Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Dassekoo waaqayyoo barakee haa eebbisu inni alana immo addaa
Gonfoo, Gonfoo, Gonfoo jettee gaafa faarsitu, gonfoo, gonfoo, gonfoo nama jechisiifta. Faarfannaan kee akka jaalalli Yesus onnee nama dhuunfatu nama godha. Barrikee guutuun tajaajila Yesusiif haa ta'u Dasse!
Ani Musilimaa Garuu Farffannaa Kunii Bayyee Natti tolee 🙏🙏🙏🙏🙏🙏👂👈🏻
❤❤❤❤ ebbifaammii
Waaqayyo ayyaana siif haa baay'isu guyyaa tikko gammachuu ani keessaa hirmaadhe kana atis guyyaa tokko keessaa ni hirmaatta.eebbifami
❤❤❤❤❤
Eebbifami
wow maal faaruun akkas dhugaa fi afuuraan masakame!!!!!! EEbbifam obboo..
Eebbifamii dase tiya
Ilmaan namaaf giddu galeessa jireenyaa isa ta'ee waa'een Fannifamuu,gidirfamuufi du'e du'a ka'u Yesuus yeroo hundaa faarfanna kee keessa waan hindhibneef yaa jaallatamaa Obboleessa koo baayyee eebbifamteettahoo ammas eebbifami❤!
Dasu bagaa nagan dhuuftee
Waaqayyoon si eebbiseera garuu dabalee si yaa eebbisu.
Faarfannaan kun humna guddaa qaba!Jabaadhu Desiye waaqayyo jabeessee si haa dhaabu!
Daseeeeeeee akkasitti Kristoosiin isa jireenyaaf abdii keenya ta'e nu faarfachiisi maleee
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢ebbiffama ebbiffama WAQAYYOO isinaa ebbissu ebbiffamaa
Ati qofti faarfadhu aabbeeFaarfataa faarfannaansaa hundi Kristos isa dhiphate, du'ee du'a moo'ee ka'ee jireenya nuuf kenne sana faarfatu! Much love and respect! Bless you abundantly!
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Yesus kenyaa ni dhufa ebbifami mucaa kakuu farsunke hanga dhumaati sifaa tahu
Uuuuuuuffffeeeeeeee guddaa eebbiifamii dassee caalumatti ayyanichii daachaadhan sirratti haa dhangala'uu bara baraan farfachaa hafii qabaan sii hin danda'iin.📖🏃♂️🏃♂️Eebbiifama eebbiifama kadhimamtoota yerusaleem haaraa hundumti keessanu jabaadha.🙇♀️🥰🥰🥰
Waaqayyo si haa eebbisu
eebbifami waan olii nu yaadchiifte.
Eebbifami dassuu faarfannaa nama eebbisudha!!!
Ebifami ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉dassuu mucaaa wqyo goftan baraf jirenya ke ha ebbisuu
Baayyee si jaallanna dassee hamma gooftaan dhufutti akkasumatti itti fufi
Faaruu dibamaa nama dibamaa irraa arganne!Eebbifami Ayyaanomaakoo💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Eebbaaf ta'i Dassee nama waaqayyoo !!!!!!!!!!!!!!!!!!
Enyyee dhugaa jettee dhaqqaani hin galanii waqaayyoo Sii haa Eebbiisuu dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
baayyeen itti eebbifame guddaa eebbifami
Farfaata Dasee heddu si jaalanna eebbifami. Farsaa keetii baayee eebbifameera.
Baay'eema weedduu ajaa'ibati, Dassee, Gooftaan GUddaa daddabalee si haa eebbisuu
Uuuuuuuuuuuffffffffff eeeeeee kaa akamii nammaa boqachisaa waqayumtii baraa kee haa ebisu ❤
Uuuuuuffffffffff wawawawawawawawawaammmeeen ammmeeen ammmeeen ebifama ebifama ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
uffannee uffata adii, tuffannee kan biiftuu gadii ... uuffeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee
Ebbiifammii ❤
Bagaa waqayyoon sii garagaree ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ameeeeeeeeerreer❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊😊ebifamiiiiii dachadhaniiiiii
Ufffffee ameen amen ameen Ameen Ameen amen ameen Ameen ebbifami maqaa iyeesusin ❤❤🙏
Uuffffeeee waqayyoo isnii yaa ebbisuuuu
Jaallatama obboleessa dhiigaa yesuus❤ Sii jaalana
Dhuma jalatamadhaa goftumtii is an haa ebbisuu malee❤
Words Cannot Describe You Are A Brave Man Praising Only The Kingdom Of God Always May Jesus Give You More Wisdom Blessed ❤️
Isa naaf qalame nan arga! uuuuuuu Haaleluuyyaaaa Aameen!
Ossono egguu farsaa wowwww dhugaa waqayoo sii haa ebisu ❤❤❤❤❤
God bless you abundantly my brother
Bagaa waaqayoo sii gargaree jabbaa keenyaa
Ijiibata falmee du'aa harka na baasee haa eebbifamu
Ameeeen Ameeeen Ameeeeen Ameeeen fulduri kiyyaa iffaa🎆🎆🎆🙏🙏🙏
Wow Baga nuu jiratee dhokkaasa sagaluchaa niti himtee
Daseko jaabbadhu waaqayyo Sii haa eebbisuu ebbiifamii
Wow waqaayoo isaa ayyanaa kan siif Keene maqaa isaa haa ebbifamuu baraa haama barabaaraitti Atiilee nuf jiraadhuu ayyanaa kan kan caaluu siif haa dabalamu ❤❤❤❤❤
Uuuuuuuufffee ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamii waqqayoo sii Yaa ebbisuu barii fi jireenyii kee yaa ebbifamu ayyanna isa sif haa bayisuu ebbifamii qaxalee mucaa goftaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
DASSEE BAAY'EE NAMA JAALATAMAADHA ATI DHUGAA WAAQAYYOO BARA KEE GUUTUMMA HAA EEBBISU
Jabaa keenyaa dhugaa ammayyuu ayyaanna isa sif haa dabaluu!
Waawwooo bagaa gargamntee baayyee ittii ebbifameraa sher godhaa dhalonimoo Ebbifaamaa
Waqayyoo si.aa ebisuuu ayaan kanna caluu dachadhan sifaa bayi.aatuu ebifamiii ❤❤❤❤
Ebbifamaa Namaa farfanan kee hundi kiristoosin farsaa ❤❤
Uuuuuuffffeeeeee Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifaama
Ebbifamaa EBBIFAMOO koo ❤
woowww goota goolgoota uuuffffffff laphee koo yesuuseeee naaf dhiigdee abbaa koo dasiyyeeee birriikki naaf jedhii
Waaqayyoo haa EebbifamuuAttis uumurii nuuf dheeraadhu Daasuu❤
Maal maal farffana akks sammi banu kun woow😍😍😍waaqayyo baraakee haa eebbisu dasu
God bless you #Dase
Ufeeeeeeeeeee waqaayyoo bara guttu haa ebisuuu ayyanichi dachaa sifi haa baayatuu
Waqayyoo barra kee haa ebisuu ❤❤❤❤
Ufe ameen ameen goftan barafi jireenyake ha ebisu dase❤❤❤
goofta yesuus😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
😢😢😢
Ebifami ebifamaa
❤❤wawuuu baga waqqayo si garigare nagan dhufite ebbifami
Uuuuuffeee Ameeeeen Ameeeeeen Ebifamii Jabaa koo Waaqayyoo kana akka kee nuuf haa bayisuu❤️❤️❤️❤️
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii ebbifamii Dasiyyee kanumaan caalaatii Ayyannii gooftaa sifi haa dabalamuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰
Wow ❤❤Dasalegn Dula farfannaan kee yeroo hundaa baayee namatti tola. Waaqayyoo ayyaana isaa fi hafuura isaa ammayyuu itti siif haa dabalu🥰🙏
Uuuufffff Eebbifamaa kooo ati Nama Ayyaanomeedha Dassee kiyya!! Eebbifami malee maalin jedha !!!
Waaqayyoo guddaa si'aa eebbissu !!!
uuuuuuffffeeeee baraa baraan farfachaa hafii dibaata irraatti dibataa ammayuu Desuu mucaa goftaa
Ebifami Dasseko itti ebifamnera!
Baay'ee namattii tola eebbifamii
Ameeeeeen ameeeeeen uuuuffffuuuufffeeeyy ufaadhen ufaata adii maanna dhookatan sooradha ebbifami muca kaaku
Uuuuffffffeeee ameen ameen ameen 😢😢😢wqyo baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu daarbii deemi homtuu sin qaabin maqaa iyesusin
Gooftaan koo waqarraa si haa eebbisu eebbifami dase keenya jabaadhu 🥰🥰🥰🥰amezing song
You are lessed keep it up!!!!!❤❤
Wow goftaan sii haa ebbisuu ❤❤❤
Ebifama Goftaan Ebissee Ammayyuu Dachaa Ebifamii waaqayyoo Si ha Ebissuu
Woow Eebbifamaa Eebbifami dasseeko yeroo hundumaa waa'ee fannoo gooftaa nama faarsu nuuf Jiraadhu Eebbifami ❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍
yoo tolasaa malee hin qabu dhaloonni miidhamasaa... God bless you....
Nan argaaa!
Amen amen amen 🙏🙏🙏🙏 iliiiiiiliiiiiiliiiii
Iliiiiiiiiiiiiiiii iliiiiii Ameen fundurrikenya ifaaa🎉
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen waaqayyoo Bara kee haa ebisuuu, ebifama
uuuufff nama jabaa koo farfanna kan dhaggefadha dhaggefadha qufu hin dandeenyaa naaf eebbifama eebbifama nama koo🥰🙏❤️
Ebbifamii dasuu koo farfanaa kee heeduu natii tolaa dhugaa ayyannichii dachaa dachaa sif haa dabalamuu
Albuudaa hin dhumneetu sii keessaa jira daseekoo.ijii kee argeeraa dhugaa kiristosii nuf dhufeefi ebbifaam. waqaayyoo ayyanaa kan ammayuu sirrati haa irranfatuu.
God bless you❤❤❤❤thanks man of God❤❤❤
Guddaa waaqayyo si haa eebbisuJabaadhu! ammallee ganaa kanarra sirraa eegna
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen bayyee itii gamaddee uuuuufeee waqqayyoo siin aebbisuu ebbifamaa matii waqqayyoo hundumitt kesanii
❤Hakan jaladhu farsa Dase Ebifami namani Akako jalatu❤❤❤
Uuuuuuuffffeee Ameen Waaqayyoo kan caalatti ayyaanna isaa siif haa dabaluu Dasee Eebbifamaa Faarfannaa kee jechaa ittiin ibsan hin jiruu galanni isaa Waaqayyoof haata'uu eebbaaf ta'ii qaxalee 😍😍😍
Waaqayyo guddaa si haa eebbisu Dassee!
abboo atii ebbifamaa jirattaa ittumaa sif ha dabaluu❤️❤️❤️❤️❤️❤️
uuuffffff ajaa'ibaa kaa nuu geesiiteee haafuuraan garaa mirgaa abbaa keenyaa 💓💓💓💓💓
Faarsaa Bara Baraati Dasseekoo Eebbifami ATI Faarsi
ደሴ መዝሙርህ ሁሉ የሚያወራው በክርስቶስ እየሱስ ስላገኘነው ድነት ነው፤ ከድሮ ጀምሮ እከታተልሃለሁ የግጥምክ እና የዜማው ጥልቀት እጅግ ልዩ ነው፤ በውስጥህ ሆኖ ስለሚናገረው መንፈስ ቅዱስ ክብር ይሁን። በርታ ከክፉ ፀጋህን እንደ ደሊላ ከሚላጬ ሰዎች ተጠበቅ !እንወድሃለን የጌታ ባርያ ❤️
Wow dasseekoo 1ffaa yeroo hundaa eebbifamii jabaa koo
Jechootaa ati jette farfatuu dhugaa lafee namaa cabsa ebbifaamteetaa daassee kooooo❤❤❤❤❤❤❤ gooftaa koo saa badhaasuu ammayyuuu gonfoo ❤❤
waaqayyoo guddaa sii haa eebbisu Dasuu koo
Dassee ko Waaqayyo guddaa si haa eebbisu! Waaqayyo ayyaanaaf ogummaa kana siif baay'iseef galanni haa ta'u!
Dassekoo waaqayyoo barakee haa eebbisu inni alana immo addaa
Gonfoo, Gonfoo, Gonfoo jettee gaafa faarsitu, gonfoo, gonfoo, gonfoo nama jechisiifta. Faarfannaan kee akka jaalalli Yesus onnee nama dhuunfatu nama godha. Barrikee guutuun tajaajila Yesusiif haa ta'u Dasse!
Ani Musilimaa Garuu Farffannaa Kunii Bayyee Natti tolee 🙏🙏🙏🙏🙏🙏👂👈🏻
❤❤❤❤ ebbifaammii
Waaqayyo ayyaana siif haa baay'isu guyyaa tikko gammachuu ani keessaa hirmaadhe kana atis guyyaa tokko keessaa ni hirmaatta.eebbifami
❤❤❤❤❤
Eebbifami
wow maal faaruun akkas dhugaa fi afuuraan masakame!!!!!! EEbbifam obboo..
Eebbifamii dase tiya
Ilmaan namaaf giddu galeessa jireenyaa isa ta'ee waa'een Fannifamuu,gidirfamuufi du'e du'a ka'u Yesuus yeroo hundaa faarfanna kee keessa waan hindhibneef yaa jaallatamaa Obboleessa koo baayyee eebbifamteettahoo ammas eebbifami❤!
Dasu bagaa nagan dhuuftee
Waaqayyoon si eebbiseera garuu dabalee si yaa eebbisu.
Faarfannaan kun humna guddaa qaba!
Jabaadhu Desiye waaqayyo jabeessee si haa dhaabu!
Daseeeeeeee akkasitti Kristoosiin isa jireenyaaf abdii keenya ta'e nu faarfachiisi maleee
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢ebbiffama ebbiffama WAQAYYOO isinaa ebbissu ebbiffamaa
Ati qofti faarfadhu aabbee
Faarfataa faarfannaansaa hundi Kristos isa dhiphate, du'ee du'a moo'ee ka'ee jireenya nuuf kenne sana faarfatu! Much love and respect! Bless you abundantly!
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yesus kenyaa ni dhufa ebbifami mucaa kakuu farsunke hanga dhumaati sifaa tahu
Uuuuuuuffffeeeeeeee guddaa eebbiifamii dassee caalumatti ayyanichii daachaadhan sirratti haa dhangala'uu bara baraan farfachaa hafii qabaan sii hin danda'iin.📖🏃♂️🏃♂️
Eebbiifama eebbiifama kadhimamtoota yerusaleem haaraa hundumti keessanu jabaadha.🙇♀️🥰🥰🥰
Waaqayyo si haa eebbisu
eebbifami waan olii nu yaadchiifte.
Eebbifami dassuu faarfannaa nama eebbisudha!!!
Ebifami ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉dassuu mucaaa wqyo goftan baraf jirenya ke ha ebbisuu
Baayyee si jaallanna dassee hamma gooftaan dhufutti akkasumatti itti fufi
Faaruu dibamaa nama dibamaa irraa arganne!
Eebbifami Ayyaanomaakoo
💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Eebbaaf ta'i Dassee nama waaqayyoo !!!!!!!!!!!!!!!!!!
Enyyee dhugaa jettee dhaqqaani hin galanii waqaayyoo Sii haa Eebbiisuu dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
baayyeen itti eebbifame guddaa eebbifami
Farfaata Dasee heddu si jaalanna eebbifami. Farsaa keetii baayee eebbifameera.
Baay'eema weedduu ajaa'ibati, Dassee, Gooftaan GUddaa daddabalee si haa eebbisuu
Uuuuuuuuuuuffffffffff eeeeeee kaa akamii nammaa boqachisaa waqayumtii baraa kee haa ebisu ❤
Uuuuuuffffffffff wawawawawawawawawaammmeeen ammmeeen ammmeeen ebifama ebifama ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
uffannee uffata adii, tuffannee kan biiftuu gadii ... uuffeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee
Ebbiifammii ❤
Bagaa waqayyoon sii garagaree ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ameeeeeeeeerreer❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊😊ebifamiiiiii dachadhaniiiiii
Ufffffee ameen amen ameen Ameen Ameen amen ameen Ameen ebbifami maqaa iyeesusin ❤❤🙏
Uuffffeeee waqayyoo isnii yaa ebbisuuuu
Jaallatama obboleessa dhiigaa yesuus❤
Sii jaalana
Dhuma jalatamadhaa goftumtii is an haa ebbisuu malee❤
Words Cannot Describe You Are A Brave Man Praising Only The Kingdom Of God Always May Jesus Give You More Wisdom Blessed ❤️
Isa naaf qalame nan arga! uuuuuuu Haaleluuyyaaaa Aameen!
Ossono egguu farsaa wowwww dhugaa waqayoo sii haa ebisu ❤❤❤❤❤
God bless you abundantly my brother
Bagaa waaqayoo sii gargaree jabbaa keenyaa
Ijiibata falmee du'aa harka na baasee haa eebbifamu
Ameeeen Ameeeen Ameeeeen Ameeeen fulduri kiyyaa iffaa🎆🎆🎆🙏🙏🙏
Wow Baga nuu jiratee dhokkaasa sagaluchaa niti himtee
Daseko jaabbadhu waaqayyo Sii haa eebbisuu ebbiifamii
Wow waqaayoo isaa ayyanaa kan siif Keene maqaa isaa haa ebbifamuu baraa haama barabaaraitti
Atiilee nuf jiraadhuu ayyanaa kan kan caaluu siif haa dabalamu ❤❤❤❤❤
Uuuuuuuufffee ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamii waqqayoo sii Yaa ebbisuu barii fi jireenyii kee yaa ebbifamu ayyanna isa sif haa bayisuu ebbifamii qaxalee mucaa goftaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
DASSEE BAAY'EE NAMA JAALATAMAADHA ATI DHUGAA
WAAQAYYOO BARA KEE GUUTUMMA HAA EEBBISU
Jabaa keenyaa dhugaa ammayyuu ayyaanna isa sif haa dabaluu!
Waawwooo bagaa gargamntee baayyee ittii ebbifameraa sher godhaa dhalonimoo Ebbifaamaa
Waqayyoo si.aa ebisuuu ayaan kanna caluu dachadhan sifaa bayi.aatuu ebifamiii ❤❤❤❤
Ebbifamaa Namaa farfanan kee hundi kiristoosin farsaa ❤❤
Uuuuuuffffeeeeee Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifaama
Ebbifamaa EBBIFAMOO koo ❤
woowww goota goolgoota uuuffffffff laphee koo yesuuseeee naaf dhiigdee abbaa koo dasiyyeeee birriikki naaf jedhii
Waaqayyoo haa Eebbifamuu
Attis uumurii nuuf dheeraadhu Daasuu❤
Maal maal farffana akks sammi banu kun woow😍😍😍waaqayyo baraakee haa eebbisu dasu
God bless you #Dase
Ufeeeeeeeeeee waqaayyoo bara guttu haa ebisuuu ayyanichi dachaa sifi haa baayatuu
Waqayyoo barra kee haa ebisuu ❤❤❤❤
Ufe ameen ameen goftan barafi jireenyake ha ebisu dase❤❤❤
goofta yesuus😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
😢😢😢
Ebifami ebifamaa
❤❤wawuuu baga waqqayo si garigare nagan dhufite ebbifami
Uuuuuffeee Ameeeeen Ameeeeeen Ebifamii Jabaa koo Waaqayyoo kana akka kee nuuf haa bayisuu❤️❤️❤️❤️
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii ebbifamii Dasiyyee kanumaan caalaatii Ayyannii gooftaa sifi haa dabalamuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰
Wow ❤❤Dasalegn Dula farfannaan kee yeroo hundaa baayee namatti tola. Waaqayyoo ayyaana isaa fi hafuura isaa ammayyuu itti siif haa dabalu🥰🙏
Uuuufffff Eebbifamaa kooo ati Nama Ayyaanomeedha Dassee kiyya!! Eebbifami malee maalin jedha !!!
Waaqayyoo guddaa si'aa eebbissu !!!
uuuuuuffffeeeee baraa baraan farfachaa hafii dibaata irraatti dibataa ammayuu Desuu mucaa goftaa
Ebifami Dasseko itti ebifamnera!
Baay'ee namattii tola eebbifamii
Ameeeeeen ameeeeeen uuuuffffuuuufffeeeyy ufaadhen ufaata adii maanna dhookatan sooradha ebbifami muca kaaku
Uuuuffffffeeee ameen ameen ameen 😢😢😢wqyo baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu daarbii deemi homtuu sin qaabin maqaa iyesusin
Gooftaan koo waqarraa si haa eebbisu eebbifami dase keenya jabaadhu 🥰🥰🥰🥰amezing song
You are lessed keep it up!!!!!❤❤
Wow goftaan sii haa ebbisuu ❤❤❤
Ebifama Goftaan Ebissee Ammayyuu Dachaa Ebifamii waaqayyoo Si ha Ebissuu
Woow Eebbifamaa Eebbifami dasseeko yeroo hundumaa waa'ee fannoo gooftaa nama faarsu nuuf Jiraadhu Eebbifami ❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍
yoo tolasaa malee hin qabu dhaloonni miidhamasaa... God bless you....
Nan argaaa!
Amen amen amen 🙏🙏🙏🙏 iliiiiiiliiiiiiliiiii
Iliiiiiiiiiiiiiiii iliiiiii Ameen fundurrikenya ifaaa🎉
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen waaqayyoo Bara kee haa ebisuuu, ebifama
uuuufff nama jabaa koo
farfanna kan dhaggefadha
dhaggefadha qufu hin
dandeenyaa naaf eebbifama
eebbifama nama koo🥰🙏❤️
Ebbifamii dasuu koo farfanaa kee heeduu natii tolaa dhugaa ayyannichii dachaa dachaa sif haa dabalamuu
Albuudaa hin dhumneetu sii keessaa jira daseekoo.ijii kee argeeraa dhugaa kiristosii nuf dhufeefi ebbifaam. waqaayyoo ayyanaa kan ammayuu sirrati haa irranfatuu.
God bless you❤❤❤❤thanks man of God❤❤❤
Guddaa waaqayyo si haa eebbisu
Jabaadhu! ammallee ganaa kanarra sirraa eegna
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen bayyee itii gamaddee uuuuufeee waqqayyoo siin aebbisuu ebbifamaa matii waqqayyoo hundumitt kesanii
❤Hakan jaladhu farsa Dase Ebifami namani Akako jalatu❤❤❤
Uuuuuuuffffeee Ameen Waaqayyoo kan caalatti ayyaanna isaa siif haa dabaluu Dasee Eebbifamaa Faarfannaa kee jechaa ittiin ibsan hin jiruu galanni isaa Waaqayyoof haata'uu eebbaaf ta'ii qaxalee 😍😍😍
Waaqayyo guddaa si haa eebbisu Dassee!
abboo atii ebbifamaa jirattaa ittumaa sif ha dabaluu❤️❤️❤️❤️❤️❤️
uuuffffff ajaa'ibaa kaa nuu geesiiteee haafuuraan garaa mirgaa abbaa keenyaa 💓💓💓💓💓
Faarsaa Bara Baraati Dasseekoo Eebbifami ATI Faarsi
ደሴ መዝሙርህ ሁሉ የሚያወራው በክርስቶስ እየሱስ ስላገኘነው ድነት ነው፤ ከድሮ ጀምሮ እከታተልሃለሁ የግጥምክ እና የዜማው ጥልቀት እጅግ ልዩ ነው፤ በውስጥህ ሆኖ ስለሚናገረው መንፈስ ቅዱስ ክብር ይሁን። በርታ ከክፉ ፀጋህን እንደ ደሊላ ከሚላጬ ሰዎች ተጠበቅ !
እንወድሃለን የጌታ ባርያ ❤️