Andualem Gosa | Jajjaboo (New Oromo Music 2024)

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 11 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 509

  • @nahomalemneh7784
    @nahomalemneh7784 Місяць тому +47

    Allaattin oromiyaa kan samiirra kaattu
    jaala du'e malee yaada du'e hin nyaattu😭
    Anduu atuu Goota💪😍

  • @AbdulmenanAbdulahi
    @AbdulmenanAbdulahi Місяць тому +22

    Bigger respect 100,0000 million viwes ❤❤❤❤❤❤❤

  • @bekeleamare7158
    @bekeleamare7158 13 днів тому +2

    This is one of the best Oromo musics of the Oromo struggle for freedom and emancipation. Chapeau Andualem. Oli buli ilma koo. Ati mattan kee goota jajjabon dhalchedha.

  • @OlifenAbdena
    @OlifenAbdena Місяць тому +18

    I can't stop crying ! Eebbifami! Irbuu oromummaa

  • @lamishowtube
    @lamishowtube Місяць тому +22

    Ani Jajjaboo kana jabeessee, jajjabeessee, deebi'ee debisee deddeebisee dhaggeeffadheera. For me it is 1ffaa......what amazing Andu🥰🥰🥰🥰

    • @Matheos-d8b
      @Matheos-d8b Місяць тому +1

      Shakkii hin qabu. Garaatu nama hoollata😢

  • @Besha_Tube
    @Besha_Tube Місяць тому +44

    Namni akkakoo albami guutuu keessa kana tokkoffaa godhee filaatu🔥🔥🔥🔥🔥 like kenni 🥰

  • @nafmedia1994
    @nafmedia1994 24 дні тому +4

    Anumatuu jalatamoo music kana❤❤❤

  • @Teyiba-c5h
    @Teyiba-c5h Місяць тому +4

    Irbuu shinniigaa....❤❤❤❤
    Irbuu dhiiga ilmaan Oromootiin galmoofte. Ani miseensa Irbuu ti..........❤❤❤

  • @bekaSentyehu-gm7ey
    @bekaSentyehu-gm7ey Місяць тому +8

    ጥሩ ሙዚቃ ነው ። ቀዝቀዝ ያለ ሙዚቃዎች የበዙበት አልበም ነው።

  • @minyaheldemelash
    @minyaheldemelash Місяць тому +4

    በጊዜው የተከሰተ እጅግ ምርጥ አልበም ይህ ትራክ ደግሞ ለየት ይላል ምክንያቱም ኢዮባ ነዋ ከ አንዱአለም ጋር የዋለበት!!❤❤❤❤❤

  • @EnuTa-u9u
    @EnuTa-u9u 2 дні тому

    በጣም ደስ ይላል በርታልን ❤❤❤❤❤

  • @abdishaabdiisabaa
    @abdishaabdiisabaa Місяць тому +10

    Jajjabboon warraa biyyaa oftiif biyyee ta'anii namaa yaddachisaa!
    Alattiin sammii gubbaa katuu
    Jaal du'ee malee yadaa du'een hin nyatuu😢
    Orommiyyaa biyyaa koo dhigaa ilmaan ketiini nii bilsommitaa gaftokkoo!
    Anduu ❤

  • @beekanwaka6879
    @beekanwaka6879 Місяць тому +3

    Wow what an incredible piece of art is this Music ❤❤❤ thank you Anduu.

  • @getachewdarge7518
    @getachewdarge7518 Місяць тому +1

    I don't have any words! This is magical! The lyrics, audio, and instrumental mixing are impressive.
    I can't express my feelings in words. I wish you all the best, Adndu!!!

  • @hey1232
    @hey1232 Місяць тому +7

    Stay Strong Oromoo Koo …Whether They Like It Or Not Oromummaa Lives Forever ❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @shemsujemal1966
    @shemsujemal1966 Місяць тому +3

    ዋው ምርጥ አልበም ለዚህች ሙዚቃ ቪዲዮ ክሊፕ ብትስራላት

  • @asheteadere9205
    @asheteadere9205 26 днів тому

    What a music!!! You are really an icon

  • @tilahundinku2358
    @tilahundinku2358 Місяць тому +2

    "...
    Jagna meeqa dhabne
    Jagna onneen tubbaa...."
    .
    .
    Sirbichumtiyyuu jagna lubbuu qabu wayiiti...👍👍👍👍👍

  • @Dubicypto
    @Dubicypto Місяць тому +1

    Otoo hin dhageffatti Akkasumatti Jajjaboo isuma jedhuraa Natti beekame woww Amazing music for me 1ffaa ........Jirtuu Jiraaa Naa yadachiifte Hacee😢😢

  • @ToliKooo-o1p
    @ToliKooo-o1p Місяць тому +2

    Dhugaa rabbii bayyee nuu bonsite andukoo nuuf jiradhuu❤❤❤❤❤❤

  • @DonGedeon-vu3wt
    @DonGedeon-vu3wt Місяць тому +1

    ምርጥ ዘፉኝ ነክ በርታ

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 16 днів тому

    Sirbi kuni kessa nama tuqa meeqa itti dhabne😭😭😭😭❤❤

  • @ahmedkemal-fy9pe
    @ahmedkemal-fy9pe Місяць тому

    waw! Ayyaanttuu is on another level . Keenyan hidha, keenyan zabxiyyaa, hooda hayyuu, baroota iyya, kalee tarree harra geenye daafi warra sodaa hin beekne roorrof hin teenye.

  • @jemalhassen-yq4rz
    @jemalhassen-yq4rz Місяць тому +1

    Amazing talent, you transfer Oromia music to the next level thanks 🙏🏾

  • @natnaelzenawi2028
    @natnaelzenawi2028 Місяць тому +1

    Lela tarik zema, sound,kenebr techelalachu yemer ❤

  • @SololoTsegaye
    @SololoTsegaye 25 днів тому +1

    Jajjabee Sagalee qashtii 🙌🙏❤❤❤

  • @BJibatOromia
    @BJibatOromia 12 днів тому

    Allaattiin Oromiyaa kan sammiraa kaatu jaala du’e male yaada du’e hin nyaatu . Lubbuun lama hin jirtu

  • @iamzakmohammed
    @iamzakmohammed Місяць тому +1

    Andualem Gosa, your new album is a beautiful blend of emotion and artistry! Each track showcases your incredible talent and unique style. I'm truly inspired by your ability to connect with listeners through your music. Keep shining!

  • @nahomalemneh7784
    @nahomalemneh7784 Місяць тому +4

    Gudunfan qabsoo
    hidda dhiiga oromoon furgaate
    Hiikamti biyyaan
    Gaafa daangaan ofiin itti baate
    Kunoo sabni
    cidha jaarraa tokkof jarjaaru
    biyya fuudhuufi
    kan lubbuu ofii itti gabbaru
    OROMIYAAN BIYYA

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 Місяць тому +8

    Jajjabaattuu dhiiraa badhaasa sabaa guddaa qaalii fakkii goototaa Ilma Dr Alii Birraa hundumtuu sirraa tola❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Madina-pm5zl
    @Madina-pm5zl Місяць тому +1

    Wly waa heddu qabaa garaa koo naa raase😢😢 nuuf jiraadhu atuu goota keenna hamtuun sin argiin waan ofii koo

  • @Teyiba-c5h
    @Teyiba-c5h Місяць тому +1

    (Waan Oromoon ta'e)
    Bara meeqa ceene, miilli itti dhubbaa
    Jagna meeqa dhabne, Jagna onnen tubbaa
    Qaallittii, Awaashii, Qilinxoo bubbulaa
    Keessatti tumachaa gudaannisa Kulkulaa.........
    Anduu koo ❤❤❤❤💌

  • @miidhootechnew7954
    @miidhootechnew7954 Місяць тому

    Taliilaa shinnigaatu
    Darsa nurraa dhiqaa!!
    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @TefenafagnEndale
    @TefenafagnEndale Місяць тому

    its Awesome

  • @fuadabduraman8429
    @fuadabduraman8429 24 дні тому

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ nattii tolee garuu maalii qooyii

  • @abitasrat8493
    @abitasrat8493 Місяць тому

    ጀግና ከዘጠኝ ወር ነፈሰጡር እስከ ህፃናት እስከአዋቂ የከፈሉትን መሰዋትነት ማሰቡ ትልቅነት ነዉ ያከበርከዉ ህዝቡ በዚያዉ ልክ ይከፉልሀል በርታ አንዱ ❤❤❤

  • @davidatsu1254
    @davidatsu1254 Місяць тому

    Am obsessed with this track

  • @HwwjAa-d2x
    @HwwjAa-d2x Місяць тому +1

    Jabaa keenya ijaa hamtuu sirraa haa qabu waggaa kumaa nuuf jiradhu!❤❤❤❤

  • @GemeTomas
    @GemeTomas Місяць тому +1

    Wayyooo😢 andu garaakoo na raafame

  • @gemechu26
    @gemechu26 Місяць тому

    Jajjaboon ajaa'iba dhugaa!

  • @Ladamopodcast
    @Ladamopodcast Місяць тому +2

    Andu is doing outstanding artistic work to advance afaan Oromo music

  • @IkramIkram-t2u
    @IkramIkram-t2u Місяць тому

    ❤❤❤ Amazing Andu

  • @MebiratuMesele
    @MebiratuMesele Місяць тому +2

    Aartiin mana ishee argatteetti jaala ❤go ahead

  • @abenezermohammed7324
    @abenezermohammed7324 Місяць тому

    Andu you make it unique bro🙏

  • @azizabdo7315
    @azizabdo7315 Місяць тому +1

    Sirba kana yeron dhagefadhu imimmattu ijja na gute 😢hacee 💔

  • @jewwi.t.kebede7425
    @jewwi.t.kebede7425 Місяць тому

    Well done Andu!!! 🙌🏾🙌🏾🥺🙏🏽💖

  • @ShewaShoa
    @ShewaShoa 29 днів тому

    Anduuu thanks Maal jenna.😢

  • @waanofii12
    @waanofii12 Місяць тому +2

    1ffaadha Jecha Ittin Si Ibsun Qabu.❤

  • @AyubYeba-kb6ih
    @AyubYeba-kb6ih Місяць тому

    Woow Amazing 😢
    Allaantii oromiya kan samirra kaattu
    Jaala du’e malee yaada Du’e nyaattu

  • @tijjaaniishehkadir3178
    @tijjaaniishehkadir3178 Місяць тому

    Hacaaluun akka hin duune akka jirun hubadhe Baga jiraatte Gosakoo😍

  • @WakjiraGeber-ns9cn
    @WakjiraGeber-ns9cn Місяць тому

    One lovè

  • @abdulazizkelifa3261
    @abdulazizkelifa3261 Місяць тому

    OMG , ❤❤❤ keessayyu moo jajjabee , atuu jajjabee isa dhugaati aboo

  • @GemechuImana
    @GemechuImana Місяць тому

    Wwwwwww anduukoo❤❤❤

  • @gezeassefa
    @gezeassefa Місяць тому

    Wow thank you Andu viva😍😍😍

  • @AbdoTakele
    @AbdoTakele Місяць тому +1

    Jajabee koo mirgan galii wbo koo andu tanks big love

  • @ermiasbekana4109
    @ermiasbekana4109 Місяць тому

    jajjaboo seenaa Oromoo ❤❤❤

  • @obsaa7259
    @obsaa7259 Місяць тому +1

    Kan sirba kanaa illee adda!... Hacee wayiitu keessaan natti mul'ate! Galatoomi sir!!

  • @DebisaBegna
    @DebisaBegna Місяць тому +2

    AMAZING!!!!!

  • @KerajTefera-vp5ip
    @KerajTefera-vp5ip Місяць тому

    Garmamuu tolaa

  • @meskelugadisa7183
    @meskelugadisa7183 Місяць тому

    Simply WOW 😮😮 THANK YOU ANDUU ❤ ALL RESPECT FOR THOSE WHO DESERVE THIS❤❤❤

  • @OsamaKadir-d7u
    @OsamaKadir-d7u Місяць тому

    💯am sure that come more then 20M view

  • @tadeledereje48
    @tadeledereje48 Місяць тому +1

    😢😭😭😭😭😭...yaa mucaa❤💚❤💪💪😭😭😭....

  • @Alem-p9e
    @Alem-p9e Місяць тому

    Goota keenya nuf bulii Ayyani oromoo si yaa tiksu

  • @hannageletafeysa9542
    @hannageletafeysa9542 Місяць тому +1

    Wow wow very nice thank you for ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @maahirabdela1436
    @maahirabdela1436 Місяць тому +4

    ❤❤❤❤❤❤
    Jabadhuu 💪💪💪💪💪💪

  • @Matheos-d8b
    @Matheos-d8b Місяць тому

    Irbuu Shinniggaa ❤😢❤

  • @abdiabdu9831
    @abdiabdu9831 Місяць тому +1

    Hedu isiin jaalan artiston oromo akuum qiddhan itii hirmatnkanati amale fulla durafiis iti fufu jabadha❤❤❤ 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @anuwartube7513
    @anuwartube7513 Місяць тому

    Wow good job 👏

  • @mizanawitb2036
    @mizanawitb2036 Місяць тому

    What a touchy music🥺

  • @ismailalmadi1085
    @ismailalmadi1085 Місяць тому +2

    Yoo sirban akka kanati abboo hojjin kee waan oromoo gadi faggenyaan nuti agarsiise hojjijn kee hunduu bayyee bareeda kun sirba qofa miti ergaa guddaa qaba ummani keenya hojjii kee kanarraattii waan bayyee akka hubatu abdiin qaba

  • @abdisabeyene3948
    @abdisabeyene3948 Місяць тому

    WOW kun faaruu barootaaf gurra oromoof fi oromiyaa irraa hursaa turef jiru.

  • @EphremEndashaw-pn1ps
    @EphremEndashaw-pn1ps Місяць тому

    Anii sirbaa dhageefachuu yeroon dhabuudha jedhutti sirbaa akkanaa ergaan dhaga'e waggaa baayyee ta'e jiraa yoron dhaga'uu hacee keessa kooti dhufee You’re a hero

  • @DerejeDereje-m9i
    @DerejeDereje-m9i Місяць тому

    Andu hiriyaa koo fayyaa ta'ii

  • @muradmohammed3051
    @muradmohammed3051 Місяць тому

    Wooooooow Andu ammas nu dinqisiisuu itti fufte. Rabbi nuuf si haa dhiisu haadhooo koo!❤

  • @NuraKufa
    @NuraKufa Місяць тому

    Jabaadhu leenca Oromoyaan biqilchite kan kana caalu sirraa eenna❤❤❤

  • @desalegnketema9260
    @desalegnketema9260 Місяць тому +1

    This one is amazing Andu mataa dhiiraa

  • @muntbaba1713
    @muntbaba1713 Місяць тому

    Wonderful jobs as usual

  • @martinetdebele2937
    @martinetdebele2937 Місяць тому +2

    Dhugaa duubachuuf bo'aan dhaggeffadhe 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @eyobberhanu103
    @eyobberhanu103 Місяць тому

    Feeling goosebumps already❤❤ baayyee barredaa... '. The best one so far

  • @RuhMe-k6q
    @RuhMe-k6q Місяць тому +2

    Jabaa keenya qaalii maal jedhe akkan si ibsun wallaaleem!

  • @bekadelesa2367
    @bekadelesa2367 Місяць тому +1

    this is the realy the best one ever

  • @Ara-cj3gd
    @Ara-cj3gd Місяць тому

    Wow bareeda jabadhuu qaalii keenya ❤

  • @MudassirMufti-h4m
    @MudassirMufti-h4m Місяць тому

    Anduu koo dhageeffadheen quufuu dadhabe waggaa 1000 nuuf jiradhu dhiira koo❤

  • @SaanyiiBaalee
    @SaanyiiBaalee Місяць тому

    Wwwwww well come ❤❤❤❤❤❤❤❤❤Your music is so beautiful wwooww🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @frapanda4921
    @frapanda4921 Місяць тому +1

    rest in peace but HACHALU is alive🙌
    ANDUALEM will be him we proud of you andee🔥🔥🔥

  • @SearsanBanata
    @SearsanBanata Місяць тому +2

    Wooooow sagaleen akkam bareeda!

  • @solbeka6275
    @solbeka6275 Місяць тому

    Maal mucaan kun mucaa ajaa'ibaa Long Live for Andualem

  • @jemalhassen-yq4rz
    @jemalhassen-yq4rz Місяць тому

    You didn’t man, love it 💪🏼

  • @legessemegersa4355
    @legessemegersa4355 Місяць тому +2

    Gubataa Marqaa,Hubataatu argaa..."
    Tokkoo ililii
    Tokkoo iririi✓

  • @alemumu
    @alemumu Місяць тому

    This sounds like spiritual song😢❤

  • @sinegiorgisg
    @sinegiorgisg Місяць тому +1

    Thank you ❤❤❤

  • @Lubee_Entertainment
    @Lubee_Entertainment Місяць тому +2

    Guddaa galatoomi!
    Akkasumaa warreen walaloo kana barreessanillee galata guddaa Uuaata keessan biraa qabdu jiraadhaa urjiin sabaa!

  • @dejenfikadu47
    @dejenfikadu47 Місяць тому

    Super Cool
    Well organized!

  • @IbraHim-q8p3h
    @IbraHim-q8p3h Місяць тому +1

    This is more than we expected.andualem

  • @firafenrobera
    @firafenrobera Місяць тому

    Amazing work you are a great artist

  • @IMANA-kv8jp
    @IMANA-kv8jp Місяць тому +2

    ❤waaqni asiin si gae haa ulfaatu. Jabaako ❤

  • @akmaljm.1960
    @akmaljm.1960 22 дні тому

    Wow 🤩

  • @BizayehuHashu
    @BizayehuHashu Місяць тому

    1ffaa keet it up

  • @gudinafgonana1502
    @gudinafgonana1502 Місяць тому +2

    "......allaattiin Oromiyaa kan samiirra kaattu jaala du'e malee yaada du'e hin nyaattuu...." Andu'aalam umurii harraagessaa jiraadhu. Abboomaa Margaa, atis galatoomi walaloo ajaa'ibaati.

  • @FRAJOURNEY
    @FRAJOURNEY Місяць тому

    Andu🔥🔥🔥🔥