WAYYAAREE: SINGER SOLOMON ALEMU (Official Video)

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 22 сер 2024
  • " Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe."
    (Hojii Ergamootaa 4: 12)
    " Neither is there salvation in any other: for there is none other name under heaven given among men, whereby we must be saved."
    (Acts 4: 12)
    መዳንም በሌላ በማንም የለም፤ እንድንበት ዘንድ የሚገባን ለሰዎች የተሰጠ ስም ከሰማይ በታች ሌላ የለምና።
    (የሐዋርያት ሥራ 4:12)
    Topic: Wayyaaree?
    Singer: #Solomon_Alemu
    Feat. Yadesa shiri
    Abrham Tare
    Lidia Deressa
    Music Arr. Elias Birhanu (Elu studio)
    Camera & Editing: Fikiru Haile ( Qumbi Pictures)
    Color: Samuel Girma ( Kanenus Films)
    Mixing : Moti Taresa
    Directed by: Geleta Ijara
    Lyrics
    Humna Ammeenya furguggifamee
    Kan dhaloota bochisuuu
    Isa beektotatti bitaa galee waan
    Gochaa wallalchisu
    Bineensicha bifa jijjiiratee Addunyaa
    Kana qaaqsuu
    Ibidda isa Ardiirraa dhaamuu dide
    Rabbi qofa kan dhamsuu
    Akkas ta'aa? Akkasimmo
    Wayyaaree? Gaaffiin maaf
    Wal rakkisu×
    Maqaan fayyinaa hundumaaf
    Kennamee yesuusi kan fayyisu.
    01, Aduunyattiin kun duruu galaana
    Tolasaatiin lafa taate
    Biyyi lafaa garaa nuuf hin laafne
    Yesuustu Arkatti nu baate
    Bartoonni naasuudhaan
    Jeeqamnaani gab godhe goolee
    Qilleensaa
    Dhuguman jedha yesuus qofatu
    Nagaa diigame hundeessa.
    Humni fayyisuuf dawaa
    Kuusu
    Rabbi inni Addunyaafu nagaa
    Buusu ×2
    Humni fayyisuun nagaa fidu
    Isanni tolootaaf du'a didu ×2 Ameen jettuuree
    Ameeen Ameeen
    Dhugaan hodeecha
    Ameeen Ameeen
    Fayyinni guutuun
    Ameeen Ameeen
    Yesuusum keessa
    Ameeen Ameeen
    Ameeen Ameeeeni
    Ameeen Ameeen
    Ameeen Ameeni
    Ameeen Ameeen
    02, Galaanni Rakkinaa dambala'eef
    Abadan nan nyaatu
    Shakkii tokko hin qabu arka
    Yesuusi markabni na baatu
    Murxuxen jal'inaa darbatameef
    Jireenyakoo hin diiguu
    Abbaa tokkon qabaa yeroo hundaa
    Kanan itti fiiguu
    Nan dhaalu uleen jal'ootaa
    Nafaana tikseen dhalootaa
    Eyyeen nan dhaaluu uleen
    Jal'ootaa
    Nafaana tikseen dhalootaa
    03,Biqilaankoo Daraaree ija buusa
    Hin badu sanyiin facaasee
    Gad nanteessisu danqaan dhaloota
    Yesuustu dibee na kaasee
    Narra jira gaaddidduun Abbaakoo
    Waantalle akkam namootii
    Qorumsarrattan boonaa jiraadhaa
    Yesuus naaf nageenya kootii.
    Nan dhaalu uleen jal'ootaa
    Nafaana tikseen dhalootaa
    Eyyeen nan dhaaluu uleen
    Jal'ootaa
    Nafaana tikseen dhalootaa
    Ameen jettuuree
    Ameeen Ameeen
    Dhugaan hodeecha
    Ameeen Ameeen
    Fayyinni guutuun
    Ameeen Ameeen
    Yesuusum keessa
    Ameeen Ameeen
    Ameeen Ameeeeni
    Ameeen Ameeen
    Ameeen Ameeni
    Ameeen Ameeen!!!!
    Faarfannoota Koo biroo UA-cam channel biraa irra jiran daawwachuuf
    ANAAF HIN MALA HIN SEENE
    • Solomon Alemu ANAAF HI...
    TOKKO HAA TAANU
    • TOKKO HAA TAANU : SOLO...
    BAAY'EE AJAA'IBA
    • #BAAY'EE AJAA'IBA. New...
    My Facebook page for Follow Singer Solomon Alemu
    / singer-solomon-alemu-1...
    My UA-cam channel For subscribe
    / @solomonalemuofficial
    #New_oromo_Gospel_songs_2021 #Ethiopian_Oromo_Gospel_songs #Faarfannaa_Afaan_Oromoo #Faarsaa_Haaraa #Abrham_Tare #Yadesa_Shiri #Dawit_Girma
    #New_Ethiopian_Amharic_Mezmur
    #Songs #Mezmu

КОМЕНТАРІ • 1,2 тис.

  • @febubelay6986
    @febubelay6986 3 роки тому +80

    I from Eritrean l don’t know what you said but I’m happy by this song GBU brother

    • @senadereje8272
      @senadereje8272 2 роки тому +3

      They are singing that Jesus is with us we are never beaten with enemies 😍😍

    • @gelataudessa9859
      @gelataudessa9859 2 роки тому +2

      The name given for all to save us from enemy is name of Jesus christ

    • @user-mi8px3is6t
      @user-mi8px3is6t 6 місяців тому

      ❤❤❤❤❤❤

    • @disisaz
      @disisaz 5 місяців тому

      I have nothing against my Eritrean brothers. May you gain freedom soon from Isayas & co.

  • @masiishanbel1508
    @masiishanbel1508 3 роки тому +12

    Ani ortodooksiidha garuu farfaannan kun baayyee natti toleera. Waanuma biyyi keenya itti jirtu kana ofkeessatti hammata natti fakkaate. Eebbifami nama waaqaa.

  • @tesfanshyoutube3814
    @tesfanshyoutube3814 Рік тому +10

    I'm from Wolayta and l'm Christian l love the oromya people and God bless you Thank you for the nice song❤❤

  • @user-sf3yi8vz2c
    @user-sf3yi8vz2c 8 місяців тому +6

    I am a Cameroonian but still love these songs from Ethiopia. God bless you c

  • @dhalootabarbaanna
    @dhalootabarbaanna 3 роки тому +55

    Ameen ameen ameen ebbifami dachaan ❤💔💔 bucheekoo sijaalladha baay'ee sareekoo
    Adaraa ordoftoonni asjalati argamtan martikeessan sher godhaafii ebbifamaa dachaan

    • @misganatamirat5954
      @misganatamirat5954 3 роки тому +2

      Ameeeeeeen AMeeeeeeen soloooooko bay'ee namatti tola eebbifami🍎🍏🍑🍊♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

    • @bontuuyubtube1838
      @bontuuyubtube1838 3 роки тому +1

      Ameen ebifaamaa

    • @lensamulunafamily5103
      @lensamulunafamily5103 3 роки тому

      Maatii nafii ta'a ijole waqayyo

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii

  • @getachewdebsu15
    @getachewdebsu15 2 роки тому +3

    Daraandursa Inni Sifilate Haa eebbifamu GOOFTAAN Keenya IYYESUUS KIRISTOOS !!! Atimmoo amanamiif !. Gurrakee wantoota nannawaakee irraa sitti dhaga'aman aduudhaa gaditti kan jirani irraa of'eeggadhu siifis hin fayyadan !. Ulfina Gooftaakeenyaafis hin ta'an waan ta'eef !!!. IYYESUUS FAYISAA ILMAAN Nama hundaati Isaan malee daandiin fayyinaa hin jiru. Amen !!!!!!!!!!.

  • @werkifwerki1014
    @werkifwerki1014 3 роки тому +11

    Akkas ta'aa akkaas immoo wayyaare gaffiin maaf wal-rakkiisu
    Maqaan fayyiina nama hundaaf kennaame Yesusi kan fayyisu
    Wow! Qaxxaale mucaa waaqa jabaadhu. Faar. baaredadha. Ameeeeen 👏🥰🥰🥰❣

  • @fayyatube2836
    @fayyatube2836 2 роки тому +12

    Ani musilima garu baye si jaladha 😍😭

  • @dghfh2600
    @dghfh2600 2 роки тому +8

    በጣም የምወዴው ዘማር ሶል ተባረክ እነ ኦሮሞይኛ አልሰማም ግን ያአንተን ዘማሪዎች ሰሰማ በጣም መንፈሰ ይናካል እግዚአብሔር በዝህ ክፉ ዘመን በደሙ ይሸፍን ከእየሱስ ጋር በከፍታው መኖረ ይሁንል❤😘❤❤

  • @SanyiiDheeressaa
    @SanyiiDheeressaa 8 місяців тому +3

    I am from Oromia I can't express my glad by this song!

  • @eyesusyadenal8383
    @eyesusyadenal8383 Рік тому +7

    I don't speak or listen the language but the song is holy spirit touched made me say Amen and Amen!

  • @ashefikadu3691
    @ashefikadu3691 3 роки тому +8

    Maqaan fayyinaa hundumaaf kenname Yesusi kan fayyisu, Eebbifamaa Namaa.

  • @evangelisttolaatadese2069
    @evangelisttolaatadese2069 3 роки тому +11

    Abeet jecha , ajab!!!!!
    "isa inni tolootaaf du'a didu"
    "Ammeen jettuure"...
    Waawu soil ko eebbifami

  • @singerdejenefedesaofficial6858
    @singerdejenefedesaofficial6858 3 роки тому +6

    Nuuf jiraadhu Salamoon Nama Guddaa
    Jaallattota heeddu qabda jabaadhu

  • @diiborraamucaakaakuugoofta131
    @diiborraamucaakaakuugoofta131 3 роки тому

    Uuuuuuuuuuuuuuufffeeeee Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen naadhaanuu uleenii jaaloottaa naawaajiiniinii tiikeseenii dhaaloottaa yesuus gooftaadhaa waaqayyoo gooftaan baraaf jiirenyaa kee daachaa diirbiidhaan siif haa ebbiisuu ayyaaniif Ubbaannaanii oguummaan Ummaanii waaqayyoo kaanumaa caalaa daachaadhaan siif haa baayyaatuu obolesa keenyaa faarfaataa soolomoon❤👏👏👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @yosanmegersa6077
    @yosanmegersa6077 3 роки тому +1

    Uuuuuuufffffu waqayoo barumaa kee haa ebisu homtu sin qabinii darbii ademii ameeenn ameeenn sifi haa dabalamuu ebifamiii ❤️❤️❤️🎻🤲🤲🤲🙏

  • @siifaanbbsaa8341
    @siifaanbbsaa8341 3 роки тому +4

    Namaa koo garramiii kooo eebiifaamiiii waqnii koo kaanuummaa caalaa ayyaanaa issaa siif haa daabaluuu❤❤

  • @warqituumulataa373
    @warqituumulataa373 3 роки тому +7

    Qaxaalee koo baga nagaan dhuftee haa jajjabeessinuu🙏 💚❤️💚

  • @R00ziiAlemu
    @R00ziiAlemu 16 днів тому

    ❤ameen farfanna baayyee jaladha keessa isaa tokko ebbifamii kanatin ansuun kanaa boodaa garaa amanta kana dhufeeraa na simaadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hcvhefdhbch9971
    @hcvhefdhbch9971 Рік тому

    Qaaxalee mucaa abbaa koo yesus si yaa ebbisuu ebbifami dhuumma kee yaa barechuu waaqayyoo goftaan ebbifami 🎻🎻🎷📯🎤🎸🎹📖⛪👏👏👏👏👏Amen amen amen amen amen amen ashuuuuuuuu ebbiffami

  • @biqiltuuborii2233
    @biqiltuuborii2233 3 роки тому +4

    Ameeeen ameeeen uuuuuuuufffffff ebifamaa ebifamaa solee kenyaa nuu jiradhuu nu gudadhuu mucaa kakuu daqaranii haa hurauu

  • @fanniiyesus7131
    @fanniiyesus7131 3 роки тому

    Ameeeen ameeeen ameeeeeen ebbifamii ebbifamiii ayyanii goftaa sifaaa bay,atuuu iiiiiiiiiiilllllllllllliiiiiiiiiilllllllllllllliiiiiiiillllllll ulfadhuu yesuskooo

  • @yesuusgooftaadhaa536
    @yesuusgooftaadhaa536 3 роки тому +1

    Waqqayyooo saa eebbisuu dachaa dachaa
    Hundumti keessaani eebbiffaamaa maqaa yesuusni

  • @chalasadata3185
    @chalasadata3185 3 роки тому +6

    Ameeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeeen ebbifamii!!💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚

  • @ratnakumar6599
    @ratnakumar6599 3 роки тому +5

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeeen Ameeeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeeen Ebbifamii mucaa kakuu

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p 2 роки тому

    Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa hundinuu Eeebbifamaa

  • @sifanwallaggaa3803
    @sifanwallaggaa3803 3 роки тому +1

    Hin quufanii Faarfannaa kee sol Goftaan baraa kee gutu haa eebbisu eebbifamii
    Darbii farfadhuu mucaa kakuu sii jalanaa ❤️❤️❤️🌹❤️❤️❤️🌹❤️🌹❤️❤️❤️🌹❤️🌹❤️

  • @DituKadir
    @DituKadir 3 роки тому +7

    Waanuma siin jedhu nati ulfaata solee hayyaani gooftaa kiristoosi si haa geggeessuu bara kee guutuu

    • @paulos4995
      @paulos4995 3 роки тому

      🙏🙏👍👍👍👍

  • @arttube4020
    @arttube4020 3 роки тому +18

    you are youngest amazing oromo gospel singer . i'am really glad of you my brother god bless your life !!
    ameeen ameen yesuusi tikseen dhalootaa.

  • @waqayyootikseekotianihomah3827
    @waqayyootikseekotianihomah3827 3 роки тому +1

    Galanni Rakkinaa Dabali'ef Abadan
    Nan nyaatu shakki tokko hin qabu
    Yesudiin markamnii na baatuu ❤❤Yesuus waqarra Sa Eebbisuuu Darbii
    Bara baran farfaadhuuu.......

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko

  • @drato1763
    @drato1763 2 роки тому

    Ameeeeeen ameeeeen ebifamaa dachaan maqaa yesuusin hundii keessan

  • @beteyegeta5087
    @beteyegeta5087 3 роки тому +7

    አሜን አሜን አሜን ታበረክ ጌታ በቡዙ የብርክህ

  • @hannailoveyoujesus6933
    @hannailoveyoujesus6933 3 роки тому +4

    Ammen Waaqayyoo si haa ebbisuu darbii demii 🙏🙏🙏❤

    • @lensamulunafamily5103
      @lensamulunafamily5103 3 роки тому

      Maatii nafii ta'a qommo waan koo

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay3980 2 роки тому

    Ammeeeeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen ammeeeeeeeeen waqaayyo baraf jirenyakee haa ebbisuu ayyaanisaa kanaa caalaa sif haa dabalamuu 🙏🙏🙏

  • @cololkololee462
    @cololkololee462 3 роки тому

    Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo baraaf jireenyaa kesaan haa ebbiissuu ijolee kakuu Ayaanii goftaa isiinf haa dabaalluu ebiifaamaa

  • @melkamuserdo7774
    @melkamuserdo7774 3 роки тому +13

    የእሥራኤል አምላክ እግዚአብሔር ይባርክህ!!

  • @seennagelt1491
    @seennagelt1491 3 роки тому +4

    Sol ebbifaamii waqayyoo kanumaa caalla ogumaan siif keennu micaa ifaa🖤🖤

  • @hirqheetasafayeetasafayee4181
    @hirqheetasafayeetasafayee4181 3 роки тому

    Uuuufffiii Ameeeenn Ebifamii maqaa iyesusinii waqayoo namumaa ebaa sii umee ayanichii dachaa sifii adabalamuu

  • @caaltuutube5609
    @caaltuutube5609 Рік тому

    Sool keenya dhageffatamee hin quufamu farfannaawwan ati farfattu jabadhu qaxalee keenya ayyanni siif haa dabalamu

  • @dubbiisagaleewaaqayyo2579
    @dubbiisagaleewaaqayyo2579 3 роки тому +4

    Dachaa Eebbifami Nuf jiraadhu Ayyaanni Kun Sierra
    Olee Haa Buluu

  • @asharafsadeek232
    @asharafsadeek232 3 роки тому +4

    Jabaadhuu 💪💪💪
    👍👍👍👍👍👍👍
    Ayyanii Addaa fi muldhaani Isaa Kaleesaa Calaa Sif haa kenaamuu🙏🙏🙏🙏🙏

  • @SALIFAMO.CHIFRO
    @SALIFAMO.CHIFRO Рік тому +3

    indo.mini.li.huni.solye.yene.wudi.firomi hadiyyya.❤ geta.iyesusi.yibarki❤

  • @ratolesa196
    @ratolesa196 3 роки тому +1

    Olii nuf bubulii Ebbifami Dhalatukoo Ayyanasaa sif haa baayisu Abbaan kenna Abbaan Goofta keenya haa Ebbifamu🙏🙏

  • @saifsdf6768
    @saifsdf6768 3 роки тому +1

    አሜንንንንንንንን አሜንንንንንንንንንን,solye ዘመንክ ይባረክ ቋንቋ በይጋባኝም በጠም ነዉ የወደድኩት

  • @chalasadata3185
    @chalasadata3185 3 роки тому +3

    Nan dhaaluu uleeen jallatoo.Ameeeeeeen ameeeeeeeeeen.

  • @bikilataressaoffical9448
    @bikilataressaoffical9448 3 роки тому +4

    Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe."
    (Hojii Ergamootaa 4: 12) dhugaadha
    " Neither is there salvation in any other: for there is none other name under heaven given among men, whereby we must be saved."
    (Acts 4: 12) it's true sola eebbifamiii itti eebifaameraa ani
    Nan dhaalu uleen jal'ootaa
    Nafaana tikseen dhalootaa
    Eyyeen nan dhaaluu uleen
    Jal'ootaa
    Nafaana tikseen dhalootaa
    Ameen jettuuree
    Ameeen Ameeen
    Dhugaan hodeecha
    Ameeen Ameeen
    Fayyinni guutuun
    Ameeen Ameeen
    Yesuusum keessa
    Ameeen Ameeen
    Ameeen Ameeeeni
    Ameeen Ameeen
    Ameeen Ameeni
    Ameeen Ameeen!!!!
    ............................................................................................................................
    Eebifaamiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii !!!!!!!

  • @gemedahebeno
    @gemedahebeno 3 роки тому

    Waaqayyoo bara kee haa eebbisuu inni afaan kee keessa bahuu ammayyuu darbee dhalootaaf fayyinnaa haa ta'uu waaqayyoo ammayyuu dhalootaaf soogidda si haa taasisuu eebbiffamiiiiiiiiii dachaa isaa muka kakuu....

  • @bashatuubiruu2170
    @bashatuubiruu2170 3 роки тому

    Uuuuuuuuffffeeee ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeeen ebbifamaa ebbifamaa dachaa isin Haa ebbisuu waqaayyoo 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️🎻🎻🎻🎻🎻

  • @sissylove4170
    @sissylove4170 3 роки тому +3

    ኢሮሞ አይደለም ግን ይህ ልጅ መዝሙሩን በጣም ወደኋለው ተባረክልኝ ሰልዬ🙏

    • @DW-wq2vn
      @DW-wq2vn Рік тому

      ኦሮምነት የሌለበት ኢትዮጵዊ የለም አምስት ወደሁዋላ አያቶቹን ብትቆጥር ሁሉም ኢትዮጵያዊ ኦሮምነት አለበት ተጋብተናል ተዋልደናል

  • @obsadebela
    @obsadebela 3 роки тому +3

    Soolaa koo Eebbifami baayyee natti toleera!

  • @prophetsamueldugasaofficia397
    @prophetsamueldugasaofficia397 3 роки тому +1

    Sooliyyee barri kee dhigaa hoolichaan haa eebbifaamuu nama waaqayyoo jabaadhuu abdiin jiraa yesus bira qaxaalee koo

  • @elfeneshabayneh169
    @elfeneshabayneh169 2 роки тому

    ደስ የምትል ልጅ ቅባት ያለበት ዝማሬዎችህን ስስማ ደስ እያለኝ ነው ቋንቋ መግብያ ነው ለእግዚአብሄር ምስጋ ለማቅረብ አስተርጎሜ አይፈልግም ለሱ ሁሉም ግልጵ ነው ለኔም መንፈሰ ቅዱስ አንድ ስለሆነ ደስ እያለኝ እባረክበታለሁ

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii

  • @eldanaendalew3519
    @eldanaendalew3519 3 роки тому +16

    U are our blessing my dear brother may God continue to bless you more and more amen 🙏

  • @terikeyesusno3491
    @terikeyesusno3491 3 роки тому +3

    Ameeen Ameeen Eebbifamaa Eebbifamaa 💗♥️👏💓♥️❣🌹💗💖🥰

  • @masiiyoutube8134
    @masiiyoutube8134 3 роки тому

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa ebifamaa sabaa kakuu hundumitii kesanuu gofitanii baraa kesanii haa ebisuu dachaa dachaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️🤲🤲🤲🤲👏👏👏👏👏👏👏

  • @ituumucaajalalaa327
    @ituumucaajalalaa327 3 роки тому

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen ebbiffamaa namaa waqayyoo barafi jiirenyaa keessanni haa ebbisuu

  • @qajeelaawaaqgaariiofficial9681
    @qajeelaawaaqgaariiofficial9681 3 роки тому +5

    Sool koo guddaa Eebbifaamii

  • @nabeehaa2487
    @nabeehaa2487 3 роки тому +4

    Ameeeen ebbifaami kichuu koo umur dheradhuu😍😍😍

  • @karaadhugaa7160
    @karaadhugaa7160 3 роки тому +2

    Ameeeeeeen ameeeeeen ebbiifamii dachaa mucaa Kakuu waqqayoo baraaf jirenyaa kee haà ebbiisu 👏👏👏👏👏👏👏👏

    • @sanyii8781
      @sanyii8781 3 роки тому

      Firakoo 💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video Comment jalatti naaf barreessi💕💖

  • @tegestesamsung1268
    @tegestesamsung1268 3 роки тому

    Amen Amen ameeeeeeeeeeeeeeeeeen ebbifamaa mucaa kakuu ebbifamii dachaan

  • @kilikebbe8195
    @kilikebbe8195 3 роки тому +2

    Eebbifami soloo koo ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @tilayedaba2980
    @tilayedaba2980 2 роки тому +3

    What a blessing song! May the Lord bestow His Grace upon you abundantly

  • @thesaviorjesus593
    @thesaviorjesus593 3 роки тому

    waaqayyo si haa eebbisu faarfannaa ajaahibaati guddina kanarra dachaa kumaataamaan eebbifami

  • @derarawako314
    @derarawako314 2 роки тому

    Waaqayyo si haa eebbisu farfaannaa baay'ee nama jijjiirudha ammas waaqayyo si wajjiin haa ta'u

  • @yusraakasahun4923
    @yusraakasahun4923 3 роки тому +4

    አልልልልልልልልል amen Amen አግዚአብሔር ይባርክህ 🎸🎸🎸🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️❤️❤️

  • @beshirdale2491
    @beshirdale2491 3 роки тому +3

    I have known this boy since he was a very young kid, Keep up good work and God bless your entire life

  • @gemechistolesa1021
    @gemechistolesa1021 Рік тому +1

    waqaayyoo si haa eebbisuu

  • @saraagutaa7910
    @saraagutaa7910 3 роки тому +2

    Ameen Ameen ebbifamii sole qaxalee mucaa waqayyo ayyani isaa siif haa bayisuu goftaan 😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤

  • @urjiterfasa4247
    @urjiterfasa4247 3 роки тому +3

    Ameen Ameen Ameen eebbifami 🙏

    • @sanyii8781
      @sanyii8781 3 роки тому

      Urjii💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video Comment jalatti naaf barreessi💕💖

  • @asharafsadeek232
    @asharafsadeek232 3 роки тому +4

    Ameeeeeeeeeeeen Ebbifami Muccaa Kakku🙏🙏🙏

  • @takelechemeda9069
    @takelechemeda9069 3 роки тому

    Waaqayyo saa eebbisu haadhoo koo Faarsaa jechoota bareedoo fi qindaaóodhaan guutame namatti tola. Kana caalaa jabaadhu

  • @workidebele915
    @workidebele915 2 роки тому

    Ammee Ameee Ameee eebiifamii farta soloo nufi jiradhuu qaxaalee 💕💚❤

  • @genetteshome654
    @genetteshome654 3 роки тому +7

    amazing song sweet sound ....GOD BLESS SOL!!!

    • @sanyii8781
      @sanyii8781 2 роки тому +1

      Geni koottumee maatii naaf ta'ikaa Qomoo ofii🌼🌷

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo l

  • @santayosanta6122
    @santayosanta6122 3 роки тому +3

    Ameeeeeeen ameeeeen eebbiffami

  • @awelbamud3085
    @awelbamud3085 3 роки тому +1

    Amantaan isinirraa adda ta'us baayyeen isin jaaladha.Jabaadhuu kanaa oli hojjadhu waaqni si haa qarqaaruu sanyii koo...ergaa baayyee qabas......Oromummaan tokko nu........

  • @ashenafihailu1784
    @ashenafihailu1784 Рік тому

    Amen...........waaqayoo goftan humnaa fi jibinaa guuyaa guyaan sifaa daabuuluu jaabadhuu obolesakoo!!

  • @abdiolana630
    @abdiolana630 3 роки тому +8

    Sure I love this Song
    Thankyou Sol!

    • @sanyii8781
      @sanyii8781 3 роки тому +1

      Abdii💕koottu maatii nuuf ta'i anillee siif ta'aa waljajjabeessina 💕💕💕💕💕

    • @abdiolana630
      @abdiolana630 3 роки тому

      @@sanyii8781 tole Sanyiikoo

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo qalii koo

    • @abdiolana630
      @abdiolana630 Рік тому

      @@obseegorba okay

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 роки тому +3

    Mati iafi taha ijole waqayyoo

    • @sanyii8781
      @sanyii8781 3 роки тому +1

      Lammi 💖Maatii naaf ta'i anillee siif ta'aa. Video Comment jalatti naaf barreessi💕💖

    • @boniiamboo8414
      @boniiamboo8414 3 роки тому

      @@sanyii8781 tolle Eebbifami💗💗

  • @buuzetube9556
    @buuzetube9556 2 роки тому

    Waqaayoo ayyana isaa kaan calaa siif haa bayisuu nan dhanuu uleen jaalootaa naa faan tikseen dhaalootaa Ammeeeeeeeeeeeeeen❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @chialidagafa9414
    @chialidagafa9414 3 роки тому

    Ameen ameen ebbifaama ijoole kaakuu dacha isin ha ebbisuu waqayyo ebbifaama ayyani waqayyo isinf ha baayatu obblewwan koo bay'ee namati toltuu ebbifaama 🤲🤲☝️👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @darartumakura6612
    @darartumakura6612 3 роки тому +3

    Ebiifaamii solom💗💗💗💗💗💗

  • @DeepBibleStories
    @DeepBibleStories 3 роки тому +20

    Powerful message. God bless you Sol.

  • @gechtube4117
    @gechtube4117 3 роки тому

    Sool waqayyoo si haebbisu ol adeema kenyaa darbi jiradhuu. Faarfannaa bayee namatti toludha dhugaa 🙏❤❤❤

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 роки тому +1

    Waqayyoo siyya Eebbisuu soliye koo gudadhu oli adeema muca Kakuu

  • @getanehyadeta8142
    @getanehyadeta8142 3 роки тому +3

    I like your song god bless you my brother continue.......😍

  • @gudisetube4849
    @gudisetube4849 2 роки тому +3

    Ameeeenn good blessed ❤️💜

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii

  • @bonach21olf35
    @bonach21olf35 3 роки тому

    Waaqayyo bara jireenya kee haa eebbisu! Faarsaa ayyaana Waaqayyoo uffatee fi qindoomina haafuura qulqulluu qabuudha. Jaalladhee, ittiin eebbifameera.
    Dachaa Eebbifami!💔💔🙏🙏

  • @welega2624
    @welega2624 3 роки тому

    Eebbifami dachaa Ayyaanni isa sif ha dabaluu ammaa ile

  • @oromoooromiyaa7231
    @oromoooromiyaa7231 3 роки тому +8

    May God bless you sole❤🙏

  • @user-kn3hj6zi2n
    @user-kn3hj6zi2n 3 роки тому +3

    አሜን ❤❤❤❤

    • @user-kn3hj6zi2n
      @user-kn3hj6zi2n 3 роки тому

      ❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘🌹🌹🌹🌹🌹🌹

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @iyoas1116
    @iyoas1116 5 місяців тому

    "ISA INNI TOLOOTAAF DU'A DIDU" AMEEN JATUUREE.... AMEEN AMEEN

  • @tamebest8296
    @tamebest8296 2 роки тому

    Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ebiifaamii saanyii dawwit namaa sif haa dabalaamuu

  • @waaqayyoogaaridha1331
    @waaqayyoogaaridha1331 3 роки тому +6

    Solan waaqayyoo dachadhanii sihaa Eeebbisu eebbifamii obbolonii farfana kan dhagefattan video kan dawolnd ama gotan fb irratti gadhistan UA-cam solan link isa share godhafi bira dhabadha eebbifamii jaba keenyaa

  • @maartaafirdiisaa6410
    @maartaafirdiisaa6410 3 роки тому

    Wwwww Eebbifama garaanko baay,ee isinitti na boqote. Keessumaayyu sababii warri shamarreewwanii maata shaffanataniif wwwww ammayyu akka abboommi Gooftaatti nama deddebi,u nu haa taasisu. Eebbifamaa Eebba dachaa. 💚💚💚🎓🎓🎓🎻🎻🎻🎺🎺🎺🎷🎷🎷🎸🎸🎸🎹🎹🎹🎵🎵🎵

  • @emebet9976
    @emebet9976 3 роки тому

    Wwoo Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifami ebifami jabadhu farfannaa kee adunyaf furmata haa to'uu dinati abidaa haa to'uu 🙏🙏📚📚🎼🎼🎼🎼🎼🎶🎶🎸🎷

  • @bk7202
    @bk7202 3 роки тому +3

    God bless you sol with your brothers and sisters

  • @samuelyigezu
    @samuelyigezu 3 роки тому +3

    Wow amazing song Sol May GOD blessed you!!

  • @user-rc3oy2su4f
    @user-rc3oy2su4f 7 місяців тому

    Ameen ameen Ameen faayin gutun nu keessa yesus ebbifamii ebbifamii muca kukaa solomonko nuf jiradhuu

  • @obsim7425
    @obsim7425 2 роки тому

    Eebbiifamii waaqayyoo sagalee jireenyaa sii dhageechiisuu

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa6390 3 роки тому +3

    🙏🙏🙏❤❤❤❤👌