Jirenya Shiferaw, your soulful melodies and musical prowess touch the hearts of your audience, invoking deep emotions and leaving a lasting impact. I watched all Gemada shows Episodes. keep shining dear brother, you both are oromo Icons. the first oromo show
Artistii Jireenyaa Shifeeraw filaannoo koo jalqabaa ❤jaaba gurba ❤❤❤❤
Garuu jireenya mucaa isaa arkuuf ykn ulama'oota dubbisuu qaba Ustaaz Raayyaa Abbaamacca faa ❤❤ dubbisuu qaba
Maal godhuuf isaan😂
Malii isantuu harkaa qaba mo mucaa isa
Namni akka kootti albama jireenyaa dhaggeeffate waan jiru hin se'u!!!!!❤❤❤❤❤
Wayoo garaa nama nyataa dhugaa .waqayooo mucaa kee saa agarisisuu.Anilee.seenaa akkaa kee qabaa.❤❤❤❤❤❤
Jirenyaa koo rabbin ilmoo tee wojiin woli sii haa agarisisu inshaa allah ni argata❤❤❤❤
Maali Gamme 1ffa gaffi gafachu hin beektu ykn gaffi gafatamu hin qabnee gafatan. 2ffa Osoo kessumman kee ibsa jiruu adaan kutaa maliif kana sirressi. That's phenomenal talkshow keep it up man
Warrii hojiin gammaadaa show isiinitti tolee jaalatan asuuman manaakoos koottaamee ijoollee damma makaa ❤❤waatu jira ❤❤
❤ U have bird’s 🐦 voice!
We are proud of you‚ Jiro!
Umurii dheeraa nuuf jiraadhu waaqayyo mucaakee wajjin wal siyaa agarsiisu jiroko❤❤❤❤❤❤❤❤
Great to see you Jireenya! A talented Artist!!!
Gammee jabaadhu hojii gaarii hojjachaa jirta jireenyafis ilmoo isaa barbaadi dhiyeessi sin boonnaa!!!
Rabbiin ilmoo teti wal siha agarsisuu ishaallaa shekoti wajjin ittiin dhaqii matii bira😢😊
Gaaf tokko Yesuus lapheekee akka dhuunfatu shakkii hinqabu. Ayyaani waaqayyoo sifaana haata'u ammallee.
Gammada, adaraa gaaffii al tokko gaafadhuu nama gaafattuuf ammoo akka deebisuuf yeroo gahaa kenni. Jala jalaa yeroo gaafattu baayyee nama jeeqa. Wanta guddaa ati fooyyeasuu qabdu tokko kana isa kaan suutuma itti deebina!
❤❤qaalidhaa ati oromoof jirenyaa kenyaa Gammee atis nuuf jiradhuu❤❤❤
rabbi ilmo ketin wal sii haaa garsisu .miskin ayyyyi bale robe jirti hati mucaa teti 😢😢😢 faxxen 😊
Ennuttu zirzirii si gaafate?😏
😂
😂
😂😂😂😂😂😂
Jirenya Shiferaw, your soulful melodies and musical prowess touch the hearts of your audience, invoking deep emotions and leaving a lasting impact.
I watched all Gemada shows Episodes. keep shining dear brother, you both are oromo Icons. the first oromo show
🎉❤❤❤
JIREENYA Smart man❤
oromoo mucaan kun hayyuudhaa dhiisaa goota akkana kana ajjeeftanii booyyuu bartanii silaa sin jaaladha jireenyaa koo jabaadhu ati goota yoommiyyuu
Jiro jiro bagaa ngn dhuftee leenca koo❤❤❤❤❤
Jiregna shiferaw our legend Artist sin Jaaladha ❤
jirenyaa namaa cimaa umurii dheraa ,rabbii guddan mucaa kee faana wal si haa qunnamisisuuu abba.
Thank you Gammada show always!
Jireenya kottu manuma waaqayyoo wayyaa❤
Jabaadhu Gamme ...
Jireenya nama jaallatama 💥.
.HUNDII KEESSSA N MAATII NAAF TA.A PLEASE 🥺😭
Jiroo si jallannaa❤ gammada atillee nuuf jiraadhu🙏👌
Wawoo thanks waan afeeretef
Waa'een mucaakeetii hedduu garaa na nyaate. Abbaan ilmoo ofiirraa guyyaa tokkollee adda ba'ee jiraachuun hangam akka nama miidhu nama irra ga'etu beeka. Mucaakee waliin waaqni nagaan wal isin haa agarsiisu.
"Osoo Roobuu" is so my favorite 🎉❤
Sin jaalladha jiruukoo dhugaa waaqaaf lafa uumee ❤❤❤❤❤
Jirooko you are legend
No, he is not
Obsee obseen dadhabe yaa lammii koo kee kanaa..
Ka'ii falmi.
I love Jiregna!!!!!
WAQENEE GUDAAA ESEENYY WAJENEE HATEOO Geletomee Jeremy keenaa jebadaa 🙏🌷🌷✅🎉
bagaa nagaan dhuftaan
I love ur voice & talent ma bro ammoos yaada bilchoo yaada haamlaawaa kaaste dubbiinkees baay'ee ijoodha galatoomi jiroo🙏✌️👍
Rabiin ilmoo kee sif ha debisuu Atii abaa garii dhaa😢😢😢😢😢😢😢
Yooyyaa baga nagaan dhuftanii itti muddiii jabaadhaa baay'ee nama bohaarsaa atis kottu mana keenya Nu jajjabeessii
Artistii ajaa'ibaa Oromoon qabu keessaa tokko Jireenyaa dha...too much respect. Asumaan Raapperii keenya dinqisiisaa
Sayyoo akka nuuf dhiyeessitu kabaja guddaadhaan si gaafadha. please Gamme🙏🙏🙏
Jiroo my legend anis ijoollumaakoorra ka'een sidhageefachaa gudadhe 😂😂tnk u bro
Amma guddattee gaafa baastee🤔🤔🤔🤔😂😂😂😂
Ani artistii baayyee dinqisifaadhu keessa ati nama tokko.jiraadhu qaali sabaa.Ilmoo kee wajjiin rabbi si wal ha agarsiisu
Jireenyaa mucaa biyya koo jabaadhu bakka barbaaddu nii geessa.mucaa kee wajjin wal sii agarsiisu.
Please please maaloo maaloo maaloo adaraa kee adaraakee Namicha Ilkanna cabaa jaarsa Masinqoon baayyee beekamaa jiru sana nuuf dhiyeessi adaraa Game best
thank you Gamme for inviting him
Jaba keenya gammee big respect you ❤
"Abbaama dhabnee jirra haga har'atti"😥
dhugaa baayyee nama ti toltaa jabadhu ❤❤❤
Wapayon dhalaa ke fayadhan siti ha debisu hin debisasi bekaa 😢😢😢😢❤❤❤
Gamme ulfaadhu atii galatomi Atii Nama jabaadha jirenyaa 😢Rabbi guddan ilmeeke fi sin wal sin haa argiisisu Yeroo tokko tokko carraan hiree Nama gadiisisaa ikraam asini jiraa jedhe abbake 😢😢😢😢
I love her voice 😘😘😘
Her? Bro jireenya is not women
@@firatube7771😂😂😂😂😂
Oooo Fudhu Galata Ameen Ebbifamii Namati tola ❤👏
Jireenya mucaa Dambiikeenya!Haasanke & sirbikee baay'e namattitola.
Bayee galatoomi namaa bade nufi fiduu keetif❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Long life Nuuf jiraadha qomoko ❤️
Gammadaa hedduu galatoomi we love you Jireenyaa
Waaqayyoo muca keetin wal sina argisisuu dhugaa bayy'ee nama midha jedhen yaada ilmoo fi abba gargar wal irra fagachun😢
Show ni dhama qabu keetuma bada gammee ❤
❤unkaa ittin wal arkaan tu jiraa saanif ibsaa shek Guutte biraa arkaachuu dandeeysa
Shekota kaa akka Rayyaa kaa akka shek amiin ibro dubisu qaba rabbii wal haa garsisu😢
Namooni youtube qabdan walif
Risaa media share subscription godheetin jiraa comments.
RAYAA Fi shek amiin ibrotu harkaa qaba mo mucaa isaa akkmin gafachuu dandah
Jireenyaa koo sabboona koo heedduun sii jaaladha waaqayyoo umurii kee nuuf haa dheeressu.Waaqayyoo ilmoo keen wal sii agarsiisu.Its so painfull really.Dhimma dhala isa irraatti namni dhageetti qabu kamu hojjeechu qaba.Anaan sanyii koo.
Haala gaffi namaa dhiyeessu irrati yeroo osoo kennitefi gariidha
dhugaa keeti hubbaata namaa
Wow amazing
Galatoomi Gammadaa keenya.
Thank you gamadaa showo❤❤❤❤❤❤
Jabaa Oromoo nuuf jiradhuu
Rabiin sii haa garasiisuu qilmo tee😢😢😢😢😢😢😢
Galaatomii gammee&jirenyaa hedduu isiin jalaadhaa
Thank you Gammada SHOW God bless you
Dhuga rabi bayee kesi ko gadee rabin hunduma ni dadaa dhali ketis sif dhufti abdi qaba waqayoraa
Gemee jabbadhu jiroo koo waaqayyoo Wal si haa agarsisuu ❤
❤❤❤❤❤❤saabbonaa ilmaa nu jiraadhu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤sagalee hin baredu hanga sirba irraa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉 garuu baay, ee si jalaladh dhugaa
Jireenyaa
Yaa sagalee isaa😍❤
Nama sagalee isaa hin jijjiiramne Anaaf jireenya qofaa.
Baay'ee si'i jaaladha si'i kabaja
Wow jirenyaa harargee sehaa turee
Jireenyaan 45 gadi miti maalijoo anuu 30 galuufiyoo 😜
Jireenyaa Shifarraa Nuuf Buli❤❤❤❤❤
Waqayoo mucake sif ha argu😢😢
Sagalee dhumaa isaa baay'ee jaladha❤
Muuziqaan sun dhugumaan addadha. Ani nama Dambi doolloo miti namatu naaf ibse baay'een jaalladhe❤❤❤
Gammachiis Bayyanaa yeroo itti aanu nuuf dhiyeessi
Jireenya namaa jaaba oromoo arti isaatin
Gammada show jabbadhuu
Jireenyaan nama bilchaataadha
Waaqayyoo Micaake Wajjin Wal siiha Agarsiisu Adhooko 💔
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gammaada show jabeessi jabaa yaada gaarii
Super voice world 🌎
Jiroo nuuf jiradhuu goota koo♥️
Baga jiraattte Jiroo
Akka ani itti jaaladhu 🥰
Jalewan Kenyaa Baga nagayan
Wali débinee
Sagallee meshaa musica male taphatee wow bayyee ajjibaa❤
"Dambittii kuree gubbaa" kureen magaalaa Dambi Dolloo keessaa bakka ani itti dhaladhedha . biyya na yaadachiise
Mucaatiin bodee ofinuu si Barbadi dhugaa❤
I am anxious for attending your programme
Brilliant young man 🥰
Jabaa namaa mucaan kun dhugaa jabbefaamu qaba Artisti oromoon qabdu keessaa isaa Addaa sagaale adda daandetti adda kenna addaa qabu keessaa isaa tokkoodha
Mudannoon kee kuun Akaa nan mudannen sodadhaa Raabbiin nan Adiduu malee 😢
Gamme hojii kana professionnel kee malee akka hojjetaa jirtu sirraa beekama. Gaaffii dura gaafatte otuu inni deebisee hin xumuriin gaaffii 2ffaa irratti dabalta. Otuu inni waa'ee gambeelaa fi waa'ee jiniinaa dubbatee hin fixiin gaaffii abbaa isaa irratti dabalta nama ayyaana gazeexessummaa qabu qacari.
jiro album faarfannaan si eegna ❤
Jiroo qashtii keenya nuuf jiraadhuu
Jabadhuu dandatii adaa qabdaa ❤❤❤