Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Walaloo fi hiikaan jecha #Mandhaaba jedhuu kunooti . Bakkan dhibbaa dhibba dhaga'uu dhaberra mallattoo gaaffii [?] kaa'een jira. MANDHAABA jechuun hiree nama humna hin qabne ! Dadhabaa ta’uu isaa amanee kan fudhatuu, ollaan isaas kan beekuu dha. Akka galumsa Faarfannaa Dameetti kallattiin hojii Yesuusiin wal qabatee jira....Mi’eeffatanii baruu gaarummaa manakee keessa jiraataniiArgeera Gooftaakoo harkakee keessatti hin miidhamne aniNa dabarsiteettaa natti dadhabdeetu baroota rakkisaHumna sin dhabsiisuu anarraatii qabda gatii guddisaaDanuu araarakeen jiraadhe fayya buleessa foon uffadheeBu’aa ba’ii lafaatti in qoofamu Gooftaakoo Si malee hin jiraatamuSeenaakoo kaleessaa of duuba deebi’ee yemmuttiin yaadadhuHin qabulleen turee itti gargaaramee waanta ani abdadhuHaalaa fi kaayyoo guddaa na tarkaanfachiiftee karaa mucucaatu Oolchuunkee sirriidhaa utubaa naaf sooftee hirkannaa jabaatu#Mandhaabakoo ollaan wal qabsiisee of dhabee utuun jiruu haal-dureeniiIddoo malee taa'uuf ilaalladhe deemsa gaaraaf dachaa dadhabeeniiHaalakoo tilmaamee yaadaan sokkee abdiinkoo yoo toleef bara boodaSaalfadhee utuun lilibsadhuu qara naaf taasifteem ija sodaaAni Si malee ormaa hin dhaalu qalbii hin banneen si waliin horadheeKan garaankoo itti gammadu dilbii hin bannen si wajjin dhaabbadheeDallansuukoo situ hambise ifee jiraam har’a fuulakootuHarka guuttee ittiin na eebbiftee waan durumaa garaankoo dheebotuUmurii maleessaa baay’een cabaniiru hiriyyaan dhalootaaYeroof duukaa ta’ee malee hin gargaarree dandeettiin namootaaManakee keessatti olmaa jaallatamuu naaf mirkaneessiteeNa hin simatamnee ofitti waamteetu na qanansiifatteeYoomuu hin qaqqabsiisu[?] dhuunfaakoo ani Si harkan fudhe kennaadhaaHammeesseen hin fudhadhuuf malee Si qabaachuun hinaafamaadhaGanamnikoo yennaa guyya’ellee natti dhaamotus alaaf manaaTuulladhee yoon hambaa dhabellee anoo dhaala hin qabuum gamanaaGaara kaayyoon dadhabe qoomaani Utuu hin jirree adeemsi jilbaaniiAchiin arge jabaa of tuffatuu Lafa dheeratti habaqii ulfaatuUtuu ta’ee har’i akka kaleessaaGuyyaa dhalootaa nama abarsiisaaDhokataadha akkaataan hojiikeeGalanarra hin mul’atu faannikeeAnaaf taateem iddoo xinnaaf guddaaHin dagadhuum na wajjin seenaa qabdaaJireenyakootu afaankeen gorfame Si harkaan fudhe bultee jijjiirameeGaram goreen [?] ilaala hojiikee hundumtisaa nama dinqiisiisaSammuun namaa sin ibsu Gooftaakoo hin nuffamu kankee faarfachuunsaaDabalata hin baarbaadu oogummaa kuula [?]maaliin bareecha jiruukeeSammuu namaa ajab jechiisiisaa hin xumuru in dheerata seenaankeeEebbifamaa!!WAKJIRA TUBE
Eebbifamaa!
Ebifamii dadhabiin gatii gudadhan sif haa ilalamuu waqe kenyaa
Ebifamaa waqqayyoo goftaan guttumaa bara jirenyaa keessan haa ebisuu ebifamaa dachaa dachaa hedduu namati tolaa dhugaa waqqayyoo bay'een itti Ebifamee uuuuufffii📖📖❤❤
Ebbifaama ebbifaama dhugaa waaqayyoo, waaqayyoo sin haa ebbisuu.
Hammeesse hin fudhadhuuf male sin qabachuun hinaafamadha jechuun maloodha nanaf hin galle
Anii leni ammantin koo isslam like tuqee gudadhaa ijoLee oro koo ammantin kana dhufatii oron dhigaa koti jiradhaa bayadhaa iboLeyan koo oro ❤💚💝🙏
Woowww eebbifsmii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤ namnni amanta isaaf kabajuu kan nama kabajaa
ቋንቋ ምንም ባልችልም ጌታ ኢየሱስ ስሙ ይባረክ በጣም ተባረክያለው መንፈስ ቅዱስ ሁሉንም ይችላል ቋንቋ አያግድም። ወንድሜ ጌታ እየሱስ ይባረክ ዘመን ይባረክ !!!
ishoo wow wow Waaqayyoo guddaa guddaa isiin haa eebbisu ayyanaa fi araaraa isaa isiinif haa baay'isu Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen
Ebbaaaf taayiii bareeduu
Amen Amen Amen Amen Amen Ebbiifaamaa 🙌🏻🙌🏻🙌🏻🙌🏻🙌🏻
Yoo farfataan akkasitti jechoota dinqisisoodhan utu hin sirbiin hafuuraa gabii qabuun galatoomi Dame Congratulations.
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeen
UUFFEE KANUMAKOO NAAF DUBBATTEE
Sirbuu miti ulfina ofi gatani lafarra yoo gangalataniyyu nama hin salfachiisuum IYYESUUSIIF
Ani hordoftuu amantaa ortodoxdha garuu faarsaa kanaan qabameera 😍😍😍
Fayyanni Yesus duwwadhaani karaan jireenya Yesus qofa.kottu gara Gooftaa
W/Yohhanis 3:16W/Yohhanis 3:35-36H/Ergaamtoota 4:12
Dubbifadhu
Anis kanin amanu iyaasusumaa anama kootu caala jedhu hin jaaladhu na aarsa namni akkati yaadu
🙋🤫👽👽👽
Mii'eefatanii baruu garumaa manakee keesaa jiratanii argera gofttakoo harakekee jaalatii hini miidhamnee anii 😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuuuuufffffeee Anii yeroo kamii iyyuu inqufuu mee farsaa kanaa maloo dammaa koo ebbifamii dachaa darbii demmii Mucaa kakuu Ayyannaa waaqayyoo dachaa Sif haa ta.uu Ati illee nufi jiraadhuu Asee kaa bekkaa fi hubbataa nama qaxalee koo ❤️💟
Dame Eebbifami! Jechoota mimmi'aawoo fayyadamtee waaqa kee faarsitee jirta. Natti Toleera
Ameen Ameen Ameeen ebifamaa osoo dhaloon hundumtuu sirribuu batan akkati yaadaafi qalbii buleessaan waqqayyoon farfataan maalumaa ta'aa lataa uuufffee ebifamaa dhugaa dhalotaa bay'efi dandi akka ta'uu Abdiin qabaa waqqayyoo birraa uuuffee⏬🎸🎸🎸🎸📣📣📣🎶🎶🎶🎵🎵🎵🎤🎤🎤🎧🎧🎧🎻🎻🥁🥁🥁🥁🥁🥁🎺🎺🎺🎺🎻🎻🎻🎻🎻📯📯📯📯📯📯📯📯🔊🔊🔊🔊🥁🥁🥁🥁🥁🥁🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸📖📚
ua-cam.com/channels/_gOgRVOvLkYWY7N64qz6fw.html
Wow Dhugaa baayye nama dinqisiisa hojii gaarii hoojetaniif Ebbifama. Jechoota keessakee buleef DAME FIKADU Ebbifami, Hojii Muuziqaakeef GAME BIRATU Guddadhu ammayyuu Warri HOOQUBAA FILMS Dagaaga
ቆንቆው በይጋባኛም በጠም ነው የወደድኩታ ጌታ ይባርክህ like I fell spirits
Uuuuuuufffff waqayyoo gudaa sii haa ebisuu ebifamii akanatii kunoo yoo farfatani farsa hafuranii gutamee goftanii Bara kee haa ebisuu ebifamii damee🙏Farsaa lubuu namatii debisuu Micayoo ishii sagalee gargartee kana waqayyoo sii haa ebisuu dhalotafi fakenyaa ta,ii waqayyoo sii haa ebisuu ebifama Ulfin saa kanii waqayyoo haa ta,uu ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍
Waaqayyo daddabalee siha eebbisu!!ayyaana kana sirratti ha irraanfatu! Dhaggeeffadhee quufuun dadhabe
waawuu dame baga sadarka kanarra geesse .isa yero wajjin waaqeffacha turre natti fakkatee ebbifami bayye
endee faarsaama akkam akkamiin dhagaa'aa sirraa Damee..Ati dhugaa baayyeema nama eebbifamtedha ammallee si haa eebbisu jedheera
Woyyoo akkamittan quufa faaruu Gooftaa kanaa. Isan hululle afuufan suni baaye nama mararu, Gooftaan bara isaani haa ebbisu. Far Dame eebbifami obboleessa koo
Wow baaye faruu hafuuraati onne gab nama godha, eebbifamaa hundumti keessanuu!!
Wwwwwww Amezing song stay blessed .......... guyyaa gutuu dhagefadhee 💘💘💘💘💘❤❤❤❤❤💘💘💘 ani kani fudhadhe harka ke irra ...... yaa faaruu gurba kana guyaa hunda harawaa naafi ta.ee eebbifami
Damee faarfannaa hedduu nama eebbisu dha. Waaqayyo si nuuf kennuu isaatiif maqaan isaa haa ulfaatu...............Keep shining🧡💚🧡
Uuffffeeee gooftan isiin haa ebbisuu maati waqayyoo ebbifamaa🎵🎵🎤🎤🎤🎤🎺🎺🎺🎺🎺🎻🎻🎻🎻🎻
Nadhabaa bakkoo ebbifamii goftaa koo yesuuni ammayuu saa ebbisuu
Faarfannaan akkasitti wanta hiika qabu faarfatu.. kanaan achi ofumaa dibbee reebaa ooluu ta'a Ulfaadhu Damee Waaqayyoo Umurii tajaajilakee nuuf haa dheeressu
waaqayyo dibata kana sikeesstti haa qusatu.faarfannaa barootaa keesstti iddo jiran nama yaadachiisuudha Eebbifamii nama Waaqayyoo!!!!!!!!!!!!!!!
Waqayyoo saa eebbisuu keessa namaa boqochisa jechoonni kee ufinnii isaa gooftaaf haa tahu .....ogummaa waqaayyootu nama kennaa...hundinu yeroo goofta bira tahee akkasi milkaa'un...🙏🙏🙏
Uffffffeeeeee farfana bayee garaa nama rassuu gooftan baraa kee haa ebisu thanks god❤️❤️
Faarfannaa baay’ee namti toluu Waaqayyo dachaan si haa ebbisu damee keenya jabadhu
Mandhaaba koo......The blessing song... I can't stop listening. Naa eebbifami Damee.
Wwo" faaruu baayee bareedudhaWaaqayyoo keessati Ebbifamii Jiraadhu..... mucaayo sagalee jalaa qabde kan baayee sijaalladha giftiikoo jabbaadhu dhalootaf Ebbaa tahaa jirtaa!!
Uuuuuuuuuuufffffffiiiiii waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisu ebbifamii darabii demii Kanaa calaa
Ammayyuu ayyanii kanarra caaluu sif haa baay'atuu mucaa kakuu ebbifamii dachaa dachaan 🙏🙏🙏🙏 farsan kee hin qufamuu
Uuuuuuuuuuuuuuffffi ebbifami waqayyo baraafi jirenyaa kee ebbisuu
Muccaan kun faarfannaa Eerggaammoota lafaa irraati hafuuran fiide faarfaata wow amazing God bless you !!!
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen ebbifamaa dachaa ayyani kuuni sifi haa batuu lubbu kooo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👈👈
🎸🎸🎸🎸🎧🎧🎧
Amen Sanyii offii
how can I live without jesus
Waaqayyo guddaa isin haa eebbisun! Faarfannaa daran nama eebbbisu qabattani dhuftanin. Walaloon osoo duukaa jiraate gaarii ture.
Waqayyoo goftaan ayyanasaa sif haa baay'isuu damee mucaa kakuu Ebbifamii farsaa jireenyaa namaa boqochiisuu
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin darbaa deemaa Ayyaannisaa kanumarra caalaatti isiniifaa baayi'atu Maatii waaqayyoo
uuf eebbifami faarfataa Damee waaqayyop bara huindumaa sii haa eebbisu sin jaalladha
Dameen yammuu faarfatu jireenyi hafuuraa keenya hedduu jabaata, onneetu nutti horama, dhuguma nama Humnasaa guutuun Waaqayyoof hojjetudha EEBBIFAMI DAMEE.
Dhugadha.bayyeeNamati.tola
God bless you ❤❤❤❤❤❤
Ameen Ameen Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu 🙏 ❤ 💖!!uuufffeeee ishookaa
This music touch my heart! You have no idea how many times I watched this video I love it Dame may almighty God bless You.
Ameeen🙏🏿💕🇾🇪
Ameeeen
I can't stop listening it early morning i start my day by listening this beautiful song amazingly sang it. Many more blessings 🙏🏾🙏🏾🙏🏾
qaxalee gurbaa jabaadhuu waqqayyoo ayyaana isa siif ha baayiisuu sii jaalana jabaadhuu
utuu ta'ee har'i akka kaleessaa.lafa dheeraatti habaqii ulfaatuWaaqayyo inni akkasitti jechoota ogummaan si guute haa eebbifamu. Ammas eebbi kanarra guddaan si haa argatu,.
Obboleesakoo,... waaqayyo sihaa eebbisu. Faarfannaan akka keeti. Ulfaadhu, si jaalanna.
waaqayyo bara jireenyakee haa eebbisu! Ammallee kennaa kanaa olii siif haa baay'su
Waaqayyo kanuma caala jechoota siif haa kennu haadhoo koo baayyee eebbifami ❤
Faarsaa yoomillee dhaggeefatame hin quufmaneedha. ebbifaami Dame! ayyanaasa sid haa dabaluu Gooftaan Yesus ilmi Waaqa Jiraata!!
UffffffffffffffAmeeeeeeenEbiffaami dibaami darbii amalee adunyaati muladhuu uffffffffffff akkaam namati tola uuuuuu Ameen
wow jabadhuu saabbona koo waaqayyoo isiin haa gargaaruu
Woow,uuuuuuffff faarafanaani kuni,faarafataamee hin quufamu,Daame,Fiqaaduu,Waaqaayoo,daacha,daachan daachan,siyaa,ebisuu,ebifaami,Ameen,Ameen,Ameen👍🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Waaqayyoo sia ebbisu jechoonni isaa nama tolaa,akkasumaas hundumtuu gaariidhaa
Dame fiqaadu Jechike hin qabu mudaKeessa kootu itti gammadaQooda kana dinnikemmo ni gadda Woooow eebbifami again and again God blessed you Jechonnike inni ati itti fayyadamte kun dhuguman dibata qabaachuke dhugaa ba'a
Uffffeeeeekaaa Ameen Ameen Ameen Harka Kee Jalattin Miidhamnem Ani Yesus Koo Uuuuuuuu Dhugaadha Eeebbifamii Dachan Gatii Guddaadhan Kana Nuf Qophessu Keef Wqy Bara Kee Hunduma Haa Eebbisuu Ayyanasa Sif Haa Dabaluu G.B.Y 😢😢😢
YESUS koo Maluma sin jedhuu dhabee hojii kee tu na diqisisaa uufeee Sitan Gamadaa yeroo hundaa uffeee YESUS koo Farfana Bayy'ee Onnee nama seenuu Maqaa iyesus kirstosn Ebbifaamaa hundii keessaan ❤🙏
Wwwwo dhugaa guddaa ebifamaa danuu araraa isaa uuuuuuffff ebifamii mucaa kakuu 👍👍👍💗
Gxcxçccii 😃' iinuu bayatuu bayatuu bayatuu bayatuu 44 "' iinuu bayatuu 8 8 ' iinuu bayatuu - naa bayatuu bayatuu 98 "98
baay'ee faarsita dhugaa jabaadhu malee
Waqqayoo sii haa ebisuu bayee namatii tolaa jabadhaa
fiqee nama waaqayyoo dhugaatti sagaleen kee baay''ee nama hawwata! jabaadhuu
Barafi jirenya kee dachaa haa ebisuu ebbifamii mucaaa kakuu 😭🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen uuuufffeeeee elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele waqaayyoo bara Jireenyaa kee guttuu haa ebbiissuu farfaannaa Jireenyaa koo jisee kanaan argaadhee
Dhagefadhe dhagefadheen qufuun dadhabee.waqayoo si haa ebisuu
wowowow waaqayo gooftaan isin haa ebbiisuu ebbiifaama 🙇 🙇 🙇 ameeeeeeeeeeen ameeeeeen
Waaqayyoo isin haa Eebbissuu!!!!
Dameko Dhghe'e Quffuun dhadhabee ደሜኮ መዝሙሩን ሰምቼ መጠገብ አቃተኝ፡፡ እንደ ወንዝ ፍስስስስስስስስስ ተባረክልኝ በርታ
Wowow Ebbifamaa gooftaa issin haa Ebbissuu Fafana bayyeeee Namati toludhaa dhugaa
Baayyee nama eebbisa ayyana kanaan hafa
Baayyeeeeeeee eebbifamii Damee
Waaqayyo si haa eebbisu...!
Amazing songs - thank u brother!!!
eebbifami#yaada yoo dandeessan video yommuu waraabdan kan safuu waldaa kiristaanaa ta'eefii safuu oromoon beeku itti yaadaa
waaqayyo isa jecha bareedaa kana namaaf kennuuf galanni haa baay'atu eebbifami hanga dhumaatti si haa dhaabu
Waaqayyo si ha eebbisu Dame.
Uuuuuffff ayyani waqyoo dachaan sif haa bay'atuu hadhookoo
Ebifamii goftanii sii yaa ebsuu 👌👌👌👌👌
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifami waqayyo sii haa ebbisu
Uuuuufffff Garan koo bayyee siiniti gamaddee kan Waqayyoo kana calaa Ebbfamaaa
ebifama waqayyoo dabale dabale siya ebisuuu
waaqayyo ayyaana isaa siif haa baayyisu faarsaa baayyee namatti toluudha.
ufe ebifaami mucaa kaku far/abboota durii dhugaa fi Afuraan akkas waqeessun ayyana irraati ayyanaa sif haa dabalu🎧🎧🎤🎵🎶🎼🎹🎹🎷📖📖📖📖🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤❤❤👍
Dame waqqayoo sii haa Eebisuu
Waaqnikoo si haa ebbisuu damee
uuuuuuuuuuuuuuf! Eebbifami.Damee jechoota farsaa keessa jirantu na dhiba.kana caalaa ayyaanni sif haa baay'atu # ALBUM kee immoo gooftaan si haa gargaaru yoomuma?................
waaqayoo sii haa ebbisuu obbolee.farsaa baayee namatti toluu dha.waaqayoo ammayuu dabalee dabalee sii haa ebbisuu.
Waqayyoo dachaa dachaa si haa ebisuu ebbifamii ebifamii
faarfata yaada qabeessa Waaqayyo si yaa ebbisu.
Waaqni abbaa keetii sihaaeebbisu!!!!!!
Uuuuuuffff eeeebiiifaaamiii farfaanaan keee garaaa namaa ciibsaaa
❤❤❤❤❤❤❤waqaayyoo si haa eebbiissuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉ammeen
Eebbifami Dame koo, farfannaan kun keessakoo jiisee, afuura wallaane, akka dammaa natti miyaa'e. Gooftaan koo amma barbaraatti si haa'eebbisu!!
Uuufffeeee Ammmmmeeeen Ammmmmeeeen waqayyo bara keessan haa Eebbisuuu
Eeyyee otoo gooftaa ta'uu baatee...
Uuuuuuuffeekaa farsaa baay'ee bareedaadha dhugaa dhageffadhee qufuu dadhabee ebbiffami mucaa kakuu kan calaatii ayyanin waqayyoo kan calaa nama jabbatee mana goftaakee kessaa dhabatuu si tasisuu ayyanin waqayyoo ebbiffama ebbaaf ta'a maqaa yesusin
Ayyani Waqayoo sif ha bayyatu
Waqaayoo si ha ebissuu dacha dachaa 🙏🙏❤️🔥❤️💔💖💙🖤💕🌾🌿
Damee eebbifamii jabaa keenya
wowowoowowow bayy'een Itti Eebbamee anii waaqayyoo dachadhanii siihaa Eebbiissuu Eebbiifamii damiyyeekoo
Bayyee natti tolle dhugaa
Uuuuuuuiuuufayi ameeeeeen eebbifaami Dachaaa
Uuuufffeeee bayee nama boqochisaa gooftaan sii haa ebbisuu!!!
Ameeeeen Ameeeeeen uuuuufffffeeeee gooftaa si malee hin jiratamuuuuuuuuu
Walaloo fi hiikaan jecha #Mandhaaba jedhuu kunooti . Bakkan dhibbaa dhibba dhaga'uu dhaberra mallattoo gaaffii [?] kaa'een jira.
MANDHAABA jechuun hiree nama humna hin qabne ! Dadhabaa ta’uu isaa amanee kan fudhatuu, ollaan isaas kan beekuu dha. Akka galumsa Faarfannaa Dameetti kallattiin hojii Yesuusiin wal qabatee jira....
Mi’eeffatanii baruu gaarummaa manakee keessa jiraatanii
Argeera Gooftaakoo harkakee keessatti hin miidhamne ani
Na dabarsiteettaa natti dadhabdeetu baroota rakkisa
Humna sin dhabsiisuu anarraatii qabda gatii guddisaa
Danuu araarakeen jiraadhe fayya buleessa foon uffadhee
Bu’aa ba’ii lafaatti in qoofamu Gooftaakoo Si malee hin jiraatamu
Seenaakoo kaleessaa of duuba deebi’ee yemmuttiin yaadadhu
Hin qabulleen turee itti gargaaramee waanta ani abdadhu
Haalaa fi kaayyoo guddaa na tarkaanfachiiftee karaa mucucaatu
Oolchuunkee sirriidhaa utubaa naaf sooftee hirkannaa jabaatu
#Mandhaabakoo ollaan wal qabsiisee of dhabee utuun jiruu haal-dureenii
Iddoo malee taa'uuf ilaalladhe deemsa gaaraaf dachaa dadhabeenii
Haalakoo tilmaamee yaadaan sokkee abdiinkoo yoo toleef bara booda
Saalfadhee utuun lilibsadhuu qara naaf taasifteem ija sodaa
Ani Si malee ormaa hin dhaalu qalbii hin banneen si waliin horadhee
Kan garaankoo itti gammadu dilbii hin bannen si wajjin dhaabbadhee
Dallansuukoo situ hambise ifee jiraam har’a fuulakootu
Harka guuttee ittiin na eebbiftee waan durumaa garaankoo dheebotu
Umurii maleessaa baay’een cabaniiru hiriyyaan dhalootaa
Yeroof duukaa ta’ee malee hin gargaarree dandeettiin namootaa
Manakee keessatti olmaa jaallatamuu naaf mirkaneessitee
Na hin simatamnee ofitti waamteetu na qanansiifattee
Yoomuu hin qaqqabsiisu[?] dhuunfaakoo ani Si harkan fudhe kennaadhaa
Hammeesseen hin fudhadhuuf malee Si qabaachuun hinaafamaadha
Ganamnikoo yennaa guyya’ellee natti dhaamotus alaaf manaa
Tuulladhee yoon hambaa dhabellee anoo dhaala hin qabuum gamanaa
Gaara kaayyoon dadhabe qoomaani
Utuu hin jirree adeemsi jilbaanii
Achiin arge jabaa of tuffatuu
Lafa dheeratti habaqii ulfaatu
Utuu ta’ee har’i akka kaleessaa
Guyyaa dhalootaa nama abarsiisaa
Dhokataadha akkaataan hojiikee
Galanarra hin mul’atu faannikee
Anaaf taateem iddoo xinnaaf guddaa
Hin dagadhuum na wajjin seenaa qabdaa
Jireenyakootu afaankeen gorfame
Si harkaan fudhe bultee jijjiiramee
Garam goreen [?] ilaala hojiikee hundumtisaa nama dinqiisiisa
Sammuun namaa sin ibsu Gooftaakoo hin nuffamu kankee faarfachuunsaa
Dabalata hin baarbaadu oogummaa kuula [?]maaliin bareecha jiruukee
Sammuu namaa ajab jechiisiisaa hin xumuru in dheerata seenaankee
Eebbifamaa!!
WAKJIRA TUBE
Eebbifamaa!
Ebifamii dadhabiin gatii gudadhan sif haa ilalamuu waqe kenyaa
Ebifamaa waqqayyoo goftaan guttumaa bara jirenyaa keessan haa ebisuu ebifamaa dachaa dachaa hedduu namati tolaa dhugaa waqqayyoo bay'een itti Ebifamee uuuuufffii📖📖❤❤
Ebbifaama ebbifaama dhugaa waaqayyoo, waaqayyoo sin haa ebbisuu.
Hammeesse hin fudhadhuuf male sin qabachuun hinaafamadha jechuun maloodha nanaf hin galle
Anii leni ammantin koo isslam like tuqee gudadhaa ijoLee oro koo ammantin kana dhufatii oron dhigaa koti jiradhaa bayadhaa iboLeyan koo oro ❤💚💝🙏
Woowww eebbifsmii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤ namnni amanta isaaf kabajuu kan nama kabajaa
ቋንቋ ምንም ባልችልም ጌታ ኢየሱስ ስሙ ይባረክ በጣም ተባረክያለው መንፈስ ቅዱስ ሁሉንም ይችላል ቋንቋ አያግድም።
ወንድሜ ጌታ እየሱስ ይባረክ ዘመን ይባረክ !!!
ishoo wow wow Waaqayyoo guddaa guddaa isiin haa eebbisu ayyanaa fi araaraa isaa isiinif haa baay'isu Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen
Ebbaaaf taayiii bareeduu
Amen Amen Amen Amen Amen
Ebbiifaamaa 🙌🏻🙌🏻🙌🏻🙌🏻🙌🏻
Yoo farfataan akkasitti jechoota dinqisisoodhan utu hin sirbiin hafuuraa gabii qabuun galatoomi Dame Congratulations.
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeen
UUFFEE KANUMAKOO NAAF DUBBATTEE
Sirbuu miti ulfina ofi gatani lafarra yoo gangalataniyyu nama hin salfachiisuum IYYESUUSIIF
Ani hordoftuu amantaa ortodoxdha garuu faarsaa kanaan qabameera 😍😍😍
Fayyanni Yesus duwwadhaani karaan jireenya Yesus qofa.kottu gara Gooftaa
W/Yohhanis 3:16
W/Yohhanis 3:35-36
H/Ergaamtoota 4:12
Dubbifadhu
Anis kanin amanu iyaasusumaa anama kootu caala jedhu hin jaaladhu na aarsa namni akkati yaadu
🙋🤫👽👽👽
Mii'eefatanii baruu garumaa manakee keesaa jiratanii argera gofttakoo harakekee jaalatii hini miidhamnee anii 😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuuuuufffffeee Anii yeroo kamii iyyuu inqufuu mee farsaa kanaa maloo dammaa koo ebbifamii dachaa darbii demmii Mucaa kakuu Ayyannaa waaqayyoo dachaa Sif haa ta.uu
Ati illee nufi jiraadhuu Asee kaa bekkaa fi hubbataa nama qaxalee koo ❤️💟
Dame Eebbifami! Jechoota mimmi'aawoo fayyadamtee waaqa kee faarsitee jirta. Natti Toleera
Ameen Ameen Ameeen ebifamaa osoo dhaloon hundumtuu sirribuu batan akkati yaadaafi qalbii buleessaan waqqayyoon farfataan maalumaa ta'aa lataa uuufffee ebifamaa dhugaa dhalotaa bay'efi dandi akka ta'uu Abdiin qabaa waqqayyoo birraa uuuffee⏬🎸🎸🎸🎸📣📣📣🎶🎶🎶🎵🎵🎵🎤🎤🎤🎧🎧🎧🎻🎻🥁🥁🥁🥁🥁🥁🎺🎺🎺🎺🎻🎻🎻🎻🎻📯📯📯📯📯📯📯📯🔊🔊🔊🔊🥁🥁🥁🥁🥁🥁🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸📖📚
ua-cam.com/channels/_gOgRVOvLkYWY7N64qz6fw.html
Wow Dhugaa baayye nama dinqisiisa hojii gaarii hoojetaniif Ebbifama. Jechoota keessakee buleef DAME FIKADU
Ebbifami, Hojii Muuziqaakeef GAME BIRATU Guddadhu ammayyuu Warri HOOQUBAA FILMS Dagaaga
ቆንቆው በይጋባኛም በጠም ነው የወደድኩታ ጌታ ይባርክህ like I fell spirits
Uuuuuuufffff waqayyoo gudaa sii haa ebisuu ebifamii akanatii kunoo yoo farfatani farsa hafuranii gutamee goftanii Bara kee haa ebisuu ebifamii damee🙏
Farsaa lubuu namatii debisuu
Micayoo ishii sagalee gargartee kana waqayyoo sii haa ebisuu dhalotafi fakenyaa ta,ii waqayyoo sii haa ebisuu ebifama
Ulfin saa kanii waqayyoo haa ta,uu ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍
Waaqayyo daddabalee siha eebbisu!!ayyaana kana sirratti ha irraanfatu! Dhaggeeffadhee quufuun dadhabe
waawuu dame baga sadarka kanarra geesse .isa yero wajjin waaqeffacha turre natti fakkatee ebbifami bayye
endee faarsaama akkam akkamiin dhagaa'aa sirraa Damee..Ati dhugaa baayyeema nama eebbifamtedha ammallee si haa eebbisu jedheera
Woyyoo akkamittan quufa faaruu Gooftaa kanaa. Isan hululle afuufan suni baaye nama mararu, Gooftaan bara isaani haa ebbisu. Far Dame eebbifami obboleessa koo
Wow baaye faruu hafuuraati onne gab nama godha, eebbifamaa hundumti keessanuu!!
Wwwwwww Amezing song stay blessed .......... guyyaa gutuu dhagefadhee 💘💘💘💘💘❤❤❤❤❤💘💘💘 ani kani fudhadhe harka ke irra ...... yaa faaruu gurba kana guyaa hunda harawaa naafi ta.ee eebbifami
Damee faarfannaa hedduu nama eebbisu dha. Waaqayyo si nuuf kennuu isaatiif maqaan isaa haa ulfaatu...............Keep shining🧡💚🧡
Uuffffeeee gooftan isiin haa ebbisuu maati waqayyoo ebbifamaa🎵🎵🎤🎤🎤🎤🎺🎺🎺🎺🎺🎻🎻🎻🎻🎻
Nadhabaa bakkoo ebbifamii goftaa koo yesuuni ammayuu saa ebbisuu
Faarfannaan akkasitti wanta hiika qabu faarfatu.. kanaan achi ofumaa dibbee reebaa ooluu ta'a Ulfaadhu Damee Waaqayyoo Umurii tajaajilakee nuuf haa dheeressu
waaqayyo dibata kana sikeesstti haa qusatu.faarfannaa barootaa keesstti iddo jiran nama yaadachiisuudha Eebbifamii nama Waaqayyoo!!!!!!!!!!!!!!!
Waqayyoo saa eebbisuu keessa namaa boqochisa jechoonni kee ufinnii isaa gooftaaf haa tahu .....ogummaa waqaayyootu nama kennaa...hundinu yeroo goofta bira tahee akkasi milkaa'un...🙏🙏🙏
Uffffffeeeeee farfana bayee garaa nama rassuu gooftan baraa kee haa ebisu thanks god❤️❤️
Faarfannaa baay’ee namti toluu Waaqayyo dachaan si haa ebbisu damee keenya jabadhu
Mandhaaba koo......
The blessing song... I can't stop listening. Naa eebbifami Damee.
Wwo" faaruu baayee bareedudha
Waaqayyoo keessati Ebbifamii
Jiraadhu..... mucaayo sagalee jalaa qabde kan baayee sijaalladha giftiikoo jabbaadhu dhalootaf Ebbaa tahaa jirtaa!!
Uuuuuuuuuuufffffffiiiiii waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisu ebbifamii darabii demii Kanaa calaa
Ammayyuu ayyanii kanarra caaluu sif haa baay'atuu mucaa kakuu ebbifamii dachaa dachaan 🙏🙏🙏🙏 farsan kee hin qufamuu
Uuuuuuuuuuuuuuffffi ebbifami waqayyo baraafi jirenyaa kee ebbisuu
Muccaan kun faarfannaa Eerggaammoota lafaa irraati hafuuran fiide faarfaata wow amazing God bless you !!!
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen ebbifamaa dachaa ayyani kuuni sifi haa batuu lubbu kooo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👈👈
🎸🎸🎸🎸🎧🎧🎧
Amen Sanyii offii
how can I live without jesus
Waaqayyo guddaa isin haa eebbisun! Faarfannaa daran nama eebbbisu qabattani dhuftanin. Walaloon osoo duukaa jiraate gaarii ture.
Waqayyoo goftaan ayyanasaa sif haa baay'isuu damee mucaa kakuu Ebbifamii farsaa jireenyaa namaa boqochiisuu
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa maqaa yasusiin darbaa deemaa Ayyaannisaa kanumarra caalaatti isiniifaa baayi'atu Maatii waaqayyoo
uuf eebbifami faarfataa Damee waaqayyop bara huindumaa sii haa eebbisu sin jaalladha
Dameen yammuu faarfatu jireenyi hafuuraa keenya hedduu jabaata, onneetu nutti horama, dhuguma nama Humnasaa guutuun Waaqayyoof hojjetudha EEBBIFAMI DAMEE.
Dhugadha.bayyee
Namati.tola
God bless you ❤❤❤❤❤❤
Ameen Ameen Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu 🙏 ❤ 💖!!uuufffeeee ishookaa
This music touch my heart! You have no idea how many times I watched this video I love it Dame may almighty God bless You.
Ameeen🙏🏿💕🇾🇪
Ameeeen
ua-cam.com/channels/_gOgRVOvLkYWY7N64qz6fw.html
I can't stop listening it early morning i start my day by listening this beautiful song amazingly sang it. Many more blessings 🙏🏾🙏🏾🙏🏾
qaxalee gurbaa jabaadhuu waqqayyoo ayyaana isa siif ha baayiisuu sii jaalana jabaadhuu
utuu ta'ee har'i akka kaleessaa.
lafa dheeraatti habaqii ulfaatu
Waaqayyo inni akkasitti jechoota ogummaan si guute haa eebbifamu. Ammas eebbi kanarra guddaan si haa argatu,.
Obboleesakoo,... waaqayyo sihaa eebbisu. Faarfannaan akka keeti. Ulfaadhu, si jaalanna.
waaqayyo bara jireenyakee haa eebbisu! Ammallee kennaa kanaa olii siif haa baay'su
Waaqayyo kanuma caala jechoota siif haa kennu haadhoo koo baayyee eebbifami ❤
Faarsaa yoomillee dhaggeefatame hin quufmaneedha. ebbifaami Dame! ayyanaasa sid haa dabaluu Gooftaan Yesus ilmi Waaqa Jiraata!!
Uffffffffffffff
Ameeeeeeen
Ebiffaami dibaami darbii amalee adunyaati muladhuu uffffffffffff akkaam namati tola uuuuuu Ameen
wow jabadhuu saabbona koo waaqayyoo isiin haa gargaaruu
Woow,uuuuuuffff faarafanaani kuni,faarafataamee hin quufamu,Daame,Fiqaaduu,Waaqaayoo,daacha,daachan daachan,siyaa,ebisuu,ebifaami,Ameen,Ameen,Ameen👍🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Waaqayyoo sia ebbisu jechoonni isaa nama tolaa,akkasumaas hundumtuu gaariidhaa
Dame fiqaadu
Jechike hin qabu muda
Keessa kootu itti gammada
Qooda kana dinnikemmo ni gadda
Woooow eebbifami again and again God blessed you
Jechonnike inni ati itti fayyadamte kun dhuguman dibata qabaachuke dhugaa ba'a
Uffffeeeeekaaa Ameen Ameen Ameen Harka Kee Jalattin Miidhamnem Ani Yesus Koo Uuuuuuuu Dhugaadha Eeebbifamii Dachan Gatii Guddaadhan Kana Nuf Qophessu Keef Wqy Bara Kee Hunduma Haa Eebbisuu Ayyanasa Sif Haa Dabaluu G.B.Y 😢😢😢
YESUS koo Maluma sin jedhuu dhabee hojii kee tu na diqisisaa uufeee Sitan Gamadaa yeroo hundaa uffeee YESUS koo
Farfana Bayy'ee Onnee nama seenuu
Maqaa iyesus kirstosn Ebbifaamaa hundii keessaan ❤🙏
ua-cam.com/channels/_gOgRVOvLkYWY7N64qz6fw.html
Wwwwo dhugaa guddaa ebifamaa danuu araraa isaa uuuuuuffff ebifamii mucaa kakuu 👍👍👍💗
Gxcxçccii 😃' iinuu bayatuu bayatuu bayatuu bayatuu 44 "' iinuu bayatuu 8 8 ' iinuu bayatuu - naa bayatuu bayatuu 98 "98
baay'ee faarsita dhugaa jabaadhu malee
Waqqayoo sii haa ebisuu bayee namatii tolaa jabadhaa
fiqee nama waaqayyoo dhugaatti sagaleen kee baay''ee nama hawwata! jabaadhuu
Barafi jirenya kee dachaa haa ebisuu ebbifamii mucaaa kakuu 😭🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen uuuufffeeeee elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele elelelelelele waqaayyoo bara Jireenyaa kee guttuu haa ebbiissuu farfaannaa Jireenyaa koo jisee kanaan argaadhee
Dhagefadhe dhagefadheen qufuun dadhabee.waqayoo si haa ebisuu
wowowow waaqayo gooftaan isin haa ebbiisuu ebbiifaama 🙇 🙇 🙇 ameeeeeeeeeeen ameeeeeen
Waaqayyoo isin haa Eebbissuu!!!!
Dameko Dhghe'e Quffuun dhadhabee ደሜኮ መዝሙሩን ሰምቼ መጠገብ አቃተኝ፡፡
እንደ ወንዝ ፍስስስስስስስስስ
ተባረክልኝ በርታ
ua-cam.com/channels/_gOgRVOvLkYWY7N64qz6fw.html
Wowow Ebbifamaa gooftaa issin haa Ebbissuu Fafana bayyeeee Namati toludhaa dhugaa
Baayyee nama eebbisa ayyana kanaan hafa
Baayyeeeeeeee eebbifamii Damee
Waaqayyo si haa eebbisu...!
Amazing songs - thank u brother!!!
eebbifami
#yaada
yoo dandeessan video yommuu waraabdan kan safuu waldaa kiristaanaa ta'eefii safuu oromoon beeku itti yaadaa
waaqayyo isa jecha bareedaa kana namaaf kennuuf galanni haa baay'atu
eebbifami hanga dhumaatti si haa dhaabu
Waaqayyo si ha eebbisu Dame.
Uuuuuffff ayyani waqyoo dachaan sif haa bay'atuu hadhookoo
Ebifamii goftanii sii yaa ebsuu 👌👌👌👌👌
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifami waqayyo sii haa ebbisu
Uuuuufffff Garan koo bayyee siiniti gamaddee kan Waqayyoo kana calaa Ebbfamaaa
ebifama waqayyoo dabale dabale siya ebisuuu
waaqayyo ayyaana isaa siif haa baayyisu faarsaa baayyee namatti toluudha.
ufe ebifaami mucaa kaku far/abboota durii dhugaa fi Afuraan akkas waqeessun ayyana irraati ayyanaa sif haa dabalu🎧🎧🎤🎵🎶🎼🎹🎹🎷📖📖📖📖🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷❤❤❤👍
Dame waqqayoo sii haa Eebisuu
Waaqnikoo si haa ebbisuu damee
uuuuuuuuuuuuuuf! Eebbifami.Damee jechoota farsaa keessa jirantu na dhiba.kana caalaa ayyaanni sif haa baay'atu
# ALBUM kee immoo gooftaan si haa gargaaru yoomuma?................