Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Miixuu ( New Afaan Oromo Film) Full Ethiopia Oromo Movie 2014/2022

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 21 жов 2024
  • MIIXUU Fiilmii Afaan Oromoo Miiltoo Piikcharsiin qophaa'e dhiyyaatedha. Barreessaa fi Daayireekterrii fiilmichaa Biqilaa Asfaaw yoo ta'uu, bara 2011tti agarsiisaaf kan dhiyaate. Badhaasa Odaa Awaardii bara 2011 Fiilmii filatamaa, Daayireekitara Cimaa, Taatoo cimaa dhiiraa,Taatuu cimtuu dubaraa, Soolaan Adimasuu fi Ziinaash Olannii akkasummaas Gulaalaa Suursagalee cimaatiin Amansisaa Ifaa injifatanirru fiilmii miixuudhan. Walumaagalatti Fiilmiin Miixuu badhaasa gosa shan argattee.
    Subscribe, Like, Comment & share godhaa.
    በሚልቶ ፒክቸርስ የተዘጋጀ የአፋን ኦሮሞ ፊልም።በደራሲ እና አዘጋጅ ቢቂላ አስፋው የተዘጋጀ እና በ 2011 ለዕይታ የቀረበ። የ2011 ኦዳ አዋርድ የአምስት ዘርፎች ተሽላሚ የሆነው "ሚጡ " ፊልም ። የአመቱ ምርጥ ፊልም፣ የአመቱ ምርጥ አዘጋጅ፣ የአመቱ ምርጥ ወንድ ተዋናይ፣ የአመቱ ምርጥ ሴት ተዋናይት እና የአመቱ ምርጥ ኤዲተር ሽልማትን ያገኘ።
    Subscribe, Like, Comment,Share ያድርጉ።
    An Afan Oromo movie which is produced by Milto Pictures. A movie which is Written and Directed by Bikila Asfaw and viewed in 2018. A winner of 2019 Oda Award "MIXU". A movie which gots Best Movie of the year, Best Director, Best Actor, Best Actress and Best Editor prize.
    Subscribe, Like , Comment & Share.

КОМЕНТАРІ • 1 тис.

  • @dahabeeahmad9244
    @dahabeeahmad9244 2 роки тому +10

    Akkumaa filimnii kun bodaraa haqnii Ayyoo Abdiif galetii haqnii Oromo hin galaa in sha Allaah Bilisumma fagoo hin jirtuu
    Dhugaa Galatooma Oromo Tiyyaa Warii Fiilimaa Kanaratii Himatana Wanumaa Oromo keessaa Jiruu Irratti Hojaatani ❤💚❤ Isinin Jaaladhaa Oromo Tiyyaa

  • @mositube3622
    @mositube3622 2 роки тому +16

    Woow Filmii Ajaa'ibaati dhugaa Garuu maal godhuun danda'ama Haga silaa ilaalamuu qabu hin ilaalamne Namni keenya kan jaraa jala fiiguu malee waan ofii gad jedhee ilaaluuu dhiisee jira" Dhugaa dubbachuuf Filmiin kun Guyyaa Tokkotti nama 1M laalamuu qaba ture. Akka heddumina keenyaa malee waan ofii jabeessuun Oromoo biratti hin baratamne . Waa maraafuu dhugaa jaabadhaa An Gama koon isiniin booneen jira 🙏

    • @Fiilmii
      @Fiilmii  2 роки тому +2

      Share godha isiinis galatoomii

    • @mositube3622
      @mositube3622 2 роки тому +1

      @@Fiilmii godheen jira 🤗

  • @GiftiiOroQueen
    @GiftiiOroQueen 2 роки тому +30

    Wow ani filmii afaan oromo akkanatti bareeduu argee hin beekuu tokkooffaadhaa🙏❤🌳

  • @desalegnkumera3299
    @desalegnkumera3299 2 роки тому +6

    Eelaa lammaffaadha. Ajaa'iba! Imimmaan qofan ta'e. Fiilmiin hedduu jaal'adhedha. Jabaadha.

  • @qoccootube4718
    @qoccootube4718 2 роки тому +18

    Namni Afaan Oromoo dhaga'u kamuu fiilmii ilaaluu qabu dha! @Biqo guddaa galatoom fiilmii akkasii nu biraan ga'uu keef❤

  • @YNAOROTUBE
    @YNAOROTUBE 2 роки тому +75

    Wow FILMII Ajaa'ibaattii 👌 Jabadhaa Afaan kuun Guudattuuf Oromoon maartii Waliif share Godhaa Yaa Oromoo Tiyyaa

  • @obseeabbaashee2911
    @obseeabbaashee2911 2 роки тому +5

    Guddaa fi Zinu 💗 ijjoolleen Maadami koota dawwadhaa filmii gaaridha dhugaaa

    • @Wolhaabarru
      @Wolhaabarru 2 роки тому

      Obsee maatii tahhii ua-cam.com/video/oFUHfFOWovA/v-deo.html

    • @hanniishawatube6604
      @hanniishawatube6604 2 роки тому

      Obse mati naf tayi habibti

  • @Suusiyye
    @Suusiyye Рік тому +3

    I'm from Saudi Arabia I like oromo film 🎥

  • @kasahunkasu1627
    @kasahunkasu1627 2 роки тому +15

    በጣም አሪፍ ነው afaan Oromoo ን አብረን እናሳድግ

  • @hawiiyeshawalij5515
    @hawiiyeshawalij5515 2 роки тому +1

    Bayee nama ti tola jabadhaa oromo ko wal haa jabeessinu adda kenyaa Afaan Artii kenyaa ha gudifanu❤❤

  • @funnym999
    @funnym999 2 роки тому +10

    Hojiin kessaan kun bay'ee nama gammachisa waggaa bay'ee duraa Eelaa laallee ture ammaa immoo miixuu galatoomaa...filmii afaan oromoo akkuma sirbootaa keenyaa itti chichinee yaa hojjeennuu guddinaa artii oromootif gumacha keenyaa haa gumaachinu hojii kana irratti warrii gumaachitaan hundii keesanu galatoomaa........ገና አለም እስኪገርም መአት ስራዎችን አንሰራለን

  • @geletatesfa5705
    @geletatesfa5705 2 роки тому +2

    Waan ajaa'ibaati. Jechaan ibsuun ni cima!!!!!!!! Barreessaa, taatoon akkasumas ergaansaa.................................... Jabaadhaan ergaa koo dhummaati

  • @gadagemsisa
    @gadagemsisa Рік тому +4

    Haga har'aa osoon hin ilaalin turuu kiyyattin gaabbee, What is amazing film. Really I am proud to all stakeholders!

  • @iferahusen
    @iferahusen 2 роки тому +2

    Wowww ani filmi afaan oromoo akkas bareduu arguu koo baay'ee nati tolee 1ffadha itti fufaa maloo ❤😭

  • @waktolaabera
    @waktolaabera 2 роки тому +3

    Fiilmii Afaan Oromoo akkasii hojjechuun keessan natti toleera. Galatoomaa! ammallee jabaadhaa sin waliin jirra

  • @abdigudeta1186
    @abdigudeta1186 2 роки тому +1

    miixuu fiilmii afaan oromo keessati kan hirmattan hundi keessan galatooma,i haven't words how to thank you!!!!!!!!!!!!!!!! wow!!!!!!!!

  • @Kiyyu1
    @Kiyyu1 2 роки тому +12

    Woromoon sagaxeen qe'ee anbbaa jala ooltti asdhufttee aarttii ufii hin jajjabeessitu fiilmii kana caaletu jiraa?
    durssa uftahan namaaf tahan aarttiin Oromoo haadagaagu🙌💪

    • @oromtittiijimmaaabbajifaar4692
      @oromtittiijimmaaabbajifaar4692 2 роки тому

      Maatii naafii taahii adaraa

    • @Kiyyu1
      @Kiyyu1 2 роки тому

      @@oromtittiijimmaaabbajifaar4692 Ati durssa maatii naaf tahi maal kiyya UA-cam mitimoo?🤔 kennii fudhadhu laaqanni bilaashaa hinjiruu🤷‍♂️

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 2 роки тому

      Mati naafi tayyii please kiyyu

    • @Tesfatube-o3m
      @Tesfatube-o3m 5 місяців тому

      Dhuga ke jete

  • @urgoseboka1695
    @urgoseboka1695 2 роки тому +2

    Woooow filmii aja'ibati jabadhaa seenaa oromo uuuuufff 💔

  • @myway1966
    @myway1966 Рік тому +3

    የሚገርም ነው።በርቱል በጣም ደስ ይላል ገለቶማ

  • @sanyiikiyyuu3306
    @sanyiikiyyuu3306 2 роки тому +1

    Wawuuuuuuuuu Wawuuuuu karaa gariraa jirtuu dhugaa filmii bayyee baredadhaa jabadhaa qaqaliwan saabboontotaa kenyaa dhugadhaa 1 ffaadhaa isin

  • @getinettafesetucho7999
    @getinettafesetucho7999 2 роки тому +17

    I have no words. Just thank you for letting us watch such a wonderful movie!

  • @faridarashad3311
    @faridarashad3311 2 роки тому

    Jechaa ittin ibsaadhu hin qabu Film kannaa galatomaa osoo dhumaan film taa'u isaa bekkun imimaan ko qabaachuu dadhaabe kesatiiyu tikki gafaa harmee ishe argiitu fii jaalaalee waan lamaan obbolummaa wolii gafaa baraanu All of you guys my Allah bless you thank you so much for the miixxu film

  • @engdasewfenkle2082
    @engdasewfenkle2082 2 роки тому +3

    it is my pleasure to see afaan Oromo movie in English subtitle thanks

  • @motigamachu67
    @motigamachu67 2 роки тому

    Ajaa'iba! Baay'ee baay'ee filmii addaati! Guddaa galatoomaa,,,,,,Filmiin Afaan Oromoo sadarkaa akkasiirra gahuu caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru! Jabaadhaa! Hojii gaarii hojjettan ulfaadhaa!

  • @caaltuuib813alamuu9
    @caaltuuib813alamuu9 2 роки тому +6

    Omg waareen film kana nuf dhiheesitaan heeduu galatoomaa galaanii kenyaa onerayii❤👌😭

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa2471 2 роки тому +1

    Guyyaa itti Dhugaa fi ilmaan ishee Oromiyaaf deebi'anii galan Waaqni nuuf fida... Akka boonyetti hin hafnu lammii koo....waan dandeessaniif waan qabdaniin qabsoo finiinsaa, Dhugaa cina hiriiraa.
    Filmii jaal'atamaa dha, Barreessaa fi hirmaattotni hunduu galata qabdu. Fayyaa ta'aa❤️💚❤️💚❤️💚

  • @gadaacode
    @gadaacode 2 роки тому +50

    I have listened to the sound track many times and have been eagerly waiting for full movie, finally got to watch it.
    The story in this film amazes me, it also depicts the life of Oromo. Incredible job, keep it up.

  • @bethlehemtegegn3323
    @bethlehemtegegn3323 2 роки тому

    Wow ijoolleen keenya hojii gaarii hojjechaa jirtu jabaadha

  • @abdulnasirhaji5129
    @abdulnasirhaji5129 2 роки тому +22

    Wonderful Job........Guys! you are doing so amazing. What a message!!! What a Music!......What a Plot!!! I don't know what to say ....Keep it up. BRAVOOOOOOOOO!!!!!

  • @hayat-lh9em
    @hayat-lh9em 2 роки тому

    Bayyee bareeda dhugaa jabaadha film afaan oromo sadarka kanatti argun nama gammachisa

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee7887 2 роки тому +11

    Uuuuufffff yaa seenaa Oromoo kana 😭😭😭😭❣️❣️❣️

  • @msabontuormo8887
    @msabontuormo8887 2 роки тому +1

    Uuuuf Dhugaa mixuu ilaalluuf bayyee jarjaree egaa wagaa meqatii egaa turee ormoo ko bayye namtii tolaa filmii ajaibaa

  • @martbirqtube2501
    @martbirqtube2501 2 роки тому +6

    Seennuuma dhugaan Oromiyaa keessaa jirudha kun😭

  • @eyerusdeselu2870
    @eyerusdeselu2870 Рік тому

    Filmii oromo kana Eellaa kan jedhuu maloo karaa kanan nuuf hojedhaa bayee bayee baredaa irraa dededebi'ee ilalee hin ifadhuu❤️❤️❤️❤️❤️

  • @xajjeebaqqalaa3796
    @xajjeebaqqalaa3796 2 роки тому +13

    Waanumaa oromon kessaa jirudhaa 😭😭😭😭😭😭😭

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu2588 2 роки тому

    Jalali Ani mixujalaadhu Dagaahin qabu❣❣❣❣💟💟💕💞💓💞💞

  • @rozaabee195
    @rozaabee195 2 роки тому +3

    I love you so much oromo flim

  • @safiyadubai8001
    @safiyadubai8001 Рік тому

    በጣም ምርጥ ሬልም ነው😢

  • @docotube9042
    @docotube9042 2 роки тому +7

    Wow, what amazing oromo movie. Thank you, guys. I'm crying out. One day Oromia shall be free.

  • @mendayeseyoum2514
    @mendayeseyoum2514 2 роки тому +1

    Woooow woooow miixuu guddaa natti toleera dhugaa.....kun fiilmii ykn aartii afaan oromootif tarkaanffii tokkoodha thank you....we expect more.......
    1ffaa

  • @emebetaberatube8924
    @emebetaberatube8924 2 роки тому +3

    በጣም ምርጥ ፊልም ነው 😭😭😭😭

  • @samuelnugusu6273
    @samuelnugusu6273 2 роки тому

    Maaloo hedduu eebbifamaa!!!!!!!!!!!!!! waan guddaa na barsiise!!!!!!!!

  • @hanniishawatube6604
    @hanniishawatube6604 2 роки тому +3

    Bagaa nagani dhufitanii asumani mati naf tayaa sabaa koo ❤♥👌

  • @OromoAki
    @OromoAki 3 місяці тому

    Wooow dhuguma fiilmii ajaaibaati
    Garuu acting irratti hedduu hafaaf dhugaa fakkeysanii dalaguun bareeda yeroo sana ummanni keenyas filmii afaan oromok ilaaluuf hamileen qabu ni dabala
    Ulfadhaa deebanaa

  • @Tammee
    @Tammee 2 роки тому +2

    after eelaa film i saw some amazing oromoo film amazing story amazing acting wow.........qalamni keessan hin gogin......rakkoo muraasa film keessan irratti arge yeroo muraasa booda kara chanaala kiyyaa hojjeedheen siniif dhiyeessa....

  • @dahabeeahmad9244
    @dahabeeahmad9244 2 роки тому +1

    Hojii gariidha jabbadhaa ittii fufii
    Dhugaa rabbii ijii tiyyaa irraa Imiman osoon naraa hin citinii filiman kun dhumee 😭😭😭😭wan dhalii Oromo keessaa darabaa jiruu

  • @leencawaabeegamaa9572
    @leencawaabeegamaa9572 2 роки тому +5

    fiilmii waan hundaan miidhaage kana oromoon youtube fayyadamu hundi ilaaluun dirqama.
    hedduu galatooma fiilmii oromoo tarkaanffachisaa jirtu

  • @masaratmasarat9040
    @masaratmasarat9040 2 роки тому

    Wuwu fiilmii baayyee nama tolluu jabbadha jabadhaa jajjabbeewaan Oromoo itti fufaa

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 2 роки тому +16

    Uuuuuufff maaloo yaa waaqakoo imimaan nama fixaachisa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭
    Nuuf jiraadha umurii dheeraa ❤💚

  • @milkiigurmuu6421
    @milkiigurmuu6421 2 роки тому

    Ibsuuf jechatu na hanqata. Dhugaa dubbachuuf Filmii akka kana Afaan Oromoo keessatti arguun hawwii kiyya ture. Jabaadha. 100% I loved it.

  • @jesusislord4747
    @jesusislord4747 2 роки тому +7

    Wow ❤️❤️❤️
    I have no words to appreciate! What an Amazing story, directing, acting. . .
    God bless you all!

  • @abditakele351
    @abditakele351 2 роки тому +1

    miixuun akkuma maqaa isaa miixuu dhugaa fi kaayyooti! hireema oromootu akkasiidha.galatooma! maatii miixuu hundi keessaanu!

  • @berhaneabdissa7866
    @berhaneabdissa7866 2 роки тому +4

    Ufffii I can’t stop crying 😭😭😭 😭😭 Eebbifama jabadha!!

  • @wondimagegnbelayneh7787
    @wondimagegnbelayneh7787 2 роки тому +1

    Namatti tola bay'ee jabaadha ittifufaa

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 2 роки тому

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko prank aja.ibaa dawwadhuu 🙏💝

  • @oromooromo9391
    @oromooromo9391 2 роки тому +19

    3ffaa anaa ilalee like naaf go,aa ❤💚❤

  • @hundechimdi4091
    @hundechimdi4091 Рік тому

    I have no word for this film.
    😥😥😥😥😥

  • @HK-Graphics
    @HK-Graphics 2 роки тому +10

    Wow wow wow! Amazing guys! so incredible. I'm proud of you keep it up...OROMIANS are with you!

  • @saadi659
    @saadi659 11 місяців тому

    Heeduu namatii tolaa jabadhuu ittii fufii hojii garii siif haa ta'u cimii oromoo ❤❤❤❤filmaa bareedaa

  • @LearnHahuFeedelsDaily
    @LearnHahuFeedelsDaily 2 роки тому +11

    ክፋትም ለክፉ ሰሪ፤ መልካምም ለመልካም ሰሪ፤ እማማም አዛኝ በመሆናቸ ሳያውቁ የልጅ ልጃቸውን አሳደጉ። መጀመሪያውና መጨረሻው አስለቃሽ ቢሆንም የምጨረሻው ለቅሶ የደስታ ነው። ቅናትን እንናቀው፤ በሁሉም ቦታ አፍራሽ ነው። ወጣቶች ጓደኛ ለመያዝ አትቸኩሉ፤ ስትይዙም፤ በደንብ አጥንታችሁ ይሁን፡ የፍቅረኛ መለኪያው ለኛ ስላለን መልካም አመለካከት ሳይሆን ስለሌላው ሰው ያለው መልካም አመለካከት ቢሆን ይመረጣል። ወንዶችም ከዳተኛ አትሁኑ። ሴቶችም ስትቀኑ ክፋታችሁ በጣም ጭካኔ የተሞላበት ነውና ከሌላ ቀምታችሁ የያዛችሁት ጓደኛም ሆነ ባለ ለናንተም አይሆናቸሁ። ለሴት እህታችሁም አስብ፤ ራስ ወዳድ አትሁኑ። ድርሰቱም አክተሮችም የተዋጣለት ነው፤ አስተማሪ ፊልም።

  • @mekoyahailu
    @mekoyahailu 2 роки тому +10

    THIS ONOTHER LEVEL IN THE HISTORY OF OUR FILM
    GOOD JOB GUYS PROUD OF YOU! PLEAS WE NEED MORE FILM LIKE THIS.

  • @onesmos
    @onesmos 2 роки тому

    fiilmiin oromoo akkasitti bareedee arguu caala wanti na gammachiisu hin jiru.
    biqilaa asfawuu ati goota dhugaa jabaadhu baayyeen si jaalladha.
    ❤❤

  • @marynasir4339
    @marynasir4339 2 роки тому +3

    This amazing story I have no words to say thanks all of you 🥰 wonderful work keep it up ❤❤❤

  • @kooketi7326
    @kooketi7326 Рік тому +1

    dhumara haga xumura bayyee nama gadisisa filmii kuun😭

  • @yadisatufa
    @yadisatufa 2 роки тому +5

    Amazing I am so proud of you

  • @kokobe5716
    @kokobe5716 Рік тому +1

    Bayye namatti tolaa kaasumaa wan heduu iraa bartaa jabadhaa❤❤❤❤

  • @dahabeeahmad9244
    @dahabeeahmad9244 2 роки тому +6

    Filimaa kan namni lalee hin bonyee wan jiruu natii hin fakkatuu yoo nama Oromo hin te'iin tee malee
    Yaa Oromo Tiyyaa haramee tenyaratii jirachuu dadhabnee mii 😢😢😢❤💚❤

  • @halimaabdela5274
    @halimaabdela5274 2 місяці тому

    Jabaadha ❤❤❤❤❤❤filmi aja'ibaa tti garuu waan tokkoratti hin xiyyeeffaatu ❤❤❤❤

  • @abdulnasirhaji5129
    @abdulnasirhaji5129 2 роки тому +7

    Bikila ! I don't know what to say or what word Could I use to appreciate you.....Just Ownsome and wonderful. I'm sure Hollywood will be established in the country so that you and those energetic young writers to quench from the thirst of FILM ART. In God will! you will be the one . Keep it up!!!

  • @feruzaatub3034
    @feruzaatub3034 2 роки тому +1

    Wowwwww mixuu dhugaattii 100/100 oromoo jajabesa bilsii

  • @ashenafifekadu1808
    @ashenafifekadu1808 2 роки тому +23

    Ifaajeen keessan guddaadha. I am so proud of you guys. Baay'ee of duratti tarkaanfannee jira. Seenaa filmii kanaa keessati garu "HERO"n filmichaa eenyu akka ta'e adda baafachuf akkan rakkadhe garu dhoksu hin barbaadu. Guyyaa ykn Xiqii moo Haadha Abdii? or may be a script has more heros? Waanumaafu guddaa Ulfaadhaa.

  • @TARIKUALEBACHEW
    @TARIKUALEBACHEW 6 місяців тому

    Very very best afan oromo moves for ever

  • @hayathassan5394
    @hayathassan5394 2 роки тому +5

    Just wow I don't have words 😢 💔 you guys this is very true story what happening our oromo people I can't believe this is filmed it's real !!

  • @dinaolofficial1458
    @dinaolofficial1458 2 роки тому

    thank you film bareedaa fi qulqullina bareedaa qabu akkasii afaan kiyyaa gaafan daawwadhu gammachuu guddaadhaani! galatoomaa nuu jiraaadha isiniin jechuun barbaada.

  • @iman2kshow87
    @iman2kshow87 2 роки тому +3

    Movie habasha laalee kaa yeroo hundaa dhumni isaa hin bareene sanin 😂🙈 now I’m so happy with this best ending ❤️👌love y’all oromo koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @tasliimabintmuslim6072
    @tasliimabintmuslim6072 2 роки тому

    Fiilmii afaan oromoo bayyee bareduudha jabadha

  • @U.b1234
    @U.b1234 2 роки тому +9

    Baayyee gaariidha jabbaadha sabako akka bellwood fi Hollywood guddachu qaba film 🎥 afaan oromoo !#60 Millions people where are you comen u have to watched 👀 this film need more views

  • @LokoPrimes
    @LokoPrimes 2 роки тому +1

    Seenaa dhugaa irratti hundaa'ee kan hojjetame haala ummanni keessatti argamuu dha.Imimmaanin xummure . Dhuguma haqni iddoo isaa hin wallaalu Alhamdulillaah.

  • @mikaatube9251
    @mikaatube9251 2 роки тому +3

    Wow oromo film the first one

  • @adamsadina9614
    @adamsadina9614 2 роки тому +1

    Wooooooooooooow, what amazing oromo movie.Thank you for everyday

  • @Kiyaksirika
    @Kiyaksirika 2 роки тому +6

    Utuu ija hin libsatin ilaalee xumure!!!!!!!!👌❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @gemechukebede5976
    @gemechukebede5976 2 роки тому +1

    Jajjaboo keenya nuuf jiraadhaa!! you guys are just amazing, qixxee namaa nu dhaabdani!!!!!!!!!

  • @kadrahesu5299
    @kadrahesu5299 2 роки тому +3

    uuufff 😭😭😭😭😭♥💚♥👌jabaadha💪

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 2 роки тому

      Mati naafi tayyii please kadra

    • @kadrahesu5299
      @kadrahesu5299 2 роки тому

      @@biliseetube2622 walii malee maalli qaabbnaqabna abshir👍

  • @hirutamante3118
    @hirutamante3118 8 місяців тому

    Great movie, I loved it!

  • @leensaatube6254
    @leensaatube6254 2 роки тому +3

    Wanumaa oromon kessaa jiruu 😭😭😭😭

  • @sinbooqananii3168
    @sinbooqananii3168 Рік тому

    Wawooo aj'ibaa dhugaa jabadhaa lamiikoo hamaan isin hin argiin lalisaa dagagaa bal'adhaa ammayyuu❤❤❤❤❤

  • @iman2kshow87
    @iman2kshow87 2 роки тому +5

    I know my Oromo people is the smartest ✊🏾
    Still hoping for the best movies to come soon 🤗🤗🤗

  • @qicimeetube805
    @qicimeetube805 2 роки тому

    Jabaadhaa, Fiilmiin afaan Oromoo UA-cam yaabbii erga sodaatee bubbuleera. Sagantaa eebbaa booda Fiilmiin heddu achumaan callisa. Isin immoo waan gaarii hojjattan. Kabamaa! Fiilmicha hin ilaalle. Gabaa youtube irra bahuun isaa qofti na gammachiiseera👌❤

  • @ayeesisha7144
    @ayeesisha7144 2 роки тому +3

    Wow baay’ee namati tolla dhugaa😢❤️❤️❤️❤️

  • @chalagirma1834
    @chalagirma1834 2 роки тому +1

    Wow karaa hundaanu tokkofadha jabaadha

  • @faximaaahmadhasan3636
    @faximaaahmadhasan3636 2 роки тому +4

    Bayee namatii tolaa oromo ko ❤💚❤

  • @dessalegndegefa8568
    @dessalegndegefa8568 2 роки тому

    Bay.ee namtii tolaa nuuf jabbadhaa ammasii qallaamni kessaani haa mirgisuu 🥰🥰

  • @እመቤትሌልሰ
    @እመቤትሌልሰ 2 роки тому +4

    ምርጥ ፊልም ናው ቃጢሉበት

  • @Jafe_tube
    @Jafe_tube Рік тому +1

    Filmi 🎥 🎞 akkana basuun afaan oromo guddisuu fi sirna nafxanyaa gara gubuu

  • @ebasasarka3170
    @ebasasarka3170 2 роки тому +4

    What a story: Oromo people's complex & contemporary condition! What a cast! awesome performance! I loved the whole thing! Thank you!!

  • @alemayehumamo6143
    @alemayehumamo6143 Рік тому

    ogeessa fiilmicha barreesse guddaan dinqisiifadha. thank you

  • @fayinedenabo9744
    @fayinedenabo9744 2 роки тому +3

    I can't stop crying 😭😭😭😭 uuuuufffff lammi Koo

  • @finfinneefinfinnee5777
    @finfinneefinfinnee5777 2 роки тому +1

    ammallee isin biraa hin gogiin burqaan fiilmii Keep it up good work

  • @ummumuadbeautydecorations261
    @ummumuadbeautydecorations261 2 роки тому +5

    It’s so sad 😭 😭😭😭😭😭😭

  • @baalchaabalchaa7370
    @baalchaabalchaa7370 2 роки тому +1

    Waaaaw bay'ee bareeda jabadhaa Oromoo koo!

  • @arif20104
    @arif20104 2 роки тому +5

    Beautiful drama🙏 please share The soundtrack😭