Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Rabbin Abbaa haqaa waliin jira jechuudha Ethiopia 🇪🇹 haqa qabdi jechuudha
Naaf ta'e❤❤❤
Abdu namaa qalii kana Akka kee nufi haa bayisu rabii ❤️wagaa 5 oli you tube kee lala
ati oromoo qulqulluudha yeroo hunda UA-cam keetini hordofa nami akka keeti muraasa obbolummaa-oromoo tokko ta'uu isaa kallattii hundaan ragaa nuuf bayaa turtee jirta.kan natti tole keessa Abdi ati ilma oromoo hundaati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤umrii nuuf dheeradhu
ijiifaanoonii kan biiyaa kenyaatii dhugaadha Ethiopia Raabii qabdii ❤❤❤
Masha Abdu mobile App 🎉🎉🎉🎉🎉jabaadhu waan baredarraa jirtaa
Abdul akkasii miti akkas jachuun ijji diinaa waan heddummaateef rabbiitu gargaara jachuudhaafi.akkasumaas haqa namaa hin tuqne jachuudha.
Subahanallah subahanallah welcome back
yaaRabbi biyya keenya sanatti nagaa nuubuusiWollaahi Abduu dhugaa keetiertiraan kun summiidhayaaRabbi nurraa laaffisiyaaAllaah
Hawasnii kenya😢 Somalia kesatii rebamaa tumammaa Ajefamaa 😢 jiranii Dhiro tenya tun 😢
Masha Allah ❤❤❤jabadhuu sanyiiko
Thank you🎉🎉🎉🎉
Eba Rasula SAW❤.Waan.qabnuf rabbi nu bira jira jechu fedhatti
Aswrwb rabbi abba haqaa waajii jira jedhanii bara malee ithiopa waajii qofaa waajji jiraa hin jenne hubbadhu
as wr wb baga nagayan dhufte❤❤❤
❤Ertreanis Biyyaa ofii argituu hin amannee kanaf lollis kuftee Ato Isayyas gurriis delegation of state Education
Jiradhuu habibii
As wr wb baga nagahaan dhufte
Jabadhuu Abduu kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Welcome ❤❤❤❤
Abdi murachuu dhabuurraahi humna xiqqaa waan qabaniif jarri ammoo humna ofii abdatan jabeenya ofii abdatan
Ana sii galchaa habibii homa jiruu habashaa dhisaa hin tuqinaa hadisaa jira
Dhifa Abdu baye si jaladhale si kabajale obbolesa koo Malif jedhama.sete Nabi Muhammad SAW BIYA KENYA EBISANIRU KANAG AKKAS JEDHAMA BRO KOO QALII
As wr wb dhiifama waan lafa jiru.waa,een itiyopiyaa waaqaatu.eegaa .jedhu San, NABI MOHAMMED صل الله عليه وسلم، GUYYAA lola handaqaa waa afur, dubbatan .1.Aangoon kisraa hanga chat,inaatti.mulimootaan injifatama.2 ,Aangoon Roomaa fi hoggansi lixaa afrkaa kaabaa fi baha owroppaa. Mulimootaan injifatan.3 ,Habashoota ammoo fitti hin tuttuqinaa waan isaan isin hin tuqiniin.4.Turkoota fitti hin tuqinaa waan isaan isin tuqiniin .
Dhugarra jirta Jenni akka keti.muraasa
Jabadhu
Yooyyaa Akkami
A❤❤❤❤❤welcome to
Rabbiin Umaataafi Waraana gidduu haa tiksuu.garuu Komii Biyyaa Egypt hidhaa Laga Abbaa kana biruma mallaszenawii jiruu erga xumuranii looking forward har'as diina gurri qaalidha Dhugumaa Ethiopian government microwave
As wr wb abduu dhugadha kan namicha afaan buukii kanafi ummati kan isan deggarre nujibban
Galatomii qalii
Dhugaadha Ethiopia biyya kabjaa qabduudha Ergamaa Rabbiitu ragaa baheef akkamitti yoojete dhiisaa Habashaa waan isin hdiisanii jedhan yoo isin hin tuqin hintuqinaa jechuudha
Abdu mee waahee Giftii imoo akkamiin gara farankaattii jijjieamaa.
dhugaa dubbatte ati nama waan hedduu quba qabu galatoomi ani soomaalee keessan jiraadha wanni jettu hundi dhugaa diini oromoo heddumaate
Rabbi n midhama wolin jira
Abdu ❤Jabadhu
Abdu ko
Hamilee keysa bahi akka warra soddaati hin ummata akka ummata Ethiopia doofummaa qabu hin argine
Biyyoonni Ollaa yoo Ethiopia irratti duuluf waligalan Ummanni Ethiopian hafuura Tokkummaatiin warri biyya keessaa Mootummaan lolaa jiru guutumatti Araaramuun Waraana biyyattii walin Walitti makamùn Birmadummaa biyya teenyaa kabaja ummata keenyaa eeguun dirqama !!!!! Diinni keenya guddaan 1ffaan Eritra 2ffaan Egypt,3ffaan Somalia. Dursa namtichi Afaan buukii sun baduu qaba !
😢😢😢😢😢😢
Namatuqxu jeechuudha rabbiin nama zalamame wajiin JIRA jeechu fedhaniiti
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤👍
Kan sif hin gale jirra .macafa ammantira cafame jirra abdu wa.en Ethiopia
" Abiyyii, yoo Oromof hin ta'in, eenyuufiyyuu hin ta'uu! " Ob.Jawaar Muhaammad. Waa'een Itiyoophiyaa & Itiyoophiyummaa, gaafa Abiyyii teessotti ol bahe,dhumatte waan ta'eef,oduu fi olola diina hedduummeeffachuutiin, baraaramuu hin dandeettu. Oromoon kijiba isaanii jalaa hafee, osoo of suphee gaarii dha.
Umataa badotaa Raabii dhabamaa hagodhuu inshaa Allaah
❤❤❤🎉🎉🎉 galatomii
Galatooma.abd❤❤❤❤❤
🙄🙄🙄🙄🙄🙄
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
dhuga jetee sexanii affrikaa ertiradha
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹
ethio walin waqayo jira jechun bayuma si arse ka😡😡🤔🤔😂😂 Ethio 🇪🇹❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
10q ❤❤❤❤
🙆🙆🙆🙆
💓💓💓💓💓💓💓💓✅️✅️✅️✅️✅️✅️
Wan dhugadubatuf ykn wan haqa barbaduf waqnii wajiin jira
Rabbiin hundaa walin Jira 😂😂
Dhugaa keetii beeytaa moo isiisen umataa Egyptian akkaa malee jiibamaa qaleensaa biiyaa hiiyumaa fiidee jeedhaanii jiiranii amaanoo afaan tokoo tahaanii Ethiopian louuf dhabaataanii
Jaallatanii jibbanii, amananii amanuu baatanii kaleessaas har'aas borus Ethiopian hin mu'amtuu waaqayyoo ni gargaara takkaa harkaa diinaan baddee hin beektuu kan Ethiopia balleessuuf ka'eetuu bada!!!!
Yaa abduu galtomii❤❤
Qaqaa akkamii qaqaa jirtaa???Ittii yaadii hasayiii
Ati iti yadii bares😮doma
waaqa warra kaabaa kan addaati warra kaanirraa
Homa gochu hin dandechuu
Eyee Ethiopia wajiin waqayyoottuu jiraa 🥰🥰🥰innii isiraliin eguu hin rafuu hin muguus jedhamee akkaa cafamee hin bektuu moo 💪Waraa dukanaa keessaa tesani baduu biyyaa ofii labsitaan🥵🥵🥵🥵🥵
Ati isara,eela sanyii yaahuudati moo oromoo sanyii kushi ?
💯💪
😅😅
jaruma xuuxxoo kaabaa hodhaa tureetu kaleessaas afaan kaabaatiin arraas afaan jij dhufan
Raftee kaatee qaqaa jirtaa peals😅😅😅😅😅
😂😂😂😂 haafuufaan tokkichaa
In kijibda
sa
77
Yad ke kana dugogora nati fa kata etooyopai waqatu waji Jira dhu ga dha shaking hinqabu ok
dhugaadha badotaa kan biiyaa kenyaa rakiisaa jiiruu😂
Dhugaa rabbit miidiyaa gubbatti mucaa kana hordofuun bichaan gaya
somaliland for ever
😅😅😅😅😅
Iccitin isaa Oromiyaa kan bulchaa jiru nefteyna dha, Kanafu akka sana tti haasahu!😊
isiin warii fariiden wayaane fi fannoo rakadhaa inshaa Allaah ijiifaanoonii kan biiyaa kenyaatii 🤮
Abduu siif hin gallee Ethiopian dhugaa qabdii kan ishee tuqee waaqayyoo irrattii hin ilaaluu🇪🇹Biyyootaa kana laman ajaa'iibaa Abbaa beekuuf🇪🇹&🇮🇱❤️❤️❤️🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Stop
Harasi.borusi.waqayo.biyaa.kenya.wajì.jirra.wara.haqa.waali.wangela.dubate.biyyi.masari.abbaya.natu.umme.kodhaa.wanni.jettu.fii.anni.nani.baleesa.jedhe.wangeli bisani.darii isaani.akka.gogu nani.godha.wagga.40.fii.biyyi.isaani.hin.ontti.🤔
❤
Rabbin Abbaa haqaa waliin jira jechuudha Ethiopia 🇪🇹 haqa qabdi jechuudha
Naaf ta'e❤❤❤
Abdu namaa qalii kana Akka kee nufi haa bayisu rabii ❤️wagaa 5 oli you tube kee lala
ati oromoo qulqulluudha yeroo hunda UA-cam keeti
ni hordofa nami akka keeti muraasa obbolummaa-oromoo tokko ta'uu isaa kallattii hundaan ragaa nuuf bayaa turtee jirta.kan natti tole keessa Abdi ati ilma oromoo hundaati
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
umrii nuuf dheeradhu
ijiifaanoonii kan biiyaa kenyaatii dhugaadha Ethiopia Raabii qabdii ❤❤❤
Masha Abdu mobile App 🎉🎉🎉🎉🎉jabaadhu waan baredarraa jirtaa
Abdul akkasii miti akkas jachuun ijji diinaa waan heddummaateef rabbiitu gargaara jachuudhaafi.akkasumaas haqa namaa hin tuqne jachuudha.
Subahanallah subahanallah welcome back
yaaRabbi biyya keenya sanatti nagaa nuubuusi
Wollaahi Abduu dhugaa keeti
ertiraan kun summiidha
yaaRabbi nurraa laaffisi
yaaAllaah
Hawasnii kenya😢 Somalia kesatii rebamaa tumammaa Ajefamaa 😢 jiranii
Dhiro tenya tun 😢
Masha Allah ❤❤❤jabadhuu sanyiiko
Thank you🎉🎉🎉🎉
Eba Rasula SAW❤.Waan.qabnuf rabbi nu bira jira jechu fedhatti
Aswrwb rabbi abba haqaa waajii jira jedhanii bara malee ithiopa waajii qofaa waajji jiraa hin jenne hubbadhu
as wr wb baga nagayan dhufte❤❤❤
❤Ertreanis Biyyaa ofii argituu hin amannee kanaf lollis kuftee Ato Isayyas gurriis delegation of state Education
Jiradhuu habibii
As wr wb baga nagahaan dhufte
Jabadhuu Abduu kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Welcome ❤❤❤❤
Abdi murachuu dhabuurraahi humna xiqqaa waan qabaniif jarri ammoo humna ofii abdatan jabeenya ofii abdatan
Ana sii galchaa habibii homa jiruu habashaa dhisaa hin tuqinaa hadisaa jira
Dhifa Abdu baye si jaladhale si kabajale obbolesa koo
Malif jedhama.sete Nabi Muhammad
SAW
BIYA KENYA EBISANIRU KANAG AKKAS JEDHAMA BRO KOO QALII
As wr wb dhiifama waan lafa jiru.waa,een itiyopiyaa waaqaatu.eegaa .jedhu San, NABI MOHAMMED صل الله عليه وسلم، GUYYAA lola handaqaa waa afur, dubbatan .
1.Aangoon kisraa hanga chat,inaatti.mulimootaan injifatama.
2 ,Aangoon Roomaa fi hoggansi lixaa afrkaa kaabaa fi baha owroppaa. Mulimootaan injifatan.
3 ,Habashoota ammoo fitti hin tuttuqinaa waan isaan isin hin tuqiniin.
4.Turkoota fitti hin tuqinaa waan isaan isin tuqiniin .
Dhugarra jirta Jenni akka keti.muraasa
Jabadhu
Yooyyaa Akkami
A❤❤❤❤❤welcome to
Rabbiin Umaataafi Waraana gidduu haa tiksuu.garuu Komii Biyyaa Egypt hidhaa Laga Abbaa kana biruma mallaszenawii jiruu erga xumuranii looking forward har'as diina gurri qaalidha Dhugumaa Ethiopian government microwave
As wr wb abduu dhugadha kan namicha afaan buukii kanafi ummati kan isan deggarre nujibban
Galatomii qalii
Dhugaadha Ethiopia biyya kabjaa qabduudha Ergamaa Rabbiitu ragaa baheef akkamitti yoojete dhiisaa Habashaa waan isin hdiisanii jedhan yoo isin hin tuqin hintuqinaa jechuudha
Abdu mee waahee Giftii imoo akkamiin gara farankaattii jijjieamaa.
dhugaa dubbatte ati nama waan hedduu quba qabu galatoomi ani soomaalee keessan jiraadha wanni jettu hundi dhugaa diini oromoo heddumaate
Rabbi n midhama wolin jira
Abdu ❤
Jabadhu
Abdu ko
Hamilee keysa bahi akka warra soddaati hin ummata akka ummata Ethiopia doofummaa qabu hin argine
Biyyoonni Ollaa yoo Ethiopia irratti duuluf waligalan Ummanni Ethiopian hafuura Tokkummaatiin warri biyya keessaa Mootummaan lolaa jiru guutumatti Araaramuun Waraana biyyattii walin Walitti makamùn Birmadummaa biyya teenyaa kabaja ummata keenyaa eeguun dirqama !!!!! Diinni keenya guddaan 1ffaan Eritra 2ffaan Egypt,3ffaan Somalia. Dursa namtichi Afaan buukii sun baduu qaba !
😢😢😢😢😢😢
Namatuqxu jeechuudha rabbiin nama zalamame wajiin JIRA jeechu fedhaniiti
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤👍
Kan sif hin gale jirra .macafa ammantira cafame jirra abdu wa.en Ethiopia
" Abiyyii, yoo Oromof hin ta'in, eenyuufiyyuu hin ta'uu! " Ob.Jawaar Muhaammad. Waa'een Itiyoophiyaa & Itiyoophiyummaa, gaafa Abiyyii teessotti ol bahe,dhumatte waan ta'eef,oduu fi olola diina hedduummeeffachuutiin, baraaramuu hin dandeettu. Oromoon kijiba isaanii jalaa hafee, osoo of suphee gaarii dha.
Umataa badotaa Raabii dhabamaa hagodhuu inshaa Allaah
❤❤❤🎉🎉🎉 galatomii
Galatooma.abd❤❤❤❤❤
🙄🙄🙄🙄🙄🙄
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
dhuga jetee sexanii affrikaa ertiradha
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🇪🇹🇪🇹🇪🇹
ethio walin waqayo jira jechun bayuma si arse ka😡😡🤔🤔😂😂 Ethio 🇪🇹❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
10q ❤❤❤❤
🙆🙆🙆🙆
💓💓💓💓💓💓💓💓✅️✅️✅️✅️✅️✅️
Wan dhugadubatuf ykn wan haqa barbaduf waqnii wajiin jira
Rabbiin hundaa walin Jira 😂😂
Dhugaa keetii beeytaa moo isiisen umataa Egyptian akkaa malee jiibamaa qaleensaa biiyaa hiiyumaa fiidee jeedhaanii jiiranii amaanoo afaan tokoo tahaanii Ethiopian louuf dhabaataanii
Jaallatanii jibbanii, amananii amanuu baatanii kaleessaas har'aas borus Ethiopian hin mu'amtuu waaqayyoo ni gargaara takkaa harkaa diinaan baddee hin beektuu kan Ethiopia balleessuuf ka'eetuu bada!!!!
Yaa abduu galtomii❤❤
Qaqaa akkamii qaqaa jirtaa???
Ittii yaadii hasayiii
Ati iti yadii bares😮doma
waaqa warra kaabaa kan addaati warra kaanirraa
Homa gochu hin dandechuu
Eyee Ethiopia wajiin waqayyoottuu jiraa 🥰🥰🥰
innii isiraliin eguu hin rafuu hin muguus jedhamee akkaa cafamee hin bektuu moo 💪
Waraa dukanaa keessaa tesani baduu biyyaa ofii labsitaan🥵🥵🥵🥵🥵
Ati isara,eela sanyii yaahuudati moo oromoo sanyii kushi ?
💯💪
😅😅
jaruma xuuxxoo kaabaa hodhaa tureetu kaleessaas afaan kaabaatiin arraas afaan jij dhufan
Raftee kaatee qaqaa jirtaa peals😅😅😅😅😅
😂😂😂😂 haafuufaan tokkichaa
In kijibda
sa
77
Yad ke kana dugogora nati fa kata etooyopai waqatu waji Jira dhu ga dha shaking hinqabu ok
dhugaadha badotaa kan biiyaa kenyaa rakiisaa jiiruu😂
Dhugaa rabbit miidiyaa gubbatti mucaa kana hordofuun bichaan gaya
somaliland for ever
😅😅😅😅😅
Iccitin isaa Oromiyaa kan bulchaa jiru nefteyna dha, Kanafu akka sana tti haasahu!😊
isiin warii fariiden wayaane fi fannoo rakadhaa inshaa Allaah ijiifaanoonii kan biiyaa kenyaatii 🤮
Abduu siif hin gallee Ethiopian dhugaa qabdii kan ishee tuqee waaqayyoo irrattii hin ilaaluu🇪🇹
Biyyootaa kana laman ajaa'iibaa Abbaa beekuuf🇪🇹&🇮🇱❤️❤️❤️🇪🇹🇪🇹🇪🇹