Galatomii namnii akkasiti nama gorsuuyu hin jiruf ati nama garii waan tatef malee shiroonnii akkaa dubartoonni biyyaa ala demani barbadu akkumaa ati jeteyuu waan bay'eetu nama mudataa dhugaa ketii egaa isaa argetu namaa bekaa male kan hin argine namaaf hin beku?????
Faraduu hatu salatuu speak For #Oromo #Wallo worse media even Ramadan time you guys still lie uuff #WBO🙏💯☮️❤️✊👍 yaa Allah eliminated AbiyAhmed dictatorship Nama nyata Uuss faraduu hatuu salatu
Duubartoonii tokko tokko nima rabbiin itti holee hin beektuu
Mucaan kuun dhugaan isii jaalataa isheen hin beektuu malee
Osoo dhirra biraatii deemii hojeedhuu birri naf ergii jedhee diirqaa
Eee dhugadha 👍
👍
Dhuuga jete muuchaa burtee biyaa alaa garii mitii
Gaafii yero Gafatuu Qosaa hin godhiin seran gafadhuu baka kanatii qosan hin barbachisuu😢
Sin degara
Obooleessa kenyaa qalii nutti shamaraan biyyaa Arabaa mudaannoo kana caaluu ni qabnaa biyyii Arabaa bakka itti hojjataanii itti jijiirramanii malee qossaf mtti
Sin immo marri OBN waan midiyyaa irratti dhihatuu sireessa🥰🥰
Hamidiyya wly Mashalha Mashalha rabbin si ha lafisu akkanuma ufadha baye bareda ❤❤❤❤❤❤ dhuga ati rifensaa qulla hin demni akkan nama tolata
Hadiya masha Allah uffana kee akkanumati itti fufii❤❤
Dhugaa ketii wlh
hadiya Hamdiiya
Hamdiyaa Ati Intala Muslimaatii Yeroo Hunda Akkanumatti Sattaradhu kottu Rifeensa kee Akka kanatti Bareedda ❤
Mashaallah haraa hijabaa ufatee hamdiya tenyaa🥰🥰🥰👏👏🙏
Dhugaa yeroon jaalalaa kuni Monet beeksisa irraa bareedaa
Lakkii issiraas nii baredaa
Burtekoo Manaa Abatuu Qabataa Dafii debii garaa manaa ketii Cululenii osoo sii jalaa hin fudhatini osoo dhirotaa biroo tanii osoo atii nani demaa hin jedhini demii hojadhuu fidii ብር ana jirenyii natii ulfatee sini jedhaa yoo atii biraa demetee kanii biraa olii galachaa
Dhuguma jettee waqaa
Caraa dhalaa namaa ayii dhugaa namnii tokkoo tokkoo garuu dhugaa hundaaf hin milka,um Burte hin qosiin debi,ii manaa kee hin digiin ❤❤
Mashalaha yero hunda akanumati ufadhume .lubu ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
Shammaran keenyii biyyaa araba fashini godhu tahii achumaa jarsaa kee biraa as saratanyaa nama tahuu keerraa mana ke bareechadhuu achuuma tahii
ayi warra OBN! itti qoosaaka wallaalaa keenyatti.
😂😂😂😂😂
Qeyeramu qabdi monetin waya
Hamdi teenya Mashaa Allah Wallahi akkaati sirraa bareeda please mee yeroo hunda akkanumaati sataaradhuu Qaalii teenya Addunyaan gababduu qashtii warra keenya ❤❤
Gafii gafaachaamoo qostaa ati sirraayuu hin bareeduu gaafiin moneetiin wayaa tole gana baraachuu sigaafataa tole 😮😮😮😮
Eyene moneti nuf wayaa
Fiqishuu kenyaa waqayyoo sif haa qabbanessuu kaa😂😂😂❤❤❤❤❤
Waqayoo walitii sinii yadebisuu Obolesaa koo
Rabii wolii si haa debisuu ❤❤❤
Wwwww ❤❤❤ dhugaa namati totaa
Burtee kotuu gaalii maqiichii garuu kotii bee😂❤
Galatomii namnii akkasiti nama gorsuuyu hin jiruf ati nama garii waan tatef malee shiroonnii akkaa dubartoonni biyyaa ala demani barbadu akkumaa ati jeteyuu waan bay'eetu nama mudataa dhugaa ketii egaa isaa argetu namaa bekaa male kan hin argine namaaf hin beku?????
Fiqishuu😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 yaa jaalalaa kanaa????????
Hamdi sabintuu tiyya qali wow masha allh uffan kee dhugaa gudaa sii irra baredaa itti fufinsa haa qabauu ilacha obolumaa dhifam gudda walin siin jaladha❤❤❤
Muucaan Ani Arsi dha jedha garuu Looqodaa Arisi hin duubatuu kazaan maltuu ta'eree 🤣😂😂
Ayii dhiraa akkasii argatee mo dhugaa inii kaan fudhee arhaa kun garuu of hojedhee bushachuu barbadee😢😢
Bultii cubbuu qaba yaa obbleetti tiyya akkama taxsi seentani hin bayinaa duraa murteessuf itti yaada
Goftaa Macaa Wollitti isin haa debizuu❤❤😢
akkami jirtan qopheessitotaa qophii yeroo jaalalaa
Isheen gaafattuu nu jijiraa hin beektuu ya warraa obn Nama akka monet nu fidaa 😂😂😂😂 nama hin hawwatuu halli iyyeesssi ishee
Haa demtuu maree dhisii rakkoo keessati qabda 😂😂😂😂😢
Amaa kinuu media irrati Nama baasa moo ji'aa 2 ti kkkkk sanuu osoo biyyaa kessa jirtuu yonaa ishii media kaana hin ilaaltu demii matii kee matii ishiiti ergiiti galfaadhu kanuuma fallii kunii qixee sii biraa jirtuuti biyyaa alaas hin demiin gaafa jetuun achiiti haala mijesuufi qabda ykn walii galteedhan yoo demtees rakkoo mal qaba hin argiinef ibidaati figdii jedhaan dhuufte yaa argiitu waan biyyi ormaa nama gotuu 😂
MashaAlaa ❤
Warri OBN qophii yeroo jaalalaa dhiyessuun kessaan garidha garuu namoota rakko garaagara adda ba'aan kana walitti debisuudha ogessa fayyaa sayikirasti jedhamu qacarudhaan gorsa, yaala barbaachisu tasii oso tasistani gaaridha
Wayii Hamziiya erguu ishiin mana baate akkanati guraachoofte jeteen 🤔😂 maf itti qostuu gaaru
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa 👍💐🌷❤️
Wooww Uffaanna Kee Akkuuma Kanati Itti Fufi Mata duwwa Hin Deemini
Wly dhirtii akasii hin jiruyutii hin quftee intalatin 😢😢
Ufuuuuuuu😂😂
Ammaho wanumaa odesitan dhabdan😂😂😂😂😂
Raabbiin walit issiin haa debissuu biyyaa ofii waayaa biyyii abbaa abbummaa hommaa fayadaa hin qabuu midhaama malee
As wr wb qali abbba nama koo naaf dhiyesi😢😢 finfinee jiraa
😁😁😁😁😁😁 waraa koomenti hojii keesaan nyaadhaa
Warraa jalalaan midhamaan nuf dheessaa irraa baranaatii
Isheen Abbaa mana kana biyya Ormaa hin demin wal dadenyee wajin jirana jedhe kana yaadu arkatee itti botii lafti araba bar 😢
❤❤❤❤❤❤❤❤
Gididhuma miraa keessa galichita😂
😂😂😂😂😂😂😂😂
Hamdiyaa maashaallaa hardha muslimaa fakkaate yeroo hundaa akkanatti uffadhu
Gamaa online iraan malif namaa dhihesuu hindandenyee
Ijimuma lamatii 2 midiiyaa iraa bafate ayii
❤❤❤❤❤❤❤
Oboleytii tiyya hamdiya akata ufata ketii kana siresii ati muslima
Sii mararuu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kazaaa😂😂😂
❤
Kazaa fidee dhuftaa lamaata.
Sii marraruu
Onlineirrati garaa video call malifi hin dhisinee
😢😢😢😢
👍
Fiqishuu
❤❤❤❤😢
❤❤😅
Ee miskinaa wlh jehe babani kenya
😢❤❤😂😂👌
Hawaii
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Mucaa biyyaa kotii😂😂😂😂
Amma obn dhan kota naaf galchaa jetamoo ree hhhh amma moo maal hubbatani kana irraa hhhh
Kaza akkam ta.e ree ammahhh
hin qalladin ittii😢
Aana hexosa nor😂🤣🤣 hiiii
🙋♀️🙄
@@makiama9561 ija kkkkk 🤣🤣❤️❤️❤️❤️
Obn keeyri hin qabdani naanno keennas dhuftani ??😂😂🙆🙆
Siin maaraaruu
Hubatishee ilale…😂
Miskinaa waqaa ko 😢😮🙄
🙂😐
Sii mararuu
Siin maararuu
Siin maarauu
Kkkkkkkkkk 😂😂😂😂😂😂😂
Mucaa biyya koo😔😒🙋♀️
Kkkkkkk 🙈🙈🙈🙈
Faraduu hatu salatuu speak For #Oromo #Wallo worse media even Ramadan time you guys still lie uuff #WBO🙏💯☮️❤️✊👍 yaa Allah eliminated AbiyAhmed dictatorship Nama nyata Uuss faraduu hatuu salatu
Hhhh
Mikinaa
Kkkkk
Wwwwwwwww
❤❤❤❤
❤
Kkkkk