Baayyee nama gadisisaa dhugaa. Nama amanun baayyee akka namatti cimu seenaa obbooleetti kanarraan hubadhe dhugaa. Obbooleetti Waaqayyoo siif karaa fi akeeka qaba namoota si miidhaanif dhiifama godhifii. Garuu nama deebite akka hin amanneef of eegaadhu. Dogoggoraa kee isa kana durarraa wan baratteef, lamaffaa deebite akka hin dogoggoorreef irra deddeebisi yaadi. Waaqayyoo nama isa dura caalaa si jaallatu fi si hubatu, si gammachisuu sif in kenna abdiin kee garuu Waaqarra haa tau malee namarra hin tain. Jabduu intaala kayyoo qabdu. Namootai har'a si miidhaani gad akka hin jiraannef. Kayyoo keetti jabaadhu. Anis mada qaba akka kee obboleettidhan ganamuu badhus, abbaan mana koo na gane dubbarti bira narratti fudhe. Har'a garuu Waaqayyoo nama na hubatu na jaallatu naf yaadu. Na kenneraa. Anis jireenyakoo kana duraarra wanan baradheef waggaa 5 dhiiraa of irraa facisaan ture. Har'a garuu jireenyikoo gammachuun guutudha. Namoota na miidhaani gadi tae akkan hin jiraannefis kayyookoof jabaadhen biyyaa ormaa keesaa hojjechaan jira. Kanaaf obbooleetti koo jabaadhu abdii hin kutiin namamoo jaalladhu malee tasumaa hin amanin. Waaqayyoo hubannaa fi ogummaan si guutu.
Ijaa kotin arge arge obbolettin abba mana ishiti bira ya baratuu daa'imaa koo na lala jete ishin kan dhirsaa irra fudhate amma ijoolee 2 wali irra argataan garuu kuni saffudha Waqayyoo gochaa akkana irra nama ya bararuu
Bay'ee nama gadisisa wly Rabbii haqa kee hin dhisiin midhan nama homa miti ati amanta kee irratti cimii Rabbii kadhu homa hindani Rabbiin kan sana olii siif kena mudanoon dhiran midhamu nama bay'eetu qaba kanafu hundinu yeroodhaf ulfata male hin darba wonti hin darbine guyyaa du'a ofii male hin jiru abshir wanin siin jedhefin qaba anis bay'ee midhame turen garu hamma keessaa darbe jira atis hin darbita abshir jabadhu bakka jirtuti Rabbiin sii bira hajiratu lamu nama hin amanin jalladhu male ittu lakkofsa kee qabadhe siif dawale abshir siin jedhe natti tola maliin godha miti jabadhu dalagadhu hin yadin hundinu hin darba da'ima ketif jedhii of jabesii dalagadhu sin jedhan abshir
Abshirii qalii koo waqayoo wa,ee kefi hin faradaa sifi moo wanataa ati itii boqotuu galagalaa Kee sif hin kenaa jabadhuu hin darabaa waqayoo guyaa sati hin faradaa 😢😢😢😢
Rabbin kan caluu siif kenaa jajabadhu hojatadhu Amantaa keeratii jabadhu duyii godhii Rabbin gafaa dura kesaa rakko kessaa siibasee ammas numa jiraa oboletii kiyaa
Abshir rabiin sii fana jira bareeduu tenna homa miti hardhaa itti takkateemale borushe amas hin bekkamu 😊😢
Baayyee nama gadisisaa dhugaa. Nama amanun baayyee akka namatti cimu seenaa obbooleetti kanarraan hubadhe dhugaa.
Obbooleetti Waaqayyoo siif karaa fi akeeka qaba namoota si miidhaanif dhiifama godhifii. Garuu nama deebite akka hin amanneef of eegaadhu. Dogoggoraa kee isa kana durarraa wan baratteef, lamaffaa deebite akka hin dogoggoorreef irra deddeebisi yaadi. Waaqayyoo nama isa dura caalaa si jaallatu fi si hubatu, si gammachisuu sif in kenna abdiin kee garuu Waaqarra haa tau malee namarra hin tain. Jabduu intaala kayyoo qabdu. Namootai har'a si miidhaani gad akka hin jiraannef. Kayyoo keetti jabaadhu. Anis mada qaba akka kee obboleettidhan ganamuu badhus, abbaan mana koo na gane dubbarti bira narratti fudhe. Har'a garuu Waaqayyoo nama na hubatu na jaallatu naf yaadu. Na kenneraa. Anis jireenyakoo kana duraarra wanan baradheef waggaa 5 dhiiraa of irraa facisaan ture. Har'a garuu jireenyikoo gammachuun guutudha. Namoota na miidhaani gadi tae akkan hin jiraannefis kayyookoof jabaadhen biyyaa ormaa keesaa hojjechaan jira. Kanaaf obbooleetti koo jabaadhu abdii hin kutiin namamoo jaalladhu malee tasumaa hin amanin. Waaqayyoo hubannaa fi ogummaan si guutu.
Dhugaa keeti dubbiin ati jette 100 % dhugaadha gorsa kee kanarraa akka waa hubatan abdin qaba warri commenti tee dubbise hundi. Jabaadhu atis baga rabbiin si gammachiise
Ayizosh kodee too Ati dubartii Cimtuu ta'ii Isaa darbee hundayyuu dagaadhuu Jirenyaa Haraa jiraadhuu Amantaa ketti Cimii kaadhanan jaabadhuu Waaqayyoo Galgaala kee sif haa bareechuu 🥰🙏
Dhugaa seenaa garaa nama nyaatu isii Rabbiin addunyaa irratti harka kee haa ilaalchisuu ati ammoo rabbi kan san caalu siif haa kennu hojii keetitti jabaadhu abshiir
Bay'ee nama gaadisisaa garuu Atii wan gaarii gochuu keetif waaqayyoo SI hin gatuu hojjii waaqayyoo Eegii in wan sif godhuu qabbaa jabbadhu!!!!
❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😊
Nama gaddisisaa dhugaa omaamitti jabaadhuu undduu nidarbaa jaabaadhuu Kan siif afettuu caalaa❤
Bagaa baraa haraa gesee qaxalee kenyaa jajabadhuu jegnaa namaa ❤❤❤❤😂😂😂🎉🎉
Uffffff😢 obboleetti keenya jabaadhu abdii hin kutiin rabbiin kan caalu siif Kenna inshallah
Homaa mitii jireenyii biyaa lafaa bu'aa bahii bayee qabaa Hunduu gaarumafii Abdii kutiin qorumsii kee Amma jajabinaa sifi ta'aa dhumaa irraati moo Waaqayyoo si milkeesaa laphee keetiin yero hundaa Waaqayyoo kee waliin ta'ii isaa hundumaa keessaa nama dabarsuu nama ta'ee kan qoramnee jiruu ni darbaa Azoshii Waaqayyoo si waliin haa ta'u ♥️ 😢😢😢
😢😢😢 dhugaa imimatuu naa keessa robbee woyyi hadha fi abba dhabu 😢😢😢😢
Ishee garajabeeti obooleetinkee siganteejirti garuu amamoo kan 1:51 abaa manatif obooleeti kee caltuu rabiin siif haa keenuu rabbin
Rabbiin jireenya san dabaru ishee haa jiraachisu
Rabbiin kaa isaa caalu bakka sii haa buusuu
Jabadhuu hadhoo koo rabiin jiraa abdii ke waqayoo godhuu mucaa ke gudifadhuu namaa gadisisaa garuu waqayoo jiraa❤
Waqayoo kan kanaa calii siif kenyaa jabadhuu
Waaqayyoo samuu keef boqonnaa ha kenuu Waaqayyon kadhadhu inni nama hin ganee sii wajjiin jiraa hadhokoo
☝️☝️☝️☝️🥰🥰🥰🥰
❤❤❤akka amantatitti obboleettiin haadha warra isaan waliin mana tokko galuun dhoorkaadha dursee. waan dogongorri akkanaa argamuuf jecha.
dubartoonni keenya waan kanarraa baroomsa guddaa fudhatuu qaban.
obboleettiin teenna ujoollee ishii guddifataa carraa biraa barbaaduu qofa❤❤
Abshirii sayniko ati bari Leecaa jabadhuu anfi si mati tai gamachisi ❤❤❤❤❤
Kancalu rabin sifhakenuu❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😊
Waaqni waan gaarii godhafi jabaadukoo jabaadhu jaban yesus sifana
Subahanallaha ya Rabii ya Allah nu qajelichii atii sena gara nama nyatuu 😭 walahi qalbii nama cabsa Rabin si ha jajabesu jabadhu 😢❤❤
Oromia 24 waan baay'ee irraa baraadhe jabaadhu Ammmas share sif gonna hiriiyoota keenya irratti
Jabadhu sii fanaa jiraa waqayyoo sii yaa gargaruu gamee kenyaa dhugaa ani malif naa biraa gahuu didee jedhee irraa deddebie ililaa turee
Homaa miti gatii hojii ishii nii argati
Ijaa kotin arge arge obbolettin abba mana ishiti bira ya baratuu daa'imaa koo na lala jete ishin kan dhirsaa irra fudhate amma ijoolee 2 wali irra argataan garuu kuni saffudha Waqayyoo gochaa akkana irra nama ya bararuu
Waan si mudateef Nan gadda garuu chaalenjjii hedduu nuufiyyuu qoddeetta waan ta'eef sitti dhagahaamuu hin qabu
Yaa Rabbii Kiyaa Baraa Akamii Kesaa Jir😢😢 YAAOBOLLTII KOO RBBIN KAA DAN OLLII SIIF HAA BASUU
Yadda kennun naati ulfate dhuga rabbi abba dhimma osoo tatte naati tola
Waqayyoo sennaa ke sif jijiraaa jabadhuu jabee to Amantaa ketii cimii waqayyoo si walin ya ta'uu
Yaa obbolletti keenyaa Ohomaa mi itti Aatti ciimatudha kanafu wantokko hin yaadiini iitti dhiisi ofi keetifi jiiradhuu daimaa kee guddiifadhuu
Uuuffff baayee nama gaadisaa dhugaa dhisaa waqayyoo dafaqaa keetii sii debisuuu😢😢😢😢😢😢😢
Homma hin yadin rabbin isaa sii didee Kani kanaa caluu fiduu dandana'aa rabbi irra abdii hin kutin ammasi jabadhu
Jabaadhu hadhoo koo sii waliin jiraa ❤❤
Jajabadhuu omaa mitii in darbaa
Jaabadhuu
Yaa rabii kiyya malii dhagaha jiraa Yaa safuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢rabii sfi jiraa jabdhu wanii rabii sifi hiree hin dhabduu attii jabduudhaa amasii jabdhu dalgadhuu malqaa kee wolti qabadhuu 😢😢❤❤❤ hiryyaa tiyyaa Lee akanumaa oboleetii jarsaa isiti jala herumtee si qofaa mitti bakumaa maraa jiraa kunii rabii issituu musibaa itti mudhisee ilmoo fayyaa qabnee dhaltee rabii jaraa haa diguu ishalaa😢😢😢
Ufee rabin galgal ishi ha barechuu ishaa allha
rabbiin si walin ha jiratu😢😢😢😢
Jajabadhu hadhoo koo omaa miti kani cara keeti hini dhaduu
😢😢😢😢😢
Ayiii maali wanni akkanaa wayyoo abaarsa😢😢😢😢obsi obboleettii koo uuuf
Walhii gartu na gubate uuu😢😢😢 abshir kan rabbin sif latuu hin dhabu obsii hadhoko
Obbolletiko kun homa jechuu miti kun biyyuma lafati ati garuu amnti qabduun waqyoo keeti jabadhuu waqyoo kan caluuti sii basuu danda'aa 😢
akkaminaan seena koo imachuu danda'amee 😭😭😭😭
Lakkoofsa barbaaddadhuu😢😢😢😢
Raabin hojii isani ni. Kafala jabadhu ati.hunduma kenyatu.midha qaba 😢
Jabaadhu hadhoo koo sii waliin jiraa 🙏🙏❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ yes
😢😢😢😢😢😢😢😢homa miti waqayyoo siifis yaadaa qaba obboleti ketis hin gadiin ishiin haftee maattii ketii hadhoko waqayyoo jajjabiina siif haa kennu
Yaa. Alla 🥺🥺🥺🥺🥺
Jabadhuu gamee kenyaa sii waliin jira
Wani Garaa Namaa Gubuu
A shirimirii Kaa Isaa Caluu Rabbii Bakkaa Siif Haa Busuu
Umrii kee sii haa dheru jabadhu
Uuuuuuuffiii hadhaako waqayoo si jira homatti jabaadhu barumsaa guddadha Gameee galtm
Homaa miti haadhokoo kankee kanuma keeti kan rabbi siif qoode hin dhabdu ati ishiis hin abaarin duruma abaramnanu cubbu kana hojjette ati ammayyu ishidhuma ol jiraatta borus akkasuma garuu wantin sin gorsu yoo jiraate dadhabbi waggaa 2 sadi miti kan Guyya tokkoyyu hagam hakka ta, e beekta kankee namaaf dhiifte gana ofikee hin rakkatin waraqaa ittiin erite yoo qabaaatte ittin gaafadhu yoo dhabdemmo dhokadhu biyya deemi silkii dawwali too dhimma birri itti ergite hasofsisi yeroo sanammo silkiifi sagaleesa rikordi godhi seeratti dhiheeffadhu mucaake iyyumma haadhaf abbatti hin gatin waan biraa yoo dadhabde mucaa keef gammachuu taata bira jiraachunkee
gammee homa miti jabadhu
Abshiir hundaafuu rabbii caaltuu siif haa filuu😢
Kun homaa mitii rabbiin kan isa jalqaba callu sif hiruu danda.a
Waaqaayyo obsaa sifii haa keenuu homaa mitii kanii waaqaayyo sifii ka.ee kanii keetii carra kee hin gaadiinii waaqaayyo boodaa kee barachuu danadahaa isaa waniitii daadhabamuu takkoole hin jiruu
Gamchisa ❤❤ yodada qabaa Wan samukiya rakee 😢😢
Yooyyaa anaa dhufu gammeekoo.❤❤❤
Safuu 😢😢 sifii waaqayyoo jiraa waaqayyootii gatii dhisii
Baga nagaan dhufte as jirta eda
Senaa garaa namaa nyatuu😢 jabadhuu
Abshir koodee teenya waaqayyoo waan siif yaade qaba Abdii hin kutiin
Okay
Waqayyoo obsaa fi dandeeti siif haa kenu. Abshiir homa mitii siif hin baduu .waqayyoo dhuma kee haa bareechu
Kuniis jiraa ya rabbii🥺🥺🥺🥺
Safuu yaa rabii Amashir oboletii tenaa
😭😭😭
Dhuga kee yeroo isaa egate dhufa itti cinqaminii habibtii kun safudha
Ani hordofaa kee han gafaa😅
Galatoomi Haadhookoo
dhuga kunii bayee ulufat obletii ko jabdhu dhuga atii jabdudha ir fadhuu 😢😢😢😢
Jabadhuu gamee kenyaa ❤❤❤
Bay'ee nama gadisisa wly Rabbii haqa kee hin dhisiin midhan nama homa miti ati amanta kee irratti cimii Rabbii kadhu homa hindani Rabbiin kan sana olii siif kena mudanoon dhiran midhamu nama bay'eetu qaba kanafu hundinu yeroodhaf ulfata male hin darba wonti hin darbine guyyaa du'a ofii male hin jiru abshir wanin siin jedhefin qaba anis bay'ee midhame turen garu hamma keessaa darbe jira atis hin darbita abshir jabadhu bakka jirtuti Rabbiin sii bira hajiratu lamu nama hin amanin jalladhu male ittu lakkofsa kee qabadhe siif dawale abshir siin jedhe natti tola maliin godha miti jabadhu dalagadhu hin yadin hundinu hin darba da'ima ketif jedhii of jabesii dalagadhu sin jedhan abshir
waan hundaa caala gamee jajabesaa obboolotaa koo oromoo oromoon galaana hadaraa ❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Ani comment hin baresuu malee baay'een sii hordofaa gamee sagalee kee baay'een jalladhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jaabbaadhuu gamee kenyaa ❤❤
Waqayyo sif haa faraduobboletti koo
Abshirii qalii koo waqayoo wa,ee kefi hin faradaa sifi moo wanataa ati itii boqotuu galagalaa Kee sif hin kenaa jabadhuu hin darabaa waqayoo guyaa sati hin faradaa 😢😢😢😢
Well came
🥰🥰🥰🥰🥰🥭😊
Uufff waqayoo jabinaa sif Yaa kenu 😭😭😭😭
Jabadhuu homa miti❤️❤️😭😭
Kan caaluu waaqayyoo sif haa kennuu obsii
bagaa.dhuftee.gamee❤❤❤
Jabadhu siwojin jiraa abshir
Welacami gamee
Welcome Mubarak
Mube
Ayi dhaloota kana 😢😢😢😢😢
Abshirii jabadhuuu ❤❤❤❤😢😢😢
Jabadhuu qalii kenaa❤❤
Ayii namaa gadisisaa egaa obsii jaabadhuu😢😢
Well Gamiyee maaloo hin badiinii
😭😭😭😭🤲❤
Yoyyaa ❤
Ka dabre dubbatuun furmaatan tahu garuu ati yaa obboleetti too ifumaaf ifitti sababaa taate😢😢
Abshir homa miti wanumaa baraa kan demaa jiruudha 😔🥹
Kootu nasifuudhaa
Senaa Kuni muddano namaa hedutii Kaa caluu si haa kenniu
Jabaadhuu game keenyaa sii wajinii Jira