Isaiah 9:6 6 For to us a child is born, to us a son is given, and the government will be on his shoulders. And he will be called Wonderful Counselor, Mighty God, Everlasting Father, and Prince of Peace. 7 Of the greatness of his government and peace there will be no end. He will reign on David’s throne and over his kingdom, establishing and upholding it with justice and righteousness from that time on and forever. The zeal of the LORD Almighty will accomplish this. Thanks!!! Waaqayyo dachaa dachaadhan isin yaa eebbisu, nuuf jiraadhaa!!! 🙏🙏🙏
Eebbiiffaammaa guddaa waqqaayyoo baraf jireenyaa keesaan haa Eebbiissuu
Waaqayyo isin haa eebbisu. Yeroo dheeraaf Afaan Oromootiin faarfannaa dhaloota Gooftaa ilaalchisee faarfatame baayyee hin qabnu jedhee yaadaan ture. Faarfannaa ajaa'ibaa ti. "Guyyoota turan kee, baroota uumaman keessa guyyaan kun adda" Loved it. Bless you guys.
Faarfannaa ajaa'ibaadha.
Galatoomaa. Rabbi ayyaana isaa isiniif hadabalu.
Amen 🙏👏🤲 eyyee dhalatera ebifama maati waqayyoo ❤❤❤
waqqaayyooo isiiin haa eebbiiissuu
Ebbiffama ❤❤❤
Baroota DURAA kan dubbatame bara kan keenya raawwatame❤❤
Yesus dhalateera!❤
ilma kees dhaalaa jira hafuurri faarfannaa. Galata Waaqayyo
I don't know how to thank you! thank you
This beautiful song celebrates the nativity of Jesus Christ. May God's blessings be upon you and your family.
Magii, Richoo fi Farun Waaqayyo daachaan isin Haa Eebbisu! isin galaana faarfannaatii! Ammayyuu inni isin keessaa haa dhangala'u!! Blessed!
Uffee! Abbaan keessanii fi abbaan ayyaanichaa barabaraan ha jajamu amen.
Eebbifamaa ❤❤❤ Isa 9:6 Mucaan nuuf dhalateera,
ilmis nuuf kennameera;
humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira;
maqaan isaa, “Gorsaa,
dinqii, Waaqayyo-jabaa,
abbaa bara baraa, angafa nagaa” in jedhama*.
I'm p😊 to u
Woooow ebifamaa matii waqayoooo
❤❤❤maatii jalatamoo❤❤❤
Please we need video clip of this beautiful lyrics and melody
Waaqayyoo bara baraan isiin hàa eebbisu eebbifamaa
What amazing song!
Megresa: eebbifami! Farfannaa bayy'ee hafuura nama kakaasuu dha!
What an amazing Song!!
God bless U
Ameen eebbifami , si keessaa yaa'ee hin dhumin ammallee faarsaan, ayyaanatti gurra qeensee si eega namni baay'een yeroo mara, atis waanuma haaraadhaan gadi baata, eebbifami
God bless you family
Hallelujah,
How an amaizing song...
Masiin nuuf dhalateera.
God bless U. thank U
Wow God bless you guys ❤❤❤
Woow baayyee namatti tola....ajaa'ibsiisaadha.....eebbifamaa....
Ammmeeen ammmeeen Eebbifamaa nuf jiraadha❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Mee warrii isaan jaalatan like goodhaa🙏🙏🙏
I love this family ❤❤❤❤
oohh God bless this family❤
Powerful song, may God bless you!
Eebbifamaa hafaa maatii Eebbifamoo nana❤❤❤
❤❤❤❤❤ baayyee eebifamaa amayyuu isinirratti haa dabaluu....
blessed Song Ebiifaama ijoolee Waaqaayoo
Eebbifamaa 😍
Nuuf dhalateeraa! *Ameen*3 EEBBIFAMAA!
God bless you
Kun guyyaa gamachuuttii ❤❤❤❤❤masiitti nuuf dhalattee amen ebbifama
wow amazing song ❤ God bless your family 🙏
Ameen!!!!! ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
What amazing Singer 💘💘💘 i🎉🎉🎉
❤❤❤❤ HBD😊❤❤
God bless you for blessing us with amazing song.
Jarana kan abbaa manaa osoo jennuu haatii manaa faarfannaa jireenya namaa haaressuun ayyanaaa waaqaayyoo keessatti qabattee dhuftee... ittin eebbifamne...ammammoo mucaan isaanis itti fufee ...ebbifamaa. maatii eebbifamoo
Amazing😮 what a song😊❤❤❤
Masiin nuuf dhalateera!❤❤❤❤ ebbbifama
Ameen Waaqayyoo sin haa eebbisuu
Ameen! Nuuf guyyaa gammachuuti!Masiin Nuuf dhalateera!
Ammayyuu Eebbifamaa!💓💓💓
Eebbifamoo koo ❤❤
❤❤❤❤ebbifama ebbifama ❤❤❤❤mati ebbafamoo
Maatii eebba guddaa nuuf ta'e❤❤❤
matii waqqaayyoo Eebbiiffaammaa guddaa ♥♥♥🎤🎤🎤🎤🎵🎵🎵🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎹🎹🎹🎹🎹🎹
Eebbifamaa❤❤❤❤
Megersa Bekele Namaa jabaa ayyaannii waaqayyoo immoo caalaatti baay'achuufiin hojiiwwaan gurguddaa hojjattee nuf gumaachee baay'ee sii jaallanaa.
Maatii Faarfannaa!
Magii‚ Raa’ee ‚ Faarun!
Eebbifamaa ❤🎉❤
Ebbifamaa❤
Wow ❤❤
Blessing ❣❣❣❣❣
Love you guys God Blessed ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻
God bless this family
Mineyna yetadelachu ❤❤❤❤❤ ufff siwodachu yatamerachu isu tsadik new
Wow ILove This song ❤❤❤❤
Eebbifamaa Magiifi maatiinsaa!!
Wow amazing MaybGod bleeds you
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤
Eebbifamaa🙏🙏🙏
What a song
Ebbifama maatii waqayyo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wow!
🙏❤❤❤❤💖
Hallelujah praise God
Bergwtegnemet amharan tetelale a?
Gooftaan(Masihichi) sii haa eebbisu!!! Araarri Gooftaa keenyaa sii haa basyyatu!!!
Blessed family ❤❤
❤❤❤❤
Wow farfana dinqidha ....ebbifama
Magif matisa ebifamaakaa❤❤❤
What a song🎈🎊🎉🎁🌲
Ameeen Ameen Ameeen
❤❤❤❤❤baga geesanii
Baga naga dhuftani❤❤❤❤
Uuuffeeeéeeeeeeeeeee waqaayyoo issin haa ebbisu
Eebbifamaa baay'ee ittiin eebbifamne gadhiifamuusaa akka ajaa'ibaatti eegaa turre akkuma eegne nuuf ta'e , eebbifamaa mucaa bareedaa kanatti ammoo obboleettii itti dabalaafii
Ameen! Guyyaa gammachuuti!!🎉😂😂😂
Good song god bless you❤❤ magi
❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
🥰🥰🥰
Magii koo maatii kee waliin waaqayyo isin haa eebbisu
❤❤❤❤🎉🎉
Eebbifamaa
Ebbifama
Isaiah 9:6
6 For to us a child is born, to us a son is given, and the government will be on his shoulders. And he will be called Wonderful Counselor, Mighty God, Everlasting Father, and Prince of Peace. 7 Of the greatness of his government and peace there will be no end. He will reign on David’s throne and over his kingdom, establishing and upholding it with justice and righteousness from that time on and forever. The zeal of the LORD Almighty will accomplish this. Thanks!!! Waaqayyo dachaa dachaadhan isin yaa eebbisu, nuuf jiraadhaa!!! 🙏🙏🙏
🎉❤🎉
Masiin Nuuf dhalateera!
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉ameen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mucaan nuuf dhalateera, ilmis nuuf kennameera; humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira; maqaan isaa, “Gorsaa, dinqii, Waaqayyo-jabaa, abbaa bara baraa, angafa nagaa”
Dhuguma guyyicha adda🤱🤱
Farukoo❤ well come
Eebbifama
Eebbifamaa Magi!
ebbifami