For the first time, my friend invited me to the song titled 'Rebuni,' and I can't get enough of it! I listen to it every morning and evening. I'm so thankful to God for you. May the Lord Jesus bless you again and again. You are my favorite singer ever! 🤗🥰🥰Stay blessed 😇😇🥰🥰
When I'm KG student this song is new and we saw the video from our neighbours television. Your sound, facial expression and the grace you have is amazing ❤❤❤ be blessed Berikoo
Ameeen Ameeen Ameen Ebifamii ayyan isaa otoowalraa hin cìtìn sif hadadabalauu wàqayoonhaebifamuu inn hidha namara core namfsýsee inn nama ebbisuut Baku malee maljetè.
Dear Bereket, first and foremost, may God's blessings be upon you. Your spiritual song beautifully conveys the love and mercy of Jesus Christ. It is truly one of the most captivating songs from Bacha's repertoire, and you have executed it masterfully. God’s continued blessings be upon you, for your song has touched the hearts of many. Keep spreading the message of divine love and compassion through your inspiring grace.
"........Akkataan Afurri Qulqulluun Mucaa Kana Farffaachisuu Garuu Haaraa NattiTaanaan Dhageeffeedheen quufuu dadhabee...."hhhh Hafuurri waan hiika isaa hin beekne ykn hin hubatin nama faarfachiisu hafuura hamaa tahuu qaba. Machees hafuurri qulqulluun inni kan abbaa keenyaa gooftaa yesuus yoo si irra jiraate akkas si hin jechisiisu. Hafuura ati jettu kana adda nuuf baasikaa?
ምን አይነት የተባረክሽ ዘማሪ ነሽ፡፡ ድንቅ መዝሙር ነው፡፡ ልጅ ሆኜ ነው ይሄን መዝሙርእሰማው የነበረው፡፡ አሁን የበለጠ እንድወደው ነው የሆንኩት፡፡ ጥሩ አድርገሽ ነው የዘመርሽው፡፡ እግዚአብሔር አገልግሎትሽን ይባርክ፡፡ተባረኪ
Amen 🙏🏻
Abbaa. Koo
ኦሮምኛ ባለመስማቴ የማዝነው እንዲህ ያለ መንፈስን ያለው መዝሙር ስሰማ ነው ብሩክ ነሽ አይወሰድብሽ
@@betsgalema8327 you hear it spiritually. Because of our sprit is Holysprit
I can hear meskerem getu through ur voice!
Wow, you're right
Absolutely
Im Orthodox but i love Protestant songs ❤❤❤ childhood song
Yah and also I love some of orthodox songs that is about father, son and Holy Gohst GOD BLESS YOU GO ON
Jesus loves you
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jesus is love you ❤️
Jesus. Koo. Sisanufaafanifani😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Namni akka ko farfanna kana jaallattan 𝗖𝗢𝗠𝗠𝗘𝗡𝗧 kana 𝗟𝗜𝗞𝗘 godha
For the first time, my friend invited me to the song titled 'Rebuni,' and I can't get enough of it! I listen to it every morning and evening. I'm so thankful to God for you. May the Lord Jesus bless you again and again. You are my favorite singer ever! 🤗🥰🥰Stay blessed 😇😇🥰🥰
ልብን ሰንጥቆ እውነተኛ የፍቅርን ዕንባ የሚያፈልቅ ድንቅ መዝሙር 😢😢😢😢😢😢😢
የመዝሙሩ ይዘት
@INCRHIST_በክርስቶስ:what amezinge songe
ለ38 ጠያቂ ያጣዉ የአልጋ ቁራኛ...
ጌታ እስራትን ይፈታል
እዉራንን ያበራል
የሞተዉን ያስነሳል
የጌታ ፍቅር ከሁሉም ይበልጣል
When I'm KG student this song is new and we saw the video from our neighbours television. Your sound, facial expression and the grace you have is amazing ❤❤❤ be blessed Berikoo
ትርጉሙን ለማታዉቁ...
እስራትን ይፈታ፡ እውራንን ያበራል
ከሞት ያስነሳል፡ የ ፍቅር አምላክ
ከ ሁሉም ይበልጣል ።
ተባረክ ❤❤❤❤❤
እኔ ብቻ ነኝ እንዴ በዚህ ልክ ይሄን መዝሙር የወደድኩት?
በመጀመሪያ ባጫ ባያና እግዚብሔር ይባርክህ በመቀጠል ከ20አሜት በፍት የተባረክንበት መዝሙር ስላስታወሽ አንቺም ተባረክ እህቴ
ሠላሳ ስምንት ዓመት - waggaa soddomii saddeet guutuu
ዘመድ አጥቶ የሚጠይቀው - fira dhabe kan isa gaafatuu
በባህር ዳር ሲተኛ ነበር- utuunni ciisuu bukkee galaanaa
መንገዱን ጌታ ለማለፍ - ሂድ darbuuf dhaqekaa gooftaan karaarraa
ወደ እሱ ሄዶ ጠየቀው - itti goreetu isa gaafate
በግትርነት አልተወውም - dhiisee hin darbine garaa jabaatee
እስር ይፈታል- hidhaa hiika
ዓይነ ስውራንን ይከፍታል - jaamaa bana
ሙታንን ያስነሳል Du'aa kaasa
ከሁሉም ይበልጣል የፍቅር ጌታ - gooftaan jaalala hundarra caala
የልብሷን ጠረን ሰው አፊንጫውን ይዞ የሚሸሽ - ciincaa/xiraa/ wayyaashee funyaan qabatee kanamni irraa goru baqatee
ወደ እሱ ሄደች ደም እያፈሰሰች ፟ - gara isaa dhaqxe dhiiga lolaasaa
ልብሱን ነክታ ድናለች ... Fayyina argatte tuqxee wayyaasaa
.
.
.
thanyou yemir mitregumilinin aten neber ina demo bitcherisu....
Thank you
Thank you ❤
ምን እንደሚል ባላቀውም የሚያሳዝን መዝሙር በሚያምር ድምፅ ተባረኪ
መስማት ማቆም ነው ያቃተኝ እግዚአብሔር ይባረክ ስለአንቺ በሌላም እንጠብቅሻለን 😍😍
Waaqayyoo baayisee si ha Eebbisu jabadhu.
I can't stop listening to this classic song may God bless u eebbifamiikaa beekii koo❤❤❤
Amen amen waqayoo si aa,ebisuu obboleeti koo jabadhu
Hidhaa hikaa(yetaser yifetal)
Jaamaa banaa(iwur yabaral)
du'aa kaasaa (yemot yasnesal)
Goftaan jalala(geta fiker nw)
Hunda iraa caalaa(ke hulum yibeltal)
Ebifami
Ameeeeeeeeen waqqaayyo siyaa ebbisu ayyana isaa sif ha baayi'isuu
እረረ እኔ ብቻ ነኝ ይችን ልጅ የምወዳት?? ❤❤❤❤
በጌታ በአማርኛም ዘምሪው እባክሽ 🙌🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭😭 ትርጉሙን ሳላውቀው ልቤ በመንፈስ ቅዱስ ተሞላ ተባረኪልኝ🙌🙌❤❤❤🙏🙏🙏🥰🥰🥰
Baacaa lammaafffaan bagaa nagaahaan nuuf dhuftee❤❤❤ ebbifamiiii❤❤❤❤
Bekiye benatesh zim belesh begeta tebaraki yanchi mezimuroch hulum ayetegabum ❤❤❤❤❤ tebarekelegn
ተባረኪልኝ አሽይ አምላኬ አብዝቶ ይባርክሽ ❤❤❤❤
Bekiye Yesefere Lij Endih Adgesh Zemari Honesh bemayete Betam des blognal Tebarekilgni wude❤❤❤❤
ዘመንሽ ይባረክ😊😊😊
I really really blessed by this song. May God's grace be with you!
ጌታን እጅግ አድርጌ አመሰግናለው ስለአንቺ ጌታን ስለመውደድሽ እና ለአገልግሎትሽ ስላለሽ ታማኝነት እና ፍቅር ጌታ በነገር ሁሉ ይባርክሽ መከናወንን ይስጥሽ
Ameeen Ameeen Ameen Ebifamii ayyan isaa otoowalraa hin cìtìn sif hadadabalauu wàqayoonhaebifamuu inn hidha namara core namfsýsee inn nama ebbisuut Baku malee maljetè.
Amen Amen Tebarek birik beyilign
Wyyy yene konjo geta zemenshn ybark ebifemi. Yemr geta menfesun ychemrbsh❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😢
ትርጉሙን ሳላውቅ ያስለቀሰኝ መዝሙር 😢😢❤❤
God bless you
Eebbifami ,maal jennaree❤❤
hidhaa hiika by Baacaa Bayyana
wagga soddomii saddeet guutuu
fira dhabee kan isa gaafatuu
utuu inni ciisuu bukkee galaanaa
darbuuf dhaqekaa gooftaan Karaarra
itti goreetu isa gaafate
dhiise hin darbineem garaa jabaatee
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
ciincaa wayyaashee funyaan qabatee
kan namni irra goruu baqatee
garasaa dhaqxeem dhiiga lolaasaa
fayyina argatteem tuqxee wayyaasaa
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
fira kan dhabe nama gaafatu' yee
siree irra ciisee utuu wawwaatuu
kara isaa dhaqnaan gooftaa Iyyesuusii
fayyina argatee kaeem yemmuusii
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
utuu inni banuu ija jaamotaa
utuu inni cabsuu aangoo diinotaa'
ijaan argineem oduu hin dhageenyee
kanaaf cal jechuu nuyimmoo hin dandeenyee
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
gophoo qajeelchee naafa diriisa
awwaala diigee kan du'e kaasa' ye
nu mal dubbanna waa'ee gochaasaa
haa eebbifamu malee maqaansaa
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
hidhaa hiikaa jaamaa banaa,
du'a kaasaam gooftaan jaalalaa
hundarra caala
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amazing song! God bless you BM and BB❤
Ammeen ammeen ammeen waqayyoo barafi jirenyaa kee haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa 😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow wow.....በጣም በጣም ነው ደስ የሚል መዝሙር ነው ።ተባረኪ እግዚአብሔር ብርክ ያርግሽ ከክፍ ይጠብቅሽ ዘመንሽ ይለምልም ባርኬሻለሁ ተባረኪ🖤🖤🖤
❤️❤️❤️❤️oromogna mazumuri betami sile miwodi adamitalew gin tirgumun alakim😢
Timaralesh qelal nw
Uuuuuuuf akkaami namatti tola.
It is very very beautifuly sound.......haa ebifamuu malee maqaan saa.......
Lyrics and translation pls 🙏
@INCRHIST_በክርስቶስ:what amezinge songe
ለ38 ጠያቂ ያጣዉ የአልጋ ቁራኛ...
ጌታ እስራትን ይፈታል
እዉራንን ያበራል
የሞተዉን ያስነሳል
የጌታ ፍቅር ከሁሉም ይበልጣል
ሙሉውን መዝሙር በአማረኛ ተርጉሙልን ስለመዝሙር ጌታ ጌታ ይባርክሽ
Brk beyln trgumun salak mezmuru wste gebtual 😭😭🥳❤❤😍🥰🥰
Subtitle beamargna pls🙏
አሜን አሜን አሜንጌታ እግዚአብሔር ጸጋውን ጨምሮሽ የባረከሽ
Read John Ch 5 & 9
Yetaseren yemifeta , ewir yaberal , mutn yemiyasnesa .....yefikir amlak til new
ቤካ በኢየሱስ ስም ተባረኪ እህቴ እኔ ትርግሙን በላውቂም በጣም ደስ የምል መዝሙር ክብር ለመንፈስ ቅዱሳ ይሁን ❤️❤️❤️ፀጋ ይብዛልሽ 🎉🎉🎉🎉
ለምን እንደሆነ ባላውቅም ሰምቼው ማቆም አልቻልኩም..ሚገርመኝ ደሞ ትርጉሙን እንኳን አላውቀውም❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
እስራትን ይፈታል
እውርን ያበራል
የሞተን ያስነሳል
የጌታ ፍቅር ከሁሉም ይበልጣል ❤❤❤
@@TekeMan-ew6ep ❤️❤️❤️❤️❤️
@@TekeMan-ew6ep 💔💔💔 tebarek take koo
Waqayyo jirenya kee,barake,uriikee ha'eebisu
Ashu ElllllllllEllllllllllllllll❤❤❤❤❤❤❤
Dhuguma Hidhaa Hiikaa Waaqayyoon keenyaa, Rabbi si haa ebbisu
ተባረኪ ጌታ እየሱስ ይባርክሽ
Dear Bereket, first and foremost, may God's blessings be upon you. Your spiritual song beautifully conveys the love and mercy of Jesus Christ. It is truly one of the most captivating songs from Bacha's repertoire, and you have executed it masterfully. God’s continued blessings be upon you, for your song has touched the hearts of many. Keep spreading the message of divine love and compassion through your inspiring grace.
Ebbifamii qali tiyya bayyee namatii tola Ani Muslim garru faruu kun bayyee Na bochise mafii garuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤❤🎉🎉
Gooftaa fudhadhu
❤❤❤❤❤❤😢
@@QasimBushura yesus sijallata qasimiye Gara Yesuus kottuu boqonnaaf ,Jireenya Bara Baraa argattaatii.Yoha 3:16 Dubbifadhu .Eebbifami obboleessakoo ❤️❤️❤️
@@QasimBushura kotuu garaa yesusii inii sii jalataa,inii karadhaa jirenyaa
ameeeen eebbifami maqa Iyesusin ❤❤❤❤
Ameeeeen Eebbifami maqa iyesusin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
waaqi issin haa ebbisuu
Bekiye this is a blessing song... stay blessed
Amen
Irraa deddebin yoon dhagefadheyyu qufunni dadhabeeee❤ Jesus is Lord
Ebifami
@@SingerBayisaDiriba amen
Elllllllllllllllllll........Haleluyaaaaaaa❤❤❤🔥🔥🔥🔥🔥🔥❤
ዳስ የምል መዝሙር ተባረክ😢😢😢
Yeteqebash zemari nesh getan❤❤❤❤❤❤❤
Are Uuu ❤🙏ተርጉሙልን😢
Eebbifamii REBUNI...cool.
Namoonni baayyeen inaaffadhaan yeroo isaan gubatan yaada isaanii irraa hubachuun ni danda'ama. isin warri Inaaffadhaan mucaa kana arrabsitan waaqayyo dhukkuba inaaffaa kanarraa isin haa fayyisu .
WOW Ameeeenn Ameeeenn Ameeeenn Ameeeenn Ameeeenn Ebifamii maqaa iyesusinii ❤❤❤❤
Ur voice wowww❤❤❤❤
Wow geta igzhabher yibariksh zemensh yibarik ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Amma mee intalli kun, yookiin sirriitti dhaggeeffattee hin faarfanne, ykn hin dhiisne. Faarfannaa bareedaa fuutee ittiin taphatte. Fkn. "Kobboo qajeelsa, lafa diriirsee" jetti isa Baacaan " Gooboo qajeelja, naafa diriirsee" jedhu.
Dogoogora eshee dhisiiti barreeffamaa kee sirreeefadhu gobboo qajeelsa kan jedhuu sanaa gooboo qajeelchee jedhii barreessii mudaa namarraa hin barbaadiiniti enyuutu abbaa firdii sii godhee?
Lafa dirirsuu waqqaayyotu soba moo?
Amen amen bekiye yegna berket❤❤❤❤
Baay'ee namatti tola Waaqayyo sii haa eebbisu.Garuu immoo bor kana caalaa faarfannaa durii hedduu isaa kennaa kee kanaan hojjechuu waan dandeessuuf jechoota,walaloo faarfannoota keessa jiru sirritti dhaggeeffadhu.Faarfannaan jalqaba inni guddaan xiyyeeffannoodhaan dhaggeeffachu fi eergaa isaa hubachuu dha malee sagalee isaa midhagsani, ofis meeshaa muziqaas barrechani as baasuu qofa miti. Kanaaf Waaqayyo Naafas diriirsa ,lafas diriirseera. Garuu faarfatichi naafa diriirsa jedhe malee lafa diriirsa hin jenne.Context faarfannichaa nama hubate faarfatu tokkoof dogooggoorri akkasi hin umamu ture.Ogeessa muuziqaas meeshaa taphachuu qofa osoo hin taane ergaa faarfannaas hubachaa tajajailu qaba.
Ijoollee bara kanaatu silaa mirgi abbummaa hin kabajamu jettetu of-mullisuuf jettee faarsaa jeeqxi. Ani yoo daldalaaf tahe malee eebbi isaan waan akkasii hojjataniif argatan jira jedhee hin amanu.
Hidhaa jamaa banaa Ebbifamii
Jabaadhuu itti fufi. Warra si irratti dubbatin si qeeqan hin dhaggeeffatin
eebbifami! jabaadhuu itti fufi...don't stop makes many songs
ጌታችን ከእሰራት ይፈታል አዉርን ያበራል የሞተወን ያሰነሳል የፊቅር አምላክ ከሁሉ ይበልጣል{2 }በሰዉ ዬተናቀች ሁሉም ዬሚሸሻት ደሟን እያፈሰሰቸ ወደ እርሱ ሄዳ ልብሱን ሰትነካ ድነትን አገኘች
Just blessed እውነት ትርጉሙን አላወኩም ግን ደስ እያለኝ ነው የሰማሁት
እኔ በዝ መዝሙር ፍቅር ይዞኛል 😢😢😢😢😢ውኔ ስውድ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Bekiye tebarekilegn mertuwa ye geta lij zemenesh be betu yilek🙏🙏🥰🥰🥰😍
Amen amen
I love it ❤❤
Woooow ! God bless you!
Ere tergumun 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
38 amet mulu
Zemed ato yemiteyikew
Kebahir day eyetegna
Liyalf hede Geta bemengedu
Gora belo teyekew
Teto alalefem chekeno
Esiraten yifetal
Ewurin yefewusal
Yemoten yanesal
Geta fiker nw
Kehulu yibeltal. X2
Belibswa shita afinchawun yizo
Sew kasua yesheshat
Wede esu hedech dem eyefesesat
Dinetin agegnech libsun nekta
Esiraten yifetal
Ewurin yefewusal
Yemoten yanesal
Geta fiker nw
Kehulu yibeltal. X2
Belibswa shita afinchawun yizo
Sew kasua yesheshat
Wede esu hedech dem eyefesesat
Dinetin agegnech libsun nekta
Esiraten yifetal
Ewurin yefewusal
Yemoten yanesal
Geta fiker nw
Kehulu yibeltal. X2
Zemed yata sew teyeko
Alga lay tegnito eyechohe
Wedesu sihed Geta Eyesus
Dinetin agignto tenesa yane X2
Esiraten yifetal
Ewurin yefewusal
Yemoten yanesal
Geta fiker nw
Kehulu yibeltal. X2
Ayne siwuranen sifewus
Yetelaten hayil siseber
Be ayin nw yayenew ware alsemanem
Silezih zm malet alchalnem X2
Esiraten yifetal
Ewurin yefewusal
Yemoten yanesal
Geta fiker nw
Kehulu yibeltal. X2
Yegobeten aknito
Sheban yifetal
Mekabiren sebkro yemoten yanesal
Egna sile siraw min enawra
Simu bicha yibarek enji X2
Esiraten yifetal
Ewurin yefewusal
Yemoten yanesal
Geta fiker nw
Kehulu yibeltal. X2
It’s not perfect but I hope it helps😊
Ameenn 🙏🏽,farfanaa bacaa isaa dachaa misir sagalumaa kanan itti nuuf dabalii🥰🥰🥰🕴️
በናታችሁ በአማርኛ ተርጉሙልኝ ወድጄዋለሁ❤❤❤❤❤
Sagalee bareedduu kanatti waaqayyoo saa eebbisu jabaadhu itti fufi !!!!!!!!!!!!
I love everything you says and even the music 🎶 but I don't know the language 😅
read john 5
Uuufffffee isaa yeroo dheeraa duraa kani nu yaadachisuu keef ayyaanoomi sinboo qabeetti koo ♥️ 🥰😍📖✅️
በጣም ነዉ ምወድሽ
Edsmesh berk bey eshi bekiye😍😍
እዉነቱን እንናጋጋር ከልን እች ልጅ የባጫ ማዝሙር ሰራቄች ብሌን መዉራቱም ሆና ማናጋር ጥቅም የለዉም እች ልጅ ባጣም ቤሰት ዛማሪ እና ባጣማ ዳስ ትላኛሌች እነም አምለክ ለዘላላም ይበርካት
Really it's astonished song bro. Jabaadhu ayyaanni sirra jiru qaaliidha.
Waaqayyoo si haa eebbisu.
Baadii
Amen…Ebbifami Barredukoo.
Ililililililililililil ❤❤❤❤🎉
Wow Bara kana Keessa nama akka kee Argachuuf heddu gammadeera dhugaa Eebbifami
ተተርጉሞልኛል እግዚአብሔር ፀጋውን ያብዛልሽ እህቴ::
amen
This worship is another level - her accent is so beautiful ❤ beautiful girl 🧒- no makeup ❤good girl ❤
ቋንቋውን በውቅ ደስ ይለኝ ነበር!😢
ፀጋውን የብዛልሽ እህቴ😊
me too its so good song
Waqqayyo ayyanaa isaa siffi haa bayisuu ebbifamii ❤❤❤❤
jamaa moo jaamaa dhaa maal jara keenyaa kkkk
Uuuuffffffffeeee qufuu dadhabee farasaa durii fii amma giddutti garagarumaa guddaa jiraa maliif garuu senna nàma haresaa ulfinaa waqayyoo kessa jiraa farsaa kanna😢😢❤❤❤🎉
Amen amen🙏🏻
EBBIFAMI
EBBIFAMI
EBBIFAMI
EBBIFAMI
EBBIFAMI
geta le zelalam yibarkachu ❤❤❤bexam das yilal❤❤❤
❤❤❤❤❤
Ufeyii iyasuse ko😭🙏🙏🙏🙏🙏💯💯 ebifami ebifami ebifami ebifami ebifami ebifami ebifami ebifami ebifami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯
ተርጉሙልና ወደ አማረኛ ወይም በፁፍ ከስር አስቀምጡልን ❤
Farffannichi Haaraa Ta'uu Baatuus , Akkataan Afurri Qulqulluun Mucaa Kana Farffaachisuu Garuu Haaraa NattiTaanaan Dhageeffeedheen quufuu dadhabee. Ati gara fuulaa duraatti Hojii Waqayyoo Waan Hedduu Akka Hojjetuutuu Natti Dhagahmaa Jira.
Gooftaankoo Dabalee Daddabalee Si Haa Eebbisuu ! Hundumaan Guddadhuu !
"........Akkataan Afurri Qulqulluun Mucaa Kana Farffaachisuu Garuu Haaraa NattiTaanaan Dhageeffeedheen quufuu dadhabee...."hhhh Hafuurri waan hiika isaa hin beekne ykn hin hubatin nama faarfachiisu hafuura hamaa tahuu qaba. Machees hafuurri qulqulluun inni kan abbaa keenyaa gooftaa yesuus yoo si irra jiraate akkas si hin jechisiisu. Hafuura ati jettu kana adda nuuf baasikaa?