saafuu fi safeefanaa oromoo tulamaa qabu, akkasumaa aadaa fi dudhaa oromoo ibsuu barbaadeetii,!! akka kootii mucaa kun durba baadiyaa tatee kan mula'atee, kanaa jechuun bareedina uumamaa kan make up hin tuqiin jechuudha. kanaaf mucaa kun of tatee kan mula'atee.......
bayye barreda sabonaa Oromo jabaadhu 👍👍👍🙌🙌🙌🙌🙌very good
❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa waaqa baay’ee nati tolee 🙏🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏
Hojii bareeda ❤❤❤❤ fittaala been beenyaa ammas dabali
Bayee namatii tola atii garuu hint Alaa oromo yoo tatee rifensaa akasii hin fayadmin lamataa isumaa rabii sii kenee barechadhuu sii gaha
bareeda sagalee bareedaa! fittoo sirboonni kee namatti tola jabaadhu
hora bulaa addan Oromo ok anaa jiruu galataa guddaa qabaduu naa birraa immaa oromaa👍💞
Ima baredaa dirbii dhugaa rabii mucalen wow
Jabadhuu sanyii koo ❤❤❤❤❤❤
wowwww bayee namatii tolaa jabadhu
Wwwooww bayyee bareedaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wowwwwwww Bayye namati tolaa iti fufi
Aadaa oromo jilii ni baredu
Garuu Addaa kuni Adda biyyaa kamit ?
nampala sofia aadaa oromoo warra jiilleeti
Ejaladhee sirbaa kanaa garuu astgfrulh jedhee
Wowww jillicha koo
Ajaa'iba qabdan garuu guyyaa jaartoleen baatee shubbisa dhukkisiifte bilisummaan oromoo dhuftee cadhi
🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆
🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉
🙊🙊🙊🙊🙊🙊🙊
Qoqatn argee waraa dhayxe mojoo galuu demtii wal baraa jenan gadii jetee tumaa sobdee seyxii wowow
Gaaf tokko ijaan Wal agarre jalaalli Nan guulee
Woww baayyee midhagaa sirbii kee garuu kun mata ishiitimoo kun nama soddachistee qalii isaa ganama na humee kkkkk aja.aibaa
fittalaa.sirbii kee bayyee barreedaa jabbadhuu.goshi lammii ko jajabbadhuu uuuuuuuuuuphaaa garuu tana wajiin sirbuu hin qabduu
saafuu fi safeefanaa oromoo tulamaa qabu, akkasumaa aadaa fi dudhaa oromoo ibsuu barbaadeetii,!! akka kootii mucaa kun durba baadiyaa tatee kan mula'atee, kanaa jechuun bareedina uumamaa kan make up hin tuqiin jechuudha. kanaaf mucaa kun of tatee kan mula'atee.......
Wow wow
Mucatin nama sodachiftii uuuuuuyyyy
❤❤❤❤❤
Bareeduu Tulamaa💔
rifeensii maalii kun wow sirbii dhugaa waqaa
🌷
mashaa.alaa.jabadhaa.bayee.namatii.tol
kunoo.rifesii.malin
fachoo.faradaa.kkkkk
Tooha Mee hi
Dabee dhaa kkkkkkkkkkkkkkk
kkkk silaa kunii refensaa kanishetii?
Hitiriya Muhamed Mohamad
sirbaaaa barredaaaaa
editor sii camera man's namaa tokkoo kuni qulqullinaa clipoota sirboota gadi buusa
Kkkkkkkkkkkkkk intaa kun maloo maf addaa ishii balleesitii
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
b.b baredaa
wow sabonaa koo bayyee tola 😍😍😍😍😍
wowwwwee
baay'ee namati tola ❤❤❤❤❤❤❤❤
wwww very good
kkkkkķkkk sirbilee no midhagaa kuni rifensii malii😆😅😆
jabadhuu.sirbii.bayee
namatii.tolaa.sabon
oromoo.rifesumaa
satuu.sii.fokosee
sirbii.namatii.tolaa.kkkkkk
wowwwwwwwowww oromoowwanikoo👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏💞💞💞💞💞✌
😘😘👌👌👏👏❤💚❤
Dabee fidee duchisaa
like
tole bushaa. Maliniiiiii kan ofi iratti bate kana ofiraa muir ayyyii 👉 💇
Roza Rozza hhhhhhhhh dhugaa sirbii isheef hin malle dhugaa rabbiii
💇💇💇💆💆💆
heedu namaati tolaa jabaadhu sabootichaa dhiraa
baredaaaa kkkkk
Jibril Duri kkkkkkkkkkkkkkkmmmhgfuuuuujjjcvbghgggg
Garuu kun mali rifeesa namati moo rifesaa fardaati kkkkk
sabootu oromo abdi kkkkkkkkkkkkkkkkkkk👍👍👍
sabootu oromo abdi hahahah
kkkkkkkkkkkkk dhuguumaa maliinikaa
hhhhhhhhhhhhh garuu kun rifensaa isiti moo malii saa
kkkkk😆😆😆
kkkkkkkkkkkklk
❤❤❤❤❤❤❤
🥰🥰🥰❤️❤️🥰🥰🥰❤️🥰❤️❤️