Atti Amma ishee baati 9 garaa batee caala ilmoo san feeta? Maalif hasawaa fokkata hasooytaa obboolleeysaa kiyaa? Wallaah Ani nama akanaa sii hin seene 😢😢😢
Oso ajesu fetee gafa ati dhiste bade san baftii ya arifoo gafa san batii 2 yoka 3 basulen salpadha ama garuu bati 9 garati ba. Atee akamiti ajefti hati ilmoo😢😢😢bar ishitu walin ciqame harama hin tuqiin
Wanni rabbi godhu heddudha mee atis hojii rabbi kessa hinseenin. Isii irratti hin jalqabamne bar waan akkana heddutu jira addunya kana irra Rabbi yoo fedhe ji'a lama sadi bulche fudhata ykn guyya lama bulche fudhata yookn wagga tokko gesse fudhata. Isiinu kan ji'a 9 baatte waliin cinqatte san daran midhamti ati ammo maal ka kun Shexana fi haasida yaman kessa seene ummata walitti fixa jiru isin keessa haa buqqisu
Uus jedhii namnii akkamitii ilmo batii meqaa garatii batee ajesaa hojii rabii kessaa hin senin kan si kenes rabii kan fudhatees rabii 😢😢😢 Ilmo shafaa rabiin isinii ha godhuu 😢😢
Yaa boo waar yaman kana lilimee takan issin diranii saa akkamittii hattii ilmoo ofii ajestii maa raabbiin waal dhabdaa abadan ittii rakate gudiftii maale hatii ilmoo diqalayu hin ajeftu
Hadhaa ilmoo uf ajeftu hin dhagene oduu dhisii wani biraa wali irra yo qabatani male akkmi botee yo jette isina ta garati ji'aa meqaa bate ma boyuu dhabdii😢😢😢😢
Atti akkamitti hujji rabbi kessa settu ajjibba hatti akkamitti illmmo offi jaeffitti jiaa 9 garratti batte dhirrumma oromo akkamitti jarrsa jenne wojjin jirrana qoyyi 😢😢😢😢😢😢
Dhuga kettii 😭😭
Wly wanii hunduu dubii rabittii dubii rabii kesaa hin seninii yoo rabii sodatee😢😢
Gowaa Atiii Hagaa fitee yoo jebitiii Ilmmo ofii hin baleesutuu us gowaa
Hojii rabbii keessaa hin galinii sii calatii ishee bayyee midhamitee atii oduu dhisii dhiraa oromoo kanaa malumafii dayusaa godhee umee garuu hadhaa manaa bulifachuu hin bekanii
No haatii limoo ofii Hiin Ajeftuu limoo Abbaa qabduu dhisii osoo diqalaa tatehu waalhii Akasa hiin jedhamuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Malii jechudhaa ilmaa abbaa qabuu dogogoraa iraa ofii egii gonkumaa atii ilmoo ufii hin ajestuu
An gaafa obbaleeysa keetiin loltu, nama wayyaan sisahe, ati edaanuu ka isa daraniiti. Way carraa Ayyaan!
Kolkoloo arifoo atii duraa mucatii nagayaa qabduu itii tapatee biraa demttee amaa afan banttaa Ayan bahii manaa sanii ini kaa dubartitii tapataa turee amaa ifaa bafatee ajibaa qabdaa
Aboo atii huji rabii kesa akamitii senta rabii sodadhuu hatii ilmoo aka gotii akana jataa😢😢😢😢😢😢
Yaa Arifoo Namni ilmo Hin Ajesu Hin Dogogorin ilmon Rabitu Kena Rabitus Fudhata Akkas Hin Jedhin
Maal hasayaa silaa kuni tishii dhiraa takka takkaa nama gubdii waalahi akkamiti hati ilmoo ofi ajeefti 😢😢😢😢
Hayyii dhiraa oromo holiyii bichaa dadhanee umataa mataa qulfii
Yaa subahanalaa gowaan hin dhalatin dhalatuu hin gudatiin jedhee oromon badii asii saree akamitti hojii Raabbi kesaa seentaa Raabbi si haa qajelchuu wly galbii isi taa cabdee iratii dabaltee caabsitaa duraa hadhaa kaa gatee biraa deemtee ilmotuu si dhukubsee😢😢😢😢
Subahan Allah Jiha 9 Garatii Badhatee Iti Lafatee Rabbin Qodashee In gonefi Ira Fudhatee Atimoo Goowan Maal Asofata Rabiketira Qanafadhuu Yoo namara Qanafchuu Sodatee
Waani rabbini fidee maali gotaa ishee hadhaa obsaa dhabbu dadesii
Azuubiilahii.woraa arafiisaa kuunii uuuuyii boaturere atii isiifuuchuudhaa dhiiraa hin amaninaa yajaranaa😢😢😢
Atti Amma ishee baati 9 garaa batee caala ilmoo san feeta? Maalif hasawaa fokkata hasooytaa obboolleeysaa kiyaa? Wallaah Ani nama akanaa sii hin seene 😢😢😢
Yaa Arifuu Akanaa hin jedhinii obsaa walii obsisaa rabinii obsaa isinfii haa kenuu wanit hunduu qadaraa yoo namaa rabitii amanuu tatee qadaraa rabitii Amanaa rabinii taa shafiaa isinfi haa godhuu inshaa Aallah 😢😢😢😢
Ilmoo sanuu irra hinkaayyatin atuu iftti ragaadha. Hin fakkeeyfatin
Dhirumaa yemaan kanaa akaa itii naa jibisisuu gowaa hatii ilomoo ajefii qadaa rabitii
Gowaa
Arifoo Ati duraan Nama wabekuu fakataa maltate garuu ama haati ilmoo Ofii Akamiti Ajesti😢 Hujii Rabbii kesa hin senin😢
gowaa jartii tee harachuu hin dadaane😮😮😮😮
Oso ajesu fetee gafa ati dhiste bade san baftii ya arifoo gafa san batii 2 yoka 3 basulen salpadha ama garuu bati 9 garati ba. Atee akamiti ajefti hati ilmoo😢😢😢bar ishitu walin ciqame harama hin tuqiin
Rabbii siif Haa dhisuu hadhii ilmoo ofii hin ajjestuu ji'a 9 gutuu garaatti battee deebite ajjestii 😢
Duraa dursee Assalamuu Aleeykum warahamatullah wabarakatuh akkam jirtaa obboolleeysaa kiyaa jirtaa Bagaa nagahaa jirataan isiin jechaa akkam waan rabbii keeysaa seentaa? Haati akkam ilmoo ufii Ajjeeftti ? 😢😢😢😢 subahanallah Rabbii sii haa qajeelchuu
Ani kaa gafii nati ta'e maliif dhirri heddu gafaa mantii namaa galfate namatii jijirama?yaa Allah nu basi atii rabbin nuha qajelchu
Gowaa hadharahuu ishii kan ja'aa9 garatii batii itii dadhabee calaa jalataa
Hinqaanfattuu yaroo intala dhalaatiif zaacha gootu. Atiifii obbaleeysi khee garaa garummaan khee maali? Kijiba dhuga fakkeeysuu dhiisi. Isiin maa hinduiniif aarte fakkaata. Ifrraa us. Kijibni sirraa beekkama
Wanni rabbi godhu heddudha mee atis hojii rabbi kessa hinseenin. Isii irratti hin jalqabamne bar waan akkana heddutu jira addunya kana irra
Rabbi yoo fedhe ji'a lama sadi bulche fudhata ykn guyya lama bulche fudhata yookn wagga tokko gesse fudhata. Isiinu kan ji'a 9 baatte waliin cinqatte san daran midhamti ati ammo maal ka kun
Shexana fi haasida yaman kessa seene ummata walitti fixa jiru isin keessa haa buqqisu
ayyaan osoo hin tannee daimaa kan situ ajjessee horii ulfeessite gatee mucayoon dhiphina kessaa galtee akkaa garaa batuu godhee sii gowwaa afaan kee qabadhuu tahii saree duruu dhiraa jedhii saree jedhii takkaa
Azubilhaa maltuu aknaa sii godhaa mucaa shexana eraa magafadhuu Hatii Akmitii imoo ofii Ajesitii
Salfadhuu ofiiti yaa obolesa kenyaa hadha ji'a 9 garaati batee irra itti atee ati duraa osoo ilmoo jalate ayan akkasii kadhate futee booda rakkina kesati kufistee hundaafuu rabbiin kerii haa godhuu
us dhama dayyusa dalga rabbi hin betu
Subana alla subana alla subana alla 😭☝️😭 rabbi sihi qajelechuu wol
❤❤❤❤❤❤
Kannaa Bodda Dhalachuu Hin Dadettuu moo Akkamiti wani Rabbii Fudhattee Dubbataa Attii Ayyannee mittii Rabbiti Dallanarata Ok salafadhuu😢😢
Gowaan hiin dhaallatiin dhallatee hiin guudatii jeedhee oroomon
gowaa ulfesit bahera fidaa silaa ishee nama siti hin fakkatuu dhalaa wolit gurtaa
𝐮𝐬𝐢 𝐛𝐨 𝐧𝐚𝐦𝐧 𝐢𝐥𝐦𝐨 𝐨𝐟𝐢 𝐚𝐣𝐞𝐬𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐢𝐭𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐮𝐭𝐮 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐭𝐚𝐚😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭𝐝𝐮𝐫𝐧 𝐠𝐚𝐭𝐞 𝐚𝐫𝐚 𝐢𝐥𝐦𝐨 𝐤𝐞𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐭𝐞 𝐢𝐬𝐢 𝐠𝐚𝐝𝐚 𝐢𝐭𝐢 𝐢𝐝𝐚𝐛𝐥𝐢𝐧 𝐀𝐰𝐥𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢 𝐛𝐚𝐠𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐢 𝐥𝐮𝐛𝐮 𝐢𝐬𝐢 𝐚𝐛𝐢𝐬𝐞𝐞😭😢😭😢😢😢😭😭😢😢😭😭😢😭😢😭😢😢😭😢😢😭😭😢😭😢😭😢😭𝐀𝐲𝐮𝐮𝐤𝐨 𝐀𝐛𝐬𝐡𝐢𝐫 𝐨𝐤𝐭𝐢𝐤𝐨😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭
A☝😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔
Ajiba Namumaa Akamit Yaduu Jiraa Hadharaa Situu Itii Rakata Tolee Ishin Gafaa Garaa Qabidu Kununisite Garatii Bate Manaa Harabaa Dalagaa Jiratii Atii Gowadhaa😢😢
Mashkulaa keessaan jiraa jedhaa kan.haadhaa manaaf hin taanee namaa biroof.cinqimtaa konkaa
Suballaah allaah obboleessaa kiyyaa woman fedhee yoo tahee jartii tehee gofadhuu malehee Asiratti olii batehee wahee isinni 😢😢😢😢😢😢😢
Bisimilahii Yaa Arif Rabii sodadhuu Hatii ilmoo ofii Akaamii Ajestii Bisimilahii
Iccc tortoraa erga bira jiraatte maaf ajjeesisteree😢😢😢
Jish yaawasak
Mujirima ati 😢
Kan itti cinqamee lubbuushe dhabdee dahee ishedha sidhamoo😢😢
Sila ishedha lubbuu lamaa naaf gatte biraa deemte ishen siif jettee roirrifamtee utuu taazzaba qabaatte utuu sheen itti in duutehoo😢😢😢😢😢😢
Atimiidhama maali itti qabda ishetu itti dhamaye si daran dhiirri kun akkamumagti yaaddimee subhaanallaah 😢😢😢
Kan kennees kan fudhate rabbii 😢 utuu ati dhiifte deemte ishen sadaqaa ittikadhatte inguddifattuu ilmooshee😢😢😢 yaa wasak
Taazzaba inqabdu wlh rabbiin ilmoo s abiyyi bishaani miti kee kanayu sekinditti fuudhuu danda'a dhiirummaa ke dhiirati agarsiisi malee dubartiittimitii😢😢😢
Mali kun dhamani Subhana allaa baraa akamii kesaa jiraa Yaa Rabii koo 💔💔
Attii Qabarrii Battee Esa Turttee Hanaga Jarratini Tee Kophaa Dhallatuu Ajiba 😢😢
Atii isihuu jibitee biraa demtee ilmoraa mal qabdaa ilmoon hadhaa jiranii jalataan eysaa jirtii😢😢😢😢😢😢😮😮
Malii gotii isinii silaa hojii rabbii kesaa galii
Mee Haati biyya kamii ilmoo deesse ajjeesti rabbi si haa qajelchu
Walih ati balagedhaa walih akamitii hatii ilmoo ajeftii yaa marataa
Subhanallh hatti akkamiti ilmo ofi ajefti wlh hojji rabbi hin senin ya Arif kenya nama miti binensinu ilmo ofi hin ajesu 😢😢😢
Dhukaa ketii
wowww duri jirti haati ilmo ofi ajefti nama akka keei irrayu dhalun hin ta'u akkamit hin boonya haati gowwa
Uuuuu uuuuu aragaa dhiraa zabanaa whl qanii namaa dhiyatuu anatuu bakaa hadhafii abaa ketii sii buu jedhanii namaa fudhanii garuu qanii nikaa namaa godhatee akaa dinatitii namaa lalatii🙈🙈🤫🤫🤫🤫🙃🙃🙃
Ish doofa harree akkamitti haati ilmoo fii ajjeefti situ isirra itti anaa
Garraa Hadhattii Akkamiti Hin Bonnee Battii meqa Garrati batteee😢😢😢😢
Boo nuraa us kun mal tahee wayii ker insha alla hatii akkamiti ilmoo ofii ajestii😢
Si wajjin itti rakkatee 9 kiyyaa dhabamaa
Gowwaa jasabaa akkaamiti hatii ilmoo ofii ajjeesiiti hushaa mukkaa nyadhuu luchaa hadhaa ketii diqalaa rabbiin hin soddaane ilmaa akkoon abartee Rabbiin balaa siti haa busuu mee ati dhiraa tuqii ayyaan diqalaa hadhaa sharmuxaa salamaa
😂😂😂😂 gowwaaa gowwaaaaa harree atii kijjiibadha arga keee😢😢😢😢
us kijiba jasba wasaka hatii ilmo ofii akamitii ajeftii gowa 😢
Mee dema Ibrahim bira dhaqii ilmo mana ittii cufatte jira gurbaani
Subanallhaa wolhi ati ilmoo ofi hin ajeftu dhisi maseta hin dubati😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Uus jedhii namnii akkamitii ilmo batii meqaa garatii batee ajesaa hojii rabii kessaa hin senin kan si kenes rabii kan fudhatees rabii 😢😢😢
Ilmo shafaa rabiin isinii ha godhuu 😢😢
Akkimiti Naman Ilimoo Ufiiajisa Rabbiin Sodadu Weenfikkani😢😢😢😢😢
Gowaaa gobe zimi jedhi Horri
Lubbuu Rabbii harka qaba. Ati dursii yadiii ayyan nama garridhaa bal'isii yadii hati ilmoo offii hin mituu
Akamitii hatii ilmoo ufii Ajesitii😮😮😮
Azubillah rabbiin sodadha ojii rabbiittii kun tobadhu yaa abo
Yaa boo waar yaman kana lilimee takan issin diranii saa akkamittii hattii ilmoo ofii ajestii maa raabbiin waal dhabdaa abadan ittii rakate gudiftii maale hatii ilmoo diqalayu hin ajeftu
dura gatee biraa dete hati imoofii hin ajetuu Usii balagee😢
Gowaa hojjii rabbii kesaa bahii
Dhirtii yamanii jirtu hindii gawamaa saah
Wan Rabbii keessaa hin senini shukrii godhii ariif rabiraa dhuftee wantii hunduu😢😢
hati Akmiti ilmo ofii ajeftii mal tate gurbaa
Alhamdulillah jedhii wan rabbin fidee kunii aynaa homaa gonee isn😢😢😢😢😢😢
Tish ayyan namaa kabajaa qabduu ofii kabajaa qabnee akkamiti ilmoo.ofii ajestii
Wly silaa waa hedduu si barreessa turee rabbiin sodadhe malee wly
Usii gowa horii hatii ilmo ufii ajaftii ka afanii bantufii
Hadhaa ilmoo uf ajeftu hin dhagene oduu dhisii wani biraa wali irra yo qabatani male akkmi botee yo jette isina ta garati ji'aa meqaa bate ma boyuu dhabdii😢😢😢😢
Us gowwaa essa jirtaa yeroosheen garaattii baacha turtee hori sanu haati ilmooshen ajesstu yaa gowwaa jechaan maleen dubatin
Rabbii ofii sii haa bessisu ishaallah gara hadhati obossu dadhabde bote rabbii sodadhu issiyu tasgabesi
Arifo oso firaa basuu fetee gafa jiaa sadiitii bar gafa atii biraa demtuu san 😢😢😢😢 isin wameqaa dabarsitee ilmo sanii walin😢😢😢
Yaa umataa kenyaa Nani ilmo Akkaa Ittii dhalee bekuu ilmoo uffii hin ajesuu wani hin tanee hin hasayina ,💔💔💔💔 rabbii isini haa kenuu taa Tessani jedhe rabii
Tishii jasbaa haati ilmo ajeste jette yaada dhama wayyii hojii rabii keessa osoo galu bate gurba dhabadhuu of ilaali mee xawalawale dhirti yeamn tun akka sii dhukkubsu kan ishee irre dhukkubas bar ilmo sii caala ishee dhukkubsa ati walala
Arifu dogogortee jirata huji rabbii keessa hin senin rabbii daqiqa takka keessati fudha isa kenee isa fudhatee hubadhuu hati ilmo ufi ajesuu dhisii akka isn midhaftuu hin
fetuu ammasii rabbii isni kena rabbii nagaya isn hagdhuu😢😢
Waly dhaluma tana rakko qaba dhira akkana fa jarsaa jate ittii heerumti ya shamaraan kenyaa dhira akkana ofira ega
Gowaa gowaa 🤸🤸🤸🤸🤸🤸 osoo kee ta,e wayaa turee faraa
Yoo warii hakimaa sumii dhoydee sin jedhan moo maliraa dhabatee jetee😢
𝐤𝐮𝐧𝐢 𝐬𝐚𝐦𝐮𝐧𝐢 𝐢𝐧𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐚𝐭𝐮 𝐦𝐚𝐥𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐦𝐨 𝐡𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐬𝐡𝐞 9 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢 𝐛𝐚𝐭𝐞 𝐦𝐢𝐭𝐢 𝐀𝐚𝐟𝐚𝐧𝐢 𝐤𝐞 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐠𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚 𝐨𝐤 𝐬𝐚𝐫𝐞😢 𝐀𝐲𝐲𝐮 𝐤𝐨 𝐚𝐛𝐢𝐬𝐡𝐢𝐫𝐢 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐟𝐢 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐚𝐚😢😢
Abbo qafadhuu hatti akkamiti ajeftii
Jzba us jedhi 😮
Aboo akamitii hatii ilmoo ajefatii NimarTee atii
Kuni gowwaan maal haasaha sila?🙄
Namni ilmoo ufii ajeesaa?😢
Yoo gaafii ishee gaafachuu feete isii woliin hin haasoftuu?
Yoo gorsa taate osoo miidiyaa irra hin baane keessan hin fixatanii?
Isheen waan badaa hin dubbane wly maa waan hin taane haasofta?😢
Isheen akka garaa godhatte hordoftoonni ishee waan beekaniif akkasuma ilmoo ishellee arguu fedhan waan ta.eef dhugaa dubbatte😢
Anii duraa namaa garii sin jechaa turee lakkaa atii horiidhaa hiicc dhiraa akkanaa uuff😢
Hatii ji aa hammakana wajin ciqamte ilmo ofii hin mitu uttu rakko fedheyu qabate malif akkasi jetaa mata dureni kee malii 🤐
Astogifirilaah Ariifoo fayaa qabdaa hatii ilmoo ofii akamiitii Ajeeftii😢😢😢😢
Aka ati yadutu hati ilmo ajefti jete yada😢😢😢😢😢 rabbi si ha qajelchu Nama dhisi luku ykn salati hin ajeftu😢😢😢😢😢 hoji rabbi kesa oso galu bate😮😮😮😮
akamitii.haatii.ilmoo.ofi.mitii.aboo.raabii sodadhu.dhiisi.silaa.ofii.mitee.akasitii.boshii😢😢😢