Murtii Keessa Deebii qabne Argatuu qaba Obbo Shimallis Abdiisaa

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 2 жов 2024
  • Sheekkotiin Gurguddoon Akka Sheik Amin Ibroo fi Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Akkasuma Ustaz Nasir Hamzaa Dubbii Obbo Shimallis Abdiisaa Maqaa Arabaa Ilaalchisee dubbateef Deebii Gabaabaa Kennan.

КОМЕНТАРІ • 166

  • @oromiyaatiyaaa450
    @oromiyaatiyaaa450 Рік тому +3

    S.A.W amin ibrro nuf jiradha jallatamota kenya ustazota kenya rayya abba macca nuf jiradha umrri nuf dheradha nutti Otto dini kenya nubalessuf wixirfatu bayanef jabbane jirana alhamdulillah

  • @كُنفَيَكُنْحُنْيَالَوْيِحُنَا

    እኔም ኦረመኛብችል አጥቢጨምቂ ጠምዝዠ አሰጣውነበር ይህከዚር ላአነቱላህአለይክ

  • @sebuMamanNafaki
    @sebuMamanNafaki Рік тому +3

    ኢስላም ማለት ምን ማለት እንደሆን አሁን በደንብ ይረዳል እሄ ወራዳ ዑስታዞቻችን አሊሞቻችን አላህ ባላችሁበት ይጠብቃችሁ ነቢያችን አለሂሰላቱ ወሰላም ዘረኚነት ጥንብ ነች አሉ!! የአላህ ዘረኚነት አጥፋልን ኢስላም ሁሌም የበላይ አድርግልን yaa Ummata dinni kee barreechi baradhuu

    • @shaanbalkabbadaa9775
      @shaanbalkabbadaa9775 Рік тому

      አንቺ ራስሽ ስምሽ ምንድነው ?

    • @sebuMamanNafaki
      @sebuMamanNafaki Рік тому

      @@shaanbalkabbadaa9775 ስሜ Anof ወይም ኢነብ ነው!!! እናቴን ናፋቂ መሆን ከ እስልምና ዉጪ ነው ለማለት ነው?

  • @hahabxbxb800
    @hahabxbxb800 Рік тому +2

    هلا والله ماشاءالله تبارك الله

  • @faisaadadaraa3808
    @faisaadadaraa3808 Рік тому +1

    Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa Mashaa.allhaa

  • @qamariyanasir9492
    @qamariyanasir9492 Рік тому +1

    𝐮𝐦𝐫𝐢 𝐧𝐮𝐟 𝐝𝐡𝐞𝐫𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐮𝐬𝐭𝐚𝐳𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐧𝐲𝐚🤲😭

  • @daraartuuqamar2335
    @daraartuuqamar2335 Рік тому +1

    laa ilaha illaa antta subhaanaka inni kuntu mina zalimiin

  • @burriqabuluq269
    @burriqabuluq269 Рік тому +1

    It is the divide and rule strategy of PP and Ethiopianists. Shimelis's comments doesn't serve any Oromo.

  • @chaltuyudo7218
    @chaltuyudo7218 Рік тому +3

    Abshir humna ti tan Rabbi hunda oliiti

  • @oroomoapps1744
    @oroomoapps1744 Рік тому +2

    Faalii gowwaa hin dhookatuu isamaa jiibaa dhugaa rabbiin isa haa baaleesuu

  • @ahmedadam1518
    @ahmedadam1518 Рік тому +1

    Mashaallaah mashallaah Taabarakallah 👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻❤️❤️❤️❤️

  • @oroomoapps1744
    @oroomoapps1744 Рік тому +2

    Sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam

  • @oromtichaoromia1265
    @oromtichaoromia1265 Рік тому +1

    OPDO shimalis isinis OPDO dha waan rakkoo ummataa irraa Hin haasoftan ummatacwalitti buusuuf waccu.Dhala dubbii dharaa

  • @sadikirbo4848
    @sadikirbo4848 Рік тому +1

    As wr wb bisimlah qabbaa akkaa hin galee qadhee shallisii jarttii ofittuu balchuu hin dandenne mee arrabba qabamii jedhaa

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 Рік тому +5

    WELCOME United oromia🤎🤚
    isin eegaa tureem
    Salallaahu aleeyhi wossalaam🧡

  • @nuredinibrahim5841
    @nuredinibrahim5841 Рік тому +1

    Kan harka dhahuufillee gowwaa akka isaati juujuuu harkii kessan isinirra hadhumuu nagubdani islaama taatani Islama yeroo qeeqaa callistanii harka waliin dhooytan dhabama tahaa argaatessan

  • @samuuti5560
    @samuuti5560 Рік тому +4

    Rabbin umrii sitti haa gababsu inshallah

  • @9gydrurys35
    @9gydrurys35 Рік тому +1

    Asrb.akam.ustastiitoota Kenya urii keesaan baarka kesaaa haa kaauu💔💔💔👍

  • @meseretabdiadisfitratnegn3278
    @meseretabdiadisfitratnegn3278 Рік тому +1

    Ustaaz raayyaa baayyee sini jaladhaa waqayyoo umuri dhera sinif haakenu wayi shimen dubi beku yaa firaa kkkkkkk

  • @etobhh8378
    @etobhh8378 Рік тому +1

    Dhugaa keessani rabbii umrii isiin haa dheeresuu ❤️❤️❤️❤️

  • @yarabbiyadafimuradanafigutti
    @yarabbiyadafimuradanafigutti Рік тому +1

    Dhuga kesani ustaza faya taya waga dhiba nuffi jiradha amale hamatu isinira haqabu

  • @lucooapp4206
    @lucooapp4206 Рік тому +1

    Wan ajjibaa

  • @አሚናትወሎየዎልሙትለድኔ

    ታዉ ተርጉሙ አይኔ ቅልጭዉ ቅልጭዉ አለ
    ድነል ኢስላም ባይኖር አለምኮ ጨለማነች አለምን ያበራ ብቸኛዉ መለኮታዊ ሀይማኖት ወላሒ እስልምና ብቻነዉ

  • @hasenboru1277
    @hasenboru1277 Рік тому +1

    Abo muca Rabiin siha ongesu dhamatu rabii sihafudhu

  • @badriyahuseen1930
    @badriyahuseen1930 Рік тому +2

    As wr wb kuunii tortoora waan dubaatu hin beekuu isilaamummaa waaraqiidh

  • @MorcooKing
    @MorcooKing Рік тому +1

    Masha Allah sheek amiin Masha Allah sheek rayyyaa abbaa macaa

  • @bullebariiarguuf4043
    @bullebariiarguuf4043 Рік тому +1

    Mashaa Allah sheka Kenya marhaba gafi isa hujin debifnafi bakula kana ❣️💚❣️☝️🇲🇻

  • @ASHOO738
    @ASHOO738 Рік тому +1

    Obbolleyyaan koo sabscar naaf godhaa warrii haas jalaa jirtaanu hundii kessaanu maatii waliif haa tanuu

  • @yarabbiyadafimuradanafigutti
    @yarabbiyadafimuradanafigutti Рік тому +1

    amattini lubbu nama cala miofftti dhuga kesani

  • @hassenhajii6681
    @hassenhajii6681 Рік тому +2

    Inshaa.Allaah. sheik.Amin..Ibroo.habibi.kena.Rabbiin.umri.kesan.nu.haa.dheresu

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @jaafarmahammadahamad
    @jaafarmahammadahamad Рік тому +1

    Ulamaa'iin teenta jabaadhaa nutis isiniin wajiin jirra.

  • @samuuti5560
    @samuuti5560 Рік тому +3

    Abarsi rabbi I siirraa haa jiratuu 😭🤐🔥👹

  • @fatumakeledi8609
    @fatumakeledi8609 Рік тому +1

    Baa rii siii nii Abiye waaa raaa saaa bii ye haaa guu dá taa nii dhii saaa 😅😊😊

  • @tiybahasan6157
    @tiybahasan6157 Рік тому +4

    ይቅርታ ማስጠየቅ አለባችሁ ወንድሞች አሏህ ይጠብቃችሁ ❤️❤️

    • @shaanbalkabbadaa9775
      @shaanbalkabbadaa9775 Рік тому

      ምንም ሚጠየቅ ነገር የለም ይሄ የቤተሰብ ውይይት ነው ያመነበት ይቀበላል ያላመነበት ይቀጥላል

  • @mariamusman7958
    @mariamusman7958 Рік тому +1

    Yes yes of course

  • @snaapsnaap285
    @snaapsnaap285 Рік тому +2

    1111

  • @meskalmosesa7908
    @meskalmosesa7908 Рік тому +1

    Dhugaa Jetee Nurraa ha busuu

  • @makeeyamak3923
    @makeeyamak3923 Рік тому +1

    SAW

  • @makeeyamak3923
    @makeeyamak3923 Рік тому +1

    AmiiiinAmiiiinAmiiiinAmiiiinAmiiiin❤

  • @snaapsnaap285
    @snaapsnaap285 Рік тому +2

    Dhuaheetikee Dhuaheetikee Dhuaheetikee ❣🐅♥❤💖😍❣🐅

  • @mariamusman7958
    @mariamusman7958 Рік тому +1

    Rabbin bekaa duraa

  • @naemahna996
    @naemahna996 Рік тому +2

    Dhuga jetan babakenyaa emiskina dhuga rabi

  • @hayatmohammed7283
    @hayatmohammed7283 Рік тому +2

    Rabbiin afaan isaa haqabu😷😷

  • @hahabxbxb800
    @hahabxbxb800 Рік тому +1

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @kiyaaf1572
    @kiyaaf1572 Рік тому

    ምነው ፡ ዥዋዥዌ ፡ በሃማኖት ፡ መጫወትና ፡ አማሮቹ ፡ ፡ አሱ ፡ መቼ ፡ ነው ፡ እሰለም ፡ ክስረት ፡ አለሌ

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @Kuwait-gd5vq
    @Kuwait-gd5vq Рік тому +1

    ❤❤❤💚💚💚❤❤❤😀😀😀😀😀😀😀

  • @assefajudah8559
    @assefajudah8559 Рік тому +1

    The poll, one does not have to have a religion to be the citzens of Ethiopia, as a matter of fact any country !!!

  • @shunkuluullee6915
    @shunkuluullee6915 Рік тому

    Warri cidha finfinneerratti argamuuf murteesitan dafaa daddafaa jalajalaan seenaa! Cidhichi dhiyyaachaa jira! Anawaamii dhiiroo gaafa xiiqiidha!

  • @firafyaddiba539
    @firafyaddiba539 Рік тому

    Dhugaa dubbachuuf sababa nama tokkoon amantaa nama bira xuxuquun garii mit malo Rayyaa Abbaa Maccaa baay,ee hangaa si jaaladhuu sit himuuf jechaan hin xumuruu kanaafuu Namicha kallattin wan feteen jechuu wayyaa

  • @oroomoapps1744
    @oroomoapps1744 Рік тому +2

    Sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam sallaallaahu Alleyi wassalam 😍😍😍😍❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💙💙💙💙💙💙💙💕💕💕💕💕💕💓💓💓💓💓💓💓💓

  • @ahmedsuleyman2442
    @ahmedsuleyman2442 Рік тому +1

    Dhugaa kee

  • @ASHOO738
    @ASHOO738 Рік тому +3

    Shimeen gowaadha dhuguma gowaadha

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому +1

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

    • @ASHOO738
      @ASHOO738 Рік тому

      @@obseegorba ani sabscar siif godhee jiraa atiis yoo maatii kiyyaa hin tanee maatii naaf ta'ii sanyii koo waal gudifnuu

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому +1

      @@ASHOO738 boruu sifii tata lubuu

    • @ASHOO738
      @ASHOO738 Рік тому +1

      @@obseegorba galatomii bareeduu koo numatuu Waal gudisaa

  • @nawar9546
    @nawar9546 Рік тому +1

    😁😁

  • @hayatmohammed7283
    @hayatmohammed7283 Рік тому +1

    Laaillah illahi anta subannaka ini kuntu minazalliimin

  • @aminastars7436
    @aminastars7436 Рік тому +1

    masha Allha

  • @boonigalatoo3797
    @boonigalatoo3797 Рік тому +2

    Abaarsi rabbii irraa itti haa jirtuu😢

  • @abamila1118
    @abamila1118 Рік тому

    Namititti kun ammantti kessaa galudhan ummataa walitti bussuf hojjachaa akka jiru ragan kan caala mali jira?

  • @faisaadadaraa3808
    @faisaadadaraa3808 Рік тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🌹🌹🥀🥀🌹🌹🌹🌹💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚🌹🌹🌹🌹🌹

  • @ahmedyassin5667
    @ahmedyassin5667 Рік тому +2

    Mashsa aallh mashaa llah isha, alláh

  • @nuredinibrahim5841
    @nuredinibrahim5841 Рік тому +1

    SHimee maali Kuni shiimoodha malee jecha ajaayaa akkana dubbate islaamummà qeeqaa ,islamummaan hundaa olii

  • @shemsusultan2091
    @shemsusultan2091 Рік тому

    ኡጋዳ ።

  • @haseenafaty109
    @haseenafaty109 Рік тому

    Am anti,Islama,kammiyu,hin,tuqu,kanaf,ka bajsmu,qaba

  • @snaapsnaap285
    @snaapsnaap285 Рік тому +1

    Warrabeesseenagarakesjiu qufaaha

  • @fatumakeledi8609
    @fatumakeledi8609 Рік тому

    He Make me the weird laugh too😂

  • @gelanafayera2576
    @gelanafayera2576 Рік тому

    I know that except ''Waaqeffannaa'' all religions in Ethiopia were imported ones. Are you to deny this fact? Even Allah Himself will never agree with your false of false debate. Afuufaa wayii, sorry to say!! Amantiin afuuraan. Iddoo akkamii akka siif qabuu fi iddoo akkamii akka isaaf qabdu Uumaa fi si duwwaatu beeka. Dhimmi amantiis achumatti sii fi isa gidduutti dhuma. atis achumatti fixi. Oromummaa garuu waliin qabna. Amma hoo sii galee??

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @ibrahimabduraman2436
    @ibrahimabduraman2436 Рік тому

    yaaa bocolh warabeysa afan gudda islamuman dabba

  • @moazmohammed4855
    @moazmohammed4855 Рік тому

    Aboo Masjida meeqa diige jira ammaa hin agartani?

  • @MorcooKing
    @MorcooKing Рік тому

    Masha Allah

  • @snaapsnaap285
    @snaapsnaap285 Рік тому +1

    Dhuaheetikee Dhuaheetikee ❣🐅❣

  • @omartube3018
    @omartube3018 Рік тому +2

    Mashallh Mashallh

  • @abrahamchalchisafayisa4697
    @abrahamchalchisafayisa4697 Рік тому

    Akkana jechuun Shimallis garuu gaarii hin turre, hin jedhamu ture, garuu Eenyummaan hunda dursa, eenymmaan dhiiga ,hin jijjiirramu.garuu amantiin hafuura ni jijjiirramas.kanaaf amantiin Oromoo ganama waaqeffatadha . Haa tahu malee amantii kamiyyuu ni kabaja

  • @FatmaFatma-uv6gj
    @FatmaFatma-uv6gj Рік тому

    Anaan kan na ajaa'ibe warra harka dhahuuf 🤭

  • @mulgetaabdisa5338
    @mulgetaabdisa5338 Рік тому +1

    dhuguma keessan jetten jabaadhaa mashaa allah

  • @ummbelqisalebe5467
    @ummbelqisalebe5467 Рік тому +1

    yes oromumadha olii Amantane kenyaa

  • @mariamusman7958
    @mariamusman7958 Рік тому +1

    Yes yes thank you 🙏

  • @SHOOQaLi-on1en
    @SHOOQaLi-on1en Місяць тому

    Toritoraa homaa hin beeyine

  • @jarsoabdulkadir7801
    @jarsoabdulkadir7801 Рік тому +1

    In old Ethiopia people with Muslim and Oromo and other non Amharic names were discriminated against. It required stamina not to change your name to Amhara name. It's wrong to expect Muslims to change their names now. Their names have historical significance, leave them alone. Shaykh Amin Ibro is absolutely right to say that Oromo Muslim scholars saved the Oromo languages from extinction by using it in their education classes under trees, and by putting afan Oromo in writing for the first time in history. So pay them respect.

    • @iliyasnabil9906
      @iliyasnabil9906 Рік тому

      E

    • @kasimroba6409
      @kasimroba6409 Рік тому

      qabsaayonni oromoo garri caalaan maqaa Isilaamaa qabu kanneen akka Haaji Aadam Saaddo fa'a akka isaanii amaaraan hin gabroomne

  • @Kuwait-gd5vq
    @Kuwait-gd5vq Рік тому

    Kkkkkkkkkkkk

  • @duretubegamado7169
    @duretubegamado7169 Рік тому

    Maati naaf taa oromo koo

  • @araarsotube5807
    @araarsotube5807 Рік тому

    Galatomi goota kiyya

  • @shaanbalkabbadaa9775
    @shaanbalkabbadaa9775 Рік тому

    Sirrii jedhee wal dhagayaa wal qeeqa qofa hin godhiinaa oromiffaan yoo waamamtan maal taatu sabboontota ta'aa jedhee maal godhee kan barbaanuus kan qabsoofnus kanumaaf mee kanaaf jibbaan qofa hin ilaaliinaa sirrii jedhee kana booda sirreessuu qabnaa sirriidha anaaf Islaamummaaf Oromummaa waliin deemsisuu danda'uu qabnaa

    • @oumerwako1286
      @oumerwako1286 Рік тому +1

      Obboo,
      Atii fi Shimallisilleen dura maqaa Amaara jirjiiradhaa eegasii nuuhimaa. Isinillee gaafas isinirraa bareeddii; nullee gaafas wanni isin jettan dhugaa tahuu (jibba tahuu dhabuu) nuuf galaa. Isin warri maqaa diina Oromoo baafattan hundi keessan walii lallabaa maqaa keessan jirjiiradhaa yoo dhugaa maqaan Oromo isin yaachise. Mootummaan Amaaraa eega aangorraa fagaate waggaa 31; isin ammoo hardhallee maqaa sanirratti rarraatanii haftan. Kun haasofni keessaniif dalagaan keessan akka waldidu muldhisa. Gara biraatiin kuni maal garsiisa? (Silaa namni maqaa keeysan jirjiiradhaa isiniin jedhuu qabu nuhi).
      Jibbansa Oromo Muslimaa malee Oromummaaf yaaduu akka hintahin garsiisa. Jibbansa keessan waliin gubattanii qabriitti galtan malee Oromummaa keennas Islaamummaa keennas qabanee deemna. Tokkummaa keenyaaf jecha malee namoota akka keessanii ilaalcha shimalli xurumbaa qabu hunda ofirraa harcaafnee jiraachuu nidandeenya. Today yaadaa. Obboleewwa teeysan khabajaa yoo dhugaa Oromoof yaaddan. Waaqeffataa tahuun mirga keeti. Oromo hundarratti fe'uuf yaaluun Ummata Oromo jidduutti Lola labsuu ta'uu hindagatinaa. Walmalee akka hinqabne yaamuun nuhundarraa eegama. Galatoomaa.

    • @shaanbalkabbadaa9775
      @shaanbalkabbadaa9775 Рік тому

      @@oumerwako1286 dhugaa jettee obboleessakoo galatoõmii hayyoota keenya namoota nuyii olii haa kabajnuu wal haa jaalanuu waliif haa jirraanuu walkufiisuf wal dhiiburraa wal haa kaafnu waliif haa dhaabanuu tokkommaa keenya yoo argee diinii nuu sodaata wal tufachaaf wal dhiibbaa walxiqqeessaf wal xurreessun keenya diina ilkaan qarree nu'eegatuuf tolaa walballeessinaa malee wal hin moonu eenyumtuu eenyu oliis gadis miti kan nuuf malee tokkummaaf wal kabajuu qofa isa kana boodaa jenee malee har'af miti hiriyyoonnikoof firootankoo jijjiirrachaa jiruu baay’een anis maqaa kanaa hin jaaladhuu kabaja warrakootiif qabuuf akkaatan jijjiirachuu danda'uu ittii yaadan jiraa dhaloonni dhufuu garuu ifa osoo ta'ee walbukee dhaabachuufis walii galuufis tolaadha salphaadha gaarii dubatee garuu maaliif akka hartan naan galee hammeenya waan qabu nan fakkaanne qeequu qofa ta'uu hin qabnu musliima oromoof amaaraa tokkoo akkamiti addaan baasuun danda'ama eshi qoy ?

  • @faisaadadaraa3808
    @faisaadadaraa3808 Рік тому

    Èeeèeèedgaaaaa

  • @anesomohammed1874
    @anesomohammed1874 Рік тому +1

    saamtoota seenaati jarri seenaa ulamaa keenyaa hatuufi

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko the

  • @makia9977
    @makia9977 Рік тому

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @margasukesso5058
    @margasukesso5058 Рік тому +1

    Dhiroo mee waa naaf himaa watuu naaf galuu didee? Inniis gaafa Amantii namaa abaramuu warra ta’ee arkaa dhanuu gaafa uummanni galmaa sanaa keessa tawee harkaa dhanuu kuun isaa dhugumaa Oromoo dhaa?

  • @liwaliwa321
    @liwaliwa321 Рік тому

    Katefii hiniiagirini dhbatefi hinarigu .

  • @worqusima1598
    @worqusima1598 Рік тому

    Saba durooriin dhume oromoon isakana itti deebina

  • @mariamusman7958
    @mariamusman7958 Рік тому

    As wr wb maqan isaa maqa Ahara tti jijiradhu jaen

  • @linaatube01
    @linaatube01 Рік тому

    Kkkkkkkkkkkk

  • @oromtichaoromia1265
    @oromtichaoromia1265 Рік тому

    amabtii dura biyyaa dura,Nabi Abraham dura biyyaa qubatu barbaachise amantaa itti kennuuf finanantaa kan geessaan akka deessisuuf.Oromumma Oromiyaa amantaa dura

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @zaenabjware4528
    @zaenabjware4528 Рік тому

    As wr wb kuun tortora ofii wolalaa lubutu follaa oromoo gara heduun dadhaban jenani amantan woliti bisu barbadeti ishalhaa dhabati falls muslim fi oromoo isaa gona

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @oromokai2349
    @oromokai2349 Рік тому

    “People born Oromo then accepted religion. “ even though I don’t like the way shemelis explained. I believe on Oromuma first.

    • @obsimona5144
      @obsimona5144 Рік тому

      Same toxic attitude as shemi anyway there’s no way be oromo first for Muslim person always Islam is first

    • @baaruuentertainment1799
      @baaruuentertainment1799 Рік тому

      Islaamummaan akkasii miti adeeroo islaamummaa waliin dhalatta guyyaa keessaa hin fudhattu saniif kir$&$€ guyyaa keessaa kaafamta islaamummaa akkuma dhalatteen irratti jiraatta malee wanti godhamu tokko hin jiru kanaaf gaafa guyyaaf guddina keessa gara islaamummaa dhufte revert jedhama adeeroo

    • @lucooapp4206
      @lucooapp4206 Рік тому

      Welcome SUBSCRIBE nuf godhaa

  • @AAA-vb1rt
    @AAA-vb1rt Рік тому

    Aselamualeymum werehmetulahi weberekathu

  • @jamilamahammad5266
    @jamilamahammad5266 Рік тому

    Perfectly

  • @endirisahmedhasen9983
    @endirisahmedhasen9983 Рік тому

    As wr wb akkaam fayadhaa gawaa isaa anaa rabiin nuraa haqabuu isaa akkanaa garuu anii Kan nadhibee namii baratee hin dhabamee isaa akanaa agoraa Kan kahaan

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko

  • @nurumuhee1756
    @nurumuhee1756 Рік тому

    yaa Rabbii nu gargarii

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Рік тому

    Mashaallaa

  • @abdotuse2041
    @abdotuse2041 Рік тому

    Dhugaakeetii

  • @kadheejafuj6419
    @kadheejafuj6419 Рік тому

    👏👏👏👏✅✅✅👍👍

  • @rahimabarisoo517
    @rahimabarisoo517 Рік тому

    Aswrwb ❤☝🏻☝🏻☝🏻☝🏻

    • @obseegorba
      @obseegorba Рік тому

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko