Ani kanin jedhu abdi jamiffa hin demin gadisee atiis durssa wal dhageffadha asa wali kan oso walii hin fudhin akas wal cacaqacaqatanu gize walfutan gazi waliti firfirsitani wal gubdu😂
Ati Abdin yoomu rakkoo keessa hin Bataan isinumstuu rakkoo fedee hammas kan rakkoo uma jiru isinuma ana kan na hin galle erga waliif hin galle maaf Wal wamanii Wal bira dhufuu jarti gaddise Fi abdi jedhan kunnin sila mni maratanii moo naga hin qabanii
Gaadiisee akaasi higoo dhii ni adii dhuu gaa waqayyo dhuu gumaa sijaalataa adiin herumii adiitii dhu gaa rabii adiin namaa garidhaa tolee gadoo ko si hi si adi si nan jaa ladhaa 👌😘❤❤🙏🙋♂️🙋♂️🍬🍬🍬🌹🌹🌹🌹💑💑🇵🇸
Osoo wal fuutaniyyuu waal hin jirachistani 😅😅😅😅😅😅😅
Dhugaa jettee lachuu tokkumaa 😂😂😂
😁😁😁😁
Isiin Lachuu Nama Jirenyaf tuu mitti Wlh
wal fuuna hin jennee jedha abdiin kun Gowwumaamee🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kkkkkkkkkkk Rabbiin kun maal wal futanii olaan hiribaa dhowofii utuu wal hin fudhinuu nu hirarsitanii walfunaa🤔🤔🤔🤔 gadii bahii namaa namatii si dhahuu jedhaa hamayuu😂😂 qatan isiin ĺaluu dhisee bo Matatuu namaa yeqamaa yeroo isin lalan
Dhugaaaa yes G❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa keetii Abdii garuu❤❤❤❤❤A❤❤❤Abdii❤❤
Dhugaa keeti Abdii garuu hiciti nama birati hasayuni hin tatuu isini minyootini biraati hasayuu hin fetuu
Dhugaa keetti Gadoo ❤❤A❤G
Gaddisee jabduu koo
Dhugaa keeti. Mana isaati galte wantii fedhee haa ta'u
Mana sana ta'i sirreeffaadhu
Mana isati hin galin
@@sinkeaberaabera-jc6eb kkkkķk maal sireeffati🤣🤣🤪😜🤔🙄🤣
Wwwooww dirmaa keessaanii amooyuu itumaa jiramoo😅😅😅
Gaadiise dhuga jetee dubartii yoo ittii dadhaaban fudhaan hin kabajaa Abbaa manaa😂😂😂😂😂jabaadhu gadiisee dubartii durii siiidhaa💪💪💪💪💪💪
wayoo kessan indhumu wal fudhame maloo A&G❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Itii taphadhu kana gowaa bututaa 😂😂
Shalle kararati dhalate wallahi billahi ani osoon fira abdii ta'e bakkan jirurra yaman dhufeen jireenya kee baballesa gaddise wasaka rabbi beekne yaa hayyewaana balaa qorichaan maraachitee itti qoosta akka ati gootu kana bar maatin isaa si argaa jiru osoo heerumteyu udaan caala si jibbu dammo osoo waluu fuutani wal gubdu jireenyi kee inuma bada yaa maraattu balaa inni dhiira
Dhugadhaa waan hudafuu waqaayyo afaan kessan walif haa galvhu❤❤❤❤❤
Gadisee amaa italii sun achii batuuti mana abdiiti hin deebinii
Mee dafaa wal fudhaa A&G❤❤❤❤
Hin galiin gadisee duraa haa siressuu
😂😂😂😂😂😂 jarumtii kunii bayee nagaramuu 😂😂rabiimti tokoo isiin agodhuu
Abdi mucati jalala ke qabdu dura Amata isi ha jijiratu achi boda woli fudha woli gala jalalti jiranani wonti kamu hin siraya❤❤❤❤❤
Abdiin gowaadha irra Gori gaadise nama booda sii ta'uu miti inni maal sirra qabaa si lola
Gadisen mataa jabatii 😂😂
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅kkkkkk umaataa maaraataa waraa Yamaani
Gadisee gudii hayatii❤❤🎉🎉
Sobnni kessan akkuma itti fufe jiraa😂😂😂 hin jibisiisa dhugaa rabbi
Ani kanin jedhu abdi jamiffa hin demin gadisee atiis durssa wal dhageffadha asa wali kan oso walii hin fudhin akas wal cacaqacaqatanu gize walfutan gazi waliti firfirsitani wal gubdu😂
Kunii gowaanii imoo oddesaa😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂dhugaa nufi tatan nikolfina😂😂😂😂
Atii abdii maliifii intala san firaa bafte gadise hin funee nikaa godhadhuu
Maal nikaa godhata muslima mitim intalli usani yutuba jaraa hadalagatan w l hin fudhan
Amoo kaanan dhuftaanii duraa you tube gudiifaachuu maqaa waal baalesaa turtaanii😂😂😂😂
Kkkkkkk gaddisee jadduu nama itti muddii
Abdii kun mataa nuu nyaatee Naadhon namichaa kun😏😏😏
Amessaa namichii ku n😂😂😂
Ati Abdin yoomu rakkoo keessa hin Bataan isinumstuu rakkoo fedee hammas kan rakkoo uma jiru isinuma ana kan na hin galle erga waliif hin galle maaf Wal wamanii Wal bira dhufuu jarti gaddise Fi abdi jedhan kunnin sila mni maratanii moo naga hin qabanii
Atii hojii eqabudu yii hoji hojedhubbmeee dubii nayaachu disii tii😮
kuni abdi maltate sibaate malbarbde
dhuga rabbii abdin kun gowwa dha
Gadisee Galii manaa Abdii tii ♥️♥️♥️♥️♥️A❤❤G❤❤
Dhugaa. Dubachufi.uduu.wolfutaniyuu.woljirachuu.hin.detanii😂😂😂
Sirii itii goteetu. Hojjatee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Gadisee matii kee biratii debiyii habibtii❤
Gadiisee intaala warii isiitu jiibee malii irraa fuuta malii siiti goote garuu😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂 walii tataan
Micayyoon tun bultidha hin tatuu dhugaa rabbi tasa dubartin takka mana abdii hin dhuftuu hin shakiti waan ta'ef maali itali maa akkanati mata jabati
😂😂😂😂😂Gadisee baga gamadee siriin kee hojatee qoqoree anii simaa jibaa😂😂😂😂
Itala galamota nana naa jibisiste Situ Akka Godhe Isa iti gote Sana ira hiki Balage
Silii Iti Gote Abdi marachite Ayii 😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa namittin tuni sif hin taatu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Malitu sehalice dulacaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Siif tatii ree dhama,aa
Wawww gadisee ❤❤❤❤❤
Ficani ke jojate osoo itophiya galteyu si dukaa galaa Abdini amale dabalifi fincaani obasii😂😂😂😂😂
ሙጢ😂😂😂😂ምንትመስለለች
Itii bonii kaa amaaa sirinin dhamafatee gowaa gudaa kana yaa maxaxuu suman jibaa adunyaa tanara
Gowwa hin dhalatin dhaalatuu hin guddatin inni jedhamu sunni Abdiif Gadiseedha 👣👣👣
😅😅😅
😂😂😂😂 abdii tish gowaa😂😂
Abdi sirin 😂 dalgee 😂😂😂
Gaddisee Atti Amalaa qabduu tasumaa😮
Ecciii dirama jarati harotaa kana yom dhumataa silaaa
Abdii minyoot mana sanaa keessa jirtuu yomuu wal hin galtaan dhugaa qabdi gadiseen lubusii male mal qabdi
Keessan Nuu Jibisisee Jiraa Usii Nurra Jedhaa
Gadisee tidari akkanati mitti kan horatan abba mana jala gadi jedhaniti malee ija itti baasan inis gafa atti kabajee bayyee si jalachaa deema garuu haala kanaan iti fufta taanan wal futanitu ja'a 2 waliin hin jiraatan kanaaf amala kee sireefadhu dhiiri gafa shakii itti bayyisan hin xiqa'a akka kan biraa dirati dabalu goota gafas malee shakiin ati shakitee galgala ganama itti nyakanyakamtuu waan isa dhowitu hin se'n
Yaa.saree.yaa.Abdii.🤧🤧🤧🤧
❤❤❤❤❤
Osoo dhalaa sirra demtuu wayitu tate jarsi arii minii yo akkana godhatu hin salfatu
Ayii maraateraa abdiin😂😂😂
Fican ke dalagee baga gamadeeka😂😂😂😂😂
Fincaan obaasi ka ammas Gadise
Yoo Anna laki gochuu qatta dhissee😅😅😅😅
Gaadisee Adabaa godhadhuu intaaloo maaltuu Akkanaa sihaasofisaa Saafuu beekiin Uuuuuuuuiiiiiiii Yaa Raabii maalii kun
Uff Abdi jazbaa
Miyo tana hin fudhiin walahi 😂😂
Abdi mukaa nyaadhu intala ardhanu mudii sitti qabatte sitti taphata jirtu osoo argitu sin fudha yeroo jettu sammuun Kee hin hojjatuu dhuguma ati intala kana funan bara Kee guutu jireenyii Kee ni jeeqama kana berki siirii ishin sitti goote ofirraa hiiksisuu dadhabde tana intala karoorfattee SI marachuuf deemtu Jala deeddemta atu Amma intala jazba tana hin hedduu intala hammanuu akkanatti xiqii sitti deemtu iji Kee sin argu iji Kee jamadha tana intala marattu ofirra dhisii deemii siirii ishin sitti goote ofirraa hiiksisii yoo dhaggesse
Bakka teenya isin lachuu bakka takkatti dhumaa feetan samii seenaa feetan dachii seena 😂😂😂yoo feetan du'aa taaziyaa teessan dhaynee video waraabnaa youtb irratti gad dhiifnaa
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂
Abdii maalumaa taatee mucaa yaa rabbii kiyyaa intaala kanarraa hafuu maaf dadhabdee intaalli kum bar kaafiiraa akkaamitti niitii godhachuuf deemtaa maal jechuudha dhalaa intaalaa muslimaa meeqa jira kan fuutee niitii halaalaa wajjiin ñagaahan jiraatu yaa allaah 😢
Gaadiisee akaasi higoo dhii ni adii dhuu gaa waqayyo dhuu gumaa sijaalataa adiin herumii adiitii dhu gaa rabii adiin namaa garidhaa tolee gadoo ko si hi si adi si nan jaa ladhaa 👌😘❤❤🙏🙋♂️🙋♂️🍬🍬🍬🌹🌹🌹🌹💑💑🇵🇸
😂😂😂sii fayyaa mittii tolee kabi
A 😁😁😁 G dhossitee siittii dubachuuf
Abdii.horii.hital.jaal.hafii.dham.sirii.sii.dhamftee.jaal.hafuu.dadhabdee
Gorichi seraan dalagee kan abdallaa jedhe yoo ini sii kadhatellee didi jedhee abdallan
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
gadisee ati wa sii jedhaa ma hin dhagenee
hooleyyii😂😂😂
Jarti isaa yoo ta'uu fetee bakka ini sini jedhee Wolini demii
Malloo gadisee wanii fedhaa waqayyoo hin tanee dhisii wanii kanaa keessaa bayyii 😮😮😮😮
Hangaa italatii nafxanya basuufi hin bahii mana saanii gaddisee
Isiin biiraa Naggaa hii jiru Auzu biillah Namaa Akaa kessan Argee hii beku
Kkkkkkkkkkkkkkk....wwwwwwwiiiiiii
Gadisee lakii gizee abdin si kadatuu kanaa onee kee banifii jalalaa isaa iraa fuduu bodaa imoo in gabitaa
Abdii 😂😂😂
Abdii lakii tiii italaa tanaa jalaa hafii
😢😢
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Ani gàaddisee walii hin galitanii
😅😅😅😅😅😅😅😅
😂😂😂😂G😂😂😂saree jaabaa gowaa saree dulaatii 😂😂Usii 😂😂At😂😂fii😂😂😂A🐕🐕🐕🦮🦮🦮🤮🤮🤮🦍🦍🤐🤐🤐👎👎👎❓️❓️❓️❌️❌️👹👹👹👹🦍🤐
😂😂😂😂😂A😂😂😂😂😂G😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Abdin nama qalali akkanati adda tuuu😏😏😏😏
Tanaa saree robaa jalaa figuu dhisii abboo rabbii jedhii
Xoqayin kun hoji irraa si olee😂
Abdi atii samu hin qabadu taana taa rabbii hin bene akkmiti futta atileen kirii dhadhukaa abdii
Si.haa fuudhuukaa si.kan.rabbij beeku.😅oduu
@@BurteeShow-hm9rg baay'ee rakkataa jiruu shamarraan musilimaa 😂😂😂😂😂😂😂yaaddoon nyaattee😂😂😂😂
Kkkkkkkkkkk