Finfinnee Moo በረራ turte ( ፊንፊኔ ወይስ በረራ ነበረች ) ❓

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 5 жов 2024
  • #በረራ
    #ፊንፊኔ
    Waa’ee hundeeffama magaalaa FINFINNEE fi Moggaasa maqaa ishii maal akka ture fii maal irra akka jiru kan ibsu video kana irraa hubachuu dandeessu video kana hanga dhumaatti daawwadhaa like share your Waliif gochuun eal biraan gaha sinin jennaa galatoomaa
    #historical #historicalplace #historicalfiction #historicalbuilding #historicalplaces #historicalfashion #historicalcostume #historicalsite #historicalromance #historicalcity #historicalarchitecture #brhistoricalcities #historicalbuildings #historicalcostuming #historicalmemes #historicalsewing #historicalreenactment #historicaldrama #historicaldress #historicalmonument #historicalfencing #historicalcenter #historicalphotos #historicalhouse #historicalsites #historicaleuropeanmartialarts #historicallandmark #historicalpix #historicalclothing #historicalart #historicalhomes #sukhothaihistoricalpark #historicalpark #historicaltown #historicalfacts #historicalmuseum #historicalhome #historicalsociety #historicalphotography #historicalchurch
    #ethiopianmusic #nahomrecordsinc #leencoo_Guddinaa #sin_mararuu #oromomusic #oromo #nahomrecords #habeshamusic #amharictiktok #amharicmusicvideo #Leencoo_Guddinaa #leencoo_guddinaa_2023 #ethiopia #leencooguddinaanewmusicvideo #SinMararuunewmusicvideo2023
    #yosan_getahun #galanagaromsa #keol #jambojote #haacaaluuhundeessaa #caalaabultumee #leencoo_gammachu #leencoo_guddinaa #andualemgosaa
    #ethiopianmusic #nahomrecordsinc #veronicaadane #abebaye #henokgetachewbestmusicvideo #Henokgetachewnewmusic #በኩረአማኑኤል_የማነ #Eredagnanewmusicvideo #ዘውድ_አለሜን #ቬሮኒካ_አዳነ #አበባዬ #music #musica #musicvideo #artist #ethiopianartist #veronicaadanenewmusicvideo2023 #veronicaadanebestmusicvideo #ethiopia #nahomrecords #Guragignadance #እንደሻው_ሞገስ #የጨዋ_ጌጥ #Guragecultuer #Guragugnatraditionalmusic #Argawbedaso #ethiopianmusic #ethiopian #ethiopia #habesha #ethiopianwomen #habeshabeauty #addisababa #ethiopianfood #habeshafashion #habeshawedding #eritrean #ethio #eritrea #habeshastyle #habeshakemis #habeshadress #africa #ethiopians #ethiopiancoffee #habeshagirl #ethiopianmusic #habeshaqueens #addisabeba #habeshabrides #reviewethio #amharic #habeshamemes #love #african #oromo #ethiopianwedding #ethiopianmusic #ethiopianmovie #habsha #ethiopia🇪🇹 #ethiopiamusic🇪🇹 #ethiopia🇪🇹 #ethiopiamusic🇪🇹👍🏾 #ertria🇪🇷 #ertriamusic #culture #habshatiktok #habsselfie #jamaica#facebook #tiktokethiopia #onelove❤️ #ኢትዮጵያዬ💚💛❤ #ሀበሻ #loveyou #ethiopianculture #habesha #blakestar #brothers #habshaartist #habshamusic #butfirstcoffee #biutiful #cultura #loveislove #boystyle #lovestory #man #ethiopianmusic #mem #mem_records
    #Ethiopian #Music #ethiopianmusic #amharicmusic #dagi_d, #dagi_d #newmusic #ኢትዮጵያ_ሙዚቃ, #ዳጊ_ዲ #ባይሽ, #ethiopiannews #ethiopianmovie #ethiopiancomedy, #ethiopianclassicalmusic #ethiopiandrama #ናሆም_ሬከርድስ #nahomrecords #nahomfavorite #habeshachewata #habeshadance #eskista #Dagi_D #Newmusicvideo, #ethiopia #ethiopianhistory #eritreanmusic #tigrignamusic ##oromomusic2022 #ebs #ebsnews #today #kanatv #etvnews #ethio360 #abiyahmed #habeshaunity #habesha #ethiopiamusic
    #elatv #Jegna #Eyayu #mastewal #eyayu #ጀግና #mastewaleyayu #newmusic #mastewaleyayu #mastewaleyayu #jegna #ethiopianmusic #newethiopianmusic2022, #ethiopianmusic2023 #newethiopianmusic2022 #thisweek #teddyafro #rophnan #oromomusic #tigray #esubalewyetayew #Kalkin #eritreanmusic #neweritreanmusic2023 #eritreanmusic2022 #newethiopianmusic2023 #new #addiszefen #zefen #ethiopianmusic2022 #eskista #eskistamusic #ethiosong #habeshamusic #ethiomusic #brothers #ethiopianmusic #habesha
    #Ethiotiktok #besttiktok #Ethiopiantiktoker #funny #funnyvideos #Ethiopianfunnyvideo, #fun #bestfunnyvideo #መዝናኛ #አስቂኝ #አዝናኝ #አንቱ #ከንቱ #አንቱከንቱ #አስቂኝማስታወቂያ #Viraltiktok #Tiktok #tiktokvideo #Ethiopiantiktok #Amharictiktok #Ethiopianviraltiktokvideo #safari #safaricom #safaricom #Ethiopia #Ethiopia #Abelbrhanu #abelbrhanu2 #abel2 #denklijoch #dinklijoch #Dinklijoch #besintu #ethiotiktok #memrecords #Bekureamanuelyemane #tadele_gemechu
    #irreecha_2023 #oromomusic #oromocouples #freeoromia #oromodance #oromoculture #oromobeauty #oromoflag #oromowedding #oromoqueen #oromogirl #oromoqueens #oromoma #oromochallenge #oromokings #oromopeoples #oromogirls #oromofunny #finfineoromia #oromomagic #oromopeople #oromoclothe #oromodrama #oromography #oromodesign #oromowomen #oromoartist #oromummaa #oromia #oromomusic #oromocouples #freeoromia #oromodance #oromoculture #oromobeauty #oromoflag #oromowedding #oromoqueen #oromogirl #oromoqueens #oromoma #oromochallenge #oromokings #oromopeoples #oromogirls #oromofunny #finfineoromia #oromomagic #oromopeople #oromoclothe #oromodrama #oromography #oromodesign #oromowomen #oromoartist #oromummaa #oromia

КОМЕНТАРІ • 60

  • @QaanqeeShow
    @QaanqeeShow 8 місяців тому +12

    Galatooma bilbilaa naaf erga maaloo

  • @Sigma-wx7gw
    @Sigma-wx7gw 8 місяців тому +12

    Rich knowledge ❤❤

  • @GalaanDesign
    @GalaanDesign 8 місяців тому +10

    What amazing ❤

  • @Motessafamily
    @Motessafamily 8 місяців тому +11

    Good History ❤

  • @Legen616
    @Legen616 8 місяців тому +8

    Amazing history

  • @Oromticha363
    @Oromticha363 8 місяців тому +9

    Best ❤

  • @firomsantesfaye8235
    @firomsantesfaye8235 8 місяців тому +7

    Nu jiradhu !!!!❤❤❤

  • @ODAAMusic430
    @ODAAMusic430 8 місяців тому +8

    Nuuf Jiraadhaa Guddaa Galatoomaa ❤🙏

  • @michillemedia
    @michillemedia  8 місяців тому +15

    Yaada keessan nuuf barreessu hin dagatiinaa

  • @abdurahimanerar
    @abdurahimanerar 8 місяців тому +6

    Galatooma kabajamo nu jabadhaa

  • @phykruanbisa319
    @phykruanbisa319 7 місяців тому +2

    ❤respect

  • @abdiraja4441
    @abdiraja4441 8 місяців тому +12

    Our history is unfaded,but we have to keep our mind searching for what's ours and who are we! Thanks for such a dedicated step's on finding and making Right of our people'sand country's history. Oromia is a country and shall prevail ✊!

  • @AbrahamShugi
    @AbrahamShugi 8 місяців тому +2

    Umurii dheeraa nuuf jiraadhaa!

  • @gemechujebesa807
    @gemechujebesa807 8 місяців тому +5

    Waan baayyee nama barsiisa nuuf jiraadha

  • @fetihaseid-b2x
    @fetihaseid-b2x 7 місяців тому +1

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯👌

  • @እውነት-ጰ6ሠ
    @እውነት-ጰ6ሠ 8 місяців тому +4

    I think it's good idea to translate to Amharic in order all Ethnicities to listen and to understand it.

  • @ossobeynu620
    @ossobeynu620 8 місяців тому +1

    Bayyee nattii tolee jabaadhu seenaa kenyaa wallaaluutu gabrummaa jalatti nuu kufiise

  • @tolawaktaye904
    @tolawaktaye904 8 місяців тому +2

    Uulfaadha!Isiin dilbii beekumsaa qabduu, mee itti nuuf fufa

  • @EBA-zi2cz
    @EBA-zi2cz 7 місяців тому

    Jabaadha

  • @QananiisamasfinTorbankut-eh1ph
    @QananiisamasfinTorbankut-eh1ph 4 місяці тому

    Jabadhaa ayyuu kenyaa isiin waliin jiraa ❤❤❤❤❤

  • @batiibirra889
    @batiibirra889 7 місяців тому

    Baayyee galatoomaa Michille 👏

  • @desseto9062
    @desseto9062 7 місяців тому

    Jabaadhaa,rabbi sinaa eebbisu!

  • @KennaKoo-xi5uk
    @KennaKoo-xi5uk 3 місяці тому

    Leel Leel Leel Leel❤

  • @abdurahimanerar
    @abdurahimanerar 8 місяців тому +5

    Karta barara jedhaa malee berera hin jiedhuu

  • @IfjvhklJxuhfyi
    @IfjvhklJxuhfyi 5 місяців тому

    Jabaadhaa Galatooma.

  • @MooeeraaGadaa
    @MooeeraaGadaa 2 місяці тому

    👌🥰✍️

  • @ebbisaejeta6760
    @ebbisaejeta6760 8 місяців тому +1

    Ibsa keetti bay'ee itti gammadeera. Garuu mogafama Finfinee' jedhamu irratti hayyoota Oromoo adda addaatiin hiika ada addaatu kennamaa waan jiruuf burjaanii akka hin huumneef wal hubanaan wal simsiisuu yaalaa.

  • @DejeneBekele-fe8yb
    @DejeneBekele-fe8yb 8 місяців тому +6

    Ummata kiyya warra na jajjabeessitanii fi viidiyoo kiyya kan aadaa fi seenaa oromoo dhugaa baasuu fi ummanni oromoo akka alagaan seenaa kijibaa tiin isa yakkuu fi xinneessuun bara lakkoofsisan osoo hin taane angafa afrikaa fi hundee dhala namaa ta'uu isaa ifa baasuuf yaallu ammas facaasuun waliin gahuun anaan deeggaraa ?

  • @NumanJeylan-vw4nf
    @NumanJeylan-vw4nf 8 місяців тому +3

    Fayyaa nuuf ta'i itti nuuf dufi

  • @Kebso-v8o
    @Kebso-v8o 4 місяці тому

    Nu jabadha hayyu KEENYA ❤

  • @MadmmadAsrar
    @MadmmadAsrar 2 місяці тому

    ❤❤

  • @robageda
    @robageda 5 місяців тому

    Jabaa namaa. Jiraadhu abboo!

  • @senayom.5909
    @senayom.5909 7 місяців тому +2

    Filannoo Saba Kenyaa Olkaasna, Yaa "OROMO" Qulqulluu.

  • @MadmmadAsrar
    @MadmmadAsrar 2 місяці тому

    1:16

  • @MaHi-qy3xd
    @MaHi-qy3xd 8 місяців тому +5

    So called Amharas can’t claim Finfine to be theirs, because there is no such an ethnic group called Amhara who can trace to a common ancestry. They are a mishmash of different ethnic groups sharing a common language brought together by force, that’s all!
    Proof is that the name imposed by these forces on people like from the southern part of Ethiopia, who currently have a Amharic first or second name, but if they count beyond their first or second name, you would get their original ancestral name and identity.

  • @KUUSH123
    @KUUSH123 6 місяців тому

    Galatoomaa, Barnoota barbaadun sinirraa argadhe. Itti nuuf fufaa!

  • @DinkeDk
    @DinkeDk 4 місяці тому

    Ulfaadhaa! Waaqni uumaa uumamaa dhugaa keenya nuun haa barbaadu ammas! Isin ammoo umrii keessan umrii arraagessaa nuuf haa taasisu!

  • @kalid_J
    @kalid_J 5 місяців тому

    Oromoo❤❤

  • @yosefumar
    @yosefumar 4 місяці тому

    Baayee galatooma waaqni umurii dheeraa isiniif haa kennu,
    waa'ee achi-as dhuftee warra qaalluu irratti ballinaan hubanno cimaa utuu nuuf kennita natti tola

  • @kamalziyad-vz8hb
    @kamalziyad-vz8hb 7 місяців тому

    Nutii oromoodha.

  • @melkamuadane2952
    @melkamuadane2952 8 місяців тому +1

    Hayyou keeyna! Kaan dhokatte Raabii seyaebissu!

  • @Motibelam-lp4qg
    @Motibelam-lp4qg 7 місяців тому +1

    Seenaan lafee cabde miila naafatte sirresitii

  • @SaboSabba
    @SaboSabba 4 місяці тому

    Ayyee yaa Abbaa keenyaa waan kanaa irratti akkaa nuuf hasoftuun fedhaa.oromoon haalluu gurrachaaf iddoo guddaa qaba fajjii isaa irratiis gubbaa kayyatee jiraa wantii gubbaa holcheef Oromoon waqnii gurrachaa gaara garbaa jedhee amanaa kanaaf waqnii waa huddaa ol ta'uu agarsisaa.fallaa kanaa ammoo dhaloonnii ammaa gurrachii garbummadhaa.san malees yeroo gaddaa fayyadamaa. Oromoon durumaa yeroo gaddaa uffataa gurrachaa uffatamoo isaas sirnatuu itti fe'ee nuuf balbalomsii yaa Abbaa keenyaa 📚📚📚📚

  • @MunaAhmed-cw7hi
    @MunaAhmed-cw7hi 4 місяці тому

    Way ajaa'ibni dhufe!

  • @LalisaLalisa-u3j
    @LalisaLalisa-u3j 8 днів тому

    Jaala kiyyaa maaloo lakkoofsa bilbilaa nuf maxxansaa

  • @MunaAhmed-cw7hi
    @MunaAhmed-cw7hi 4 місяці тому

    Edaanuu artistoonni keenya jechoota haarawa waamalee sirba keessatti hin dudubbatu!

  • @MadmmadAsrar
    @MadmmadAsrar 2 місяці тому

    Akmi Nagh jota

  • @iluutube27
    @iluutube27 Місяць тому

    Dhugaa baayyeen gadda namni akka kee baayyeen jiraachuu dhabuudhaaf

  • @gudetahika8391
    @gudetahika8391 8 місяців тому

    Maqaa kitaabichaa akka akka "arginutti" nutti agarsiisaa! Galata qabdu, hayyuu ofii

  • @jamalabdullahi8723
    @jamalabdullahi8723 3 місяці тому

    Mana ufii abbatu tigfataa, alagaan nu dhababsiiftee, bakka keenna dhaaluu barbaaddii, kanaaf dhugaa keenna haaltii, akka isaan yaadan hin taatii ree? Michille Media galatoomaa horaa bulaa!!

  • @damek7762
    @damek7762 7 місяців тому

    Namni kun nama jabaachuu qabu dha.

  • @Jogir3770
    @Jogir3770 5 місяців тому +1

    Fafacaanee baloo.
    Gadafaan hinjooree hundeen hinqaaloomee
    Rachalee funaanna jette allaattin jalo.
    Shuumon nyaataa olee
    YaBuuttaa Boxooraa ya kaawoo Dagaagaa Subbaa jala Bolee.
    Sinbarbaachaan olee.jedhamee kan itiin sirbamu lafa hardha boosoona Subaa jedhamee ilmaan Suubaa Okoolootii, Dinii Waayyuu,kan Nanawa Sabbataa,Bolee Akaakii Basaqaa Gafarsa kan quphatan dhiiga kiyya.kanaaf dhuugaa awaalamtee baasaa jirta,uumrii dheeraa siif haakeennu. Dhuugaa baddee barbaadee galchaa jirtaa ifa argii jaalakoo.
    "Gaangeekoo siraan baateerra sharfeekoo seera malee baateetuu naguubee." Akka namiichii jedhee,haqinnii dabidee akka hudduu boombii nama laaleesitti,akka nama ramacarra ijaajeetii.Dhalli oldeemaaniis kan hardha lubbuu tokkitii qabuu kitiima gochaa jiruufiis dhugaatuu jalaa badee.Haqasaatiiyyii barbaadhataa jira.Kanaaf cichee handhuura guduunfatee dhiga itti dhangalaasaa jira.
    Anuu jarsii kuun umriifi malee.
    Hardhii silaa hintaatuu aka kalee.
    Utaleen laga lixa silaa akka qamalee. Jilbatuu walnadhahafanii malee.
    Yaa isa halkaniif huyyaa kaatu.
    Haragalifii hinargatu.
    Kesakee dhuugaan kasinyaatu
    Joorii jaawarii qotii baasii hanga dhugaakee argatu.
    Haqa dabee sirresii.
    kan haguuggamee muldhiisi.
    Haqa jiru xinniqisii.
    Dhugaa dhokatees damboobsii.
    Qoradhuu qoradhuu,qarii qarii qarii qarii dhaloota.
    Atiis jagina jagina caaluu sanyii gootaa.
    Qabdee hindhiisiin irbuu sitaata'uu irbuu gotaa.

    • @Jogir3770
      @Jogir3770 3 місяці тому

      Dogoggoora jirummoo naofkalchaa.Sirreesaa naafdubbiisaa.

  • @senayom.5909
    @senayom.5909 7 місяців тому

    add Channels

  • @Zeyede_Seyum
    @Zeyede_Seyum 8 місяців тому

    Oromo’s are from Kenya yet use Yemeni flag🇾🇪

  • @MadmmadAsrar
    @MadmmadAsrar 2 місяці тому

    ❤❤

  • @fahamisicha62
    @fahamisicha62 7 місяців тому

    ❤❤❤❤