Wooow amazing kanatu sabaa kenyaa balladhaf barbachisaa kana dhabne ture Amman booda hundii Kenya samuu kenyaa barsiisu leenjisu fi empower gochuun sabaaba jijirama Nama hundaaf ta.u ni dandenya mama afrika gudda nuf galatoomi wantii Akana gara fulduras itti fufu qaba
wooooow ergaa addaa fii dhalla namaf dhamasa hedduu namatti toluu dha kan nu dhmtan gudda galltoma annis garra gochatti jijiruf qophi dha gudda galttommaa💪💪💪💯💯💯👌👌
Wlh Masha Allah Rabin umrii dheraa sif ha kanu
As wr wb
Mashaa Allah garsa kee kanatti nama fayyadamu rabbi naa taasisu in shaa Allah
Yeroo Isii Qaalii Nuuf Kannitee Gorsaa Jirti Sadarkaa Addunyaatti Afaanoota Garagaraatiin Leenjii Kannaa Turte. Amma Saba Keenya Keessatti Gad Buutee Hojjachuu Barbaaddi Jajjabeeysaa
Wow hedduu das nama ja'aa gorsaa aja'ibaa dhugaa si qabachuu keenyaf haalan gammachuun nattii dhaga'amaa MAMA AFRICA 🤙👌
Waaawwwwww
Thank you MashaAllh
Jabaadhuu sanyii ofiii
Arra kara chala keeti dhufe baga siqabane sittin bona habibitii umrii na dheradhu 🌹🌹👍👍👍👍👈
As wr wb sanyii ofii gaba tenna tatee hedduu gariidhaa jabadhaa obboleyyaan kiyyaa nuu hundiinuu itti ha fayyadamnuu jabadhaa ha jabanuu 😍😍😍😍😍
Mashaa aallah obleeti tiyaa qaalii baga nu dhuftan
My love i love you somach your very very good tinkig
Maashaa Allah Dr su'aad jabaadhu jabduu namaa, dubartii afaan oromootiin motivational speach kennitu arguunuu gammachuu addaa namaaf Kenna.
Inni biraa ammo barumsa guddaa sirraa fudhataa jirra, hawwiin Kiyya tokko ijaan si argee si wojjiin haasahudha inshaa Allah.
Maashaa Allaah su.aadiyyee hedduun sijaaladha inshaa Allaah gaafa Rabbiin biyyatti nadeebise sibira dhufuuf hawwiin qaba I love you so much 💖 😘
Matii naf ta'i mee sanyii too
Mattii naf tayyaa malloo
Mashallah gorsa garidha.
Maashaallaa tabarakallaa rabin siraa haa jalatuu jabadhaa iti fufaa ❤🥛bayee galatomii 🌹🌹🌹👍👍👍👍🍬🍬
Thanks so much my dear
I'm from Canada
MashaAllh MashaAllh Tabarrakkaallh galatomi Oballeeyytti teenya Nuf jabadhu Heedu takka Nu Baayyanachifte
😍❤❤❤❤Thank you mama
Masha allah
Rabbiin keeyrii duniyaa fii akhiraallee walitti nuuf haa qabuu, Warra waan dubisetti gorfamu rabbiin nu haa godhuu.
Wooooow Mashaa Allah Jabadhuu Gorsii kee Bayyee nattii tolee dhugaa. Gorsaa kee kana Furadhee Of jijirun qaba
Mamilaa nafi ta
BAGA tenyaa tatee heduun gamaadee obleeti tiyaa anis hirna dhalooni kiyaa baga tenyaa nuf tatee heduun gamaadee Alhamdulillaah rabbiin umurii.tee nuf haa dheresuu heduu nuf galatoomii
Jaabduu oromoo umurrii nuffii dheraadhuu ❤💚❤🙏🙏
Suada tiya gorsaa kee bareda kana bagaa afaan Kenya niisa nufa dhufte ittii nufii irraa heduna kenyaa gorsii kuni heduu nufayaadaa
Goro heduu barda guru nama dhagama itii fayadama nu hagodhu
❤❤❤
Mashaa aallah rabbiin umurii tee nuf haa.dheresuu obleeti tiyaa qaalii.hedun si jaalaadha.
Roras tubee bira hin dhufee
Hedduu nuuf galatomii gootitii inttalla Oromo umurii nuuf dheradhuu
Mashaa Allah jaabadhu goorsa guuda iraa baraane
Maashaa Allah!!! Dr Suad M ❤❤❤Good advice
Masha'allah masha'allah rabbin siirra haa jaallatuu beekumsaa kana caala siif haa kennu jabaadhuu waan bayyee irraa baradhee 👍🏻😘
Nu simatuu ree sanyii ko baga jiratee qalii oromo 😍😍😍😍😍
😍😍😍😍 waw masba allah lenca tenya maama afrika nuuf jiraadhu gorsa akkana kana dhabne baga nuf jiraatte jabaadhu itti fufi
Nuuf jiradhu Humurii dheraa hadhoko hubattukoo❤❤❤❤❤✅✅✅
As wr wb
❤ Amma Su'aad Muktar yadaa ketin sirra barbada tanaf yoo akkan anii sii jaaladhutii ana jaalate ana qunamii imo irati ajaja kiyyas naf gutii miscol naf godhii amma resultin barbada wanin tahef ani duran hedun isin amana amma hedun isin sodadhe dhugatii
Nuuf jiradhuu umurii hadhoko yada nuu qooddef gslatomii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅✅✅✅✅
maashaaAllaah hedduu namatti tola galatoomi irraa fayyadamaa jira
Wooow amazing kanatu sabaa kenyaa balladhaf barbachisaa kana dhabne ture Amman booda hundii Kenya samuu kenyaa barsiisu leenjisu fi empower gochuun sabaaba jijirama Nama hundaaf ta.u ni dandenya mama afrika gudda nuf galatoomi wantii Akana gara fulduras itti fufu qaba
Masha Allaah rabbiin sirraa haa jaalatuu in sha Allaah yadaa garii
As wr wb Nuuf jabaadhu Rabbi waan ati yaadde maraa sii haa taasisu Woonni ani sii dhaamu waan Namni muslimaa siiraa jibbu irraa fagaadhu karaa Rabbi jedherra deemuu qabda
MA. Sh. Mash. Qali.. Tenna❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wowowow baayyee gorasa gaarii jaabadhu
Walhii wan ajaibaa tin dhagaha jiraa
Mashaa allah mashaa allah qalii tenyaa nuf jiraadhu
Woww mashaAllah mamatiya umrii nuf dheradhu I Love you my Mom 🥰🥰🥰❤❤💗💗👏👏👍👍
Matii nafii ta
Mashallalha Mashallalha tabarklha 🎉🎉🎉❤❤❤
Mashallaa Mashallaa Mashallaa 💕💕💕💕
Yaasalaam gorsabareeda
baruumsa guddaa sirraa argadhe akka dhuunfaa kootitti bayyee galatoomi jkl
Mashaalaah Rabbin itii sif haa dabaluu jajabadhuu
We proud of you 😍😍😍 Su jabaadhu nulee jajabesi Mashallah siinboona teenya tahuf ❤️👍🏻👍🏻👍🏻
Jabaadhuu kana cinaa nuuf hojjadhuu
waw dr heddu namatti tola nuuf jiraadhu ammalle fuldura waan bayye qabatte akka nuf dhihattu abdiin qaba itti nuuf fufii
Mashalalaha nuuff jiradhuu ulafatuu kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha allah wallahi barnooni ati kannaa jirtu nama aqlii qabu fi nama guddina fedhuuf hedduu hedduu gaariidha.jabaadhu itti fufi. Proud of you.
Maashaa Allaah bareedduu teenya umrii barahkaa qabdu siif haa kennu
Dr suad gorsaa kettif bayye bayye galtom🙏😍 gorsikee huna cima qaba gafii tokko qaba kitabota baresitee qabdaa affan kenyanii
Wawuu great Gudaa gallatomii mamaye atii jijiramaa kenyafii sababaa gudaa tatee jirtaa nuufii jiraadhuu
Sababni isaa yoo ati karaa irraa dabde namoonni kumaatamaan lakkaayaman hujii keetiifii jecha kee fudhatan Sirritti sijaalatan waan ta,eef umrii Nuuf dheeradhu
Mashaalla Allah jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤👌
Waaaaaaaaaaw Mashallah Mamayee😍
Beautiful wowow
Congratulation galatomi lejiftu
Tena jabadhu iti fufi
Dhugaa ketii 💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐😍😍😍Thank you
Waw Bayee namatii tolaa jabadhuu
As wr wb akkamii nagaya fayyadha kaara kaamiiniin sii arkaachuu dandayaaa yaa Oboletiii tiiya raabbif jechaan Sii jaaladha
Wow wow barumsaa heduu siraa arganerraa
Nuuf jiradhuu Lenca lencaa milkayinaaa dhalatee
Nuufii jiradhuu
👍👍👍👍👍👍👍
Suad akkam ngaya jirta. waye dhabbata tians wanti bektu jirame naaf ibsi wanin sigafadhefin qaba
Maashaa Allaah ❤
Matii nafii
Sudiyye baredu oromo jabdu akka sibila oson lakofs ke aragdhe si bira dhufe si wajin hojadhe ofi jijire biya ko Ile jijiru fedhe 😘
WOWOWOWO WOWOWOWO WOWOWOWO WOWOWOWO WOWOWOWO WOWOWOWO WOWOWOWO💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪Baraa 2021 Kesatii Hojile hojanuu Gochan Argamsisun Nuratii Dirqama Yomiyuu Tanan ofitii Gamada Hojii Kenyaa itis Gamaduu Qabnaa Ofin Bonuu Nuraa Egamaa wan bayee Siraa baranee Jiraa mama Aficha Siad muktar Abdala Guddaa Galatoomii🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆2️⃣0️⃣2️⃣1️⃣🏆🏆🏆🏆🏆
Mashaa alla mashaa alla mashaa alla
Wwwwooo nuuf jiraadhu jajjabeeko
Mashallaah jabadhuu waani ofii sudaa goorii sii kee bayee namatii tolaa ⛲🍒🎇
Masha allha nuf jabadhuu
Keep doing your good deeds
Jabadhuu suad muktar
Wel come jiradhuu yadda baredaa barumsa qaba umuri nu dherradhu jabduu tenyaa
Mashaaa Allaa tabaakaallaa
Jabadhuu qaliii too❤❤🥰
gorsikee kennaa guddaadha galatoomi
Saah
Waan hedhun Siiraa Baradee
Jabadhuu sanyii wowo kotuu sub naf godhaa
Masha Allah
Suad Teenya qaalifi gaariii maaliif hogga dhufte cufahu Salaamtaa islamaatin hin Eegallee Achii booda wan feete maalif hin dubbanne???? Garuu yaannii kankee barnoonni kankee Hedduu bareedadha. Garuu InshaaAllah ykn yoo Rabbiin je'e Akkas nin taha ykn Ammoo bakkan yaadee nin gaha jechu kana osoo wanuma dubbatu hunda keeyisattille Rabbiin wal_qabsiifte dubbate heduu bareedha ilaalchafi yaannii ykn mullannii full dura keenya wan yoo Rabbiin je malee hin taanef.
wooooow ergaa addaa fii dhalla namaf dhamasa hedduu namatti toluu dha kan nu dhmtan gudda galltoma annis garra gochatti jijiruf qophi dha gudda galttommaa💪💪💪💯💯💯👌👌
Maasha alla obaletii tenyaa jabadhuu
Mashaa alahaa Mashaa alahaa
Assalamu'alaykum waramatulhaa wobarakattuu Rabbiin sii irraa haa jalatuu Gorsaa baredhaa itti nuufii fuufaa
Oromodha atii
Masha alh 😥🙏🙏
Wwwww baay'ee namati tolla
Jabadhuu.siifana jira
jabadhu bareduu💙
Wooow maashaa allaah
Yaada gaarii
Maashaa Allah nuuf jiraadhuu beektu teennaa umrii dheertu ♥️
WO WO WO WO WO WO WO WO WO MASHA'ALLA MASHA'ALLA BAYYE YAADA GAARIIDHA
Wwwwww maasha alhaa leencaa teenyaa
Mashallaah gorsi kun hedu naf tahee galatomi