WEL COME OMN Media oromia thank you for you❤️ Ummaata nabii Muhammad S 💞 A 💞 W 💞😭😭😭☝️☝️☝️ nu adda facasufi Kara amanti kenyatin dhufani hin bekkama hacceeni Kani lubbu ufii dhabe Ani kirtana jedhe mitti nadhi gammada Kani dhabane Ani musilimma jedhe mitti oromuma warii kirtana warii nu waalin gaditani galatomii haji adami sodo xaalaya bareesse tadasa biruti qabani Kani gara nu Baye garati defane jedhe lukki nyaate debise akka midha Isa irrani hin genefi tadasa biru hacceeni hundessa Ani kirtana Ani waqefata Ani musilimma hin jene gafa lubbu Isa dhuma essa dhaqe debiye hin betani 😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️☝️Isa shexaana tarkafi irrati nu fudha Kani jidu keena gale ??? Nu oromoni tokkumma amale inashaa Allah ☝️☝️
Galatooma Galatooma Galatooma ✅✅✅✅✅✅✅ Fayyaa argadha Nayyina Muhammed Salallaahu Aleeyh wosallam Salallaahu Aleeyh wosallam Salallaahu Aleeyh wosallam 👌Nagaha fi rahmaata Nabi Rabbii keenyaa Jalaatamo fi Kabaajamoo Nabi Muhammed irraatti haa jiraatu. Afaan Oromootin👌 Namichoon kan hin beekan nun jedhu ni beekna Tolchinee Aamaanti keenna Hikkaa isaa wolin Afaan keennatti deeffanne Alhamdulillaah3/ykn Galaannii kan Rabbii tokkichati
OMN transformed to being the voice of a religion. Aguma has every right to express his views. Millions share his view. A lot of books have been written. Sad to see that people react to something that is irrelevant. The hypocrisy is also expressed without shame. How about those imams who preach non sense about other religions.. A lot of people reject sheria ruled future Oromia. By appearing on this program, these religious leaders also showed their support for the fanatic preachers who talk ill of wakefena.
Is there different Oromo than that we know to be liberated. This Shane doesn’t represent Oromo people. The one we know is already in parliament who fought against weyane for the true cause of Oromo people. Stop using Oromo’s name and misleading Oromo people for your political power demand.
WELCOME OMN👁👂♥️
Nabii keenya irratti salawaata buusaa mee as goraa aduwwii garaan haa gubatuu((#SAW))
Dhuga ketii
S A W
Sallaallaahu aleyhi wassalam jzk
WEL COME OMN Media oromia thank you for you❤️
Ummaata nabii Muhammad S 💞 A 💞 W 💞😭😭😭☝️☝️☝️ nu adda facasufi Kara amanti kenyatin dhufani hin bekkama hacceeni Kani lubbu ufii dhabe Ani kirtana jedhe mitti nadhi gammada Kani dhabane Ani musilimma jedhe mitti oromuma warii kirtana warii nu waalin gaditani galatomii haji adami sodo xaalaya bareesse tadasa biruti qabani Kani gara nu Baye garati defane jedhe lukki nyaate debise akka midha Isa irrani hin genefi tadasa biru hacceeni hundessa Ani kirtana Ani waqefata Ani musilimma hin jene gafa lubbu Isa dhuma essa dhaqe debiye hin betani 😭😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️☝️Isa shexaana tarkafi irrati nu fudha Kani jidu keena gale ??? Nu oromoni tokkumma amale inashaa Allah ☝️☝️
Dhuguma keessan namnii abban wan fedhe waqqesun fedha matasati garu tokko kan nuu godhu orumuma keenyaa siini jalana abboti ammanta keenyaa❤❤💚💚❤❤
Fidaaka abbii wa ummiii wa dammii yaa RASUULLAA ♥️صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم
Wel come Omn qaaliiwani kenyaa wollhii guddaa galtomaa hundii kessanuu bayee garidhaa yadaa baredaa nufi jiradhaa hundii kessanuu Takkummaani kenyaa akka tti fufetii jiraa namaa tokkofi jeanne jibisii akka nuu jidutii hin umanee abdii qabana inshallah Takkummaa Takkummaa haccee koo 😭😭😭😭😭😭💔
Dhagadhaa kessani jabadhaa oroomoo koo amshira Ishmalha WOB senii bari jiraa
Anihadhufu OMN ijaa fi Gura umataa oromoo fi oromiyaa Gaallani kesani Bilisumaa Hatayuu nufijiradhaa jabadhaa itifufaa
Sallaallahu aleyhi wassallam💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Galatoma OMN Abnoti Amanta dhugaa jiruu dubbatan ulfadhaa nuti oromon tokko saree akka namticha sani adabi itti kennamee kani hafee irraa barachuu qaba
S. A. W❤️❤️❤️☝️☝️🤲🤲 yaaraabii namicaa San balesii nidadesaa Yaa allah
oromoon kan jireenya fi nageenya isaa itti dhabe tokko amantii hordofuun lama oromummaa isaatiin kanaaf lamanuu ija oromootti bu'uudha kanaaf kan falmannuus walumaan kashalabee oromoo keessa jiru immoo buqqisuun dirqama🙏🙏🙏
Yoo dhugaa ta'e haasa'a Nama quubsu galatooma yaa nabi SAW
SaallaahuuAlleeyihii waaassaallamuuu saallaahuu Alleeyihii waaassaallamuuu saallaahuu Alleeyihii waaassaallamuuu saallaahuu Alleeyihii waaassaallamuuu saallaahuu Alleeyihii waaassaallamuuu saallaahuu Alleeyihii waaassaallamuuu dhuga keessaani nuf jiraadha 💯💯💯💯💯👍
Fidaka yaa Rasulah
Masala.jatanaa.nutii.tun.nu.gadii.sentuu.lubbuu.dufaa.dhalatee..fidakaa.abbiiwaaumii.waa.ruhii.waa.dame.yaa.rasulhaa.yaa.habbila
Maari gaari gotaan abbotii keenya.oromof shingaan faakenyaa tokumaa keenyati.
SAW
Fidaaka abii wa'ummii yaarasuulallaa
As wr wb OMN Bagaa Nagahan dhuuftaan kanattii Anssuudhaan Nammichaa jaazbaa Mataa Doofaa saan akka Nuuf qabamuu jalaa Nuuf hordofamuu qabaa Namicha sabaaf sabllammii oromoo adda addaa qooduu Barbadaa jiruu kanaa Nuuttii Sabbnii oromoon dhiggaan addan Baanuu Shiiraan addan Banuu kanaa Nuuf Beekuu qabdaan warrii Biittamoon
O M N ijaafi guraa ummattaa jabadhaa warii O M N itii arifatan affani kessan bantu 🏌️
Welkami omn. Mashaallaa mashaallaa tabrkalhaa. Dhugaa. Maa.lafiraa.jirtudhaa.ulfadhaa.abotini.amatalee.quqmni.kesani.qamaa.kenaa.jetani.nuwolni.gaduni.kesani.galatomaa🙏🙏
Fidaka abii wa umii yaa rasulallah salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Sallallaahu Aleeyhi waasallaam sallallaahu Aleeyhi waasallaam sallallaahu Aleeyhi waasallaam fidakaa Abbii waa ummi waa ruuhii yaa Rasuulaah ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Gallatomii omn🙏🙏🙏🙏
Yomiiilee midiyaa iratii bayee hasayuu hin qabuu Yoo luubuu jiratii
Yes oromoon tokko warren oromoo addan diguf yaalu oromoon hundii itti qammaqu qaba
Adaba cima argate kan biraaf baramsu hata'u
SallallaahuAleyhi wassallam 💓 ☝️ SallallaahuAleyhi wassallam ❤️ SallallaahuAleyhi wassallam ❤️
Fidak Abii waa umii yaa habiballah
Sallallahu Aleyhii Wasalam
salallaahu aleeh waslam tasliiman kasiira
If I don't support my brother children I go support Abo now
Fidak abi wo umii yaa rasulalahi
Galatooma Galatooma Galatooma ✅✅✅✅✅✅✅ Fayyaa argadha
Nayyina Muhammed Salallaahu Aleeyh wosallam
Salallaahu Aleeyh wosallam
Salallaahu Aleeyh wosallam
👌Nagaha fi rahmaata Nabi Rabbii keenyaa Jalaatamo fi Kabaajamoo Nabi Muhammed irraatti haa jiraatu.
Afaan Oromootin👌
Namichoon kan hin beekan nun jedhu ni beekna Tolchinee Aamaanti keenna Hikkaa isaa wolin Afaan keennatti deeffanne Alhamdulillaah3/ykn Galaannii kan Rabbii tokkichati
Ajjandaa Diinni Uume Afarsuu dhiisa ajjanda saba tokko gochuu danda'u uuma. warri OMN waan xixxiiqaa akksi kana dhiisa Diina guddicha irratti ajjandaa guddaa uuma.
akka Dayireektara OMN JAWAR MOHAMMAD sana yoo xiqaate %1 tokkolle hojachuuf yaalame.
Wolala akaketiti xixiqadha nuu worra musilam kana caali womti gudan hin jirru worii cometi wan hin tane baresitu of kabaji
WARRA DHUGAA JALATUU HAA GAMMDAN WARII DIGUU BARAA ARAA SII KARAA BAAYYAA FIGAA JIRU HUBAADHA DHAMAQA TOKKUMMA JABEESAA BIYYA LAFA ISAA DHUKANA KEESAA JIRU FI IFAA TA'U FI JIRTU HINSODATINA JIDHAMEE BAAREFAMEER ALA 365GALATOMAA
Lubota Kenya barsisame warra maqa amantii kenyaa himattee nama arabsuu
Well came OMN 👁️👁️👂👂❤️💚❤️Oromo
Nama.dhibbaa.barii.kunii
Amiiiiiiiiiiin
Dhugaan inbaduu
Dhugaaan jiruu kanaa❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪👏👏👏👏👏👏
Well come
Mashaa allh
Yes !!!! I agree Luba Tamasigen💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾🦁
አቅማችንን ሃይላችንን ከለያዩ በኋላ ጀግኖቻችን ደጋፊ ጠባቂ እንዳይኖራቸው አድርገው ኦሮሞን እንደ ከዚህ በፊቱ ለመምታትና ይህን ሰፊ ሕዝብ ባሪያ አድርገው ለመኖር ነው። ሌላ ኦሮሞን ለማድከም የሚጠቀሙበት ዘዴ የለም። በሁሉ ነገር አንድ ነን። ያለንን የሃይማኖት ልዩነት ተጠቅመው ለሥልጣናቸው ፈተና እንዳይሆን ከሌላ ብሔር ሃይማኖት ጋር እያጋጩ ለመኖር ነው። የጠላቶቻችን ሕይወት መቃብራችን ነው። ስለዚህ በማይረባ ነገር ወደ መቃብር አንሄድላቸውም። በአንድነት ቅጭ ገዢዎቻችንን እረፍት ማሳጣትና ነጻነትን መውሰድ ነው።
Baga Nagaan dhuftan
OMN Galattuumaa ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤ ❤
Namichi kun ergaa itti kenname dabarse malee akka tasaa hindubbanne . kanaa jennaan wanti hamma ummanni Oromoo gochuu qabu tokko ta'ee waan hojjatamuu qabu hojjachuudha . amantaan adda addaa hordofuun waan addunyaan itti jiru malee nu qofaa miti .
ጀግና !!! እናት ወልዳሀለች እንዳንተ አይነት መሪ እያለን ኢትዮጵያ 🇪🇹 አንገቶን አትደፉም DR abiy ahmed ali
Amiin Amina Amiin yaa rabbal Alaamin inshaa Allaah jzk ☝️
Separati dhihachu qaba
Seraati dhihachu qaba garaa nuu gubatra
WAAQAYYOO ISN HAA EBISU
Oromo people all brother Muslims or Christensen Oromo people is one People all Oromo people are family No matter Religion Oromo people are brothers
This message qeero Edmonton Alberta we need meteeing very soon we have to stop Nazii Amara now
👍
Hundii Keeysanu
Dhugaa dha
OMN ❤️💚❤️💪💪👌👍
Galatooma galata guddaa qabdu waliin qabsoomnee gadhee adda nubaasuuf yaaltu yoo salphisne tokkummaan keenna daraan cima
"Hubadhaa Obbolaan Garaa tokkotti dhalatan akka carraa amantaa gara garaa qabaataa jiru borus ni qabaatu kun obbolumaa dhiigaa hin balleessu"
Sila wan bira tatehu jala fidanii akam turuu dandeessaa hedu isin tajabneee
Namichi kun ani ijoollummmadha jalqabee nan beeka marrataa waan ta,ef kanaaf bakka kennitani waa,eesa dubbachhun keessan sirii miti.
OMN...Hedduu Galatoomi. Duris Kanaan Isin Beekna.
UA-cam.com/barnoota
Hedduu galtooma hundi keessanuu
Galatomaa
Sallalahu alehi wosalami
Hundaafu galatoma baayyee miiraa ko dhukkubsee
Hinshakkinaa namichi kuun Ergamaa pp this hormonal nama kana.
Anii haa dhufuu
Yes they are trying to separate us no matter what we have to stand together
🥰🥰🥰
Galata qabdu OMN
Ani Akka nam tokkootti Kanan jedhu tarii gaafii nama hedduu tahuu danda'a yeroo heddu waa'een Oromummaa yeroo ka'u maaliif Amantiin muslimaa duubaan ka'a laata ? Kana jechuun koo
Sabni biraa biyya toophiyaa keessa jiran Amantii muslimaa hin hordofanii maaf Kan oromoo qofti ka'a.
😍😍😘😘😘
😭💔💔💔💔
wel come
Kuni kijiba kessan oso waan biraa taate qaata gabaftan tuffi ummata islaama qabdanif
Summi ummata oromoti kun
Haasaan namicha kan erraa caalaa tokko nu godhe malee nu qoqqooduu hin dandeenye.
☝️💔
How are you feeling though out there in the other way you can answer questions please be confidential to us know if we need help with this issue?!.
Yes acctually this man is wana just media attention so dont answer him thats all
እስልምናን አልሰደበም። ጃዋር ከሚታሰር ኦሮሞ በሙሉ ማለቅ አለበት በማለት በዕብርት ለተናገረው ፅንፌኛ ሼኪ ነው መልስ የሰጠው
Welcome galatomi
Galatoma
Inni bichaan irra hirmaate hin dubanne warronni inni hasaye jalatti comment jalatti maal jedha turan
Omn galatomaa
Nun sobina please amma walgarre hunda kessan seenaan jinjimo maal jette hhhhhhh
Omn galatomii
OMN transformed to being the voice of a religion. Aguma has every right to express his views. Millions share his view. A lot of books have been written. Sad to see that people react to something that is irrelevant. The hypocrisy is also expressed without shame. How about those imams who preach non sense about other religions.. A lot of people reject sheria ruled future Oromia. By appearing on this program, these religious leaders also showed their support for the fanatic preachers who talk ill of wakefena.
Kijiba dhisa guyya hangan gayu turatan nu sobuf hin yalin ummani musilimm hayyama qaba wan isin hasftan kan isinirra bekka kijiba dhisa warri OMN garu heddu gadda guyya meqa boda nu sobuf yalu kessan dhissa nuti soba warra soba walin nu sobu hin yalina musilimin hayyuma qaban umamun
Shake my head OMN after how many days. Wal agaree jira
Oromoof maal goote ati? Oduu dhiisi.
Too late
አላህ ሆይ ፡ የዓለም 🌍 ፈጣሪ የሰውም ፈጣሪ ነህ አንተ ፡ የሰው ልጅ ማለት ቀጣፊ ውሸታም ነው ፈጣሪን የከዳ ፈጣሪም ይከደዋል ።
Is there different Oromo than that we know to be liberated. This Shane doesn’t represent Oromo people. The one we know is already in parliament who fought against weyane for the true cause of Oromo people. Stop using Oromo’s name and misleading Oromo people for your political power demand.
Galatomaa