Dagim Mekonnen (Kilolee ) -sumaan suma- New oromo Music -2022 - Official video

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 23 гру 2024

КОМЕНТАРІ • 235

  • @addunyaahirphasaa2788
    @addunyaahirphasaa2788 2 роки тому +1

    Daagii keenya akka malee sijaallanna dhugaa dubbachuuf namni sagalee kee kana dhaga'ee hin booji'amne jira jedhee hin yaadu. Nu jalaa baddee turte baga nagaan nuu deebite. Waaqayyoo umurii dheeraa siif haa kennu. Weelluu kee kana illee baay'ee jaalladhee jira jalqaba weelluu kee kana suma affeeruu fedha ittaansee ummata Oromoo maraaf "Sumaan suma jette qalbiinii ..."

  • @nrwarada1896
    @nrwarada1896 2 роки тому +4

    Geerarsa irra nuuf buusime DAGII keenna

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii tiyyaa subscribe naf godhi me

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      I will

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏

  • @BisratBayisa
    @BisratBayisa 2 роки тому +5

    Daagii koo hardhas akkuma duriiti sagaleen mi'aawaan gurratti tolu suni hardhas hin dulloomne! Rabbi fayyummaa guutuun umrii dheeressee nuuf haa tursiisu!
    Jaalalaaf kabaja guddaan Daagiif qabus asumaan ibsuun fedha.

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому +1

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

  • @ittifufaatube707
    @ittifufaatube707 2 роки тому +3

    Kilolee Sumaan Suma Hangafaa Arti bagaa ngyn nuuf dhuftee

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii tiyyaa subscribe naf godhi me

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Thank you 🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤❤❤

  • @gelanefirisa4717
    @gelanefirisa4717 2 роки тому +2

    Kilole sagalee Kilole baga gamadde!! Isho hadhoko!!

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii ko maloo matii ko naf ta'i

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii🙏🙏❤❤

  • @getugore6639
    @getugore6639 2 роки тому +2

    Sagaleen kee akkuma durii sana,
    Jabadhuu jabaa nama

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii ko maloo matii ko naf ta'i

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤❤

  • @ahimedhamba2644
    @ahimedhamba2644 2 роки тому +4

    Woooooooooow baga nagaan dhufte 🌹

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii ko matii naf ta'i me

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

  • @jaalwako2689
    @jaalwako2689 2 роки тому +1

    Jabaa namaa gameessa aartii nuu jiraadhu sirraa tola.

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @afaanoromoomusic
    @afaanoromoomusic 2 роки тому

    The best artist I have seen in my life! Weelluun kee hundi isaanii ni bareedduu! Keessattuu immoo yeroo daa'imummaa koo kanan raadiyoo fi miidiyaa irraa dhagahaa turan yaadannoo yoomuu hin banneefi hin irraanfatamne natti taheeraa! Long live!

  • @gezeassefa
    @gezeassefa 2 роки тому +1

    Jabaadhuu hojii gaaridha, Ati Nama jabaadha!! sirba kee duri irraa ka'ee nan dhaggeefadhaa.

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

  • @yomifgutema1295
    @yomifgutema1295 2 роки тому +1

    nuuf jiraadhu jabaa keenya sagaleenkee soora yeroo ijoollumaa,dargaggummaa fi dulloomaniiti!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏🙏🙏❤❤❤

  • @roberateshome
    @roberateshome Рік тому +1

    daagii koo umurii nuuf dheeradhu jabaa oromoo

  • @booniimametube7724
    @booniimametube7724 2 роки тому

    Yaa bareeddiitti Haraargee sifanoo hiriiba dhabee!!! Umrii nuf dheradhuu Dagim keenya❤

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏

  • @ziyadkedir_officialtube4343
    @ziyadkedir_officialtube4343 2 роки тому +2

    Hojii bareedadha.

  • @jishadesalegn9349
    @jishadesalegn9349 2 роки тому +1

    Rabbi sirratti haa irraanfatu! Malee maalan jedharee...

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @fraolayele790
    @fraolayele790 2 роки тому +1

    Baay'een sijaalladha,Sikabaja.Galata guddaan siif qaba Daagima keenya.Sirba baay'ee bareedaadha. Sagaleenkee gurraaf suusiidha.

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏

  • @mosisamegersa768
    @mosisamegersa768 2 роки тому +1

    gaafii fi deebii kee fib irraattii baayeen gammaade,umuriin kee yaa dheeratu

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤❤

  • @fikrutafese4849
    @fikrutafese4849 2 роки тому +1

    Galatoomi Dagimee,atti yoomiyyuu warqeedha

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      🙏 🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏🙏❤❤❤

  • @amansisaayana6331
    @amansisaayana6331 2 роки тому +1

    Daagim, guddaa galatoomi! baayyeen si jaalladha. weelluu kee dhaga;aan guddadhe. jechoonni jaalalaa arraba kee irraa ba'an onneerra nama idduun beekaman sirraa hin caamiin! Sin jaalladha!

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Thank you so much

    • @amansisaayana6331
      @amansisaayana6331 2 роки тому

      @@dagimmekonneneticha Love you!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏❤❤

  • @tarekegnmekonnen8209
    @tarekegnmekonnen8209 2 роки тому +1

    Miidhagaa Sabboonaa Artistii Oromoo Baay'ee miidhaga! sin jaallanna!

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Thank you so much

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 2 роки тому

    Dansaadha. Continue more.......... Dagim gameessaa oromoo

  • @ittifufaatube707
    @ittifufaatube707 2 роки тому +3

    Hedduu namati tolaa

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

  • @gadisetenu5920
    @gadisetenu5920 2 роки тому +1

    Dagi keenya sijaalanna... umrii dheeradhu

  • @lemebenti8768
    @lemebenti8768 2 роки тому +1

    Wow Nice Dagi shoora Artii Oromoo guddisuu keessaa gaheen kee guddadha galatoom

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Akkamyoo?? Thank you 🙏…Thank you so much!!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @DaawwitiiArtii
    @DaawwitiiArtii 2 роки тому +6

    Wwww amazing song
    Camera & Editing 100%
    Lyrics & melody 100%

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏

  • @abdissamengesha876
    @abdissamengesha876 2 роки тому +6

    ዳግምዬ ድምፅህ አሁንም ለዛዋ በልጅነቴ እንደሰማሁት ነው:: ጣፋጭ ወንድማችን
    Akkuuma dargaggummaa kee durii mi’ofta 🙏

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +2

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Thank you so much

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏

  • @rabbirraakef4843
    @rabbirraakef4843 2 роки тому +1

    Daagim Mokonnoon sirboota kee baay'een jaaladha;dhaggeeffachaan guddadhe, sirboonni kee kan barri hin daangessidha, jabaa namaa! The best one keep it up!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @warkinabeka6809
    @warkinabeka6809 2 роки тому +1

    Waggaa kuma jiraadhu jabaa namaa !!!!!

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Thank you so much

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @gedalemma262
    @gedalemma262 2 роки тому +1

    Daagim sagalee kiloolee nuuf jiraadhu

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @jamboShallo
    @jamboShallo 2 роки тому +1

    Wellu Daakkiyyee Booraa jedhu kan Qaasim Adam (Barroon) siif kenne San fi intala Aggaaroo jedhu San nuuf hojjadhu!

  • @dhaabaatulluu353
    @dhaabaatulluu353 2 роки тому

    Kilolee keenya jaalanneerra. Jabaadhu

  • @debelatesfaye38
    @debelatesfaye38 2 роки тому +1

    aaabo dhugaa sagaleekee guddoo nama ajayibssisa

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii🙏🙏❤❤❤

  • @jiddooshaayya9819
    @jiddooshaayya9819 2 роки тому +3

    Wow bayyee miidha

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏

  • @daandiijootee579
    @daandiijootee579 Рік тому

    Great job, ammas nurraa hin hafin

  • @lemitakele174
    @lemitakele174 2 роки тому +1

    NOORuu Anaa haa dhufuu

  • @khaliltube6830
    @khaliltube6830 2 роки тому +1

    Baayee namatti tolaa jabaa keenyaa

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏

  • @abbaagurmuu3364
    @abbaagurmuu3364 2 роки тому

    Sirba bareedduudha jaaladheera👏

  • @babeegure6775
    @babeegure6775 2 роки тому +1

    Kiloole..abo dagim keenyaa...jirtaay

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Ulfaadhu galatoomi 🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏🙏🙏❤❤❤

  • @falmaderesa7418
    @falmaderesa7418 2 роки тому +3

    King of oromo music well come
    I respect you

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +1

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Thank you 🙏

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      King Naanbon .. I do respect you!!!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

  • @JiregnaDereje-qv9vm
    @JiregnaDereje-qv9vm 6 місяців тому +1

    Baga hin having ati

  • @diribsatadesse6574
    @diribsatadesse6574 2 роки тому

    Dagim baga koo raate. Dibicha oromoo. Goota keenya

  • @immaanaagebragiorgis6989
    @immaanaagebragiorgis6989 2 роки тому +1

    Miiziqaa keerraa yaadannoo addaan qaba. Nuu jiraadhu Daagii angafa qabsoo oromoo

  • @bashatuufiqaaduu1247
    @bashatuufiqaaduu1247 2 роки тому +1

    Umuri dhera sif haa dabalu jiradhu sanyin kee haa ba'atu

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Thank you so much

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏

  • @amaantube6451
    @amaantube6451 2 роки тому +1

    Qalmaanii kee haa margisuu ❤💚❤

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤🙏

  • @Oromia00
    @Oromia00 2 роки тому +1

    Wel come👌💕

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 роки тому +3

    Baya namatitol jabadhu😍🙏
    Translate to English

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Thank you so much

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤❤🙏

  • @ebbaaasafa2252
    @ebbaaasafa2252 2 роки тому +1

    Jabadhuu jabaa koo

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii🙏🙏❤❤❤

  • @moremoritti1334
    @moremoritti1334 2 роки тому +1

    we proud thank you bro ko

  • @Tokofa
    @Tokofa 2 роки тому +2

    Legend 💛

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Horaa bulaa !!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @amaantube6451
    @amaantube6451 2 роки тому

    Gootaa keenyaa jabbaadhu, nuuf jiraadhu!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @jamboShallo
    @jamboShallo 2 роки тому

    Daagim Mekonnin, wallee Kee ijoollummaadhaan dhagayaa ture, Sirba hanga ammaatti gurra keessatti na hafee kophaa kiyya yemmuu deemus gungumaa deemutu Jira!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

    • @jamboShallo
      @jamboShallo 2 роки тому

      @@hawioromtititube godheera

  • @baayyisatolassa4564
    @baayyisatolassa4564 2 роки тому

    Dagim bayyee sijaalanna ammallee nuuf jiraadhu

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤❤

  • @melkamuetafa5621
    @melkamuetafa5621 2 роки тому +1

    Galatoomi goota keenya.

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤

  • @gezumelka226
    @gezumelka226 2 роки тому +1

    Akkuuma dargaggummaa kee durii namati tolta

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤❤

  • @adanechmeskela759
    @adanechmeskela759 2 роки тому

    Wow wow Oromo koo

  • @shamilorobalee5700
    @shamilorobalee5700 2 роки тому +1

    Welcome dagiimoo love ❤

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Horaa bulaa,Deebanaa!!!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому +1

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @yohannisabera1526
    @yohannisabera1526 2 роки тому +3

    Respect and love you dagim!!

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Thank you so much

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Thank you!!!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiiii❤❤❤❤🙏🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      @@dagimmekonneneticha Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii ❤❤❤🙏

    • @yeroodhuma
      @yeroodhuma 2 роки тому

      @@dagimmekonneneticha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @megersatesfaye3510
    @megersatesfaye3510 2 роки тому +1

    Ilove you so much dagdi

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiii❤❤❤🙏🙏

  • @sifanmucagimbisifanmucagim8474
    @sifanmucagimbisifanmucagim8474 2 роки тому +1

    Kilolee💓💚💓

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @LG-gt8nj
    @LG-gt8nj 2 роки тому +3

    Daagim Mokonnen🙏

    • @LG-gt8nj
      @LG-gt8nj 2 роки тому

      Nama kabajuuf jaalladhu nuu jiraadhu!.

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Qaalii ko matii naf ta'i me

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 2 роки тому +4

    wowww

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

  • @yadanoasefa
    @yadanoasefa 11 місяців тому

    qamnaa iluu kenyaa

  • @jerrytwa5136
    @jerrytwa5136 Рік тому

    I really like you so much and your voice omg

  • @birhanuwoldegebriel1340
    @birhanuwoldegebriel1340 Рік тому +1

    Chrfrru fetari yidefachihuwal

  • @fayeramakobili8604
    @fayeramakobili8604 2 роки тому +2

    Baga deebite jaalo!❤

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +1

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому +1

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @ضيالحمزه-خ9ق
    @ضيالحمزه-خ9ق 2 роки тому

    Dagim keena nuf jiradhu bayye namatti tala

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤❤

  • @leellisaatube8899
    @leellisaatube8899 2 роки тому +4

    𝐊𝐢𝐥𝐨𝐥𝐞 𝐌𝐞𝐥𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐭𝐞

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiii❤❤❤🙏🙏

  • @Orosongslyrics
    @Orosongslyrics 11 місяців тому

    please
    please
    please
    please
    please
    wal agarra irra deebin nuuf hojjedhaa hayyuu keenya baay'ee isin jaalanna

  • @bekamafekadu8314
    @bekamafekadu8314 2 роки тому +1

    Legend

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤❤🙏

  • @biranuabdissa7377
    @biranuabdissa7377 2 роки тому +1

    you are so talented and gifted person in afaan oromoo literature but the way in which u introduced u'r youtube account is pretty slow I mean u don't have to shy cuz u didn't shy back in the day to elevate our language this level! so u have to introduce out loudly we are in the era of digital no more analogy sir🤣😂😂😁

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @addismulat2531
    @addismulat2531 2 роки тому +2

    Daagim sirbi kan duriitu caala

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii ko matii naf ta'i me

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏❤❤❤

  • @demituzewide6486
    @demituzewide6486 2 роки тому +1

    Thank you, b/c you sing for me!!😍😍

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Hello how are you been doing ? I’m glad that I sing for you… what can I say just I would say just 🙏..

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiii❤❤❤🙏

  • @drxtfekitobilioro5552
    @drxtfekitobilioro5552 2 роки тому +1

    www namatti tola

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @hundegemeda1508
    @hundegemeda1508 2 роки тому +1

    Daagim keenyaa baay'ee si jaalladhaa osoon loon tiksuu sirboota kee dhaggeeffachaan guddadha
    Hagaadaa birraa......
    Sangaa dhabaa.............

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому +1

      Thank you so much 🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤🙏🙏🙏

  • @sanyiibayisa1628
    @sanyiibayisa1628 2 роки тому

    love you dagim , amazing music!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @خيرياأمانا
    @خيرياأمانا 2 роки тому +5

    Wwwwwwwwwoooooooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii ko maloo matii ko naf ta'i

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @chaltuabdallah7960
    @chaltuabdallah7960 2 роки тому +1

    wwwww jabadhu👌💯💯

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Thank you 🙏

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @sabboonaabayyanaa
    @sabboonaabayyanaa 2 роки тому

    abbaa Sagalee kilolee baayyee si jaallanna si kabajana .Sirboonni ke bara hanga baratti dhaloota hanga dhalootatti darba .Siida jabaa onnee dhaloota keessa qabda.

  • @tagaygurmessa4041
    @tagaygurmessa4041 2 роки тому

    Galatoomaa!

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiii🙏🙏❤❤❤

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 2 роки тому +1

    Amazing music 🎶❤ 🎶 ❤

  • @sisiolika3058
    @sisiolika3058 2 роки тому +1

    Wel come

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii🙏🙏🙏❤❤

  • @hussenkalifaa4353
    @hussenkalifaa4353 2 роки тому +2

    Jabadhuu dagim mokonin

  • @abomsashow7660
    @abomsashow7660 2 роки тому +3

    Woow

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому +1

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏

  • @waliinentertainment
    @waliinentertainment 2 роки тому +1

    woowowowow

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @lenchogudina926
    @lenchogudina926 2 роки тому +3

    Wow

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @destabekele1213
    @destabekele1213 2 роки тому +1

    Sagaleen baay'ee jaaladhuu. Waan hedduu na yaadachiftee jabaa koo. kaassettaa kee hundaa isaa yeroo gannaa fi yeroo roobinii roobu dhagefachaa turee. Amma duubattii deebi'een manaa sagaltamotaa keessan akkan yaadadhuu na godhee. Mee Namonnii baay'een 'Jirenyaa Ayyanaa' yeroo jedhamuu dhagahuu malee sirbaa isaa tokko illee hin beekanii. Mee sirbaa isaa keessaa tokko haaromsii waalisii mee. page kee kanaa gubbaas sirbaa isaa hundaa akka keessu abdiin sirraa qabaa.

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      Thank you so much

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiiii❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @anabarbeki3083
    @anabarbeki3083 2 роки тому +1

    100%100...

  • @birhanuwoldegebriel1340
    @birhanuwoldegebriel1340 Рік тому

    Amahara fano aratkillo yigebal midre tinb gala na tigre yetabatachew endemigebu enayalen

  • @eliyas2964
    @eliyas2964 2 роки тому +1

    👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽👍🏽

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

  • @birhanuwoldegebriel1340
    @birhanuwoldegebriel1340 Рік тому +1

    Oromo is kids killer

  • @Dguddaa
    @Dguddaa 2 роки тому +1

    👍👍❤💚❤

    • @dagimmekonneneticha
      @dagimmekonneneticha  2 роки тому

      D Guddaa thank you so much

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

  • @خيرياأمانا
    @خيرياأمانا 2 роки тому +2

    🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍👍

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏

  • @garumabarkessa1993
    @garumabarkessa1993 2 роки тому +1

    ❤️❤️❤️

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube 2 роки тому

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏

  • @Abdiimarroo
    @Abdiimarroo 2 роки тому +2

    Baga nagan debite Adero

    • @keetube3666
      @keetube3666 2 роки тому

      Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .
      ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ

    • @tufaaguraaraa
      @tufaaguraaraa 2 роки тому

      Sanyii ko matii naf ta'i me

  • @nabijamal8052
    @nabijamal8052 Рік тому +1

    💚💚💚💚👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌

  • @Raby_A
    @Raby_A Рік тому

    🎉🎉🎉🎉

  • @shimalismitiku
    @shimalismitiku 2 роки тому

    dagiyyee yerroon sagalekee kilolee kana dhagahu qeyyeen keenyifi mandarrii ABCD natti yaadatama dhamdhamnikee hin quufamu Ulfaadhu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 роки тому +1

    Eegumsaafi Beekumsii biruma laftis irkoodha government garaanis ifaa Dubbisi Dubbisi dhugaan lollis ifaa injifannoo biraadeemnee jechama Taaddee Birruu

  • @damtewdereje983
    @damtewdereje983 2 роки тому

    amayu hin dollomne ati sirba dhisi gara waqayyootii debiihii

  • @birhanuwoldegebriel1340
    @birhanuwoldegebriel1340 Рік тому

    Leba gala