This collaboration is a true blessing! I've been a longtime fan of both Abbaba Abishu and Yadessa Shiri, and seeing them come together to worship the Lord through their music is beyond exciting. Abbaba Abishu's journey from world music to dedicating his talent to Jesus is truly inspiring. It takes great courage and conviction to make such a shift in one's musical focus, and I deeply respect his decision to use his voice to spread the message of faith and love. I have no doubt that their collaboration will be filled with anointing and powerful worship.
Addumaan dubbii macaafa qulqulluu faarsicha keessatti kallattiidhaan hammachiisuun kee hedduu natti toleera, jechuun koos dubbii waaqayyoo kallattiidhaan, keep it up
ebbifamaa waaqayyoo isini haa eebbisuu
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️🎉🎉🎉
Waaqayyo haa Ulfaatu!
Ayyaana isaa isa hamma a hin jedhamneen waan si eebbiseef
Uuuuuuffere Ebifaamaa jajabeewani farafatotaa waqayoo dachaa Ayanii waqayoo Isinifii haa dabalamuu sin naa fiidee guuyaa galataa 🎉🎉🎉🎉
Waaqayyo Dachaan isin haa eebbisu! Ergaa guddaa sagalee bareedaadhaan waan nu biraan geessaniif eebbifamaa!
May God bless you.
Waaqayyo isin ha eebbisu!
Xossayi anjjo!
Higzaber yibarekachew.
Wowww Amenn Amenn Halle luyyah Elelelelelelelelelelelelelelelelel Darbaa Farfadhaa ammallee Maaqa Yesusiin namoota Waaqayyoo!!!!❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
yaadoo gooftaankoo si haa eebbisu. eebbifami ammayyuu gooftaan ayyaana isaa sirratti haa irraanfatu kanuma caalaa dibanni isaa sirratti haa dhangala'u. dhugaa dubbachuuf taanaan faarfannaankee hafuura namaa baayyee eebbisa kan miilanaa kun immoo adduma natti ta'e. oduu fi jecha namootaa irraa haftee ammas faarsaa kanaan as ba'uunkee baayyee nama gammachiisa. jabaadhu
yadoo ko nama jaallatamaa Abe faana sii argu kotti baay'ee 🥰🥰🥰
Farfaanaa bayee namatii toluu ebbifaamaa waaqaayoo baraf jireenyaa keesaan haa ebbisuu ebbifaamaa dachaa dachaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Uuuuuuuuuuuuuuffffff aleeluuyyaa God bless you ❤❤❤❤❤ebbifaamaa
I'm completely hooked on this track can’t get enough of this song this is my forever ear worm❤ stay blessed 😇
Ameeeèeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ebbifamaa waaqayyoo addaan isaan yaa ebbisuu ayyaannichi hafee isiini irraa yaa jirattuu👏👏👏👏
Ammeen ammeen Ebbifaamii dachaa dachaa halleluj❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
waaqayyo baraaf jireenya keessan ha eebbisu.
Waaqayyo isin haa eebbisu Yaadooko
Sinaafiide guyyaa galata!😊❤
Yado Ft AbabaAbbashu
Ebbifami yaddoko dacha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oh eebbifamii ayyannii siif haa bay'atu❤❤❤❤
Wow ameeeen waaqayyo isiin haa ebbisu ebbifama ijoolle waaaqayyo ayyaani gooftaa dabalee dabalee isiinif haa baay atu ❤❤❤❤❤
Ebbifama #Galataa_Guddaa_qabduu ##Ababaa ##Yaadasa........
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️🎉🎉
Si naa fidee guyyaa galata!
Yaado koo Eebbifamaa dachaan❤❤
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️❤😂❤
Uuuuuuuuuffey jaallatamoo ijoollee waaqayyoo isin eebbifamtaniiiiiiiirtu🙏🙏🙏🙏
Sit naaf fide guyyaa galataa ❤❤❤
የኢየሱስ ስም ተዘምሮ ተመስግኖ የማይጠገብ ስም ነው።ያደሳ በብዙ ተባረክ።
Ammayyuu lafarratti waaqarratti amma bara Barratt yesuusiin faarsi mucaa qaxalee
Dansaadha.❤ continue more language....... Jajjabaadha.
🎉❤Ebifama
Haleeluuyaaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤siin na fidee guyyaa Galata.
Artist Abbabaa Abbashuu...haala kanaan faarfaachaa arguukootti baay'ee gammada. Yaadoo...eebbifamaa. Galanni isaa Yesusiif hata'u, ameen!
Wowowowo ebbifamii abo farfanna waqayyo sikeessa burqee hin dhumu ammayyu haburqqu bay'een itti ebifame ani💯💔💔💔💔💔💔
Ililililililililil hallelujah hallelujah ililililililililil hallelujah hallelujah Amen Amen Amen hallelujah halleluja hallelujah galani ulfini hoquban waaqa fi lafa irraati sif haa gooftaa yesus koo!!!
waaqayyo Ayyaanasa isaa isiniif haa baayyisu
Ameen ebbifamii dachaa maqa dhiigaa hooliichaan yadoo❤❤
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeen eebbifama ayyabichi dachan isinif haa baay'atuu❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeeen ameeeeen ebifamaa ebifama maqaa iyesusin🙏🙏🙏🙏❤❤❤💓💓💓
This collaboration is a true blessing! I've been a longtime fan of both Abbaba Abishu and Yadessa Shiri, and seeing them come together to worship the Lord through their music is beyond exciting.
Abbaba Abishu's journey from world music to dedicating his talent to Jesus is truly inspiring. It takes great courage and conviction to make such a shift in one's musical focus, and I deeply respect his decision to use his voice to spread the message of faith and love. I have no doubt that their collaboration will be filled with anointing and powerful worship.
Amen yesus jaalalakee rawane darbina harka nu qabu abbaako waqaayyoo si eebisu hadhooko daribi ademi
I heard this Gospel song more than 50❤ times , but every time it's becoming new . my Almighty God bless both of you❤.
Me too ❤❤❤
Me too 🙏🙏🙏
Faarsaa jireenya nama eebbiisudha dhugaa maatii jaallataamo eebbiifama
Eebbifama maqaa Yesusin❤❤❤❤❤❤
eebbifamaa namoota waaqayyoo baay'ee isin jaallanna❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
The original sound of Ababa Abashu is never changing. Eebbifamaa.
❤❤❤❤si naaf fideem Guyyaa Galataa!! Ameeeeeeeen,Eebbifamaa
Naaf Gidduu galee mana Koo Nan dhalee👌👌👌👌👌💥💥💥💥💥💥💥💥🔥🔥🔥💥💥💥💥
Ameen ameen ameen ameen big blessings ❤❤❤❤
blessing,ebbifami jabaadhu
Amen Amen Amen 🙏🙏🙏 Ameen 👏👏👏 Amen
YESUUS GOOFTAA DHA Waaqayyoo inni isin gargaaree ulfinii haa ta'u
Ameen ameen ameen waqayyoo siin haa ebbisuu ❤❤❤❤❤ 5:03 👩🎤👩🎤Angaafni Naagaan Naagaa bussuu kiristoosi Iyesuus Ameen ameen
Amen. YESUUS ATI JIRAATAA ILIMMA WAAQAYYO JIRAATAATI.
Uuuff Amazing song ####
Uffff Eebbiifamaa🙏🙏🙏🙏
Ayyaanni isiniif haa baay'atu ijoollee Waaqayyoo
Amen waqayoo sihaa ebbisuu ebbifamaa
Ebifama Dachaa sol 💯👏
Nama gammachisaa eebbifama.❤
Sin naa fide guyyaa galataa--- praise God 🙏🙏🙏 Eebbifama🎉🎉🎉
AMEEN Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏 ebbiffama ebbiffama dachaa dachaa ayyannii sinifaa bayatuu. Sin na fidee guyaa galata (2)❤❤❤❤
Situu naa fide guyya galataa yesuskoo ❤❤❤ ❤❤❤
Ayyaana isinirra jiruuf abbaan ayyaanichaa ulfina isaa hafudhatu mana isaa keessatti umurii nuuf dheeradhaa Ameen.
Amen Amen Amen eebbifamaa Elelelelelelelelele ❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebbifamaa qaxalee wani keenya
a
Eebbifamaa ❤❤❤
Baayyee bareeddu
Wow Ameeeennn🎉🎉🎉 Ashuuu Dach Eebbifama🙏🙏🙏☦️🍇👑👏👏👏📯🎶🎤🎧🎶🎶🎶🎻🎸🎶🎶🎶
Yaadee koo eebbifamaa❤
Uuuuuuuuuuuuuu mali dami kuni barike abayatu
Waaqayyo isin haa eebbisu. ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉 waaqayyoo isin haa ebbisuuu
Woooowwvw maatii jaallatamoo waaqayyoo sinaa ebbisuu
ebbifamaa isin haa ebbisuu
Eebbifamaa ❤❤
Yaadoo! I love you & more you come with Abbee. Be blessed bro!
Wòooooo waaqayyo si ebbisuu kana farfana ❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifamaa.
Waaqayyo dabalee isin ha eebbisu.
❤❤❤❤❤❤Si naaf fide guyyaa galataa❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifamaa dachaa ❤❤
Ameen! Waaqayyo isin haa eebbisu!❤❤
Ammmen ebbifamaa dachaa 🙏🏻❤️🥰💙
Guyyaa kana hawwii egaanture obbollessii keenyaa goftaf farfachuusa eebbbifams❤❤❤
Farfaanaa kan bayyee jalaadha garuu Ani orthodontistdha 🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️
Hin sobda.
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️
Ebifamiii waqayooodhumtiii kana calaa sii ha ebisuuu jabaa koo
Galatoomi Yaadoo fi Abbabbaa faarsaan Yesuusiif mala ammallee
Eebbifamaa
Si'aa Meeqa deebi'ee dhageefadheera ,akkasumas akkas jedheen turee yeroo waaqayyoo kadhannaa koo naf dhaga'ee galeen mana kooti guyyaa galata qopheessee ittin faarfaadhaa jedheen ture ,akkuman jedhee waaqayyoo gariidha kadhannan koos naf dhaga'ameera "Innis Abbaa mana kootu jaalala kirstoosin naf booji'amee , Anis nan injifadhee 😊 yeroo gara mana kooti deebi'ee faarfannaa kanan na galateeffadha❤❤❤❤
GOD bless you❤🎉🎉🎉🎉🎉
Be blessd❤❤❤🎉
Ebifama nama waaqayyoo dachadachaa ameeeeeeeeenameeeeen
Ameen waaqayyoo isin haa eebbisu.
Ameen beless God you ❤❤❤🎉🎉🎉🎉 ameeen wow amazing music 🎶 🎵
Ammen ebiffaamaa🙏🙏❤️❤️
Ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwwwwwaaa yadooo ulfaadha ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeen uuuufffeeyy ebbifaama dacha
Waaqayyo gofta isin haa Ebbisu yaado&Ababe
❤❤❤❤ Aemee Aemee Aemee ebifamii
What heart touching Sound and song
"Jireenya Koo irratti ta'era kanatti jalatemi ilma mootii na tasisera carratti na filtemi daandii mata kotira fige Ani ofuman ifaje hamaa narra gegesiteta Kan ebbaa koraa ijajee yesus Koo si wajjin michome guyya gaarin argemi hoolan kalo Kee kessaa dheduu ni milkome hin carome" graceful words waaqayyoo isin haa ebisu ulfadha waaqayyoo Guyyaa galata nuf fidef galatni yaa ta'u tokkicha ilmasa yesus kiristos dabarse nuuf kenun guyyaa galata argu dandenyera yesus gooftadha Amen
Afaanni koo maqaa keef fiiga jedhee maal jedhaa maaloo?
Ameeeeen Ameeeeen ebbifamaa dachaa dachaan namoota waaqayoo ebaaf ta'aa maqaa goftaa yesusiin Ameeeeen Ameeeeen hallelujah 🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏♥️♥️♥️♥️ ♥️
Gete❤❤❤❤❤❤❤
Faarsaa ajaayibaati
Yaadoo fi Abbee 🥰
Ameee
Ameeen
Baay'ee natti toltu