😭Wanti Birahaan media mudate shamarran biyya arabaa hundaaf barumsa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 5 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 19

  • @KennaaGalaanaa
    @KennaaGalaanaa 20 годин тому +2

    Gorsa gaariidha galatomii fayyoo koo😢😢
    Maatii naaf taha mee ijoollee oromoo❤❤

  • @NoorIbrahim-rb4cf
    @NoorIbrahim-rb4cf 5 годин тому

    Odduu, soddaa, qabaatee, nuttii, hin, iyyiin, Abboo,

  • @مازنعماري-ض2غ
    @مازنعماري-ض2غ 20 годин тому

    Fayyo malloo nafimi akawonti kenyaa irrattii qarshi ergu hin dandenya

    • @Hababaye
      @Hababaye 4 години тому

      Eye qabada tanan

  • @bertakainhlemow9775
    @bertakainhlemow9775 19 годин тому

    dhugaa jetee

  • @SamiraMohamed-e6p
    @SamiraMohamed-e6p 20 годин тому +2

    Dhugaa keeti fayyoo gorsii kee nafi ta,e jira

  • @Hababaye
    @Hababaye 4 години тому

    Dhuga keti ati fayo nuf jiradhu😘

  • @zakiyazainab6131
    @zakiyazainab6131 11 годин тому +1

    Faayo dhugaadha ati namoonni akka uf eggatanifi kan dubacha jirtu Atauti namni yeroo mara waan akkana yeroo gabaaftu qalbin nicaba please waan nama gammachiisu waan nama dalagaatti kakaasu haala kamin mallaqa ufii guddi fachuu akka dandaan itti himu qabda Boowa gabaasu dhiisi Wallahi yoo midiyaarra siargee gaddatu nafuundura deema Auzubillaah Waan Sammu nama gamachiisu dubadhu please Namni akka abdi hin kutannee godhi nama nutti boohu nutti hin fidin

  • @bertakainhlemow9775
    @bertakainhlemow9775 19 годин тому

    ❤❤❤

  • @mariambekele-fk1yp
    @mariambekele-fk1yp 20 годин тому

  • @zakiyazainab6131
    @zakiyazainab6131 12 годин тому

    Faayo yeroo mara haaja waan Rakkoo haasoftuf vidiyoo kee ilaalurraa fagaachu ergaa Eegale ji'ota lakkofsiseera Duraan yoo abbaa mana kee waliin taphattu iddoo garaagara yoo deemtani nudawa'chiftaan Baaye natti tola turee ittan gammadaa ture
    Please siifu gaari miti yeroo hunda gadda gaddaa gabaafta hangan uf jibbutti yoon si arguu gabaasa gaddaa ati gabaaftudan yaadadhee sammuun koo nacinqama dhuga qoosa miti kanaan jedha jiru dhifama walin

    • @Hababaye
      @Hababaye 10 годин тому

      Yo namni tokko midhame namni hundi mifhamu qaba?

  • @sayatube20
    @sayatube20 20 годин тому +2

    Ayii Carraa Keenya💔

  • @MasiGirmaa-c7z
    @MasiGirmaa-c7z 14 годин тому

    ❤❤❤❤