Ati nama gaariidha dhugaa abshir. gaariinis badaanis abbaamafi jedhama mitire.garuu gurbaa sanaaf yoom illee jireenya akka hin taane beekamaadha. rabbi isa ha ganu
Atii garuu amala qabesa namatii wolayii jirenyii jalalla buha bayii Baye qabadii atii nama hini ganinnii male namani si gane cubu hini dhabuu amshirii bareda koo❤️❤️❤️❤️😭😭😭😭😭😭😭
Dhuga bay'ee gara nama nyattaa waqayyoo nama jalala bekuu rabbii siif yaa kenuuu, isaan laman imoo rabbiin hojii isani rabbi yaa kennuufi, harka harkaa nyatuu hiriyya gantuu rabbi nama yaa basuu, kun safuu ada cabsudha,ati immo bay'ee ofitti hin gaddiin tun borufis siif hin tatu, baga sirra demtee, kan ke lafa jirtii sabona namaa
Dhugaa bayyee gara nama nyata ati obsii waqayyoo moo kani ishi olii sif yaduu dada,aa miskinaa dhugaa tee hirreen lafaa jirti dhisi obbolesaa ko naa jallun jalaalaa hin tatu jedhaa mi ree oromoon 😢😢😢😢❤❤❤
Baredaa koo ammaa sirratti mal jalaatti malki kee dhabbi kee dubbin kee waan hundan bareddaa wallahii❤️🥰❤️❤abshir rabbi jiraa 😢😢😢😢😢
Abshir sif jajjabina sif yaa laatu koodee koo
😂😂😂
😂😂 inni jalallaa hin ta'uu
@@zinashjifara1392 maaltu 😅😅😅
ZcvcmbvxCnZCXMcbczcznxzxxzcccncxnmvmnxxzccvbxmnzVxznnczNmcvbVXZmbzzmMzBmvvcxmnzcZbmxvvvcbnmmbxncmbbxbzvVBvm
Uuuuuuuuufffffffff 😢😢😢 dhiira garaa qulqulluu akkasuma dubara garaa qulqulluu waaqayyoo nuuf haa kennu❤❤
Kotuu matii nafa tih qalii ❤❤
Ameen❤❤❤
Galatoomaa isin illee❗️Narraa baradhaa namoonni kaan immoo🙏
Ayizok sif waqayo wan garii sif qabaa
Abshir ati obboollesako
Abshiir raabiin siiif haa kenuuu
Waqyo siif jira
Abshir hadhoko ❤❤❤
Baga sitti haftee kun silaa iyyuu siin tatuu waan ta’eef dhugaa kaan kee harkaa waaqayyoorraa jiraa😢❤❤
Qali nama rabbii tana akka kettii Bareeduu Amala qabati,tana garaa lafeetii ,tana amanamuma qabdu,tana sirritii si jaallatu rabbii sif haa kenuu Inshallah ❤❤❤🥰🥰🤲🤲🤲🤲🤲🤲
4
Bisra sanyii koo mattii naf ta,'iii❤❤❤🎉
@@EthiosalemChannel ok
Dhugaa dhiri akaasi yeroo lama naa mudaate gaaru lachusaanin dhisee naan jibe waaqayoo hiriyaa gaantu naamara Yaa qabu dhugaa waaqa isheeti baalese isaarayu abshi namni waan faacase haamata
Baay’ee nama gaddisiisa Abshir haadhokoo 😢❤
ya rabbii ati nura qabi Hiriiyyaa gantu kan dhuga dhabe fi dhuga basifi ya ala homa miti obolesa koo kan rabbii siif ka tabe hin dhabdu inshallah
Biftii kee miidhagaa❤
Tasgabiin kee 💯👌
Onne gaarii qabda💕
Rabbii taa sif taatu sif yaa kennu❤❤❤❤ insha'Allah 🙏
Abshir
Hirriyaa gantuu saree 😎😇
My best matii naf taii maloo na jabbesii bro koo
Subahana alaa hiriya sobaa mana dina dhuga waya ❤ amshirii Rabii sii midhini
Dhugaa jeter
❤❤❤❤
Dhugaa kee jete 😢😢
Abshir Bro koo omaa mitii jaalalli kennaa dha obsi kan rabbii tu caala❤❤❤❤
Abshir Bro koo omaa mitii jaalalli kennaa dha obsi kan rabbii tu caala❤❤❤❤
Waqayyoo dhumaa kee siif haa baresuu garaa namaa nyataa 😢homa mitti siif barumsaa guddaa siif ta'eraa jabadhuu waqayyoo gaddaa kessaa kemoo sii haa dagachisuu❤! Safuu baraa kenyaa 😢😢
Matii naf taii hadhoo koo
❤❤❤❤
Haalichi baay'ee ulfaataa ta'us jabaadhu. Wanta ati baay'ee jaallattu tokko yoo dhabdu wantichi waan siif hin malleef osoo hin taane ,wanti isa caalu waan siif maluuf jedhama mitiree.
dhissii Namni Gantuu Hojii ishee Ni argatti Onnee Jalaalii Madesse Jalalaattu Fayisaa❤❤❤
Abshiiiir wan ofii Rabbin wa hundan kan ishii caltuuu sif ha kennu 🙏Cubbisuuu irra Cubbifamuu wayya wan ofiii. Abshiiir qaliii✅✅✅✅
Mali chiki sadhamore ati
Bayee namaa gadisisaa dhugaa 😢😢😢😢😢 jabadhuu boroo koo😢😢😢😢😢😢 hiryaa gatuu baraa kanaa ishenisii insii saree akkaa walitii.dhugaa
Ati nama gaariidha dhugaa abshir. gaariinis badaanis abbaamafi jedhama mitire.garuu gurbaa sanaaf yoom illee jireenya akka hin taane beekamaadha. rabbi isa ha ganu
Sabbonaaa koo mee maalumaa sirraa dhabde kan biraa sirattii jallatti yaa haasa'aa kee yaa bareeda kee yaa sabbonumaa kee ayii anaa kee broo koo🥰🥰🥰🎤
Amshiir obbolesa koo kaa qodaa keetti rabbii sii dhowatiin isheen imoo kaa hojii isii rabbii haa kenuuf
Yoomiyuu,kani kee isaa,isheni jetuu mitiii,isaa atisii jetuu mitii,isaa rabbi jedhutuu,taa ❤
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉❤
Situ nama nagayati rabi siradabarase wasalataa. Namani nama waji nyate nama nyatu rabi nuraQabuu inshaallaa tallaaaa
Dhugaa baayyee namaa rifachiisaa hiriyaa dhaaf garaa namaa kutaa Rabbii hiriyaa saree nama nyatuu namaf hin keeniin waaqayoo siif haa keenuu hadhaa manaa hubatuu sii jaalatuu 😢❤❤
Dhugaa Jeter Lubbuu
Obbooleesi keenyaa waaqayyoo Ga.alee Ebbifamee sifi haa Keenu homaati obbooleeti keenya gooftaanti ishee hadhasu.u waanhnudumaafu jabbaadhu baa.yee Namaati dhagama Ebbifamii
Abshiir qaxalee mucaa waqayoo midhama kee hin argaa bayee namaa gadisisaa yaa rabii baraa malii kessa jiraa 😢
Wayyoooo haadhoo Koo waan qalbii nama cabsu.bareedaa Koo rabbiin tan akka si'ii bakka SIIf haa buusu
Gn persenti 70dubrtii jalala midhamtetuu cala dhuga gn cara Media bahani dubachu dhabni kesayu ijolee ala jiruu bayee jalala midhamtotaa
Obbolleessaa koo Isheeen siif hin Tatuuu Rabbiin kan isheee caaltuuu siif kennan inshaa Allah
Homaa mitti mucaa biyyaa koo kan kan ta'ee ❤❤❤❤Waaqayyoo siif kennaa harkiisa guutuudhaa❤ gaaruu yoommiifu nama amananu sirri mittii dhugaa 😢
Uuuufffff yaa rabbii hiriyaa akanaa naraa qabii walahyi barumsaa hedduu ofii keessa qabaa 😢😢😢😢 obbolleesa kenya rabbin kan isni caluu siif haa kenuu inshallah rabbiin siif jiraa Amasharii
Hi
Waqaayyoo kan garaa keeti sif haa keennuu ❤
Maqaa iyesusin maal keessaa jiraa ijolee safuu
Hiriyaa gantuu rabbii namaraa yaa qabuu
Intalitinuu samuu nama qabduu mittii bagaa sirraa addaa batee atii kenaa kee hin dhabduu waqayyooo bultii garii sif haa kenuu obboleessaa koo😢😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢bayeeeeeee nama gadisaa barumsa guddaa naaf taa'aa obbolsa koo waqayo kan ishee caaltu siif yaa kennnuu waqayo 😢😢😢😢😢
Dursaa qabinii eshii si biraa hin jiruu kanaf demtee hiriyaa kee tuu isatuu ulfataa maal namaa biraa fans si dhiftee demuu hin oluu turee hundaa madaa qabaa waaq si wajii haa tuu😢❤❤
Dhugaa keeti ossoo Dhugaa jallaati ta,e moo ossoo dhiiri kumaa tamni ishii gafaate ishii hin jetuu isaatu jallaate malee ishiini hin jallaane jallali moo walii qixaa madu qabaa jirenyaa garii wajjiini jiraachufi
@@Sameer-oc7oe dhugaa ketii kodee koo
Abshiri obboleessa koo misikan wallaahi ❤😢
Uuf yaa nuyi Rabbi kan si taatu kanat isheef taatu sif haa kennu abshir dhugaatti barnoota guddaadha❤
Moonti anis midhamee jarsaa koo hattun na jalaa fudhaateee 😄😄🙅♀️🙅♀️
Arbshirii
@@zenmqasim4048 aboo maqaa balleessaa dhiisikaa
Rabii hiriyaa dhugaa sif haa kenuu qalii koo
Dhugaa Bay'ee nama Gaddisiisa Gooftaa ishee Siif tata'uu Siif Haa laatuu nama Akkaa Garaa Keeti yesuus Siif Haaltuu Obboolleessa Koo Waan Ajj'ibbati dhuhaa?😢😢❤
Lubbu koo Matti naf taii sanyii koo
Dubartii balagee obboleesa koo rabbin waanuma akka keeti siif hakeenu ati wallahi misikiina 😭😭😭😭😭😭😭😭
😍😍😍😍
Tolega suraa Jara yoo qabatte medawwatotaf agarsisi😮
Miskiina rabbin taa siif hiree hin dhabduu Abshir obboleesi kaa waajjiin dhalatanii maltu obboleesa godhe bineessi isaan haa nyaatu nama nama ganu gantuu Alahamdulillah shariyaan islaama bar kanaaf dhiiraf dhalaa addan fageessa silaa akka shariyaa islaamatitti bulani hundii nama badiin hin babal'atu ture ergamaan nabi muhamadi sallallaahu aleyii wassallam barsiisan adunyaa tanaaf rabbiin erge akkana jedhanii dhiiraa fi dubarrii kophaa hin bahani yoo sadaffaan isaanii sheyxaana taate male jedhan akkana jechuun isaani dhiiraa fi dhalaan yoo kophaatti bahani waliin haasa'uu egalan sadaffan isaani Sheeyxaana isaan dogongorsiise sagagalummaa isaan dalasisu ta'u male hin haafu jedhan kino kaa akkana kana kophaatti wal argataani wal dogongorsiisani sillee miidharran sii gahani yaa rabbiin☝️hiriyyaa gantuu akkanaatirra nu Eegi yaa allaah
Rabbii kan ishee caaltu siif haa kennuu! Mudannoo akkanaa Waaqni namarraa haa qabu.Aameen Aameen Aameen!!!!!
Kodee koo waqayyoo namaa jirenyaa kee sif ta.uu sif haa kenuu ❤❤😢😢
Nama jaaladhuu malee ini amaniin hundumtuu midhamaa hedduu qaba
Waqayoo kan sii kan jalatuu sif haa kenuu kan atis jalatuu jalala dhugaa gofatan iyesuus sif haa kenuu 🤲🤲🤲🤲
Soorii wanti akkasii sirratti raawwachuusaaf nan gadda,"hirbaata rabbi kaa'e sareen hin ntaattu" jedhaa oromoon,atis waan waaqayyo siif kaa'e hin dhabdu.sirriidha hedduu nama aarsa namni akka obboleessaatti amanan duuba deebi'ee waan akkasii gaafa namarratti raawwatu baay'ee ulfaata,wanti biraa waan hundaa akka badiitti qofa hin fudhatiin sababni isaa waan gaariifs ta'uu waan danda'uuf.!
Hiriyaa gattuu rabbii namara yaa qabu
Atii garuu amala qabesa namatii wolayii jirenyii jalalla buha bayii Baye qabadii atii nama hini ganinnii male namani si gane cubu hini dhabuu amshirii bareda koo❤️❤️❤️❤️😭😭😭😭😭😭😭
Rabbii nama garii siif kenuf ta,e dhisii dhugaa ❤❤❤
ayii yaa namaa Amaa🫢🫢🤦 Abishirrii Birroo koo waqayoon kaan akkaa kee garaa lafittuu sifikeen🥰🥰♥️💚♥️
Yaa obboolleeysa kiyyaa atii nama jabaadha tan issii caaltu rabbii siif haa kennuu
Subaahan allaah dhalla akkana raabbiin isiin irraa ha qabu yaa ijjoollee tena 😭😭😭
Raabiin hiiriyaa gaaltuu namara haa quuba ❤❤❤😢😢😢😢😢
Nama jaaladhuu malee ini amaniin hundumtuu midhamaa hedduu qaba❤❤
Dhuga bay'ee gara nama nyattaa waqayyoo nama jalala bekuu rabbii siif yaa kenuuu, isaan laman imoo rabbiin hojii isani rabbi yaa kennuufi, harka harkaa nyatuu hiriyya gantuu rabbi nama yaa basuu, kun safuu ada cabsudha,ati immo bay'ee ofitti hin gaddiin tun borufis siif hin tatu, baga sirra demtee, kan ke lafa jirtii sabona namaa
Eenyuu amannaakaa yaa rabbii
Ayyii nama keenya Dhugaa Hiriyaan Ergaa akkas ta’ee Haadhoo ofii Amanun iyyuu Ulfaatadhaa 😢
Wayyii mucaa biyyaa koo homaa mitti Egaaa waqaayoo namaa siifi qabaa❤
Oh my Lord baayy,eee nama gadisisaa dhugaa waqaayyoo nama garan issaa jaltee sif Kenna❤ obsiif namnii hin ammanammuu ijjareetu DiGa
Hiriyaa soba mannaa dinaa dhugaa wayaa.abshir rabbii taa dhugaan sii jalaatu siif haa basuu.
Uuuuuuuuufffff waqayyoo gaariidhaa obsaa siif haa kennuu rabbii kaan garaa kee siif haa kennuu😍😍😍😍😍😍
Dhugaa rabbi dhiraa jalala bekku qulqulu rabbin kan akka kee qulqulu tate sif haa kenuu❤❤❤❤
Gaarummaan guyyaa nama kaffalu qaba soorii koo homa miti.Garuu karaa ijoollummaa ke kan haala itti guddatte sanin osoo deemte gaariidha!
Kan uumaasheefi siif kabajaaf jaalala qabdu siif haa kennuu waaqayyo ❤
Rabbiin kani ishe caltuu rabbiin sif hakenuu wallahii
Sori koo homaa miti kan kee kan ta.e siif kenaa rabbii, hunduu guyya qaba,
Rabbii taa isi caltu si haa kenu dhisii💯❤️
❤kan sii jalattu rabbii siif haa keenyu ! Goochii isaan siratti rawwatan boru kanumma abbaatti!😢
Dhugaa waqayyoo osonii abaa wara koo jaalachu badhe fiigen sii biraa dhufaa ❤
😂😂😂😂
kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk ni qoostaam 😃😃
Abshir baga sirra haftee kun silaa iyyuu siin tatuu waan te,eef dhugaan rabbiin sirraa habisee rabbiin taa tana caltuu siif haa kenuu
Dhugaa rabii gara naa nyatee mucani kunii abshir sanyii koo taa isii caltuu rabiin sii kenaa inshalaa
Bagaa nagaa dhufte qalii nama bayyee uuuuufff wow jalalla dhugaa hiriya haatu😢😢❤
Abshiir atii bakkaa siif haa buusuu ishii cubbuun ishiif waan hojii haa kennuuf
❤❤❤homaa miti qomoo koo waaqni siif jira jajabadhu
Waqayyoo waan sii jalatuuf kan kee akkaa tatuu hin hayyamanee durumayyuu jalallaa kee hin qabduuf jalallaa namaa biraaf laphee ishee bantee isheen sii dhistee deemuu isheef gadduu osoo hin tane waqayyoon galatefadhuu 🙏🙏🙏🙏 plas waarii shamaranis tahe wareen dhiraa jalachuun duraa Jalallii kessaan jalallaa dhugaa tahu isaa Addaa basaa dhamasaa koottiii innii lamataa jalataani argachuun akkumaa jiruu jalatanii dhabuunis jiraa waan tahef namaa jalataan yeroo dhabdaan akkaa waan Uumaa kessaan dhabdanittii waarii lalalataan ilalachaa dogogoraa tahu kessaan hubadhaa
Waaqayyoo si yaa gargaaru hiriyaa gantuun inuma jirti Obsi jabaa namaa
Yaa demtuu Dhiisii bro Hiriyyaan Baraa Kan Gantuudhaa Nama Amanuun Bayy,ee Ulftaa Waaqayyoo kan Siif Ka,ee Sumaa egaataa.
Yoon luubbuun jiradhee waan bayyeen arguuf jiraa 😢😢😢😢
dhugaa tasigabbin kettu gudda namatti tola❤ ayizon biro 😢
Abshir lubbu kan sif jedhe lafummaa jiraa jabadhuu ❤😢
Kaa nuu nyaatuu nuumaa keessaa jiraa jedhee haceen garuu attii waan ittii hin saafneef kaa isii olii argataa hireen harkaa rabbii jirtii amshiiri attiis akkumaa isheen sii gaantee attiis gaanii biiraa darbii
Sifi.tatufii.rabi..adani.isini.basee.jabadhuu.
Sifii amaa mitii adhoo koo ishin nama hin tatuu yomuu ❤❤❤❤midhamunii watumaa jiruuu kanii rabii sifii qodee siegaa
Dhugaa bayyee nama gadisisaa waqayoo nama garaa qulquluu si jalatuu sif haa kennuu 😢❤❤❤
Ramaa
Dhugaa waqa akim namati tola mucani lubu wayi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
abshiir obboleessa koo jireenya namaa keessatti gantoonni tokko tokko nama ni qunnamu. rabbiin ishee gubbaa osoo hin taane keessi qulqulluu kan dhugaan si jaalattu siif haa qoodu. ❤❤❤
Abshiri rabii Jira obolesa ❤❤❤❤❤❤
Waaqaayo sijene kasijalatu.sifikena dhuga waaqaayo lafekemiti. 😢😢😢😢😢
Kunii safidhaa maloo yaa waqayoo kanumaa caluu nutii ifidinii waqayoo casisee onetee kafayii suu sifaa kenuu waqayoo sifanaa yatuu azoo xakar jedhee oner kee amadaeyee kafayisuu sifaa kenuu❤❤❤❤❤😢😢😢❤❤❤🙌
Abshirii jabadhuu nama akka kee siifi haa keenu waaqayyoo siif hin tatuu sirraa adda bateee hubata nama
Dhaltuun horo siduwamiti nama bayyee miteti jabadhu kan ishii caaltu futaamalle kan ishee gadii hin futuu tiruu koo
Inshaa allah atii ammaas jireenyaa rabbiin badhaadhaa haa tasiisuu Homan mitii obsii lencaa koo
Homa miti abshir hadhoo koo hin dhiphaatin ati rabbii kan ishi caalu si laata rabbin🥲🥲🥲🥲🥲❤️❤️❤️
Hiriiyaa ofii shakuun hamaa😭😭😭😭😭😭😭
Hadhoo koo Rabbii waan akkaa ketii siif haa kenuu Abshiir ❤❤❤
Waaqayyoo siif waan gaarii ni Goodha
Gantuun duru Hinumaa jirtii
Atii dhiisi
Abshir bareedaako rabbi sîif qopheessa
Hiriyaan Amman tana hundii isii gantuudha waan gaarii siif yaaduu fakkatee deebihee sii nyaata
BAGAA si dhisite kodee dhuranu si jalatuu ishii jabadhu Kani ishii calatu aragataa 😍😍😍
Abshir nii argataa kan ishee cala amanamtu rabii sif yaa kenu❤❤❤
❤❤❤❤❤ Hin Nama Gadisiisaa Isheen Garuu,Saalpoodha
Dhugaa bayyee gara nama nyata ati obsii waqayyoo moo kani ishi olii sif yaduu dada,aa miskinaa dhugaa tee hirreen lafaa jirti dhisi obbolesaa ko naa jallun jalaalaa hin tatu jedhaa mi ree oromoon 😢😢😢😢❤❤❤
Kotuu matii nafa tih qalii ❤