I thanks a lot Michille M, to share with as all these valuable information. It's totally new to me that 'Names of some places' in Tigray or Eritrea are / were in 'Oromifa' & these information permit anyone to dig farther in the history of Abyssinia/Abassa,,,
My friend, the history is distorted to the extreme in this country so-called. Abyssnian empire and Ethiopian empire's. This history distorted for many past centuries long-term ago. Abyssinians themselves don't know their own true history it needs more discovery and research works.
Aksum Qonqonxiyoos hundeessee gabbaarii Roomaa gochuun ummata kush ykn oromoo cabsuun yoo nama taate seenaa Daamot dubbisi? D'mt is the oromo kingdom which is conqured by presian angent which called axum is this false? 'bazabazaa' kee kana dha, ittiilaalisirriitti dubbisi waan sobaan bokoketu biyya kana rakkisaa jira.
Gorsitoonni fi gargatota minilik lammaffaa kan turan biyyota arabaa, Faransaayii, Xaaliyaanii, Ruusiyaa fi k.k.f ennaa ta’u fakkeenyaaf
Peyoonolii--------Faransaayii
Ilgaana Zamariyam---Siwezerland
Babchavet -------Ruusiyaa
Bultatovech ------ Ruusiyaa
Artannaannoo ------ Ruusiyaa
Liyoontef---------Ruusiyaa
Maddi Kitaaba Phawuloos Nyoonyoo
Ajaa'ibaa malee ❤❤😮
Seenaa hojjecha jirtu thanks
I thanks a lot Michille M, to share with as all these valuable information. It's totally new to me that 'Names of some places' in Tigray
or Eritrea are / were in 'Oromifa' & these information permit anyone to dig farther in the history of Abyssinia/Abassa,,,
Real opinion, reflection and historical knowledge . Oromoon garuu kana hubachaa hin jiru.
Yooyyaa yooyyaa jennera qaali ilma hayyuu ummata oromoo umrii nuuf dheraadhu gammessa ko waan hedduu sirra baraacha jiraa ♥️💚❤️💥♥️💚❤️💥
Aboo atii nama jabaadhaa
Baayyee namatti tolaa nuuf jiraadha❤
Galatoomaa ❤❤❤
Ajaa'ibaa malee ❤❤😮 2:10
Bayyee bareeda jabaadhuu
Galatoomii jabaadhu ittii nuuf fufaa.
Galatoma fayaa taha❤❤❤❤
Jabaadha jabaa keenyaa
Jabaa!
abbo jabina kenyaafi lafing keenna yooseena keenna beyne of arganna waantaatef kun ifakka beeynu nugodha wal xiqeysu waltufachurra waljaalachu waljabeysuf kara nuusaaqa jabaadhu❤
Jabaadhaaa
Abba seena
Baayyee galatoomii, Michille M.
Well
Gudaa Galatooma
Welcome back
Uuuu Ammaa ati dhuftutti Eeguunu obsa nama dhoorkaa baga nagaan dhuftee
❤❤❤❤❤❤
Galtoomaa ulfaadha🙏
Galatoomi
Namakoo!
Welcome welcome back
Yooyyaa oromoo
Thanks galatomii guddaa
Welcome 🙏🏽
Galaatomia❤❤❤
jajjabaadhaa
❤❤❤❤❤❤❤❤🙏
JABEESSAA !!!
seena aja'ibati❤❤...garuu videon osoo buufne gaaridha karaa youtube
yoom illeen Seenaan Galaa dhugaaf gumacha qabu dhimma murteessaa namuu beekuu qabuu dha,
Dhugaa keeti !!
Him!
Isiin Oromoo jabaadha. Mee seena keenya iffatti nuuf baasa. Nuu katabaatti dhaloota dufuu dabarsa.
yoyya kenya
Dhugaa dubbachuuf yeroo caqabaatif nama galmee seenaa alaaf keessa gagaragalchee funaanee coree dhalootaaf galaa seenaa ifaaf ifatti lafa ka'aa jiru sin arge sanuu jettee jetteen osoo hin taane ragaadhaan deeggarte galata guddaa argadhu Obboleessa koo✍️✍️
atis galatoomi share taasisi?
Yooyyaa nuuf jiraadhu baga oromoo taatee dhalatte
My friend, the history is distorted to the extreme in this country so-called. Abyssnian empire and Ethiopian empire's. This history distorted for many past centuries long-term ago. Abyssinians themselves don't know their own true history it needs more discovery and research works.
Please avoid the flashing lights. It is really hard to follow your video comfortably.
Okay
Thanks bro
Seena kana adaraa barreefamaan lafa nuuf kayaa. Isiiniif kabajjaafi umrii deeran hawaa !
Eetaabbaatu! 😂
Akkanatti nuttis, isaanitti taphadhu! 😂
kitaabota seena akka kana eessaa arganna? yoo gabarraa jiraatanif!
Etoophiyaan seena Oromoo hata turte .
Waan garidha itti nu fufa
Haasaya bazabazaa maa haasotta? Dhimma aksum kan ragaa hin qabne dhiiste maaf ragaan hin mormiin akka oromoon lafa amma jirtu jaara 16 keessa qabatte.
ua-cam.com/video/pq5-dpMkyAQ/v-deo.htmlsi=HEt-P3qDsvTwJ220
Aksum Qonqonxiyoos hundeessee gabbaarii Roomaa gochuun ummata kush ykn oromoo cabsuun yoo nama taate seenaa Daamot dubbisi? D'mt is the oromo kingdom which is conqured by presian angent which called axum is this false? 'bazabazaa' kee kana dha, ittiilaalisirriitti dubbisi waan sobaan bokoketu biyya kana rakkisaa jira.
Ajaa'ibaa malee ❤❤😮
Ajaa'ibaa malee ❤❤😮 2:10
Welcome back
❤❤❤❤❤❤
Ajaa'ibaa malee ❤❤😮