Dhugaa dubbachuun faarsee bulaa nama jechisiisaa? Waan mormanii fi waan deeggaran beekuun nuuf mala. Kun dhugaa dha hadhaa'us liqimsuudha. Kan keenya ta'eetu malee kan ormaa ta'ee kana caalaa faarfama ture.
Dhugaa dubbachuuf Habtamuun har'a aarin fuula irraa mullata😢ani si arrabsu fi si xiqqessu hin danda'uu sababni isa kaleessa jawwe deggarte si faarse amma Abiy deggarte si arrabsu 🎉
Rakko hin qabu UA-cam karaa mottumman si beeku kanaan abiyyi deeggari karaa biraatin ammo video fi photo adda addaatin jawariif ergi Kara lamaan jiraadhu ❤❤gaafa San lubbun jiraachuun gaahadha
Harra miti duuri kaafne si oordofna jabaadhu👌🙏🏽
Faarsee bulaa dhugaati ati 😂
Dhugaa dubbachuun faarsee bulaa nama jechisiisaa? Waan mormanii fi waan deeggaran beekuun nuuf mala. Kun dhugaa dha hadhaa'us liqimsuudha. Kan keenya ta'eetu malee kan ormaa ta'ee kana caalaa faarfama ture.
Did you go to school 🏫
Ati waan feettee degari an sin degaraa mootii ko ❤❤❤ baayy,eessaan si jaladhaa nuf jiraadhu odeesitun haa odesituu❤❤
Farise.bulaa.hiduttaa.jabadhu.farisii😂😂😂😂😂
afaan koo hacitu jedha Jimma Yaroo Haasaan Itti Tole. Haasawa Dhugaa Akkanaa Caala Maaltu Nama Gammachiisa. Jabaadhuu Gingilchii Ummataan Gahi Habtaamuu Koo
Jabaadhu Qaxalee keenya!❤
hin AFuuffiin waan Ummanni keessa jiruu maal bekta Maaddan quubba Abba GUbbaa Jedha Oroommon sii Attii wontit Argitte hin jiruu USii Anii biyya ORMAA kessati woggota 10 guttu hojedhe dhamahee darra na durra godhadhii 😢😢😢😢mallo naff birmadha Jirruu na jibbisissera UMrii ko ijoolluma itti fixeera garru hadhaa harka duwwan jiraa Ayyyiiiyyii ballaa gizee nun Jedhuuu moo kan midhamme Akka koo Hin jiruu koridar limmatii kannan😢😢💔
Sirri jechi kee garuu abba jibbanifi dhugaa hin dhoksani kanafi garif jecha galatom jedhu ittu fayyadamne isa badeefi ykn hanqatefi ykn isa hafafe ittu qeqnifi gaffane garii nati fakkata bishanis yoo boree calala dhuga dubachuf biyyi kenya jijiramteti eyeen jijiramteti hasawa muca kana siritti dhagefadhuu barechi debi qufsadha yaa oromo isa bales adabadha gorfadha isa tolchef hamile ta a malee sadaraka kanati wal qequn hin barabachisu
Jimmaati bara 2003 sireen jira jedhe gaafanaan sireen abbaakee haa badu Algaa malee siree hin jedhamu jechuun na arii'aniiru😂😂
Yaa habtee kenyaa gaffii takka qofaa siif qaba
Atti kabbajaa hawwaasa Kee argaachu fillattamoo Maallaqa ???
Ani akka nama tokkotti baay'ee sii dinqiisifadha turee .
Ammaa garuu atti nama taokkoof harkaa rukkuuta😢😢😢 sanuu nama ilmaan oromootiif kabbajja hin qabneef 😔😔😔shem on you
Shaawerakoo naaf jiraadhu . Xurii Oromoo dhukkubaan ajjeestu dhiqii gati lammiikoo ❤
Qulqulluudha ati jaalakoo %1000
We support you ❤️ 💙 💜 ♥️
Habte waan dhugaaf ergaa sirrii nuudabarsite galatoomi, jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤
Hatu sobdu ati duuqabda
Dhugaadha waan baayyeetu akka biyyatti hojjatamaa jira.magaalaa hunda bira gahuun hafa hinqabu,garuu badhaadhinni magaaloota irratti dhufaa jiru kun dinagdee namoota galii gad'aanaa qaban hojjataa motummaa dabalatee badhaadhinni irraa calaqqisuu qaba.garuu amma ummata irraatti jijjiramni dinagdee mul'taa hin jiru.kanarratti hojhatamu qaba kanas ilaauun dirqamaatii jabaadhu habtish
Nuuf jiraadhu habtish Rabbii nama arraba lamaan dubbatu nu hi godhin❤❤❤❤❤❤❤❤
Oso offiti amanamuma akka kee kana hundu qabatee biyyii keenyaa nagaa taati turtee habtish galatoomi ❤️❤️🙏🏻
Dhugaa dubbachuuf Habtamuun har'a aarin fuula irraa mullata😢ani si arrabsu fi si xiqqessu hin danda'uu sababni isa kaleessa jawwe deggarte si faarse amma Abiy deggarte si arrabsu 🎉
Boloqqee dhiiraa rakkoon ummataa asphalt miti ykn bibillici miti. Garuu siifan😭😭😭😭😭😭😭😭
Thanks habtekoo
Jabaadhu Habteeko hoomtinu boodatti sindeebisiin!!
Akkanaiti itti nuf hiimime❤❤❤
Dhugaan hin qallattii malee hin cittuu jedha Oromoon,Dhugarrattii Cichii Afuftuuf Jabanaa Afaantuu Aaraa jedhan Ati hayyuu Keenyaa jabadhuu
Anichun hingaabu!🎉😂🎉❤🎉❤🎉❤🎉
His people heard him well, BRAVO JIMMA WELL DONE!!!
Likidha osso ijji nagartu komachu hin Ullfata dhugaa ketii badhadhini gara fuldurati 👉👉👉👉👉👉👉💯❤
Hatuu afaan guddaa maalaxaaa ilma diqalaaa😅😅
😊obbileessoo dhiisii maqaa nuun nyaatiin wallagiifii shawwaan bilxiginnaan nulaallatuutii😮
Jabaadhu habtee jeneral
Habtiish jerenaalumaa enyuutu sirra fuudhe
Yooyya habtaamu abiyii😂😂😂
Bravo habtesh
Haftamu hamma kanas hin sakkasiinkaa😢😢😢😢
Maal Kuni Hafuufe Bulaa 😂😂😂
Mee ati dhugama jabaadha baadiya oromiya keessa deemi waan ummanni keessa jiru laali teeti garaa guttaate hiyyessa dararamaa jirutti hin qoosin
Hahahaha no habtamuu lamuu
Habtamuu abiy
Habtish ebiifamii araarii wakayoo sifhabayaatu.....!!!!
Jabaadhu qaalii sabaa
Generaltuicha habtaamu Lamuu guddaa galatoomii dhugaa jette!!!
Jawwee keenya baayyee jaallanna hin kabajna garuu akkasitti dubbachuun isa irraa hin eegamu ture!!
Nuti nagaa barbaanna. 🔑🔑🔑 garuu WBO'n akka hiikkatee galee achiin badu hin barbaadnu.
FROM WEST WOLLEGA, DONGOROO.
Sirrii dha baraatu Gingilchaadhaa. 😂
Biyyattiin Akka Akka jijjiiramaa jirtu nibeyna biyti hundi caalatti ifuuf teysi baayyee jaalanna abbishuu ❤
❤❤❤❤abichuuu
Faarsee bulaadha ati jabaadhu faarsi
PM Abye the true hero- the lion 🦁 of humanity ! ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaakeeti ❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhu aftamu dhugaa yoo dubatan nama bayyeef hin liqinfamu
Waaqayyoodhumti gara qalbii yaaduu danda'uutti siyaa deebisu. Maatiin keenya qaata imimmaan akka bishaanii sana boo'uu dhiisee, dhiiga boo'uu eegaleetii.😭😭😭😭😭
Ati sababiima Dr'cha faana fi warra kaan faana xiyyaaraan balaliituuf badhaadhummaan dabinaan argattan dhugaa akka hin agarreef si'iif fakkaattota kee ija isin jaamse😭
Anummaan kuniyyuu akka biyyattiitti nama dhiibbaa uumee beekame yoon ta'uu baadheyyuu, waa'ee diinagdee waanan baradheef biyyoonni guddattootni maalirraa eegaluu akka qaban qoradhee nan beeka.
Garuu wanni an jedhu, BARRI IN DARBA, YOOM AKKANATTI HAFA SEETE😭😭😭.
Atillee sababiima AMHAARAA jibbitu qofaaf, hammeenya daangaa darbe kan saba keenya guyyaa fi halkan walii wallaalchise callistee ilaaluu qofa miti deggaraas jirta, dhugaa Gooftaa Yesuus gaaf tokko waan hamma ta'aa jiru kanaaf isa nuti har'a keessa baanee akka taanu dhabne nuuf hubachuuf jirta.
Jabaadhu dhumarratti namni waan facaase haammataatii😭😭😭
How to bake a Taj haul gura Kai?Double quote , abu dhabi sing a nineteen twe
Jabaadhu yoo akkanaa jala buutee hin faarsine hudduu si salani salamaa malaaxaa keessaaf gubbaan duwwaa😂😂
Dr Abiyi Ofii isaa fuulleen nama ramade waan Hojjechiisef male Caasan iseen magaalatti irra jirtu amma gandatti jiran faalla dr Abiyi hojjettu bari. Garuu akkumati jette wanti jette sirriidha. Dhugaadha Baayye nama ajaa'ibssiisa!!!!!!! Garuu Garuu Ofiin of bulch...... isee jette sana keesssuma Oogganumma irraatti ammayyu maxaruu fi irratti barbaachisa.!!!
Jeeneraala kenyaa jabadhuu qalaxxe kenyaa jedhee gurbaan tokko😂😂😂😂❤❤❤
Itti cabsi dhugara hin debi,in
Jabaadhu, barataa journalism waanaan ta'eef gaaf tokko interview si godha.
Shoshoo immamaake ha diiguu
Abbaan afuftuu haa'afuftuu GATII GARUU LEENCAA ❤❤❤
Inuma Afuufte Kaa Bro..
Harree meeqaatuu jiraa ijooleen walaggaa jedhaaniif meeqaa mana hidhaa jiraa inni kaan immo ati Abba garaatti dhugaa dubbachuuf mucaa wamtee interview gootee Amma haaraattilee biraa hin dhabane mucaa waalaala sana. Sanyii hacaluu Tish namaa ammatii😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
Dhugaa keeti ❤❤ namnii afaan oromoo dubatuub hin jiruu
Jabadhu hojiin Wan bayy'ee namatti toluu ❤
😂😂Afuuftuu😢😢
Habtamu kenya ana dhufu bagga nudhufte ati sila kenya jimmi sifis nufiis qixedha ❤😍
wiyii malii garuu oromoo kunii kanii akamii qabaa kanii akaa habtmuu kanaa faa😂😂😂 wayii caraa oromoo❤❤❤😢
😊obbileessoo dhiisii maqaa nuun nyaatiin wallagiifii shawwaan bilxiginnaan nulaallatuutii
Jeneraal Qaxalee keenna, Birrii Jawween siif dhaame san fudhadhuu corridor tokko ittiin ijaar.
It’s real renaissance for Jimma.
Habibi Wagga Kuma Kumaan jiradhu
Akaasi Habtee❤❤❤
Gowaan dhukubbaa dawaan ishii dua 'aa
Kkk, yoo nyaate akkanuma
Ati Habtaamuu ,garee siyaasa 1 guddistee kaan immoo xiqqeessaa jirtaa dhiisi kun sirrii mitii
Magaala Bareechuun Hojii Isa Dhumaati Malee Isa Jalqabaa Mitii Otoo Seektera Qonna Ethiopia Nuuf Ginggilchitee Gaariidha
Nuf jiradhu lenca nama hafte. ❤❤❤ Nutis sijalana❤❤❤
Kan baay'ee natti tole deebii J. siif deebise deebii gahaa. Calliftee akkam maalii isa jedhan sana itti facaatee turte H. Garuu ani kan siin jedhu akka obboolessa kee tokkotti "balance" kee eegadhu akkuma duri yeroo biyya "Canada" irraa dabarsitu sana. Galatoomi
HABTISH si jallanna❤❤❤❤❤❤❤
Suma Nyachisaan😂😂😂😂
Fuulli kee xiqqoo aarin guutameera. Dirqamni mootummaa misooma hojjechuudha. Kana galateeffachuun gaarii ta`u, farsanii buluu fakkaata waan ta`eef sirreeffadhu. Namoota qe`ee isaanii irraa buqqa`an dhaqii haasofsiisii dhiyeessi mee.
Dhugaan jiruu kanuma galatoomi 🙏🏻❤❤
Kkkkkkk ati biyya ani jiru jirta moo biyya biroo jirta 🤪🤪🤪
Habte ilma sabaa yoomuu dhugaa jiru utuu hindhoksin Abbaa angoo tokkoof utuu hinbitamin Rakkos ta, e bal, oo oromiyaa kessa jiru akka irraa nuuf dubbattu abdiin qaba sijaallana jebaadhu galatoomi "
Habtee haramoo bayye na dinqisiste waan dhgaa dubbatuuf
Miraa kessa bahii habtee jimma ❤❤😂😂
Kaleessas jimmaadhaa nama hin qabnu, har'as jimmaadhaa nama hin qabnu, gara fuuldurattis carraan argachuu keenyaa baayee xiqqoodha.
Kana dhugaan Oromoo: Jimmaa fi Abbichuu !
Faarsineetu yoo waa nuuf fooyyesse jabaadhu😢
❤❤❤❤❤Nuuf jiraadhu habtee koo
Abeet faarsee bulaa😅😅😅
Rakko hin qabu UA-cam karaa mottumman si beeku kanaan abiyyi deeggari karaa biraatin ammo video fi photo adda addaatin jawariif ergi Kara lamaan jiraadhu ❤❤gaafa San lubbun jiraachuun gaahadha
Faarsee bulaa😂😂
Habtshi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤!!!!!!!!!!!!!!!
Gowwa Ganaa Jibbamtaa Yoo Rabbiin Fedhee Saree Gantu 🥻 Bitamtuu Gobeedha
Jabaadhu Habte ergaa gaarii dabarsite🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadhu nama barate irraa waan nama barsiisu baratuu
Mashaa allha jimma bagaa baredee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
Juwaraan isinitu goobse malee duruu afufutuufi sobdodha.
Wly Dhugaa ketii Habibi ❤
ijole jimmaa me jiraa jed😂😂
Oduu dhiisii birrii jawaar sii farrame nyaadhu😂😂
Wly atiin kun hayyudha na aajjesi dhugaa rabbii
Habte debii ati jawwariif debifteef bayeen sitti gammade deebii injifata deebiste badaa gaaruummaadhan injifadhu jedha jechi waaqayoo yeroo maraa injifataa tau dhaaf deebii gaarii deebisi kan siarrabise hinarrabsini
Akkuma Mediyaan kee jedhu hundumaayuu barrii hingilgilcha jabaadhu
Itti muddi dhiira namaa ❤❤❤❤
Habtishaa jabaadhu akkasumaan itti fufi
Galatoomii habttish
Gingilchaankee ammaa Fi durii lafaafsamii ta'eera Mee waan dhugaa dubbadhumee