Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Waw doctorii hin bekkuu dawaa jalala dhugumaa jetem warii sirbii Kun sinitii tolee like godha
Sirba bareedaadha qulqullinni kaameraa immoo adduma❤Waanti sirreeffachuu qabdu kaameraa ija itti qabdee ilaaltu sana dhiisi yeroo biraatiif 😊
Dhugaa nutti tolte Bareeddu oromoo jabaadhu Muziiqa biraatin dafii koottu Sagalee muziiqa sirritti qabdaJabaadhu❤
Excellent worksHojii aja'ibaatiiQashitii teenyaa hamtuun sin argini kan ammaf galatoomi, kan itti aanuu waa hedduu sabni kee sirraa eega guddattuu teenya
Incinniirraa maaltu addaataaGaraan kan kee maaf jabaataa ❤❤❤❤❤❤ good work
Oromoon artistii shamaraa takka cimtuu argatee jira baga gammadne ❤❤
Jabaadhu❤. Qaxalee namaati ati. Dhugaa dubbachuuf baay'ee baay'ee bareeda sagaleenkee!❤
asanti koo wow ,sagalee yoo jettuu moo hunduu guutudhaa aboo namonni sinitti tolee like godhii 😍😍😍😍
How can I learned this language ❤❤
Try speek ever day@@Ahmedmacalinhuud-qe1hl
Hojii bayee barreeda ,bayee namati tola video Akkaasis hojechuu keef B G bayee galatoomii Akkaasumati itti fuufii❤❤❤❤❤❤❤Asanti jabduu nama
Baay'ee bareeda Asantii koo...Nuuf jabaadhu 😍😍
Dadararoo bu'aa isaa dhandhamaa jiraa kunoo ❤🎉
Mana baaburaa sana😂😂😊!Baay'ee namatti tola, jabaadhu!
Muudannoo achitti qabdaami😅😅
@@yasinkadi3947 kkkkkkkkkkkkkkkk
Dawwan jaalala enus hin bekuu kan jaalate bekaa sanyii koo like godha dhugaa❤❤❤❤❤
Akkanati sirbamaa foon adhaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤shewa too
Jalqabaa birraa gamad galatomii video qulquluu akkas nuu birraa gayyuu ketifi Asanat jabbadhu jabdu tenya 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
we thankyou musian asanti aschu ,, wonderful nice music ,,, konjo zaema ,,, mashallah ,,.
Congratulations sintu obboleettii Keshti.amma M galuu qaba
wow..bayyee bareedaa Dr hin beekuu dawaa jalaala jette jabaadhuu Asanti Aschu.!!!!!!!
Sagalee ishii bayye Jaladhe Jabadhuu Hojii gudda sirra Eganna ilmaan Baliyyo
Baalee silaa isiin
Eeyyen@@abdulkeyumadem567
Hojii bareeda ,Asaantii fi Vision Entertainment galatooma!
Asanii Wow Wow, Bravo sis 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ Congratulations
Dansaadha!Keessattuu akkaataan fedhinnaa ati sirbaaf qabduuf taateen sochii qaama keetiitiif sagaleen kee osoo hin dinqisiifanne darbuu nama hin feesisu!Jabaadhu
Miraa kesaa nama galcha iti fufii jabdu intalaa oromo hojii garidha 🎉❤
Wooow jarana yoo sirbitan akkasitti ergaa dabarfadhaa. Ykn dhiisaa. Kanuma. Sitti haa tolu bareedduu intalaa.
Dhugaa ket Doctor beku dhukuba jaalala 🎉🎉🎉🎉 jabadhu wude❤❤❤❤
WOW dhugaa baay’ee natti tole Australia irraa dhaggeeffachaa jira❤ osoon dhaggeeffadhuu miiraan hatamee saatiin hojii seenu na darbee adabame $200😢. Yaadannoo kooti sirbi kuni 💔💗💗
Galatoomi sanyii koo
WBO KOO Maroo Koo Oromoo Koo May GOD Give You More Victory & Protect You From All Evil Eyes Amennnnnnn Amennnnnnnnnnn nnnnnn🙌🏾🙌🏾🙌🏾❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾
Weellistoo durii rakkina adda addaf aartirraa fagataniif carraa kennuun aartitti deebisuun, olguddattoota ummatatti baasuun Aartiifi Aartistis guddisuudha malee gandummaa miti. Jabaadha warri Vision ulfaadhaa.
Amazing this is a wonderful song we love you so much keep up the good work especially the words he says "DOCTORI HIN BEEKU DAWAA JAALALA" I am from CANADA 🇨🇦 🇨🇦 🇨🇦 I LOVE THE OROMO SONG🎵 🎵 🎶
wow
Wow! Jochoota akkam mi'aawu fayyadamtee? Hojii baayyee midhaagadha jabaadhu.❤❤
Akkasii ijoolee waraa shaawaa bareeduu intalaa❤❤❤❤❤
Dr jaalala hin beeku moo sister Hundaafu jabadhu hujii gaariidha Amma boodas kana ol sirra eeggna❤❤
Woww sirba baay'ee namatti tolu doktorii hin beekuu dawaa Jaalalaa
Gurra eenyutu amma sagalee kana dhaggeeffachuu dhaaba?Miliyoona 1000k haa seentu warri jettan like tuqaa ❤
Wow jabduu. Cinematography, sound quality, location maaltu irraa hafe....
🎉Excellent musical talent endowed with sweet voice.❤
Sirbichi natti tole jira ishenis ni bareddi ❤❤❤🎉🎉
👁🗨❤❤❤❤❤ Gara fulduraatti weellistuu Ajaayibaati
Tuulamtitti koo jabduu keenya galaatomi......🎉❤
Chanella kanaa illall plz, galatomaa. 💮💮💮💮💮
Akka oromotti walumaan gammachuu qoodanna.Akka tuulamatti atis daran naaf gammadi;kun gandummaa miti heera uumaati.Saba-gosa,balbala,hanga maatii deema.nama koo
@@SufianAmin-lr8qq Nuti Sikkoo Mandoon isin beekna ture, akkasitti ifa of baasaa deemaa....
Waan baay'ee sirraa eegna jabaadhu!!❤❤❤❤❤
Wwwwwwwwwww jabadhuu hojii bayyee baredadhaa
Wwww Baye'e namatii tolaa jabadhuu sister ❤❤❤❤
Amazing Music ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Sirba itti yaadamee akka gurra namaatiif tolutti,jechoonni akka gurra dhaggeeffataa seenanitti hojjetamedha.Asaantii ulfaadhu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabduu teenya bayyee bareeda❤❤❤❤❤❤❤
Woooow...❤❤❤❤❤❤❤....what amazing sound....God bless you.....perfect
www sagalee addaa !
Wow. What a beautiful tribal tribal culture. I also like your culture. I'm waiting this video from Nepal. We also have similar cultures. 🙏🙏❤❤❤❤🤩🤩🤩
Gottaa jalalaa❤❤❤❤❤
Wow akkam bareeda❤❤❤❤❤❤
Woww❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow Video Quality thanks Vision Entertainment ❤
Sirba baay'ee bareedaa.Sagaleen ammoo adduma.
Furguggeen imala aartii Oromoo; yeroo ammaa kana akka malee saffisaa jira. Kuni ammoo kan ta'uu danda'eef dhaloota akka malee qaramee waan guutameefi. Intalli teena hojii bareedaa hojjattee! Jabaadhu kana caalaa itti cimi.
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Moqqi gooten hojjatte mucayyon 👏🏻
Amazing music ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💥💥💥💥💥💥💥
Siirbaa baareeda dha
Usman yana biye na ❤ Yi amfani Kama da Uthmaniyya ga da ❤ online free mai farin gashi matasa a wannan karon suka karbi addini
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Reglisskhwfz❤
@Habibouidir 3:04 isa
Asantii bareedduu wayyoo sirba kana kana caalaa siif bareechee turee tolee baay'een ragada turee sirbichii ragada wanaan jalaadhuuf natti tolee jira, galatoomi bareedduu!
❤❤❤❤❤❤
Baayyee bareeda ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sirbaa haaraa Alana keessaa kun baayee baayee natti tole ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Asanti qashxii jabaadhuu ❤❤❤❤
Namni walaloo fi yeedaloo akkasumas kilipii galatooma. Asantiin immoo jechan ittin si ibsuu hin qabu. Qaxalee sagalee kiloolee...
Waw Dhaggeeffadhee quufuun dadhabbe.Dhugumaan Bililleedha isheen.
Wow,shawa,koo🎉❤🎉
Oromon artist bayee jalalan onee namaa hatuu amaa heduu qabdi kan ish kun adadha❤❤❤❤❤❤
I am in love with this music and her ❤❤❤❤❤❤❤❤
I can’t sleep because of this music I love ❤ keep up sister good job ❤❤❤❤❤❤
Woooow what a beautiful song ❤❤ good job 👏🏽
Dhaggeefadhee quufuu dadhabe Amazing voice💕
Wawwwww ❤❤❤asanti warki oromo ,sagalen Kee aka deymati 🙏🙏🙏 doctori beku dawwa jalala 💪💪💪😘😘😘
Wow nama yartuu gola keessaa hin dhabani ajaaiba ❤nuuf buli!
Hedduu namatti tola;jabaadhu kormee keenya!💪💪💪💪💪
Ni Dandeessa Asuu koo wow ❤❤❤
Yedeloon walaloo fi sagaleeniis 100% ❤❤❤
Amazing ❤🎉
Wow 🎉🎉🎉🎉🎉 nice music nice 👍👍👍 voice 💗😻💗😻💗💗😻💗❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤kiyaa garniii
Baay'ee Hojii aja'ibaati jabaadhu sanyoo teenya umurii dheeraa nuuf jiraadhu❤❤❤❤❤❤
Sirba ajaa'ibaa❤❤❤❤ really amazing 🎉🎉
Wow ni bareeda itti fufi Asuu ❤❤
Sirbi Afaan Oromoo Sadarkaa guddaa irra gayee jirra nechoo Ni danda'ma !❤👌
Dhugaa waan baayee keessatti yaadadhe offi duubaa deebbii'ee galatomi 🎉🎉❤❤
Heeeeeeeey Rifanee kaa jabaneeee dhugaaa bagaa asin si gahee kaaJabadhauu SII jajabsinaa wan qabnun SII gargaraa amalee
Dhugaa keetii jettee ❤❤❤❤❤❤❤❤
Sagalee Ajaa'ibaa Qabda Jabaadhu Bareedduu Oromoo 🖤❤️🤍👏👏👏
Bayye namati tolaa 🎉🎉❤
Wow sister 🎉🎉🎉🎉I am from Somalia 🇸🇴 🎉🎉🎉❤❤
Jabadhuu waan ufii ""🥰🥰🥰
Nuuf jabadhuu jabduu intalaa biyyaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhu sintiyee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waan aja’iibaatii sagaleen 1ffaa walaloon 1ffaa qindoominnii muziiqaa 1ffaaa…. Uffee kaa dhaggeeffadhee quufuu dadhaabee ❤❤❤❤❤ ishoo akkas malee ijoollee Oromiyaa ❤❤❤❤❤
Incinnii irraa maaltu Addaata ,garaan kee maaliif Jabaata❤❤
Wwwooww jabadhuu hojiin baredaa ❤❤
ተመምረራለችሀህ❤
Dhungoo woyaa jelaa akkamiin onsite???wwewwww jabaadhu jabduu intala oromoo
Amazing 👏 🤩 wwo waan ajabaatii❤❤❤❤❤
It's all Wow the shito part hit fire❤❤❤
Amazing ❤
Hojii Gaarii fi Oroomo ibsuu hojaatee jaabadhuu
Waaw Beautiful Miss🙏🙏❤️Best of best song🙏🙏
Waw doctorii hin bekkuu dawaa jalala dhugumaa jetem warii sirbii Kun sinitii tolee like godha
Sirba bareedaadha qulqullinni kaameraa immoo adduma❤
Waanti sirreeffachuu qabdu kaameraa ija itti qabdee ilaaltu sana dhiisi yeroo biraatiif 😊
Dhugaa nutti tolte
Bareeddu oromoo jabaadhu
Muziiqa biraatin dafii koottu
Sagalee muziiqa sirritti qabda
Jabaadhu❤
Excellent works
Hojii aja'ibaatii
Qashitii teenyaa hamtuun sin argini kan ammaf galatoomi, kan itti aanuu waa hedduu sabni kee sirraa eega guddattuu teenya
Incinniirraa maaltu addaataa
Garaan kan kee maaf jabaataa ❤❤❤❤❤❤ good work
Oromoon artistii shamaraa takka cimtuu argatee jira baga gammadne ❤❤
Jabaadhu❤. Qaxalee namaati ati. Dhugaa dubbachuuf baay'ee baay'ee bareeda sagaleenkee!❤
asanti koo wow ,sagalee yoo jettuu moo hunduu guutudhaa aboo namonni sinitti tolee like godhii 😍😍😍😍
How can I learned this language ❤❤
Try speek ever day@@Ahmedmacalinhuud-qe1hl
Hojii bayee barreeda ,bayee namati tola video Akkaasis hojechuu keef B G bayee galatoomii Akkaasumati itti fuufii❤❤❤❤❤❤❤
Asanti jabduu nama
Baay'ee bareeda Asantii koo...Nuuf jabaadhu 😍😍
Dadararoo bu'aa isaa dhandhamaa jiraa kunoo ❤🎉
Mana baaburaa sana😂😂😊!
Baay'ee namatti tola, jabaadhu!
Muudannoo achitti qabdaami😅😅
@@yasinkadi3947 kkkkkkkkkkkkkkkk
Dawwan jaalala enus hin bekuu kan jaalate bekaa sanyii koo like godha dhugaa❤❤❤❤❤
Akkanati sirbamaa foon adhaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤shewa too
Jalqabaa birraa gamad galatomii video qulquluu akkas nuu birraa gayyuu ketifi Asanat jabbadhu jabdu tenya 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
we thankyou musian asanti aschu ,, wonderful nice music ,,, konjo zaema ,,, mashallah ,,.
Congratulations sintu obboleettii Keshti.amma M galuu qaba
wow..bayyee bareedaa Dr hin beekuu dawaa jalaala jette jabaadhuu Asanti Aschu.!!!!!!!
Sagalee ishii bayye Jaladhe Jabadhuu Hojii gudda sirra Eganna ilmaan Baliyyo
Baalee silaa isiin
Eeyyen@@abdulkeyumadem567
Hojii bareeda ,Asaantii fi Vision Entertainment galatooma!
Asanii Wow Wow, Bravo sis 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ Congratulations
Dansaadha!
Keessattuu akkaataan fedhinnaa ati sirbaaf qabduuf taateen sochii qaama keetiitiif sagaleen kee osoo hin dinqisiifanne darbuu nama hin feesisu!
Jabaadhu
Miraa kesaa nama galcha iti fufii jabdu intalaa oromo hojii garidha 🎉❤
Wooow jarana yoo sirbitan akkasitti ergaa dabarfadhaa. Ykn dhiisaa. Kanuma. Sitti haa tolu bareedduu intalaa.
Dhugaa ket Doctor beku dhukuba jaalala 🎉🎉🎉🎉 jabadhu wude❤❤❤❤
WOW dhugaa baay’ee natti tole
Australia irraa dhaggeeffachaa jira❤ osoon dhaggeeffadhuu miiraan hatamee saatiin hojii seenu na darbee adabame $200😢. Yaadannoo kooti sirbi kuni 💔💗💗
Galatoomi sanyii koo
WBO KOO Maroo Koo Oromoo Koo May GOD Give You More Victory & Protect You From All Evil Eyes Amennnnnnn Amennnnnnnnnnn nnnnnn🙌🏾🙌🏾🙌🏾❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾
Weellistoo durii rakkina adda addaf aartirraa fagataniif carraa kennuun aartitti deebisuun, olguddattoota ummatatti baasuun Aartiifi Aartistis guddisuudha malee gandummaa miti. Jabaadha warri Vision ulfaadhaa.
Amazing this is a wonderful song we love you so much keep up the good work especially the words he says "DOCTORI HIN BEEKU DAWAA JAALALA" I am from CANADA 🇨🇦 🇨🇦 🇨🇦 I LOVE THE OROMO SONG🎵 🎵 🎶
wow
Wow! Jochoota akkam mi'aawu fayyadamtee? Hojii baayyee midhaagadha jabaadhu.❤❤
Akkasii ijoolee waraa shaawaa bareeduu intalaa❤❤❤❤❤
Dr jaalala hin beeku moo sister
Hundaafu jabadhu hujii gaariidha
Amma boodas kana ol sirra eeggna❤❤
Woww sirba baay'ee namatti tolu doktorii hin beekuu dawaa Jaalalaa
Gurra eenyutu amma sagalee kana dhaggeeffachuu dhaaba?
Miliyoona 1000k haa seentu warri jettan like tuqaa ❤
Wow jabduu. Cinematography, sound quality, location maaltu irraa hafe....
🎉Excellent musical talent endowed with sweet voice.❤
Sirbichi natti tole jira ishenis ni bareddi ❤❤❤🎉🎉
👁🗨❤❤❤❤❤ Gara fulduraatti weellistuu Ajaayibaati
Tuulamtitti koo jabduu keenya galaatomi......🎉❤
Chanella kanaa illall plz, galatomaa. 💮💮💮💮💮
Akka oromotti walumaan gammachuu qoodanna.Akka tuulamatti atis daran naaf gammadi;kun gandummaa miti heera uumaati.Saba-gosa,balbala,hanga maatii deema.nama koo
@@SufianAmin-lr8qq Nuti Sikkoo Mandoon isin beekna ture, akkasitti ifa of baasaa deemaa....
Waan baay'ee sirraa eegna jabaadhu!!❤❤❤❤❤
Wwwwwwwwwww jabadhuu hojii bayyee baredadhaa
Wwww Baye'e namatii tolaa jabadhuu sister ❤❤❤❤
Amazing Music ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Sirba itti yaadamee akka gurra namaatiif tolutti,jechoonni akka gurra dhaggeeffataa seenanitti hojjetamedha.Asaantii ulfaadhu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabduu teenya bayyee bareeda❤❤❤❤❤❤❤
Chanella kanaa illall plz, galatomaa. 💮💮💮💮💮
Woooow...❤❤❤❤❤❤❤....what amazing sound....God bless you.....perfect
www sagalee addaa !
Wow. What a beautiful tribal tribal culture. I also like your culture. I'm waiting this video from Nepal. We also have similar cultures. 🙏🙏❤❤❤❤🤩🤩🤩
Gottaa jalalaa❤❤❤❤❤
Wow akkam bareeda❤❤❤❤❤❤
Woww❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow Video Quality thanks Vision Entertainment ❤
Sirba baay'ee bareedaa.
Sagaleen ammoo adduma.
Furguggeen imala aartii Oromoo; yeroo ammaa kana akka malee saffisaa jira. Kuni ammoo kan ta'uu danda'eef dhaloota akka malee qaramee waan guutameefi. Intalli teena hojii bareedaa hojjattee! Jabaadhu kana caalaa itti cimi.
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Moqqi gooten hojjatte mucayyon 👏🏻
Amazing music ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💥💥💥💥💥💥💥
Siirbaa baareeda dha
Usman yana biye na ❤ Yi amfani Kama da Uthmaniyya ga da ❤ online free mai farin gashi matasa a wannan karon suka karbi addini
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Reglisskhwfz❤
@Habibouidir 3:04 isa
Asantii bareedduu wayyoo sirba kana kana caalaa siif bareechee turee tolee baay'een ragada turee sirbichii ragada wanaan jalaadhuuf natti tolee jira, galatoomi bareedduu!
❤❤❤❤❤❤
Baayyee bareeda ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sirbaa haaraa Alana keessaa kun baayee baayee natti tole ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Asanti qashxii jabaadhuu ❤❤❤❤
Namni walaloo fi yeedaloo akkasumas kilipii galatooma. Asantiin immoo jechan ittin si ibsuu hin qabu. Qaxalee sagalee kiloolee...
Waw Dhaggeeffadhee quufuun dadhabbe.Dhugumaan Bililleedha isheen.
Wow,shawa,koo🎉❤🎉
Oromon artist bayee jalalan onee namaa hatuu amaa heduu qabdi kan ish kun adadha❤❤❤❤❤❤
I am in love with this music and her ❤❤❤❤❤❤❤❤
I can’t sleep because of this music I love ❤ keep up sister good job ❤❤❤❤❤❤
Woooow what a beautiful song ❤❤ good job 👏🏽
Dhaggeefadhee quufuu dadhabe
Amazing voice💕
Chanella kanaa illall plz, galatomaa. 💮💮💮💮💮
Wawwwww ❤❤❤asanti warki oromo ,sagalen Kee aka deymati 🙏🙏🙏 doctori beku dawwa jalala 💪💪💪😘😘😘
Wow nama yartuu gola keessaa hin dhabani ajaaiba ❤nuuf buli!
Hedduu namatti tola;jabaadhu kormee keenya!💪💪💪💪💪
Ni Dandeessa Asuu koo wow ❤❤❤
Yedeloon walaloo fi sagaleeniis 100% ❤❤❤
Amazing ❤🎉
Wow 🎉🎉🎉🎉🎉 nice music nice 👍👍👍 voice 💗😻💗😻💗💗😻💗❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤kiyaa garniii
Baay'ee Hojii aja'ibaati jabaadhu sanyoo teenya umurii dheeraa nuuf jiraadhu❤❤❤❤❤❤
Sirba ajaa'ibaa❤❤❤❤ really amazing 🎉🎉
Chanella kanaa illall plz, galatomaa. 💮💮💮💮💮
Wow ni bareeda itti fufi Asuu ❤❤
Sirbi Afaan Oromoo Sadarkaa guddaa irra gayee jirra nechoo Ni danda'ma !❤👌
Dhugaa waan baayee keessatti yaadadhe offi duubaa deebbii'ee galatomi 🎉🎉❤❤
Heeeeeeeey Rifanee kaa jabaneeee dhugaaa bagaa asin si gahee kaa
Jabadhauu SII jajabsinaa wan qabnun SII gargaraa amalee
Dhugaa keetii jettee ❤❤❤❤❤❤❤❤
Sagalee Ajaa'ibaa Qabda Jabaadhu Bareedduu Oromoo 🖤❤️🤍👏👏👏
Bayye namati tolaa 🎉🎉❤
Chanella kanaa illall plz, galatomaa. 💮💮💮💮💮
Wow sister 🎉🎉🎉🎉I am from Somalia 🇸🇴 🎉🎉🎉❤❤
Jabadhuu waan ufii ""🥰🥰🥰
Nuuf jabadhuu jabduu intalaa biyyaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhu sintiyee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waan aja’iibaatii sagaleen 1ffaa walaloon 1ffaa qindoominnii muziiqaa 1ffaaa…. Uffee kaa dhaggeeffadhee quufuu dadhaabee ❤❤❤❤❤ ishoo akkas malee ijoollee Oromiyaa ❤❤❤❤❤
Incinnii irraa maaltu Addaata ,garaan kee maaliif Jabaata❤❤
Wwwooww jabadhuu hojiin baredaa ❤❤
ተመምረራለችሀህ❤
Dhungoo woyaa jelaa akkamiin onsite???wwewwww jabaadhu jabduu intala oromoo
Amazing 👏 🤩 wwo waan ajabaatii❤❤❤❤❤
It's all Wow the shito part hit fire❤❤❤
Amazing ❤
Hojii Gaarii fi Oroomo ibsuu hojaatee jaabadhuu
Waaw Beautiful Miss🙏🙏❤️
Best of best song🙏🙏