Oduu Etv Afaan Oromoo, Sadaasa 11, 2017 -

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 24 лис 2024

КОМЕНТАРІ • 11

  • @DestaYoutbe
    @DestaYoutbe 5 днів тому

    Nageenya moo misooma dursaa umanii dhumachaa jira dhigaa qulqulluun dhangala'aa jira maaf calistuu😢😢😢😢😢😢

  • @namanekemti8556
    @namanekemti8556 5 днів тому +1

    Hanga ammaatti namoota miliyoona 1.5 kan ajjeese yoo ta'u, irra caalaan isaanii namoota qulqulluu ta'an. Nama akkamii nama ajjeesuu jaallata? Obboleessi ishee quxisuun jinnii Abii Ahmad nama ta'uu isaa shakkiti.

  • @Faamii-kq8qb
    @Faamii-kq8qb 5 днів тому

    Ilmaa hadha saluu atuu abban media kana afaan banii hattichaa

  • @burteemulu-wj6mv
    @burteemulu-wj6mv 5 днів тому

    Misooma keetirraa maal fuuna nuti Yoo nageenyi jiraate misooma barbaadu
    Mee dursii biyya keenya akka nagaa argatu taasisi😢😢

  • @ittifufaatube707
    @ittifufaatube707 5 днів тому

    Waa'ee bu'urallee misomatuu dursaa moo nageenya dursaa

  • @FuZako-v2w
    @FuZako-v2w 4 дні тому

    Good

  • @SkillersConsultancy-n6p
    @SkillersConsultancy-n6p 5 днів тому

    Iraa haa baduu wan tolchuu hin qabuu ilmoo oromoo lafaraa fixee waqayoo lubusaa haa baleesuu haree kunii wadalaa hadhasaa

  • @Faamii-kq8qb
    @Faamii-kq8qb 5 днів тому

    Ilmaan hadhaa salee isiin kaa oroomon dhuma jirtuu asii Afaan banataan bodaa hattu garaa

  • @AbdiIbrahim-i3w
    @AbdiIbrahim-i3w 5 днів тому

    Yaa ilmaan gara jala demtuu nafxeenyaa asii afaan keessaan nutii hin baniin sila'uu minilik ilmaan isa oromiyaa keessaa facaassee kanatu Uumaatatii jira fi kanatu Uumaataaf jira addaan walaallee yaa ilmaan minilik kan nu keessaa

  • @WanduuShimalis
    @WanduuShimalis 5 днів тому

    Wayee salalee hoo