Maaloo kan hiyyummaa fi gadadootti nu naqee fi nu rakkisee hojii keenyaa males nu samtaan warra gg isiin mitti ummani oromoo iddoo birraa samamaa him jiruu warrior gg ummata saamaa jirtuu kun rakkoo ummata oromoo gg isaa jalqabati jaal
Silaas kana caala maal dubbachuu feeta, hasawaanke dharas ta'u dhugaa bubuleedhuma bira genya. Kana caala jaallawanke dhoqqee dibuun barbaachisas miti...
Yes Sanyaa Ragasa Telling truth we must support Galaa sanyii Ragasa saying truth
Sanyyii Nagaasaa farada OPDO sagalee PP diigaa qabsoo aangoo irraa hin jiru. Ibisa kennu hin danda'u. Han isa deegaru OPDOdha
Ammallee dhiigni wareegamtoota fedhii dhuunfaatiif wereegamanii haa dubbatu
Jajjabbee Wabbii Sabbaa Oromo ❤️💚❤️
Bakkee siin gessan hin agaree umataa kenyaa fixanii galuun hin jiruu ossoo bakkeen hin gahin mattii kenyaa qeyyee sanitii buqistanii 😢😢😢😢
Baga Dhugaa jirtu baafte, Jaallewwan hafaniif illee hubannaa haa kennuuf!!
Jabadha.wabo.ko❤❤❤❤❤❤❤❤
Sanyyii Nagaasaa farada OPDO sagalee PP diigaa qabsoo aangoo irraa hin jiru. Ibisa kennu hin danda'u. Han isa deegaru OPDOdha.
Nafii jiradhuu yomilee gaachann adunyaa
jaanjjo maraa .
Issin walnyaadhaa
Fanoon biyyaa fudhatuu demttii
Jabadhaa
Ilaa yaada kana jaalan biraan naaf gahi.jaal.marroos haata'u jaal.sanyiin rakkoo gidduu isaani jirtuu mariidhan hiikuu qabu.wal dhabdeen isaani Kun diinaaf karaan bana.kanaaf sagalee keessaan diinni dhaga'u hin qabu.waliif gala mari'adha.walii galuu keessaan yeroo gabaaba keessatti nun gaha.hora bulaa deebana
Mooyii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 boruu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮😢😢😢
❤💚
Qaaliwwan sabaa dafaati dubbikana furaa garuu isin.woldhabdanus qabsoon duubatti hindeebiyanu
Isin lachuu oduu dhiisati harka kenna. Dhugaa isiniti hima wal waanyo fi wal hinaafun keessan kunoo amma sadarkaa kanaan isin gahee jira. Dhugaa isinitti hima isin ummata oromooti buaa tokko hinfiddanii isin lachuu mootummati hark kennadha. Ummani oromoo sababa keessaniin dhuma jira ,qabeenyi isaa mancaa jira . Sababa keessaniin misoomaf badhaadhini oromiyaa akka malee duubati deebiee jira. Ati kan Jaal Sanyii ofiin jetu waan tokko sitti himaa beeki "bulguun ilkaan sagalii" eenyu akka ta'e Rabbitu beeka. Garuu wanti ati beekuu qabdu."ABo-WBO"n Erga maqaa oromotin qabsauu eegale wagaa 50 ol ta'ee jira. Haatau male hoggantoonni sababa anatu caala anatu caala jechudhatin waan wal nyaataniif ummata oromoo ficisiisu malee buaa tokko hinfinnef.
Akkuma dargiin kufeen "ABO-WBO" ummata oromootif qabsoofna jedhanii olola gara garaatin ummata oromoo osoo ofjala hirirsa jiran buaa mataa isaanitif jecha biyya alatti baqatanii ummata qulqulluu oromoo akka maleeti ficisiisa turan.
Amma waam isiniti himu beeka. Dhiiga ummata oromoo daceerra dangalaasuu diisati Waamicha Mootumman isiniif godhe kabajuun bosona keessa gala yoo diddan ummani oromo shira keessa kanarrat haalan dammaqee dacee oromiya irra isin baleessa. Dhugaan jiru kanuma !!!
Dhugaa tanaa ok
❤❤❤❤
Maaloo kan hiyyummaa fi gadadootti nu naqee fi nu rakkisee hojii keenyaa males nu samtaan warra gg isiin mitti ummani oromoo iddoo birraa samamaa him jiruu warrior gg ummata saamaa jirtuu kun rakkoo ummata oromoo gg isaa jalqabati jaal
warani.bilisuma.oromo.qalidha❤❤🎉💪💪💪🐆🐆🐅👍🐆🐆
Silaas kana caala maal dubbachuu feeta, hasawaanke dharas ta'u dhugaa bubuleedhuma bira genya. Kana caala jaallawanke dhoqqee dibuun barbaachisas miti...
😮😮😮😮😮😮😮
Project eegaa jirra👂
Sanyyii Nagaasaa farada OPDO sagalee PP diigaa qabsoo aangoo irraa hin jiru. Ibisa kennu hin danda'u. Han isa deegaru OPDOdha
Dhugaa tana basa garan nu gubatee
Adaraa waan akkasii kana dafaa xumuraa qilleensi isin Gidduu Akka hin Galle yowalii galaan alaa galuu jedha Oromoon
Kan Bitamee Marroo Miti Sanyiidhaa
Nuuf koottuun jaal sanyii
Garuu salpinaa keessa
Galtanii
Atillee kan dubbatatuu
Jaal marronilee kan dubbatuu
Sirrii fakkata Oromoon abarsa qabaa malaa
Koottuun Mee
Hay carraa oromoo ofii wal waraanuu jalqabdanii galatoomaa ulfaadhaa Oromoo Abdii kutadhaa Abiyyuma wayyaa lakkii duraanilleen sin Abdatuu turre
Sanyyii Nagaasaa farada OPDO sagalee PP diigaa qabsoo aangoo irraa hin jiru. Ibisa kennu hin danda'u. Han isa deegaru OPDOdha
😭😭😭😭😭😭🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Malif hin dhabina
Jaal sanyii Obsa si baarbaachisa malee boodee gabuun nama mudeta
Abdii nama murachiisaa 😢
😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤😂❤
UuuuuuuUffi.mooyi.😭😭😭😭😭borru ,
Basaftuu tani akkanaa tana😂😂😂😂😂
0:52 0:54
Kaan dhiiga qabsaawoota dhuuga jjiru kana ni beekina. Duruumaa qabsoon maraammarto, 'vicious cycl' seensise.
Kkkkkkk
Bo mail kiya xskas😅😅
Qaxelee koo
H
Jaanjoo!!
Hattoota akka nama waa beekuu yoo dubbattu .Dhiiga dhala oromoo ni kafalta gumaan keenya hin hafu abadan
Please yoo dhuguma qasoodhaaf mana baate ta,e ji,a haha dhiisi namni waggaa shantamayyuu walíif obsa marroo Mario sabaa qeequuf yaaluu irra Wal gorfadha hangar dhumaatti yoo kan dogogorulle ta,e nama kutadhaan Ummata Oromootii of kenne qophaaisaa hoggansa bilchtaa kennaa ture 8:56 qabsoo Oromoo ittichee asiin gahe
😢😢😢😢😢❤❤❤
😂😂😂😂
Kyaa naf jira
Salphadhu gadi galoo
mu dhiisi adaraa!! hin fakkeessiin!!
Namni kunii soba haasa'a. Waan qabatama ta'e tokko hinjenne. Jechuus hindanda'u. Yoo dhugaa qaba ta'e, maaltu ta'e, yoomi ta'e, eessatti ta'e? Bulguun kuni eenyu?
na'egaa ragaadhaanan debi'a ibsa kennaa siin jedheebee kana calamaal siin haajedhu?
Kan Kee Kana Hin Fudhannu
😁😁😁😁
Osoo loon hin galin hattuun dallaa loonii guutte gedha Oromoon. Osoo bilisummaa bira hin ga'in aangoodhaaf wal nyaachuu jalqabdanii? Du'ii biyyoo nyaadhu ilma hartee!!! Bitamtuu, qarshii PP irraa fudhatte kana immoo hin nyaattuu bari!!!
Kankee kun fudhatama hin qabu
Otuma walitti bu'uu baattaniiyyuu ani qabsoo waraanaa kana irraa garaa kutadheera. Biddeena nama quubsu eeleerratti beeku. Abbaan irree barcuuma wal jijiireef bilisummaan dhufu hinjiru. Yoo dhuguma Oromia jaalattan daangaa Oromia deemaa lolaa. Yookan Faannoon dhuftee Oromia haa "bilisoomsitu". J/ Marroon lolli Wallaggaa xumuramnaan moo Faannoon aryaannaan jiddu galeessatti waraana boobbaasuu murteesse?
UuuuuuuUffi.mooyi.😭😭😭😭😭borru ,