Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
I've been tirelessly searching for this song...and finally here I am 😊🙏
Eeeee guddaa naaf eebbifami Girmaa kiyya! Hafuura Waaqaa guddatu sirra jira
I love this song brother yo dagauu imimani najiga😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 ebifam
Yene wedem tebarek ufaa
Yne wd wendem tebarekelegn🙏🏻
Gosee buyyoo keessa teennee waaqa keennaa kadhannee...🙏😇
Baayee nama tola eebbifamaa
Tebareki bro
Eebifam obboleessa kiyya🥰🥰
It's great song. God bless you.
Eebbifami
Wow nic
Amenn
●Farfannaa kana yoo dhageefadhu karaa hedduun jireenyi kiyya na foorfate, baay,ee ittiin eebbifame rakkoo kiyya (koo) ranfadhe ykn dedhee akka ani waaqa yaamuuf (kadhachuuf, daadimachuuf) fuula isa dura tee,u na tolche. akkasuma "Dasee buuyyoo keesse teenne" gaafa jedhu waaqayyoon kadhannaa nama dhage,iisaaf waaqa iddoo filatu miti, akkasumasi waaqa sa,aati filatu miti, nama adoo teete amma busy namaan jedha, waaqayyoo galgalaa ganama, halkani guyyaa sa,aati 24 yoo yaamani wajirri isaa bana te,uu isaa agarsiisa ilmaan isaa keesummeesiisaaf. kanaaf jabeesine ykn ittuma daballe shakkiif hifuu tokko male akka nuuti waaqa wammannu nu barsiisa farfannaan kuni. ●Dabalataan waaqi waaqa iddoo filatu miti Gaafa jennu kadhanna keeti dhage,iisaaf kara gula deema, iddoo hujii keeti, bakka bulii keetitti badiiya fi magalalleti, even mana fincaani keessa teete yoo waaqa yaamte akka waaqi siif dhage,u si barsiichii faaruun tuni, daani,eeeli boolla neenqa keessa baache kadhaan isa boolla keessa waan jiraateef network isaaf waaqa jidduu jirtu isa hin rakkinne ykn boolla keessa jirta jedhe waaqi kadhaa isaa dhage,uu hin didanne, garuu wonni waaqi laalu onnen kadhachuu keeti male bakka ati teesse "Abbaa" isaan jette sun abbooma ifii dhage,ee owwaachuu isa hin dhooggu, kanaaf #halaa fi #iddoo jiruu sanirra ija keenna kaasne waaqa #iddoo hundaaf #haala hundaa keessa nu woliin jirurraa haa tolfannu. gaafa akka sanitti hubanne farfannaa kana dhageefenne gaari rakkoo teennaa, dirree diriirtuu ( basa qajeela) nuuf te,a, dhageetta faaruu tanaatiin waaqi humna kadhannatiif hubanti kadhaa akkasumasi bu,aa isii woliin akka nuuf dabalu hin amana waaqi hojatoota dhageefatoota hundaa haa eebbisu. Obboleessa keenna kani farfannaa kana nuuf dhiyeesan #Girma #Gedo waaqayyoo iddoo inni jirutti isaa haa eebbisuu jennaan baay,ee si jaalanna Girmisha.● Girmisha may God bless your whole life and ministry by his mighty power and for his glory 💚💜💞💘💖💗💕💜💓💔❤💙💚💚💜💜💞💞💞💓😍😍😍💜💚😂😍😍💜😍💚💜💜😍💚💚.
❤❤❤❤❤
god bless
god bless you
I've been tirelessly searching for this song...and finally here I am 😊🙏
Eeeee guddaa naaf eebbifami Girmaa kiyya! Hafuura Waaqaa guddatu sirra jira
I love this song brother yo dagauu imimani najiga😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 ebifam
Yene wedem tebarek ufaa
Yne wd wendem tebarekelegn🙏🏻
Gosee buyyoo keessa teennee waaqa keennaa kadhannee...🙏😇
Baayee nama tola eebbifamaa
Tebareki bro
Eebifam obboleessa kiyya🥰🥰
It's great song. God bless you.
Eebbifami
Wow nic
Amenn
●Farfannaa kana yoo dhageefadhu karaa hedduun jireenyi kiyya na foorfate, baay,ee ittiin eebbifame rakkoo kiyya (koo) ranfadhe ykn dedhee akka ani waaqa yaamuuf (kadhachuuf, daadimachuuf) fuula isa dura tee,u na tolche. akkasuma "Dasee buuyyoo keesse teenne" gaafa jedhu waaqayyoon kadhannaa nama dhage,iisaaf waaqa iddoo filatu miti, akkasumasi waaqa sa,aati filatu miti, nama adoo teete amma busy namaan jedha, waaqayyoo galgalaa ganama, halkani guyyaa sa,aati 24 yoo yaamani wajirri isaa bana te,uu isaa agarsiisa ilmaan isaa keesummeesiisaaf. kanaaf jabeesine ykn ittuma daballe shakkiif hifuu tokko male akka nuuti waaqa wammannu nu barsiisa farfannaan kuni. ●Dabalataan waaqi waaqa iddoo filatu miti Gaafa jennu kadhanna keeti dhage,iisaaf kara gula deema, iddoo hujii keeti, bakka bulii keetitti badiiya fi magalalleti, even mana fincaani keessa teete yoo waaqa yaamte akka waaqi siif dhage,u si barsiichii faaruun tuni, daani,eeeli boolla neenqa keessa baache kadhaan isa boolla keessa waan jiraateef network isaaf waaqa jidduu jirtu isa hin rakkinne ykn boolla keessa jirta jedhe waaqi kadhaa isaa dhage,uu hin didanne, garuu wonni waaqi laalu onnen kadhachuu keeti male bakka ati teesse "Abbaa" isaan jette sun abbooma ifii dhage,ee owwaachuu isa hin dhooggu, kanaaf #halaa fi #iddoo jiruu sanirra ija keenna kaasne waaqa #iddoo hundaaf #haala hundaa keessa nu woliin jirurraa haa tolfannu. gaafa akka sanitti hubanne farfannaa kana dhageefenne gaari rakkoo teennaa, dirree diriirtuu ( basa qajeela) nuuf te,a, dhageetta faaruu tanaatiin waaqi humna kadhannatiif hubanti kadhaa akkasumasi bu,aa isii woliin akka nuuf dabalu hin amana waaqi hojatoota dhageefatoota hundaa haa eebbisu. Obboleessa keenna kani farfannaa kana nuuf dhiyeesan #Girma #Gedo waaqayyoo iddoo inni jirutti isaa haa eebbisuu jennaan baay,ee si jaalanna Girmisha.
● Girmisha may God bless your whole life and ministry by his mighty power and for his glory 💚💜💞💘💖💗💕💜💓💔❤💙💚💚💜💜💞💞💞💓😍😍😍💜💚😂😍😍💜😍💚💜💜😍💚💚.
❤❤❤❤❤
god bless
god bless you