Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
youtube.com/@MOMtube967 SUBSCRIBE godha youtube kana kana kabajamo horduftota kiyya qali❤
Wallaah hedduu nama rifachisaa dhisaa Abboo waan akkana hin hojjatinaa wallaah onnee nama dhabbatti 😢😢😢
😂😂😂😂 soda shurxxaa moo
❤❤❤❤❤❤❤Rabbiin umrii waliif isiin haa dherreessuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤Hiriyaa dhugaa boqannaa sammuuti❤❤❤❤
Hoji kee nyadhu pirek😂😂😂😂😂
Waan kana osoo prank jeetan oddeeysitaan akka rakkoo biraa hin finee wallaah
Jadiid miskinnaa ❤❤❤❤❤❤❤Muktaar jabaadhuu Jadiid Hiriyaa dhugaa walhii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂 subalalaah yarabii misikinaa mukatarii 😅😅
Amazing 👏 prank 😄 😆 🤣 😅walahi
A'uzubillaah ❌ namtichi maali kuni innaa lillaahiWallaahi akkuma ummata bineensaa san godhataa kuni konkaan
Wallaah qalbii nama cabsuu irraa kabaa rabbii diguutuu irraa salphadha jedhan Ergamaa rabbii saallallaahu Aleeyhi wassallam
Sallallahu Allehiy waasallami sallallahu Allehiy waasallami
Rabbiiii sinaa qajeelchu wly rabbiin sodaadha Yaa ijoole 😢
Jadid waan kalessa taatee imaa beektaa maaf akka prank ta,ee itti hin himin
Kkkkk amarifaa hin bekka takka takka naa jala bada male jedhe jadid😂😂
Anis isan kolfee😂😂😂
Waani akkana donggooraa maali yoo jeetani namani amaloota gargaara qaba osoo rifaanota one dhaabete akkami gootani😢😢😢
Muktaar qaali namaa hamaa miti onnee sii dhaabdee jarrii. Sirrii miti dhugaa rabbii
Arga kesan muktar misikan waly❤❤😊
Haraam alleykum 😢😢😢
Ya rabii 😢😢😢😢
Amarinyaa najalaa bade jedhe jadiid😂😂
Jadid duraan heddu si dinqisifadha har,a garuu haalan sitti gadde sirra hin eegamu
Akana waal hin godhina one nama dhabata 😢😢😢😢😢
Kolfaani nuu fixaanii 😂😂bodaa rakkoo fayyaani isiin saxilaa prank kanaa xiqqeessss😊😊
Dhisa bo muktar gamchu isa arti imufchisin bo miskinako. Muktar 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Amarifaa jadidi😂😂😂😂😂
Amarinyaa jadidittin kolafee😂😂😂😂😂
Waalleeyk salaam warahmatullaahii wabarakatuuhuu
Deema Abboo waan hin tanee qarshii jeetan hojjataan 😢😢
Wallayi kolfaan dhumne😂😂😂😂😂😂😊
Wly wan bayee Nama rifachisu😢😢
Woyii jadidi amrnyaa taka takkkaa hin bekkaa jedheee kkkk
Welcome An Ha Dhufu Bagaa Nagayan Dhuftan An Ha Dhufu Hojjin Keessan Bayye Namaa Tolla Jabadha Itti MuddaJabadhu JADID
Jedid Amharic kee fataa kan jeedhee😂😂😂😂😂
Wly dhuga seye rifadhee
Bagaa ishooo
Inumaan kolfee wlh😂😂😂😂😂😂😂 muktaar miskiina
jadid amaranya dhukke irra kasee🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Aboo hoojii keesanii nyaadha yaa pirak 😢😢😢🎉🎉🎉
Muktar jaartii esa kaayee🤔
Abo. Garako. tuu. Nadhukubee. 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
walayiihi mukatarii miskinaa kiyaa Onee dhabatee 😭😭😭😭😭🥰🥰
muktaar mal akkas sodataa😂😂😂😂😂 tuu hojii kessan
Wanta Akana kanaa dhisaa 😢
Demaa iccii waan sofachaa tureen akamiiti pranki gotan saredha isin dhugaa😢😢😢😢
Kkkkkkkkkkkkkkk itii mudii jaabadhu
Ayii wly An muktar gara kiya nanyate😅😅😅😅😢😢😢
ummaataa Rukkutama waan akkana kana dhissaa waan garii yaa hossakaa hishii bukku kuni
Argaa kee saan abboo😂😂😂😂😂❤❤❤
Wal rifachiisuun kun gaariidhaa? Subahaan Allah
Wolih namichuma polisii jetani fidan kan jibee Anii malif Akasit nama dhawun 😢😢
Kkkkk Amfiraa jadidii😂😂😂
😢😢😢😢😢😢Jirruu biyyaa Kenyaa akkanumaa😢😢😢
8:39😂😂😂😂
Lemin abbetu jadidi😂😂😂😂😂 onne qabdii dhiran tatanii 😂
Rabbii maali is jedha Nasuu is 😮😮
Umarii dhugamaan tumtaa gadoo iraa qabdaa mo kokichaa😂😂😂❤
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
Buttaa fi butaantii dhosaadhan malee hin taatu....kkk
Makaalakaayyaani nuf tateertii❤❤❤😂😂😂 ardhaa maa lama godhiinaa
Dhugaaa rabii maqaa makaalakiiyaa balesaa jiraa namiichii marqaan kun basuu qabaa yunufoormii kanaa
Muktaar garaa jabaata akka jadiidiitii miti
Hayii jiruu itoophiyaa 😂😂😂😂😂😢😢😢😢
😢😢😢😢😢
Wallahi akamin rifadhe😢😢
Wayooo😂😂😂😂😂
Dhugaa waan akana kana pirank hin godhiina ilmaa dhiiraa waarani hin boochisu baar😢😢 muucaan isin uftaa iti gootan sun dhugamaan dhayaa shuu hazaa🙄🤨 akanati nama dhayanii pirank 😢
Wow jabadhuu
Turk zikir AllahA nAme
Congratulation 65k
Hojii tesan nyadhaa wlhii 😂😂😂😂
Jadidi hoji Kee nyadhuu muktar miskinaa walhi 😢😢😢
🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓🤓😜😜😜🤪🤪🤪😅😅😅😅😀😅😅😅😆😆😆😁😁😄😃😀🤭
Mali amarif jadidi kuni 😅😅😅
❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuufffff yaa allaah waalayii kuunii waan hin taayee anuu dhugama naatii faakatee 😢😢😢
Kiyyan polisa akka gowwa godhata suta ma hin dubane😂😂😂😂😂😂😂😊
Kkkkkkkk atis Akan gotte jadid
Fatii too esa baade qaalii 💓💓💓💓💓
Fatishuu yaa umrii yadamtee bee❤❤❤😢😢
Argaa pirkn keessaan😢😢😢
Ojii keesani nyadhaa 😂😂😂😂
Diramaa kkkkkk
Hhhhhhhhh afana amarifaa dubachu hin beetuu 🙈🙈🙈🙈😁😁😁😁
Umataa ciqii naa canaxaani Muktarin waan inii Mushuraa jedhee cisee nyataa bayee kiloo meqaa hidhiftaan dhugaa miskkiin😂😂😂😂😂😂
Hojii keessani nyaadha 😢😢😢 ani dhugaa se'ee rifaadhe
Aboo hojii kesanu 😂😂😂😂😂😂😂
Badaa asi argaa keessaan 😊😊😊😊😊😊
Amirifii jadiid nama kolfisisaa
Asuumn kifayya essa keesee
Kkkkk
Kkkkkkkheedu nama gadisisaa😢😢😢😢😢😢
habibi mukatara
Rabi .isni ha gajechuu
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😭😭
Amarinyaa na jalaa badee😂😂😂😂
Abo malif akkaana gottan muccaa misskkiina
Abboo hujii kheessaanna jadidtuu irraa riftee
Kkkkkk
Waay jadiid
Malif nama nasiftni
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉misikna KOO ❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
youtube.com/@MOMtube967 SUBSCRIBE godha youtube kana kana kabajamo horduftota kiyya qali❤
Wallaah hedduu nama rifachisaa dhisaa Abboo waan akkana hin hojjatinaa wallaah onnee nama dhabbatti 😢😢😢
😂😂😂😂 soda shurxxaa moo
❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin umrii waliif isiin haa dherreessuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hiriyaa dhugaa boqannaa sammuuti❤❤❤❤
Hoji kee nyadhu pirek😂😂😂😂😂
Waan kana osoo prank jeetan oddeeysitaan akka rakkoo biraa hin finee wallaah
Jadiid miskinnaa ❤❤❤❤❤❤❤
Muktaar jabaadhuu
Jadiid
Hiriyaa dhugaa walhii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂 subalalaah yarabii misikinaa mukatarii 😅😅
Amazing 👏 prank 😄 😆 🤣 😅walahi
A'uzubillaah ❌ namtichi maali kuni innaa lillaahi
Wallaahi akkuma ummata bineensaa san godhataa kuni konkaan
Wallaah qalbii nama cabsuu irraa kabaa rabbii diguutuu irraa salphadha jedhan Ergamaa rabbii saallallaahu Aleeyhi wassallam
Sallallahu Allehiy waasallami sallallahu Allehiy waasallami
Rabbiiii sinaa qajeelchu wly rabbiin sodaadha Yaa ijoole 😢
Jadid waan kalessa taatee imaa beektaa maaf akka prank ta,ee itti hin himin
Kkkkk amarifaa hin bekka takka takka naa jala bada male jedhe jadid😂😂
Anis isan kolfee😂😂😂
Waani akkana donggooraa maali yoo jeetani namani amaloota gargaara qaba osoo rifaanota one dhaabete akkami gootani😢😢😢
Muktaar qaali namaa hamaa miti onnee sii dhaabdee jarrii. Sirrii miti dhugaa rabbii
Arga kesan muktar misikan waly❤❤😊
Haraam alleykum 😢😢😢
Ya rabii 😢😢😢😢
Amarinyaa najalaa bade jedhe jadiid😂😂
Jadid duraan heddu si dinqisifadha har,a garuu haalan sitti gadde sirra hin eegamu
Akana waal hin godhina one nama dhabata 😢😢😢😢😢
Kolfaani nuu fixaanii 😂😂bodaa rakkoo fayyaani isiin saxilaa prank kanaa xiqqeessss😊😊
Dhisa bo muktar gamchu isa arti imufchisin bo miskinako. Muktar 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Amarifaa jadidi😂😂😂😂😂
Amarinyaa jadidittin kolafee😂😂😂😂😂
Waalleeyk salaam warahmatullaahii wabarakatuuhuu
Deema Abboo waan hin tanee qarshii jeetan hojjataan 😢😢
Wallayi kolfaan dhumne😂😂😂😂😂😂😊
Wly wan bayee Nama rifachisu😢😢
Woyii jadidi amrnyaa taka takkkaa hin bekkaa jedheee kkkk
Welcome An Ha Dhufu Bagaa Nagayan Dhuftan An Ha Dhufu
Hojjin Keessan Bayye Namaa Tolla Jabadha Itti Mudda
Jabadhu JADID
Jedid Amharic kee fataa kan jeedhee😂😂😂😂😂
Wly dhuga seye rifadhee
Bagaa ishooo
Inumaan kolfee wlh😂😂😂😂😂😂😂 muktaar miskiina
jadid amaranya dhukke irra kasee🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Aboo hoojii keesanii nyaadha yaa pirak 😢😢😢🎉🎉🎉
Muktar jaartii esa kaayee🤔
Abo. Garako. tuu. Nadhukubee. 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
walayiihi mukatarii miskinaa kiyaa Onee dhabatee 😭😭😭😭😭🥰🥰
muktaar mal akkas sodataa😂😂😂😂😂 tuu hojii kessan
Wanta Akana kanaa dhisaa 😢
Demaa iccii waan sofachaa tureen akamiiti pranki gotan saredha isin dhugaa😢😢😢😢
Kkkkkkkkkkkkkkk itii mudii jaabadhu
Ayii wly An muktar gara kiya nanyate😅😅😅😅😢😢😢
ummaataa Rukkutama waan akkana kana dhissaa waan garii yaa hossakaa hishii bukku kuni
Argaa kee saan abboo😂😂😂😂😂❤❤❤
Wal rifachiisuun kun gaariidhaa? Subahaan Allah
Wolih namichuma polisii jetani fidan kan jibee Anii malif Akasit nama dhawun 😢😢
Kkkkk Amfiraa jadidii😂😂😂
😢😢😢😢😢😢
Jirruu biyyaa Kenyaa akkanumaa😢😢😢