Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Galatoomaa
Wowwww ajaibaa hojii bareedaa Birraa entertainment nuu jirradhuu
leel leel leel
wareen youtube kanaa jajabesitanii fi komantii naaf kenitanis ta'ee naa jajabesaa turtaan galanii kesaan bilisumaa yaa ta'uu.
Jabaadhu Qaxalee salaleen biqiilchiite.
Jabaadhuu Oromtiichaa Tulaamaa..🎉🎉
Wow bayyee natti tole jira. Guddaa galatoomi. ❤❤❤ yeroo bayyee jajjabina qofa bareesun garii mittii daawwatoonni fi jaallattoonni sirba kan hundi yaadaafi bakka siirefamuu qaba jettani barressaa. Kan ittii ane dhufu akka kan caalee dhufuuf. ❤❤❤❤❤
❤❤ Akka yaada kiyyatti bakka Dirama irratti mucaan diraamaa hojechaa ture shubbisa irrattis hojechaa ture. Kun oddoo bakka tokko nama baraa ta'e kana caala garii ta'aa nattii fakkata. Kun garii mittii jechaa hin jiru. bayyee gariidha. Osoo bakka diraamaa yookaan shubbisaa namni bira galee akka kootti natti tola. Kan booda kan kana caalu akka fiduu Abdii Guddaan sirra qaba jabaadhu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hayyee dhugaa keeti sanyii kiyyaa dubbadheen turee garuu hojjiirra naaf Hin Oolle malee
Atii duranuu gotaaGotaa Koo akasitii dholotaa qajelchii.
☝ Waqenee Oromo geletaa hageluff 🙏❤💚👏 Jebadaa oromokoo
Bayyeee Gariidhaa
Wow baayyee namatti tolaa
Jabadhuu jabaa koo waqayoo sii waliin yaa ta'uu.
Woow amazing
Jabadhuu yaa jajjabaa koo
Jabaa saboonaa 🎉😍💖👍
Share likee godhaa sabaa koo waan ofii abbatuu jabbeeffataa
Jalqabbbii baay'ee gaaridha gara fulduraatti kana caalaa hojjachuutu sirraa eeggama sababni isaa oromoon gamachuu fi aarii ykn quuqaa qabu sirbaan ibsachuu ni danda'a waanta'eef cimsii itti fufi ....
Galatoomaa yadaa dhalotaa jajabesuu kenitanifii ❤❤❤❤
Wow irraa ka,Ii yaa cirrii
Wow

Atii duranuu gotaa
Gotaa Koo akasitii dholotaa qajelchii.