Mo'aa tv galaattomma dhugaa waqaayyo boyi'chan dhageefadhee namni kuun gargarammuu qabdii malloo obbolloon kana argittaan hin caliisinna maallloo qarshiin hin dhuffa hin badda nama rakkatte tokko immoo yo gargarree waqaayyo waqaa irraatti nuuf laka'aa please let's help her 😭😭😭💔
Uuuuuuuuffffff Ulfaadhuu Yesuuse koo, Hadhoo Koo, bagaa Waaqayyoon sii gargaree Waaqayyoon beekaadha danda'aadha, Jirataadha Yesuus, Jabaadhuu, Hadhoo Koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤, Boor ijoollee, Waaqayyoof, hojeetaniidha , Jabaadhuu
Ulfaadhuu yesuus Koo hadhoo Koo waaqayyoo bagaa sii gargaree jabadhu waaqayyoo bekkadha
❤❤❤❤
jabaadhu Obbolleti koo waaqqayoo gargarraadha ijoollee kee siif guudisa, ini beekadha TV Mo'aa wareen rakkata gargartaan bagaa waqqayoo isiniin nuf keene gooftan isin yaa ebisu ibifama tajaajili keessaan kana caalaa yaa balatu eebbifama.
😊And ready tl4 43:40 😊3. 9 😊 43:21 😢
mashaaallah mashaaallah mashaaallah rabbi sii haa guddisa
Jabadhuu haraa fanaa rakkatus boruu harkaa sii qabuu abshir waqqayyon jiraa hin yadiin bareeduu koo
Waqayyoo inni sif kenne hunduma qaba abshir
ጌታ መልካም ነው ተመስገን እባካችሁ መርዳት ባንችል ሼር በማድረግ እንርዳት በጣም ነው ያሳዘነችኝ ኡፍ ሲያምሩ ደግሞ ጌታ እየሱስ ያሳድግልሽ ችግርሽን የምትረሺበት የሳቅ የደስታ ዘመን ይሁንልሽ 🙏🙏❤❤❤❤❤❤
😢😢😢 uuffee waqayyoo sif haa gudisuu
waqayyoo ini sif kene kan itin jiraatus sin dhowaatu❤
yaa Rabbi atti gargarssa keettii calaa yaa Rabbii waan ishii yaade olitti guttiif waan ishiin fettu 🤲🤲🤲😢♥️♥️♥️yaa Rabbi hadara🤲
👍👍👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻💪💪💪💪🤦♀️🤦♀️🤦♀️🤦🤦🤦🤦👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌❤️❤️❤️❤️💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wayi gati harme ofi uuufuuu ayzosh waqayyon sif haguddissu nama boru itti gammadu sihagodhu obolletti tenya waqayyon hojjin isaa dinqidha jabadhu waqayyon kankana sikennefu galatefachu qabda waqni sif hagudissu amen 🤲🤲🤲
😢♥️♥️♥️♥️Rabbiin siif haa guddissu 🤲🤲🤲waan hundaa siif haa lafissuu Rabbii sii woliin haa jiratu🤲♥️♥️♥️
የኔ ውድ እህቴ አይዞሽ ይህም ያልፋል እግዚአብሔር ልጆችሽን በሞገስ ያሳድግሻል አንቺ ጀግና እናት ነሽ
ደመናም አይታይም ዝናብም የለም ይህ ሸለቆው ውሀ ይሞላል ።
Waaqayyoo siifaa guddisuu haadhoo koo Tv moo'a guddaa galatoomaa dhugaa
በናትሽ አታልቂሺ። ሁሉን ያሳለፈሽ ጌታ ነው።ተመስገን ማለት ይሻላል።ሌሎቹ ልጆች ተረበሹ እኮ።አይዞሽ
Masha Allah Masha Allah Rabbin sif haa guddisu sillee fayyaa siif kennuu ijoollee kee rabbii sifii haa godissuu ❤❤❤❤❤
Adhokoo waqayyoo inni sii kennee sif Haa gudisuu ayizosh jabadhuu jabdujoo rakkina arraf malee nii darbbaa ❤❤❤❤❤❤
Mashaallah mashaallah rabbi sii haa guddisuu sanyi too ❤❤
Sii Haa gudaatuu dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoo sa eebbisuu gooftaan gargaaradha
Waqayyoo baga nagan sii hikee obbolettikoo
Omaa mitti kan knees waqadha siif haa gudisuuu
Waqayyo arkisa gababa mittii🩷🩷🩷🩷✌️👏🙏🙏🙏😴😔😔😔
Rabbin sif ha guddisu hadhoo koo sillee fayyaa siif ha kennuu maamii ❤❤❤❤
Baga walumanu genyee 😢Haadho koo Baga waaqayyoo siif kenne Ammas inni sif kenne ni gudisa ayizosh waaqayyoo siif kenne siif haa gudisuu ijoollen Kenna waaqayyooti hin amararaminii meeqatu da'imaa dhabe boha haadho koo ni gudatu haadha jabdu ta'ii ati Abba Mana keetis jajjabessii hojii hojete akka sii gargaruf waaqayyoo siniif haa gudisuu
Ebifama warii tv mo,aasi waaqayyoo waqarraa isni haa ebisu hamma humni keenya danda,e biradhabana ani nan boyee dhugaa waaqayyoo guyya qaba hundumaaf hundumutu hojisati galani isaaf haa ta,u!!!! akkeke godhe waan ta,e
Ebbiffamtu dha dhugaa waqayo siif haa guddisu waqayo isa jalaatuf ijjoolle lata
Masha allah Masha allah rabbiini isiini haa guddisuu ❤
Rabbiin sif haa guddisuu obletii ko abshiri ❤❤❤😢
Wawoo Waaqni siif haa Guddisu maloo ❤❤Gifti koo jabadhuu
Jabaadhu haadhoo koo waaqayyoo ijoollee ke sif haa guddisuu
የኔውድእህቴአይዞሽእግዚአብሔርልጆችሽንያሰድግልሽ
Amen Amen Amen baga walumaan genye Waaqayyo sih gudisuu❤❤❤❤❤❤
In kana dhaabbee raakkataa baga waaqayyoo siif keene haa ulfaatuu waaqayyoo
Ameen waluman Baga waliin genyee😢😢🎉🎉🎉🎉🎉 waqayyoo ijolee kee wajiin umurii dheraa siinif haa kenuu👏👏🙏😴😴😴😴😍😍😍😍🥰🥰🥰😘😘😘😘
Maalii jechuu dha Kun Baayee nama gadisiissa goftaan obsa fi jajabinaa isheef haa kennu obsii goftaan siin gargara❤❤❤❤❤❤❤
Waqni cina kee haa dhabatuu gudiisa sii haa gargaruu ❤❤❤❤❤❤
Jabadhu hadhoko waqayyo sihaa gargaaru ijjolee saddi dhisii tokkoyuu gudiisuun bay,ee ulfaata
Ameeeeeèn ameeeeeèn ameeeeeèn ameeeeeèn ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wooow Namati tola
Maloo dhugaa utun lakku Argadhee❤❤❤❤
Waqayyoo lakkuu naa badhasii ilmoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa alla rabiin sii haa gudisuu😢😢
Mo'aa tv galaattomma dhugaa waqaayyo boyi'chan dhageefadhee namni kuun gargarammuu qabdii malloo obbolloon kana argittaan hin caliisinna maallloo qarshiin hin dhuffa hin badda nama rakkatte tokko immoo yo gargarree waqaayyo waqaa irraatti nuuf laka'aa please let's help her 😭😭😭💔
Waqaayoo isinif haa gudisuu ija'a hamtuu iraa sii haa habisuu❤❤❤❤❤❤
Waqayoo baga sii garigaree ijoolee kee Waqayoo siifaa haa gudisuu ❤❤❤❤❤
Rabbin sif ha guddisu hadhoo koo sillee fayyaa siif ha kennuu maamii too❤️❤️❤️🥰🥰🥰💋💋💋
Waqqayyo haa ebbifamuu inni beeka waan godheeef qabaa isaaf hin danda.ama waqqayyo sii haa guddisuuu ❤❤❤
❤❤❤❤❤❤ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 congratulations
Bagga Gamadaan
Waaqayyoon jirra.
Ameen Ameen Ameen bagaa waalumaan ittin nuu gaa'ee🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉💕💕💕💕❤️❤️❤️❤️❤️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤𝐌𝐚𝐬𝐡𝐥𝐚𝐚𝐡🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bohiin darberaa borii guyyaan jiraa 😢😢
Ameen ❤Ameen ❤Ameen glt waqayyoo Kenaa waqayyooti❤❤❤❤waqayyoo gargarsa isa sifi haa latu ayizoshi hadhoo koo ❤❤❤❤😢😢😢😢
Waaqayyoo siif haa guddisuu hadhoo koo 🥺🥺🥺 waaqayyoo waan keenfi bekka inni
Yaa rabbıı koo!!!rabbıın ısııf haa
guddısu.wantı rabbıın laaffıse laaftudha.tokkoo dahuun haga ulfaatu,namuma argetu beeka,
Way ılma namaa,,,!!!
Waaqayyo nama gargaara !! Ameen baga gargaramte !!
Waqayyoo sif haa guddissuu obbeettii koo Abishiri boruu guyya hara hin dariibbaa
Waqayyoo siif haa guddisuuu jabadhuu hadhookooo ❤❤❤❤
Waaqayyoo siif haa guddisu😊❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuffffaaaa akkam namatii tolaa waaqayyoo siif Haa Guddisuu ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo isani ha guddisuu ❤❤❤❤ absher si guddatuu inni si kennee si guddisa waaqayyoo
Waqaayyoo sifi haa guddisu Jabduu hadhaati Ati hin gaddin kennaa waqaayyomo obsii borii itti si boqochisaa waqaayyo❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Mashallaah mashallaah rabin sii haa gudisuu❤❤
Ashirii
Jabadhu bareeduko Waaqaayyoo nama siif qaba amayu hiruke Waaqaayyoo siif haagutu jabadhu 🙌❤❤
Ani baayy'ee garaa naa nyatee homaa hin qabuu baratuudha rabbiin fayyaa siif haa kennuu warrii waa qabdani gargaraa
Uuuuufff rakkoo armee ❤❤😢😢waqaayoo siif gudiisa Iyaadiin❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow 🥰🥰🥰
Uuuuuuuuuuueeefeee waqayoo sif yaa guddisu ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo gara ke haa goru haadhookoo ❤❤
TV MO"AA Gooftaan isiin haa Eebbissuu , Anii Gamaa kiyyaan qarshii 500 Birr CBE Irratti ergeraa wanaan gaddefaaan godhee malee rakkoo ishee furuuf miti haa xiqqatuu malee ilaalee bira darbuu hin dandeeenyee dhugaa .
uuuuuuuuuuufffffffffuuuuu o m g ❤❤❤❤
Waqayyoo beekaa omaa hin yaadani isaatu keenee waan tahef isaatuu guddisaa waan taheef ok ❤❤❤❤❤😘😘😘😘
Tv Moha baayee gaalatooma
Mo.aaTVn Galatoomaa.
Bagaa waqayoo ittin siinn gahaa
Inn sifii keenne waqayoo sif haaguuddisuu jabdhuuAdhoo koo ebbifamaa❤❤❤❤
Adanechi ababee issin argine malloo itti himaafi manaa ha keenittufi rabbi namaa hin dhissuu
Waqayoo siif Yaa guddisuu ❤❤
Wowow anfisi rabiin nafi hakenu🥰🥰
Rabbii si haa guddisuu❤😢😢
Waqayyoo siif haa guddisu ❤❤❤
Waqaayyoo si Haa guddisuu❤❤🎉🎉🎉😢😢😢🙏🙏🙏
Rabbii siif haa guddiuu❤❤❤❤❤
Abshir rabiii gudisaa
Kun kennaa Rabbii dha hadhako Rabbiin siif haaguddisu
❤❤❤jabbadhu homma mitti sifi guddissa rabbin
Ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen bagaa gessee ❤❤
Uuuufffffeee gifti ko waaqayyoo sif haa guddisuu 🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤Rabbii siif kennee siif haa guddisuu.
Waaqayyoo isaanif yaa Guudisuu ❤❤❤❤
እግዚያብሄርያሳድግልሽ
Ani seena kana yoo dhaga'uu naani boo'ee,waaqayoo siif jira abshiiri jajabadhuu!!!!!!!
Waqayoo sii haa gudisuu hadhokoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuff waan haatii ilmoo wajjiin tatuu moo 😢😢😢😢
Ebifamaaaaa ❤🎉
Jabadhuu adhokoo waqayo guyaa qabaa siif haa gudisuu Waqayo kenyaaa 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️
Waqayyoo siif haa guddisuu Giftiikoo ❤jabadhuu waqayyoo gariidhaa ❤
Mashaalla rabiin Sii haa gudisuu inshaa allah 😢🎉🎉🎉
Uuuuuufe waaqayyoo siif haa guddisu giifti koo❤❤❤❤😢
Bareduu koo waqaayoo siif haa gudisuu jabadhuu jabduu koo waqaayoo gariidhaa
Siif guddatan ❤❤❤❤❤
Rabii sii haa dandesisuu
Jabbadhuu hadhoo koo waaqayyoo si haa guddisuu ❤❤❤❤❤
Waqayyoo siif haa guddisuu hadhokoo❤❤❤🎉🎉
Ashirii imimaa,qabajuu,dadhabee😭😭
Ameen Ameen Ameen baga gesanii ❤❤
Rabbii siif ha gudiisuu ❤❤❤