Lafti Unkuramtee| Magarsaa Baqalaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 27 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 343

  • @Amanko
    @Amanko 3 роки тому +6

    Isa ati Waa'ee Ashaboo fi Mimmixaa hin faarfanneefan si jaalladha. JAJUU WAAQAYYOO

  • @tensumamush9918
    @tensumamush9918 3 роки тому +5

    Amennnnnn haleluyaaaaa kibr legeta yihun weyne kuwankuwa alemaweke kochegn tsegawn yabzalachihu megrsa kefff bel geta kibr tekililo yiwised

    • @IlaameeRecords
      @IlaameeRecords  3 роки тому

      Amharic and English Subtitle will be added soon keep in touch

  • @gosayebahruweldemariam8479
    @gosayebahruweldemariam8479 3 роки тому +5

    ዘማሪ መገርሳ አንተን በማየቴ በጣም ደስ ብሎኛል በመዝሙሮችህ ሁሌ እንደተባረኩባቸው ነው አንተ የዚህ ዘመን ምርጥ ዘማሪ ነህ ...በአገልግሎትህ በርታ የጌታ መንፈስ ባንተ ላይ በኃይል አለ ተባረክልኝ

  • @BonsaAddisuGute430
    @BonsaAddisuGute430 3 роки тому +3

    Wow. Mageekoo Eebbifamaa Namaa Ayyaanni Kun Ammayyuu Haa Baayyatukaa

  • @tamirutakele9331
    @tamirutakele9331 Рік тому +3

    Qoy meche newu oromiygna michilewu!
    Blessed!

    • @GemeTesfaye
      @GemeTesfaye Рік тому

      Tichalalak abate bicha mokir kalel nwu

  • @gutushiferaofficial4089
    @gutushiferaofficial4089 3 роки тому +3

    Wow Waanuma addaati waaqayyoo isin haa eebbisu hunduma keessaan 🙏

  • @alexoasori2797
    @alexoasori2797 3 роки тому +2

    Waaqayyo isin haa'eebbisu🙌😍 Magi ati eebba keenya! Eebbifami ammallee🙌, kan akkakoo faarfannoota keen eebbifame jira jedhee hin yaadu❤

  • @amanuel1014
    @amanuel1014 3 роки тому +2

    Ati waaqumaa! Bara hundumaa!
    Qulqulluu! Ati Qulqulluu!

  • @DaniEl-px4jw
    @DaniEl-px4jw 3 роки тому +4

    Nama cima kan akka baraatti hin ademne jalqaba hamma harratti faarsansa kan onne nama xuquu faarsa simboon guutame.ebbifami magoo
    Faarsa ajayiba kan namaat tolu

  • @melkamuwaktola5472
    @melkamuwaktola5472 3 роки тому +1

    Ameen. Faarsaa baay’ee namatti tolu, Waaqayyoon kan eebbisuu fi kan nama fayyisudha. Waaqayyo isin haa eebbisu maatii eebbifamoodha isin. Baga isiniin qabaanne Far. Magii fi maatiisaa. Eebbifamaa!!!!

  • @IlaameeRecords
    @IlaameeRecords  3 роки тому +5

    galatoomaa share godha namootan ga'aa

  • @KiyatTube
    @KiyatTube 3 роки тому +3

    በናፍቆት ስንጠብቅህ የነበርክ የአባተ ብሩክ ልጅ ስላየሁ ደስ ብሎኛል፣ ዘመንህ ይባረክ

  • @shewaferatayekassa1852
    @shewaferatayekassa1852 3 роки тому +3

    አሚን አሚን አሚን!!!
    ቁልቁሉ አት ቁልቁሉ አንተ ንጹህ አንተ ንጹህ አቲ ዋቁማ በረ ሁንዱማ ማለት አንተ እግዚዓብሔር ነህ አትቀየርም በሁሉም ዘመን ወይም በዘመን ሁሉ ተባረኩ ኤቢፈማ የአባቴ ብሩካን ኢሾ ሀሌ ሉያ በረከቶቻችን ናችሁ እተረጉመዋለሁ ወደ አማርኛ

  • @dr.bokaimiru4713
    @dr.bokaimiru4713 3 роки тому +1

    Waaqayyo baguma kan keenya taate kan akkasitti nu eebbisteen. Maagi eebbifami ammallee❤❤❤

  • @mereramulatu707
    @mereramulatu707 3 роки тому +15

    Amen, what a wonderful Holy Spirit-inspired song! I think you did a wonderful job at Vertical worship. The song is directed to The Lord. You honored Him well with your talent. To God be the Glory, I am thankful for your love and obedience to The Lord. Thank you again.

    • @bonsaabdeta2911
      @bonsaabdeta2911 3 роки тому +1

      Ameen, God bless you!

    • @aleemkw4145
      @aleemkw4145 3 роки тому +1

      Amee Amee uuuuuuuuuuu ffffffffff Amee eebbifam waqaayyo kanumacalatii bara fiijireenyaa kee yaa eebbifam dachaa dachanii eebbifam

    • @aleemkw4145
      @aleemkw4145 3 роки тому +1

      💯💯💯💯📖📖🙏🙏🙏🙏🙏📜🎻🎻🍇🍇🍇🍇

  • @amosamuel7747
    @amosamuel7747 3 роки тому +3

    Faarfannaan maaliif akka uumame, eenyuuf akka uumame eenyuuf akka malus sirriittii kan siif galedha Magii...Eebbifami

  • @aschalewniguseroba3726
    @aschalewniguseroba3726 3 роки тому +2

    Ameeeen ነፍስ ውስጥ የሚፈስ ዝማሬ God is Holly ebifamaa

  • @letahordofa2023
    @letahordofa2023 3 роки тому +3

    Megersa Bekele God bless you more! It is amazing worship song!

  • @namaratemesgen7593
    @namaratemesgen7593 3 роки тому +1

    Ati Waaqumaa bara hundumaa
    Hin geeddaramtuu bara hundaattuu!
    Eebbifami!

  • @seidabazinab
    @seidabazinab 3 роки тому +1

    Ameen ameen.... Magiikoo naa eebbifami ammallee❤❤❤ "Ati Waaqumaa bara hundumaa..."

  • @bayisewarqinaa9849
    @bayisewarqinaa9849 3 роки тому +1

    Amen Amen Amen Amen goftan bara kee haa ebisu ebifamai

  • @meronyakob4108
    @meronyakob4108 3 роки тому +2

    Thank you Lord for this beautiful song You gave us to worship You with!
    “Holy, holy, holy is the Lord Almighty; the whole earth is full of his glory.” (Isaiah 6:3 NIV)
    God bless you Megersa!!!

  • @ayelehordofa3808
    @ayelehordofa3808 3 роки тому +3

    Sagalee Kee Yaadeera.Magee Ko.Faarfadhu Gooftaa Kana.Sirraa Bareeda.Waan Waaqayyo Siin Jedhe Hunda Itti Yaadi. Dhaloota Duraan Waaqayyo Isin Kaase Hundi Wal Dadammaqsaa .Faarfannaa Keessan Irra Deddeebinee Dhaggeeffadheen Quufuun Dadhabe. Eebbifami

  • @gemechudebelu5785
    @gemechudebelu5785 3 роки тому

    Baga ayyannii waqayyoo sif bay'atee!!!
    Bara hamaa kana kessatti amalaa waqayyoo kan bara baraa kana farfachuun akkam ayyanomudhaa!!!

  • @DrNafyadGetuOfficial
    @DrNafyadGetuOfficial 3 роки тому +3

    May God bless you 🙏

  • @danieladeba206
    @danieladeba206 3 роки тому +2

    Wow!What a amazing Gospel song given to you.Holy spirit is doing his work.I have really blessed with your Gospel song.May God bless you more and more,more t than enough!!!

  • @mosisateferi5072
    @mosisateferi5072 2 роки тому +3

    I have never Met you physically Magi, But when i hear your songs always I fill extraordinary happiness and peace. I wish you many more blessings with your family.

  • @dibotiyyadtm
    @dibotiyyadtm 3 роки тому +1

    Nuuf eebbifamii ...kun humna hafuuratin kan faarfatameedha!!!♥️♥️♥️♥️
    Magarsaa kan caala sitti haadaddabalu🙏🙏🙏

  • @deforahanna6324
    @deforahanna6324 3 роки тому +1

    Maloo dhugaa haa sheri gonufi
    Ebbifamii margee keenya

  • @abdizewde6812
    @abdizewde6812 3 роки тому +1

    Waaqayyo dachaadhaan ammayyuu siin haa eebbisu. Baayyee ittiin boqonneerra

  • @kalebtakele8142
    @kalebtakele8142 3 роки тому +2

    Really Powerful song💪 May God bless you abundantly

  • @fayisaabebe4867
    @fayisaabebe4867 2 роки тому +1

    እንደዚህ በመንፈስ የረሰረሱ ዝማሬዎችን ጌታ መንፈስ ቅዱስ ያብዛልን!!!
    Yegeta bariya

  • @abebeeticha7702
    @abebeeticha7702 3 роки тому +2

    Eebbifami! Waaqayyoo si haa eebbisuyee!

  • @tedybacha1532
    @tedybacha1532 3 роки тому +1

    WOW BLESSED MAN OF GOD MAGII KOO JIRAADHUU ,,,,,AMEN AMENNNNN 😍😍🙏🙏🙏🙏

  • @Evangelist-Abduselam
    @Evangelist-Abduselam 3 роки тому +1

    Inni Waaquma Isa hin geeddaramneedha!
    Magii kiyya eeybifami! 👉🙏

  • @yimenunigatu339
    @yimenunigatu339 2 роки тому +1

    Haalli gadi bu'ee olba'u...kan hin madaaalmne Yesuus eebbifami.......
    Bagaan kankee ta'e silaa seexanni biyyi lafaa hunduu akka fedhaan na taasifatu ture

  • @IRegan
    @IRegan 3 роки тому +1

    #Magi Eebbifamii!
    waaqayyo barakee Haa Eebbisu.!

  • @lelisagaroma8833
    @lelisagaroma8833 2 роки тому +1

    ''ATI WAAQUMAA BARA HUNDUMAA'' !Maqaan isaa haa eebbifamu! Ebbifama💓💞💕💟🎧🎤🪕🎵🎵🎶

  • @teklederessa769
    @teklederessa769 3 роки тому +1

    Eebbifami sittis garee keettis boonnee jirra.

  • @eliastayeofficial7468
    @eliastayeofficial7468 3 роки тому +1

    Waaqayyo bara keessan haa eebisu❤

  • @dagnederessa6417
    @dagnederessa6417 2 роки тому +3

    Hojii gaariidha.
    Waaqayyo isin haa eebbisu!

  • @debela_4J
    @debela_4J 3 роки тому +1

    Ayyaanni Isaa isiniif haa baayyyatu🙏🌱

  • @Eyesonjesus4ever
    @Eyesonjesus4ever 2 роки тому +3

    Amen yesus koo ati waqumaaa 🥰❤️🙏🏽⛪️
    Elelele ❤️ 🌳 ❤️🥰🙌🏽⛪️🙏🏽🙏🏽🌳🌳🌳😍

  • @mehretyebezalat9857
    @mehretyebezalat9857 3 роки тому +1

    እግዚአብሔር ይባርካችሁ እውነት ነው አንተ ለዘላለም ብቻህን አምላክ እና ጌታ ነህ።አሜን

  • @dychalka5140
    @dychalka5140 3 роки тому +1

    Ameen Ameen Ameen nu ebbifamaa ❤❤❤❤

  • @ibsagirmaofficial288
    @ibsagirmaofficial288 3 роки тому +2

    Eebbifamii my brother ayyaana isa si irrattii haa qusatu.

  • @ayuwizammi2272
    @ayuwizammi2272 3 роки тому +1

    Magii koo Farfannaa kee dhaggeefatamee hin qufamuu... ammas farsaa ajaa'iba eebbifami baay'ee sii jalana😙

  • @susufifitube2907
    @susufifitube2907 3 роки тому +1

    Wow ebbifami magi b.faarsa bareedadha eebbifamaa.

  • @samueltamiru758
    @samueltamiru758 3 роки тому +1

    Ameen, what a wonderful inspired by holy spirit you did a wonderful and trans generational apolostic word of god. Stay blessed I love you .

  • @nigisadingata4920
    @nigisadingata4920 3 роки тому +1

    What an awesome song!💯 May God bless you with his endless love❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤!

  • @maruedeti2351
    @maruedeti2351 3 роки тому +1

    Just WoW! 💙 Bayyee Galatooma 🙏🏾Mege as always!
    💙💙💙

  • @hgada7597
    @hgada7597 3 роки тому +1

    Waaqayyo isin haa eebbisu!

  • @DK-jp2lu
    @DK-jp2lu 3 роки тому +1

    Waaqayyo si eebbisu Mageekoo. ati bara keenyatti faarfataa Waaqayyo eebbisee nuuf kenne dha.

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 3 роки тому +1

    Uuuufffeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifaamaa ebifamaa dacha

  • @meseretdesta3633
    @meseretdesta3633 3 роки тому

    Ebbiifama nama ati Margi!!!!!!!!!!!!Farfaannaa keen baay'een ebbiifama yeroo hunduuma!!!!Ayyaanni isa ammmayyuu huumna si keessatti haa hojjeetu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @lemanedereje8708
    @lemanedereje8708 3 роки тому +1

    Magi Waaqayyo si haa eebbisu
    ❤❤❤❤

  • @abdibekele415
    @abdibekele415 3 роки тому +1

    may God bless u with his endless love❤️
    Good job magi👏👏👏

  • @ebisadhaba4297
    @ebisadhaba4297 3 роки тому

    Ameen Dhgaadha. Inni WAAQUMAA, BARA HUNDUMAA, HINGEEDARAMTU BARA HUNDAATTUU!!!!!

  • @alemayehugeleta218
    @alemayehugeleta218 2 роки тому +2

    It is amazing song.You are blessed !Thank you Jesus!

  • @dadhittiidrinttallaawallag5671
    @dadhittiidrinttallaawallag5671 3 роки тому +1

    Wawuuuu ebbbifamaa ijolleee waqqayyoo

  • @abdiabebe3940
    @abdiabebe3940 3 роки тому

    Qulqulluu ati qulqulluuuuuuuu dhugumaan waaqa qofaatu qulqulluudha eebbifami MAGIKOO GOD bless u!

  • @amAbdi-t7
    @amAbdi-t7 3 роки тому +2

    Yeroo baayyee rakkinaa faarssina Qulqqullu jettee waaqnnni si haa eebbisu eebbifami dhugumaan waaqnni Qulqqulluudha faarffanna Hafuura Qulqqulluun geggeefame

  • @malkamolgira8672
    @malkamolgira8672 3 роки тому +1

    Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ebifama

  • @PurposeOfMyLife
    @PurposeOfMyLife 2 роки тому +8

    Full Lyrics is here Gombisa Studio /homeoflyricsofsongs/
    Haalli gad bu’ee ol ba’uu ulfinni kee
    hin madaalamuu
    Mudaa malee inni jiru mootummaan kee
    bira hin ga’amu
    Haalli gad bu’ee ol ba’uu ulfinni kee
    hin madaalamuu
    Mudaa malee inni jiru mootummaan kee
    bira hin ga’amu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Mudaa hin qabduu hin qoratamtu eenyumaani
    Eenyummaan kee qulqulluudha baraani
    Mudaa hin qabduu hin qoratamtu eenyumaani
    Eenyummaan kee qulqulluudha baraani
    Lafti unkuramtee yennaa dhidhimte
    Biiftuun ifa ishee laachuu yoo dhowwatte
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Yoo seerri uumamaa toora gad dhiisee
    Hin beeku mootummaan kee iddoo gad dhiisee
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Waaqa waaqotaa barri kee dhuma hin qabne
    Daangaan mootummaa keetiis hin beekamne
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Ati qulqulluu
    Teessoon kee jabaa kan hin sochoone
    Alfaa Omeegaa mootummaan kee hin nuffamne
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Siif jilbi hundumtuu kan jilbeenfatu
    Dur situ turee darbees si’uma kan bituu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Baayyina baraan Waaqa aangoon kee hin dadhabne
    Ulfaataa bara baraan gad hin buunee
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Eegamee yoo turee kakuun raawwachuu
    Dallansuun yoo buufate iddoo gammachuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Taliilli boora’ee dukkanni hammaatu
    Ol kaasee gad si hin buusu haalli kamtu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    Ati Waaquma bara hundumaa
    Hin geddaramtu bara hundaattuu
    ሁኔታ ከፍና ዝቅ ቢል ክብርህ አይመዘንም
    እንከን የለሽ መንግስትህን ማንም አይመረምረውም
    ሁኔታ ከፍና ዝቅ ቢል ክብርህ አይመዘንም
    እንከን የለሽ መንግስትህን ማንም አይመረምረውም
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    ምድር ብትነዋወጥ እና ብትወድምም
    ጸሃይም ብርሃንዋን መስጠት ብትከለክል
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    ፍጥረት ስርዓቱንም ቅርጹንም ቢለቅ
    መንግስትህ ስፍራውን ለቆ አያውቅም
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    የአማልክት አምላክ ዘመንህ ማለቂያ የለውም
    መንግስትህ ገደብ የለውም
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    እንከን የለህ ማንም አይፈትንህም
    ማንነትህ ለዘለዓለም ቅዱስ ነው
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    አንተ ቅዱስ
    ዙፋንህ ጽኑ የማይናወጥ
    አልፋ ኦሜጋ መንግስትህ የማይሰለች
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    ጉልበት ሁሉ ላንተ የሚንበረከክልህ
    ድሮም አንተው ነበርክ አልፎም ትገዛለህ
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    የዘመናት ብዛት ሥልጣንህ የማያዝል
    ክብርህ ለዘለአለም የማይወርድ
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    የኪዳን ፍፃሜ ተጠብቆ ቢዘገይም
    በደስታ ፈንታ ኩርፊያ ቢተካም
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    ምንጩ ቢደፈርስ ጨለማው ቢበረታ
    አያናውጥህም የትኛውም ሁኔታ
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    አንተ አምላክ ነህ ለዘለዓለም
    አትለወጥም ለዘለዓለም
    Your glory is not affected by instability of situations
    No one can fathom Your perfect Kingdom
    Your glory is not affected by instability of situations
    No one can fathom Your perfect Kingdom
    Holy
    You are holy
    Holy
    You are holy
    You are holy
    Holy
    You are holy
    Holy
    You are holy
    You are holy
    You are flawless, no one can ever scrutinize You,
    You’re forever holy
    You are flawless, no one can ever scrutinize You,
    You’re forever holy
    Even if the earth quacked and submerged
    Even if the sun withholds her light
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    Even if the law of nature is derailed
    Your Kingdom has never flinched
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    God of gods, Your reign has no end
    The boundaries of Your Kingdom cannot be traced
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    Holy
    You are holy
    Holy
    You are holy
    You are holy
    Holy
    You are holy
    Holy
    You are holy
    You are holy
    Your throne is mighty, it cannot be toppled
    Alpha Omega Your rule is never wearisome
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    All knees will bow down to you
    You were there before, and you will continue to conquer
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    The length of years cannot wear out your authority
    forever glorious, no power can bring You down
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    Even if promises take too long to be fulfilled
    Even if misery settles in place of joy
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    Even if the pure becomes impure and darkness gets worse
    No situation can lift You high or bring you low
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    You remain eternally God
    You do not change everlastingly
    GOD BLESS YOU ALL!!

    • @JemmFam-ww4bd
      @JemmFam-ww4bd 2 роки тому +1

      Thank you for the provision of the lyrical. Abundant blessings 🙏

  • @chalturguja7195
    @chalturguja7195 3 роки тому +1

    Amen hallelujah 🙌🏾 Ati Waquma Bara Hunduma🙏🏾 Sovereign Lord🙌🏾🙌🏾🙌🏾
    May God continuously bless you with heavenly songs 🎶🎵

  • @danieladeba206
    @danieladeba206 3 роки тому +1

    I listened to this blessing Gospel song several times....still now I am thirsty of this song
    Stay blessed man God!!!!!!!

  • @debisadibaba9279
    @debisadibaba9279 3 роки тому +2

    Dhuguma ati qulqulluu ,,,Eebbifamaa hafaa...

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa2094 3 роки тому +2

    Ayyaanni isaa siif haa baay'atu MAGI

  • @ebasasarka3170
    @ebasasarka3170 Рік тому

    I find this song and the whole production uplifting! Oromo people's internal and external enemy is so explicit and stronger than ever. This song reassures me that our base, our foundation as Oromo people is so strong, and the enemy can not move us. We are already victorious, because our God has our back as long as we trust Him. Thank you for the blessing, Obbo Magarsaa Baqalaa and choir! Much love, respect, and appreciation!!

  • @amanuelwakgari9397
    @amanuelwakgari9397 2 роки тому +2

    Ayyaanni gooftaa siif ha baay'atu eebbifamaako❤

  • @addisfetret
    @addisfetret 3 роки тому

    Outstanding as usual 👏 love you ❤ 😍 #Magi ulfinni isaa kan Waaqayyooti! Ameen.

  • @werksew12
    @werksew12 3 роки тому +1

    Waaqni qulqullun isin ha ebbisuu,nuf jabaadha

  • @Obsii365
    @Obsii365 3 роки тому

    Ameen Waaqayyoo Waaqarraa isiin haa eebbisuu eebbifamaa dachaan ❤🙏

    • @Obsii365
      @Obsii365 3 роки тому

      @DAWA TUBE 😍

  • @mesiiasefa3554
    @mesiiasefa3554 3 роки тому +2

    Farfatota waqaayyoo nuuf kenne keessaa ati isaa calqabati dhugaa farfannaa kee dhagefachuu baay'ee jalaadha hiika guddaa qabas jireenyaa koo keessaatti nama akka kee gooftaan nuuf haa kasuu baay'isee gooftaan mana isaa keessaa jabeesse saa dhabuu bro koo ebifaamii guddaa❤🙏🙏🙏

  • @tononeballa8805
    @tononeballa8805 3 роки тому +2

    Amen Amen 🙏 God bless you magarsa

  • @hananezereye9900
    @hananezereye9900 3 роки тому +1

    Amene tebareku leberekete hunu

  • @KoriOromya3416
    @KoriOromya3416 Рік тому

    Ammas siif ha dabalamu Ayyaanni Waaqayyoo.. Type Amen

  • @bereketgetu409
    @bereketgetu409 2 роки тому

    እንደዚህ በመንፈስ የረሰረሱ ዝማሬዎችን ጌታ መንፈስ ቅዱስ ያብዛልን!!!

  • @seshasesha4179
    @seshasesha4179 3 роки тому +1

    Well Cama maagasaa ebiifaamaa maaqayesuusiin ebiifaamaa maaqayesuusiin ebiifaamaa ameeeeen ameeeen ebiifaamaa 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙏🙏🙏

  • @burtaatube5440
    @burtaatube5440 3 роки тому +1

    Ameen Ameeeeen Ameeeeeen eebbifamaa maqaa iyesuusiin 😍😍❤🙏🏻🙏🏻

  • @chimdessa156
    @chimdessa156 3 роки тому

    Eebbifami! Ayyaanni Gooftaa ammas siif haa baayyatu.

  • @geme_xll
    @geme_xll 3 роки тому +2

    ati qulqulluu wow ebbifaama magarsa koo

  • @derartualemu8230
    @derartualemu8230 3 роки тому +1

    Wow ayyanni kun isinirratti haa hafu

  • @derejeagizew6138
    @derejeagizew6138 2 роки тому +3

    Ati Waaqummaa Barra Hundumaa!🥰

  • @ebasasarka3170
    @ebasasarka3170 Рік тому

    I can't stop listening this song! I can't stop worshiping!

  • @gemechisduressa1436
    @gemechisduressa1436 2 роки тому +1

    Ati waaqumaa..... ati hingedaramtuu bara hundaattu... Ebbifamaa.

  • @MII_KOO
    @MII_KOO 3 роки тому +2

    Amen thanks both M&R

  • @nugijlv195
    @nugijlv195 2 роки тому +3

    Magiiko love you God bless you

  • @samsonyigezubekele9740
    @samsonyigezubekele9740 3 роки тому +1

    👏🙌 God bless you guys!

  • @joinjesus1814
    @joinjesus1814 4 місяці тому +1

    Qulqulluudha Waaqayyoo Yoomiyyuu. Eebbifamaa

  • @ogettishow9429
    @ogettishow9429 3 роки тому +1

    Ebbifama my favorite gospel singers🥰

  • @chaliwegga944
    @chaliwegga944 3 роки тому

    Ati waquma bara hunduma amen. Ebbifama bayyee namtti toltu Magarsa sif habayyatu ayyani farfanna ebifamtetta ❤️

  • @diribahabte7545
    @diribahabte7545 3 роки тому

    Faarsaa hin quufamnee .. Magii Richoo eebba keenya isin. Eebifamaa

  • @jhonkooo
    @jhonkooo 3 роки тому +1

    May the lord bless you!!

  • @ramajr8101
    @ramajr8101 2 роки тому +1

    Amen yesus koo ati waqumaa dhugaa 🥰🥰📖📖🌾💒💔💔💒🌾🥰🥰eebifamaa

  • @sanyiimootiientertainment6354
    @sanyiimootiientertainment6354 3 роки тому +2

    Ammas eebbifamaa

  • @metithomas9256
    @metithomas9256 3 роки тому +1

    Woow Amazing eebbiffama

  • @dinqeekananii8852
    @dinqeekananii8852 3 роки тому

    Ameen gooftaan sin haa eebbisuu 🙏🙏🙏

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb 2 роки тому +2

    ❤💚❤💚❤💚🌿🌱✅✝️God bless you all!

  • @Eyesonjesus4ever
    @Eyesonjesus4ever 2 роки тому

    I listen to this everyday 🥰🥰🥰🥹🙏🏾
    This song is out of this world .