Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
The Lord is good, a strong hold in the day of trouble; and he knoweth them that trust in him.Nahum 1 :7
*_Jeremiah 29:11_*Yaadni ati anaaf qabdu Akeeka ati anaaf qabduKaayoo ati anaaf qabduKaroorri ati anaaf qabdu yeroo hunda gaari dha hunduu (x3)*_Job 42:2_*Ati Waan hundumaa gochuu akka dandeessu beeka akeeka kees karaati homtuu akka hin hanbisnee beeka (x2)*_Psalms 139:16_*Nama ta'uun koo utuma hin beekaminiiBaroon koo osoo hin lakkaa'aminGuyyootni koo si duraati beekamaniMacaafa kee irrattis barra’ani*_Romans 6:23_*Kennaa gaarii, eebba guutuu maraaErgan argadhee Jireenya bara baraatola fi gaarumaan, araari kee Yesuus kooAnaaf baayetee, guutee keessaaf alaa koo *_Matthew 7:11_*Abbaa Gaarii kooWabii lubbuu koo har’a bori. (x2)*_Jeremiah 29:11_*Yaadni ati anaaf qabdu Akeeka ati anaaf qabduKaayoo ati anaaf qabduKaroorri ati anaaf qabdu yeroo hunda gaari dha hunduu (x3)*_Hebrew 12:2_*Sagaleen alaa ursuu qalbii koo hin goluugabbii fi tasgabbiin ani kanan olee bulu. (Isa 26:3)Qilleensa hin ilaalu, gurra koos hin ergisu,Yesuus sin ilaalaa ani sirraa ija hin buqisuuQajeelaan amanti Jireenyaa dhugaa jiraataHomati hin yaada’uu Goftaa isa irrati of gataaHubanaa ofi koti hirkadhe ittin hin boonu; Garaa koo guutuun ani kanan sitti amanuu. *_(Prov 3:5)_**_Matthew 7:11_*Abbaa Gaarii kooWabii lubbuu koo har’a bori. (x2)
ዋው
Wow, that's so cute. Appreciate it 🙏. Thank you so much 🫶🙏
What a sweetie song Amole❤Melody +Lyrics +Music =Just Wow 🥰😍😍Bizu tsega wendime 👌🏻
Mirgoo blessing 🫶🙏
Faarfannaa hafuuraa isaa dhugaatii ❤❤❤❤❤
Abbaa gaarii koo wabii lubbuu koo baraabaraa
Eebbifami Amoo koo dhugaa ayyaanni isaa ammayyuu siif haa baayyatu
OMG👌❤❤ kana boo. qalbiif hafuuraan hojjatame. hamma album nuuf fiddutti kana alanfanna kaa
Waaqayyo barake haa eebbisu amoo,,,,dinqidha dhugaa❤
Maal faarfannaa dinqiin akka kanaa❤❤Abbaan Ayyaanichaa ha eebbifamu.#Baqqaa Yesuusiin akkasitti jajuun ofiimtisaa fayyina guddaadha.❤❤#Eebbifamteetta❤❤❤
Ayyaanomaa koo Ayyaanni Siif haa baay'atu.
Amoo faarfannaa bareedaa hojjetteetta dhugaa eebbifami! Abbaan hojii kanaa waaqayyo haa ulfaatu! Abbaa gaarii Koo Hooo hooo hooo hooooo...... ❤❤❤❤
Ameen waaqayyo isiin haa eebbisu
❤❤️ Amanuel ❤❤❤ Eebbifamii Atii Albuuda Kenya ❤❤
Amoo eebbifamneerra Baay'ee si jaallanna! Ayyaana sirraas baay'een kabaja!
Thank you 🙏
Eebbifama naaf jiraadha matti goftaa obboleewwan koo❤❤❤❤❤ so i love you❤❤❤❤❤❤❤
God bless you Dear Amanuel. Baay’ee faarfannaa Nama eebbisu dha.
Haasaa lubbuun gooftaashee wajjin gootu. Wow akkam akkan itti boqodhe ibsuu hin danda'u. Eebbi Kun sirratti haa hafu Amoo 💖💖💖
Nama ta'uunkoo utuman beekaminBaroonnikoo utuun lakkaa'amin Guyyoonnikoo si durat beekaman🔥Macaafakeerratti barraa'an 💥Am ❤
🙏🫶
Faarfannaa hin quufamne. Eebbifami dachaa ame
Abbaa Gaarii 🙏Hojii gaariidha 🔥
Amee koo ati eebba keenya !
Obboleessa keenya Amoo, gaarummaaf ayyaana Waaqayyo karaa kee itti amantootaaf eebba godhee siin hojjetuuf maqaan Gooftaa keenyaa haa eebbifamu! "Kennaan gaariin hundinuu, kennaan guutuun hundinuus abbaa ifaa biraa ol waaqa gubaadhaa in dhufa; abbaa ifaa bira gegeddaramuun, yookiis gaaddisi gara galuun iyyuu hin jiru."Yaaqoob 1:17Ebba T. Sori
Ayyaanni Waaqayyoo siif haa baay’atu Amo 🥰 faarffannaa Waaqayyoon beekuu keessaa burqe
Woow akkam mi'aawaa ayyaanni siif haa baayatu amoo
Eebbifam Amoo wqyo barrakee haa ebbisu ❤❤❤❤❤
Yeroo hundaa gaariidha yaadni Waaqa keenyaa ❤❤❤
AmeenEbbifamii ❤❤❤
Gotaa wangelaa qaxalekoo jaba jabadhafii jirate atii❤❤❤❤❤
Abbaa Gaarii kooWabii lubbuu koo har’a bori ❤️Maqaan Waaqayyoo ha eebbifaamu 🙏Amoo koo ati kenna keenya, Farsaa ajayiibati Bay’ee itti eebbifaama jirra.
Ati qofti faarfadhu Obbolee!❤
Wow ebbifami obbolessa koo. Ammaa iyyuu waan baay'etu sirra eegama.
Amen, thank you 🙏
Amoko jalatama Koo much grace
Amikoo what a song🙈🙈 keep shining my brother🔥🔥🔥
Nattykoo thank you so much 🫶
Amoo koo ayyanii kun ammayuu dachaan dachaan sif haa bayyatuu. Ati nama dinqiidha eebbifaama koo❤️🙌🏾🔥
Jack koo❤️🙏
Yaadni Ati Anaaf Qabdu Yeroo hundaa gaariidha hunduu🙏🙏Eebbifam Amuu❤
GAALAANNI FAARFANNAA KUN AMMAYYU HAA YAA"UU, i know you have moe potetial, you are blessed!
Amen, Thank you so much
Amoole waaqayyo barakee haaebbisu ❤
Uffee nan boqodhe Amuu ko🤩
Amoo koo eebbifami irra deedebi'e qufuun dhadhabe
Amooko. Waaqayyo ammalle dabalee si haa eebbisu obboleessako🥰😍
Ebbifamii amo wan ajayibaati💕🎹🎹🎹🎶🎹
Wwowowo ebbifamii dachaa ammoo❤
Eebbifamii Ammiyyuu 🙏🙏♥️♥️♥️
Hojii quality isaa gama maraan eegameedha❤ Amoo gooftaan haa eebbifamu waa'ee keef👏
Abbaan hojii kanaa waaqayyoo haa ulfaatu!!Faarfanna baayyee nama eebbisudha amoko waaqayyoo ayyaana siif haa dabalu❤
Ayyaanni dachaan siif haa baay'atu Amoo....
Amoo koo eebbifama obboleessa much grace 🙌
Ergan argadhe jireenyaa bara bara......Eebbifami Amookoo Jaallatamaa!
Ameekoo eebbifamii!!!
Abba gaarii!!! Eebbifamii amokoo dhugaa abbaa gaariii❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbiffammi Amoo keenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifami amule…faarfannaan akka kana❤️
Barrikee ha Eebbifamu Amuye ❤
Obboleeysa jaalatamaa nana eeybifami 🙏
Faaruu fi hikaa faaruu oton gaafatame fakkeenyan caqasu isa jalqabaati amo thanks
Amo sii dabalate Fart jcp waqayyoo siin haa eebisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
My God bless you brother Ami.
Ebbifamii Amo
What a wow❤❤❤❤?
Waqayyoon siha eebbisu.
Amazing and blessing song No words can.. Wabbi lubuuuuuu kooooo❤❤❤
Waaqayyoo bara kee haa ebbisu Amookoo
We expect much more from you ami, go ahead, ayyaanni siif haa baayyatu, faarsaa baayyeeeeeeeeeeeeeeeee bareedaadha ❤❤❤❤❤❤
Eebbifami Amokoo 🙏
Amoko gaafa ati turtu waan dinqiidhaan akkati dhuftu beekan ture.ayyaanni siif haa baayyatu.Album akkanitti eegaa jiru tilmaamuu hin dandeessu..you are always inspiring me bro..🙏🙏
Eebbifami!
eebbifamaa nana
Eebbifami jaal
Waaqayyo ayyaana kanaaf ol ha jedhu😢😢
Ammeen Ebbifamii❤❤
Wow amookoo
What A Song Amu😮Whaaaaat A Soooong🥰Calmness Of The Music🥰Clarity of The Content❤Whaat A Soong😍You Are Blessed Abundantly Amooko ❤Blessing Of Our Generation 😎
Esuye❤️🙏
Words can't express, it is more than expected!!! Much grace Amo❤❤❤
Amen, thank you so much.
Amen amen 😢Eebbifamteerta❤
Nama tahun koo utumma hin beekemain🙏🙏🥰🥰🥰🥰
Eebbiffami guddaa faarsaa nama booji'udha ayyyaanisa dabale sif haa baayatu
Wow amoo dhugaa baay'ee tola ❤❤❤
Ameekoo eebbiffamteta
Amo atimee ❤Ayyaanisaa ammayyuu siif haa baay'atu❤
Thanks ❤
wooooow Amazing Amekoo
Qaxaleeko ❤❤ Galataami
Amo ebbifami hoji gaarii dha
😭🤩What an amazing and touching song, may God bless you abundantly. We will look forward for a full gospel album.
Ebbifaam Amoo
Ebbifamii❤🥰💖
Jallatamakoo❤❤❤❤
Amoo ko
Ameen! Eebbifami!
God bless u A!
Ame koo si haa eebbisu ❤
🔥🔥❤
Eebbifamaa koo❤
Amex 1ffaa
God bless u 🥰💗💗💗💗💗
Woww ebbifamii amo😍😍🙏
❤❤❤❤❤
nama ebbiifaama❤❤❤❤
Ameen ebbifama dachaa
I can't stop listening this wonderful song 😍 bless you beloved Aman
What a song( lyrics, melody, music, harmony) much grace Amoye❤
The Lord is good, a strong hold in the day of trouble; and he knoweth them that trust in him.
Nahum 1 :7
*_Jeremiah 29:11_*
Yaadni ati anaaf qabdu
Akeeka ati anaaf qabdu
Kaayoo ati anaaf qabdu
Karoorri ati anaaf qabdu
yeroo hunda gaari dha hunduu (x3)
*_Job 42:2_*
Ati Waan hundumaa
gochuu akka dandeessu beeka
akeeka kees karaati
homtuu akka hin hanbisnee beeka (x2)
*_Psalms 139:16_*
Nama ta'uun koo utuma hin beekaminii
Baroon koo osoo hin lakkaa'amin
Guyyootni koo si duraati beekamani
Macaafa kee irrattis barra’ani
*_Romans 6:23_*
Kennaa gaarii, eebba guutuu maraa
Ergan argadhee Jireenya bara baraa
tola fi gaarumaan, araari kee Yesuus koo
Anaaf baayetee, guutee keessaaf alaa koo
*_Matthew 7:11_*
Abbaa Gaarii koo
Wabii lubbuu koo har’a bori. (x2)
*_Jeremiah 29:11_*
Yaadni ati anaaf qabdu
Akeeka ati anaaf qabdu
Kaayoo ati anaaf qabdu
Karoorri ati anaaf qabdu
yeroo hunda gaari dha hunduu (x3)
*_Hebrew 12:2_*
Sagaleen alaa ursuu qalbii koo hin goluu
gabbii fi tasgabbiin ani kanan olee bulu. (Isa 26:3)
Qilleensa hin ilaalu, gurra koos hin ergisu,
Yesuus sin ilaalaa ani sirraa ija hin buqisuu
Qajeelaan amanti Jireenyaa dhugaa jiraata
Homati hin yaada’uu Goftaa isa irrati of gataa
Hubanaa ofi koti hirkadhe ittin hin boonu;
Garaa koo guutuun ani kanan sitti amanuu. *_(Prov 3:5)_*
*_Matthew 7:11_*
Abbaa Gaarii koo
Wabii lubbuu koo har’a bori. (x2)
ዋው
Wow, that's so cute. Appreciate it 🙏. Thank you so much 🫶🙏
What a sweetie song Amole❤
Melody +Lyrics +Music =Just Wow 🥰😍😍
Bizu tsega wendime 👌🏻
Mirgoo blessing 🫶🙏
Faarfannaa hafuuraa isaa dhugaatii ❤❤❤❤❤
Abbaa gaarii koo wabii lubbuu koo baraabaraa
Eebbifami Amoo koo dhugaa ayyaanni isaa ammayyuu siif haa baayyatu
OMG👌❤❤ kana boo. qalbiif hafuuraan hojjatame. hamma album nuuf fiddutti kana alanfanna kaa
Waaqayyo barake haa eebbisu amoo,,,,dinqidha dhugaa❤
Maal faarfannaa dinqiin akka kanaa❤❤
Abbaan Ayyaanichaa ha eebbifamu.
#Baqqaa Yesuusiin akkasitti jajuun ofiimtisaa fayyina guddaadha.❤❤
#Eebbifamteetta❤❤❤
Ayyaanomaa koo Ayyaanni Siif haa baay'atu.
Amoo faarfannaa bareedaa hojjetteetta dhugaa eebbifami! Abbaan hojii kanaa waaqayyo haa ulfaatu! Abbaa gaarii Koo Hooo hooo hooo hooooo...... ❤❤❤❤
Ameen waaqayyo isiin haa eebbisu
❤❤️ Amanuel ❤❤❤ Eebbifamii Atii Albuuda Kenya ❤❤
Amoo eebbifamneerra Baay'ee si jaallanna! Ayyaana sirraas baay'een kabaja!
Thank you 🙏
Eebbifama naaf jiraadha matti goftaa obboleewwan koo❤❤❤❤❤ so i love you❤❤❤❤❤❤❤
God bless you Dear Amanuel. Baay’ee faarfannaa Nama eebbisu dha.
Haasaa lubbuun gooftaashee wajjin gootu. Wow akkam akkan itti boqodhe ibsuu hin danda'u. Eebbi Kun sirratti haa hafu Amoo 💖💖💖
Nama ta'uunkoo utuman beekamin
Baroonnikoo utuun lakkaa'amin
Guyyoonnikoo si durat beekaman🔥
Macaafakeerratti barraa'an 💥
Am ❤
🙏🫶
Faarfannaa hin quufamne. Eebbifami dachaa ame
Abbaa Gaarii 🙏
Hojii gaariidha 🔥
Amee koo ati eebba keenya !
Obboleessa keenya Amoo, gaarummaaf ayyaana Waaqayyo karaa kee itti amantootaaf eebba godhee siin hojjetuuf maqaan Gooftaa keenyaa haa eebbifamu!
"Kennaan gaariin hundinuu, kennaan guutuun hundinuus abbaa ifaa biraa ol waaqa gubaadhaa in dhufa; abbaa ifaa bira gegeddaramuun, yookiis gaaddisi gara galuun iyyuu hin jiru."
Yaaqoob 1:17
Ebba T. Sori
Ayyaanni Waaqayyoo siif haa baay’atu Amo 🥰 faarffannaa Waaqayyoon beekuu keessaa burqe
Woow akkam mi'aawaa ayyaanni siif haa baayatu amoo
Eebbifam Amoo wqyo barrakee haa ebbisu ❤❤❤❤❤
Yeroo hundaa gaariidha yaadni Waaqa keenyaa ❤❤❤
Ameen
Ebbifamii ❤❤❤
Gotaa wangelaa qaxalekoo jaba jabadhafii jirate atii❤❤❤❤❤
Abbaa Gaarii koo
Wabii lubbuu koo har’a bori ❤️
Maqaan Waaqayyoo ha eebbifaamu 🙏
Amoo koo ati kenna keenya, Farsaa ajayiibati Bay’ee itti eebbifaama jirra.
Ati qofti faarfadhu Obbolee!❤
Wow ebbifami obbolessa koo. Ammaa iyyuu waan baay'etu sirra eegama.
Amen, thank you 🙏
Amoko jalatama Koo much grace
Amikoo what a song🙈🙈 keep shining my brother🔥🔥🔥
Nattykoo thank you so much 🫶
Amoo koo ayyanii kun ammayuu dachaan dachaan sif haa bayyatuu. Ati nama dinqiidha eebbifaama koo❤️🙌🏾🔥
Jack koo❤️🙏
Yaadni Ati Anaaf Qabdu Yeroo hundaa gaariidha hunduu🙏🙏
Eebbifam Amuu❤
GAALAANNI FAARFANNAA KUN AMMAYYU HAA YAA"UU, i know you have moe potetial, you are blessed!
Amen, Thank you so much
Amoole waaqayyo barakee haaebbisu ❤
Uffee nan boqodhe Amuu ko🤩
Amoo koo eebbifami irra deedebi'e qufuun dhadhabe
Amooko. Waaqayyo ammalle dabalee si haa eebbisu obboleessako🥰😍
Ebbifamii amo wan ajayibaati💕🎹🎹🎹🎶🎹
Wwowowo ebbifamii dachaa ammoo❤
Eebbifamii Ammiyyuu 🙏🙏♥️♥️♥️
Hojii quality isaa gama maraan eegameedha❤ Amoo gooftaan haa eebbifamu waa'ee keef👏
Abbaan hojii kanaa waaqayyoo haa ulfaatu!!Faarfanna baayyee nama eebbisudha amoko waaqayyoo ayyaana siif haa dabalu❤
Ayyaanni dachaan siif haa baay'atu Amoo....
Amoo koo eebbifama obboleessa much grace 🙌
Ergan argadhe jireenyaa bara bara......
Eebbifami Amookoo Jaallatamaa!
Ameekoo eebbifamii!!!
Abba gaarii!!! Eebbifamii amokoo dhugaa abbaa gaariii❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbiffammi Amoo keenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifami amule…faarfannaan akka kana❤️
Barrikee ha Eebbifamu Amuye ❤
Obboleeysa jaalatamaa nana eeybifami 🙏
Faaruu fi hikaa faaruu oton gaafatame fakkeenyan caqasu isa jalqabaati amo thanks
Amo sii dabalate Fart jcp waqayyoo siin haa eebisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
My God bless you brother Ami.
Ebbifamii Amo
What a wow❤❤❤❤?
Waqayyoon siha eebbisu.
Amazing and blessing song No words can.. Wabbi lubuuuuuu kooooo❤❤❤
Waaqayyoo bara kee haa ebbisu Amookoo
We expect much more from you ami, go ahead, ayyaanni siif haa baayyatu, faarsaa baayyeeeeeeeeeeeeeeeee bareedaadha ❤❤❤❤❤❤
Eebbifami Amokoo 🙏
Amoko gaafa ati turtu waan dinqiidhaan akkati dhuftu beekan ture.ayyaanni siif haa baayyatu.Album akkanitti eegaa jiru tilmaamuu hin dandeessu..you are always inspiring me bro..🙏🙏
Eebbifami!
eebbifamaa nana
Eebbifami jaal
Waaqayyo ayyaana kanaaf ol ha jedhu😢😢
Ammeen Ebbifamii❤❤
Wow amookoo
What A Song Amu😮
Whaaaaat A Soooong🥰
Calmness Of The Music🥰
Clarity of The Content❤
Whaat A Soong😍
You Are Blessed Abundantly Amooko ❤
Blessing Of Our Generation 😎
Esuye❤️🙏
Words can't express, it is more than expected!!! Much grace Amo❤❤❤
Amen, thank you so much.
Amen amen 😢Eebbifamteerta❤
Nama tahun koo utumma hin beekemain🙏🙏🥰🥰🥰🥰
Eebbiffami guddaa faarsaa nama booji'udha ayyyaanisa dabale sif haa baayatu
Wow amoo dhugaa baay'ee tola ❤❤❤
Ameekoo eebbiffamteta
Amo atimee ❤
Ayyaanisaa ammayyuu siif haa baay'atu❤
Thanks ❤
wooooow Amazing Amekoo
Qaxaleeko ❤❤ Galataami
Amo ebbifami hoji gaarii dha
😭🤩What an amazing and touching song, may God bless you abundantly. We will look forward for a full gospel album.
Ebbifaam Amoo
Ebbifamii❤🥰💖
Jallatamakoo❤❤❤❤
Amoo ko
Ameen! Eebbifami!
God bless u A!
Ame koo si haa eebbisu ❤
🔥🔥❤
Eebbifamaa koo❤
Amex 1ffaa
God bless u
🥰💗💗💗💗💗
Woww ebbifamii amo😍😍🙏
❤❤❤❤❤
nama ebbiifaama❤❤❤❤
Ameen ebbifama dachaa
I can't stop listening this wonderful song 😍 bless you beloved Aman
What a song( lyrics, melody, music, harmony) much grace Amoye❤