Maaf sooba dhubata Abee ??? Kun garii mitii waa'a baayee hin dhubatiin nuni sooda Sanyii hin qabnu surubeen yoo tateeyu homaa mitii that's all gantun gantu dha take it easy 👍
Boolla maal keessa teesse dubbattaa?ati mana jirtaa essaa galta?yoo hundumtuu gale youtube keetu cufama.jawaar mana taa’ee Lubbuu baay’ee galaafate.ati duti
Nagaan hunda caala. Oromiyaa guutuuf nagaan haa bu'u.
Great idea my brother good like,,,,,,,,
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadhu
Sanyiin harka kenne osoo hin taane sammuu yaadutti fayyadamen jedha
Goonni harka hin kennatu Kuni jarri harka kennate bu.aan isaa ummataaf fidan maalimee?
💪💪💪💪
Even if Jaal Marro wanted reconcile with PP I believe he shouldn't for his legacy and supporters.
👍👍👍
Akka lukkuu obboroo batatifite hin iyyinii yaada kee gurmeessii dhiyeessi!
Saree
Jabaadhu jaba kenyaa
oduu dha
Afuftuu 🏌♀️🏌♀️🏌♀️👊👊👊👊👊👊
Obboo Maraara hin jedhin,profeesara jedhe!
You are right
oduu oloolaa hin gadhisiinaa
Sobduu Waan ummaata raastani dubbi soba Akka hasoftan isiin arginee jirra
prof. mararaa dha obbo miti
Tish Afuftu
Yagadhee Qabeenya Oromoo Gubuun sigamaachiisa
Dhugaa keetti gaafumaan kan dhaga'uun shakkii horadhee garuu waaqayyoo gidduu nuuf yaa galuu
Si maal jechu dha Ama gadii baani nuratii sirbaani enyyu tu sirbaa jiraa ?? Sanyiin angoon isara fudatame Camsaa 13 dha gafaa camsaa 17 mo'oo areamee kanafu soobnii WBO bukkee hinjiru hinjiratusi maaf yoo jetee qiindammun hojatama qofatii Kan hojatamu hin jiru hojii dhabati hojatama 👍🙏
Kunii Oduu pptii😢😢😢😅😅😅😅
Finfinnee Media welcome jabaadhu kunis ni guudata
Sirritti siif galte jabaadhu
Si tufe Seexana Miidayaa miidiyaa yaabbattee oduu Oftuu. Diina gaarummaa uummata oromoo hin jaalannedha isin
Atuu Sobdudha
Oke
Maaf sooba dhubata Abee ??? Kun garii mitii waa'a baayee hin dhubatiin nuni sooda Sanyii hin qabnu surubeen yoo tateeyu homaa mitii that's all gantun gantu dha take it easy 👍
🟢🟢kuno
Qabeenya oromoo gubuun hiika qabaa?
Qabeenya mancaasuun Amala qabsootii?Kan Eenyuti Qabeenyi suni? Uummata dararuun,Haadha jalatti ilmoo ajjeesuun,Qabeenya Nama dhuunfaa namarraa saamuun Qabsoodhaa?
Oromiyan nagaha taattii baadhadhin ni mirkaannaa!!!
Usboo odu dadeemtu qabeenya barbareesun injifanodha
Kuni jarri warraa ummaata saame burraayyuu fi Ashawaa meedaati gamoo ijaara turani bu'aa buufatani
Qabeenya gubuu hin jifannoo gootee dubbattaa ?
haay nama dinqisiisa.
❤❤❤
Raayaan ittisa biyyaa leen keenya.
Ati amma maaliif qinxiraamoftaa?
😂😂😂 dhuga dha
Woraanni woboo qabeenya gubuudhaan biyya isaa hiyyoomsuudha haadha isaa boochisuudhaan obboleetii isaa gudeeduudhaan Obbooleessa isaa ajjeesuudhaan oromiyyaa gubuudhaan hinjifannoon inn gonfatu kan ati haasoftu kamaal ??,
Jaal Shanyii Leencaa Sabatii 🎉❤❤
hafarsi harka qabdaa kormaa kiyya
Kijoba
Diinaa ajjeesuun malee warshaa gubuun injifaannoon hin argamu.before talking read about politics
Hailu maal gochaa jira ?
Welcome back ❤❤
Welcome
Ati immoo diina oromoo har,a dhalate taate asbaate maaloo nagaa haasa,i dhiiga hanga har,atti dhangaala,e dhugde asgeesse natti fakkaata ergama fannoo
Ji.a 7
😂😂😂😂😂😂
😁😊
Dubbiin siif galte tumsa mootummaa ta.uuf galan dhuga keeti
Boolla maal keessa teesse dubbattaa?ati mana jirtaa essaa galta?yoo hundumtuu gale youtube keetu cufama.jawaar mana taa’ee Lubbuu baay’ee galaafate.ati duti
Goosh
araara busuun cimee ittii fufuu qabaaa
Obbo mararaa isa jette san sirreessi; prof....MG
Miidiyaa sagalee uummataati. Jabaadhu itti fufi.
Hamma yaaduu keetii kan murteessu Waarshaa qabeenya Uummata keetii gubne jechuu gammaduu keeti
kkkkkkkk
Waranaa meqaa fudhatee qabee?
Saree gallee dhisaa
❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤