwwwooooowwww bayyee namati tolee waqayyoo isini ha hebisuu hebifamaa
Ebbiifama qophi sinbirtu mo'a
Wel come to Ababba
😍😍😍😍😍😍hundii keessanu ebifamaa
Ajja.ibaa hojiin waqayyoo
wow wow..wel come!! Abbee...we love you..
Mo,aa TV waqayyoo siinii yaa eebbssuu eebbifamaa
Wow eebbifamaa ijollee waqayyoo bayee isni jaladha 🙏🙏🙏😍
Uuuuuuufffffffff ulfaaaadhu yeesuus
Wow Welcoma to the kingdom of jesus Abe Ebise Bushuraa faayisa
EBifamaa Baye,e namaa gamachisaa
Wow namat tola waqayyoo fi hundu salphadhaa
Yesus haa ulfaatu inni kara badisarra nama deebisuu
Mo,aa TV mo,aa jiradhaaaaa
Goftan isin haa ebbisuu dachaan
Bagaa goftaan sigargare abebe abashu yerootii gimbiitii gitara rukutuu siibeka,
Www galannii kan isatii yoo innii nama waame nan diduu hin jiruu bagaa dukkana kessa gara Isaa dinqisisaa kanatti dhuftaan eebbifama
Uuufffe bagaa waaqayyoo siin gargaare Ebbifama
Kan namabirahindabare
Baayyee gaariidha, ulfaadhaa! Garuu aadde Laliin Obboleettii qara qabdaa(nanqoose), naamusnii fi simboon kee hedduu na mohata yeroo hunda.
Baayee.namati.tola.ebifaamaa
Abee bayeen gamada bagga waaqayyo kanaan si ga'ee
Ameèeeee ebifamaaaa
Abe ist amarigna mezmur andi likakilin ye ante zema betam wust yigabal oromigna balichilim ye anten siraoch semalau
jijjiiramuun akkanatti.!!!!!
Jaallatamaa Obbo Abbabaa Abbashu Tafarraa Nagaash evangelical TV irratti kan inni dubbate irraa Ermiyas 15:19 irratti kan jiru dubbisuun biyya lafaa garaa ishee mure,kutaataa ta'uu isaa dubbate utuu interview sana kan tafarraa nagaash dhaggeeffattanii itti dabalee jabina isiniif ta'aa
Ebifamaa 😘😘😘😘😘😘😘🙌
Sagaleen qulqullina hin qabu
Wow! Welcome to the Kingdom of God!
MO'AA TV. EBIIFFAA MAA GUDAA NAMATI TOLAA
wow god bless you
baay'een gammade abbeeko baga yesuus si argate
Abbee sagalee kee kan durii nuyaadachiifte
sagaleen Abbaba Abbashuu hin dhaga'amu namatti tola baay'ee wqyo isn ha eebbisuu
Guest's sound quality???
Gooftaan Sina ebbisuu qindeessiitoota TV MO,aa kanatti ansun immo Abbabaa Abashuu waaqayyo sihaa ebbisuu dabalee dadabale ammayyu.
🙊🙆pheexee ta. e malfi 🙉
❤wow
aja`ibaa rabbiti kun ega waaqayyoo dura yaadan qabee warra yaadaan qabee in waame warra waame ulfinaan gahee .baga motummaa dukkana jalaa isa baase waaqayyoo.
wowowoowwoowwoowwoowowoowowowowGoftaniBaga..isaGargareAanaba..Aanashu..WelisaGoftaniBagaSii..wameNamaWaqayyooTate😘😘😘😘😘
Ebbifamaa maqaa yesuusiin ❤ ❤ ❤
Isaanis bagaa nagaani biyyaa isaaniti manaa isaniti maati isaniti nagaani deebii 'anii
Way Abbab Abbishu jirta lubbudhaan?? Jiradhu
Baynmttola abfmaa
Humna humna gararratiin Mo'adhaa Mo'ichaanis jiraadhaa!
Baay'ee namatti tola waaqayyoo osoo hin jaalatiin position nama jijjirsisa
Barri kee hafee waqaayyoon habbifamu. Waqaayyoon maaltu dhibaree?
You guys didn't give Mic to your guest???
Amen amen amen
media keenya isin jaallanna!
Still ur Afaan Oromoo songs are sweaters for me Ababa Abishu
😘😘😘😘😘😘🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏ameeeeeeeeeeeeeeennAmeeeeeeeeeeennEebifamaWaraMa.oDacha
Ahiii please make both music Abe we want not miss u from music world Malo malo
Robera nagaan waqayyo sif yaa ta’uu!! Inni issa tuqee jalalli kirstos sinis haa argatu. Dukanif ifitti gatii walira qabure?
ህይወት ነዉ ኢየሱስ
BAGA WAAQYYOO KANAN SI GA`E!!!!!!!!!
ebbifama
Waan gudaatu fuula ke dura jira
Ajab!Fayyuun amantaa 'protestant' hordofuu qofa jettanii yaaddu taanaan isinuu fayyummaan keessan gaaffiidha.Abbaan fedhe amantii barbaadu hordofuuf mirga guutuu qaba;isaaniin hin fayyine Waaqa hin amanne jedhanii yaaduun maraachuun wal hin caalu.Tokko tokko immoo xawalwaalleedha;kan Abbabaa kanaa fa'i!Jecha namicha kana akkan taajjabu na godhe keessaa,"sirbootan dur sirbe hunda hin yaadadhu ykn delete na keessaa taheera" jedhe.Kkkkkkk tuf tuf
dhugaakeeti kumasaakoo amantaa feene hurdofuuf mirga guutuu qabna, garuu jaalannees jaalachuu baannees, amannees amanuu baannees waayeen du'a barabaraa fi jireenya barabaraa dhugaa dha. Du'a kana ooluuf kiristoos isa fannifametti amanuu qofti filannoo isa dhumaati. Inni cubbuu isa du'atti nu geessu nurraa kaasuuf jedhee mudaa malee almaan namootaa hundumaaf fannifame...
@@chalaketfufa807 dhugaa keti ebifamii dacha beirut Lebanon iraa
Sirbii biyyaa lafaa hinafee 😗 bagaa goftaan manasattii siwamee garasatii sidebisee 📖👈👏👏👏
gooftaan baraa jireenyaa kee haa eebbiisuu