Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Walhii karan dhugaa karaa rabbii qofaa kan hin dhalee kan hin dhalanelee isaa qofaa yaa ummataa 😢rabbiin karaa isaa irratii nuhaa qajelchuu
Jibriiltu hafuura maryamitti hayyama rabbiitiin itti afuufe malee waa rabbiin ittin afuufne.rabbiin hindhalle hindhalamne maalif yoo jenne isaan himmalu waan taheef Amma fakkii hinqabu
Amantaa osoo hin taane amantiidhugaatu barbaachisaa obboleessaa koo kristaana jechuun duuka buutuu kristoos jechuudha. duuka buutootni kristoos immoo hojii kristoositti,waaqummaa isaatti kan amanudha. Dhalachuun Yesuus kristoos afaan raajotaan dubbatamaa tureera Isa 9:6.Amantaan fayyina namaa kennuu hin danda'u kan fayyina namaa kennuu danda'u amantii dha obboleessaa koo hordooftoota amantaa baay'ee qabaachuu dandeessu kun garuu gatii hin qabu. Kanaaf yeroo keessan ofitti hin dabarsiinaa gara isa dhugaa, ifa, jireenya,karaa ta'ee gara Yesuus kristoos kottaa. Islaamummaan kan jalqabe bara 600 booda kristoos kan lallabamuu jalqabemmoo jaarraa 1ffaa keessa garaagarummaa hamma kanaa Qaba. Quraanni Almahi hiisaan uumaadha Imiraan 3:49. Fedha dhiiraatiin alatti dhalate, Imiraan 3:47. Deebi'ee isa dhufudha zukhuruuf 43:61. Karaa jannataati Zukhuruuf 43:63 .kan rabbi biraa dhufedha Imiraan 3 :49. Kan Ilma namaatiif kennamedha sura mariya 19: 21. Maal quraannuu akkati dhugaa bahaafihoo ijoo inni waggaa 600 booda barreeffameyyuu
Quraani keenya Yesus ummadha hin ja'u kijibde daafii dhifama nuu gafadhu soba kee dhisi 🫣
Isilama mitti ho malifi cubamturre