Baay'ee naaf taatee jirta, ol guddattuu koo, ilma Labuu, Galataa! Ati tokkicha akka lamaati. Musxafaa Abdi fi Abdi Mohammed (Qophee). Rabbi si haa tiiysuu! Jabaadhu!
This is a song,the legend Galata labu, akkasi kaa kunoo aadaa teenya akkanatti beekna keep it up bro very amazing And interesting ❤❤❤ watching From Johannesburg south Africa
My Beautiful Brave Smart Kind Peaceful People Oromoo Koo May God Bless You & Protect You From All Evil Eyes 👀Amennnnnnnnnnnnnn AmennnnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnnnnnnnnnnnn👏🏾👏🏾👏🏾
Na gammachisera heddusaa yeroo amma kana hojiin akkana dagatamera ati garu haala ajayiban waan heddu nu yaadachifte sagaleefi gitarri walumaa gala hundumtu sirritti waan qindaa'e dha. 👌👌👌
Mata dhira guyyo wariyyo abba jirmaa biran nuf gayaa oromon hunduu aferamu qaba 1000000k or 20milion viw arkachu qaba wallahi
Gelata always the best. Korma koo jabaadhu. Gitaara Alii Shebboo si qeebalchifne jabaadhu.
Iam somali I interest afan oromo music specially hararge
Wooooow my dear brother sirba musxafa harawwee irraa deebittee sagalee Ajaiba tanan nu harayoosu keetif hedduu takka nuf galatomi. ❤❤❤❤
Ayiiiyee too 😭😭😭😭yaa Abbaa koo malii si fayyaada jirenyii koo😭😭😭😭😭😭
Jiruu faaloytee tu gargar nama baasa silaa yoomiin deeme qe'ee tenyaa Onsaa 😭😭😭😭😭😭😭😭
woow jabadhuu bro sagaleen kee bayyee namati tola
Quality
100%
voice 100%
Gitara 100%
Akkanumaan itti fufi!!!!
🥰
matti tahii
Baay'ee naaf taatee jirta, ol guddattuu koo, ilma Labuu, Galataa! Ati tokkicha akka lamaati. Musxafaa Abdi fi Abdi Mohammed (Qophee). Rabbi si haa tiiysuu! Jabaadhu!
This is a song,the legend Galata labu, akkasi kaa kunoo aadaa teenya akkanatti beekna keep it up bro very amazing And interesting ❤❤❤ watching From Johannesburg south Africa
My Beautiful Brave Smart Kind Peaceful People Oromoo Koo May God Bless You & Protect You From All Evil Eyes 👀Amennnnnnnnnnnnnn AmennnnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnAmennnnnnnnnnnnnnnnnnnnnnnn👏🏾👏🏾👏🏾
Jabadhu Sirbaa Bayyee Bareeda Hojate Filannoo sirabas Bayyee Gariidha Garuu Akkaa Video Siraba Bareedu Umata Birattii Dara Jalatamuf Ufata Tokkoo Qofa Ossoo Hojachu Bate Ufata Gara Garattiin Hojata Irraa Bareeda Jabadhu
Wow bayee namatii tola Artist Musaxafa Harawwee dhalonii amma dagatee jira baga nu yadachifate Qeerroo koo abbaa wale afaan oromo Musaxafa
Wow baredadha Garu xiqqo warrabi irrati rakko qaba kanafu sirrba baredadha haluma kanan itti fuffi❤❤
Wowowowow jaaladhu ❤❤ sagalee ajaa'ibaa qabdaa👌
Jabadhuu Gaaa yada Hariyaa Dhufte Akka Yada Kiyatii Xiqoo Sila meshaa Music Iti Dabalte Heduu Midhagadha Sagalee Heduu Ol Kaste Bareda Tan Music
Bay'ee namattii tolla galataa kenyaa jabadhuu leencaa koo
Hedduu natti tole dhugaa galata kana caala akka ati mullatta qabduu sirra natti mul'ata
❤️❤️❤️❤️❤️😭 garaa na balleessite galata koo
Wwwwwww sahiba a kiyaa qalii namaa jabadha ilmaa biyatotii 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏💪💪💪
Na gammachisera heddusaa yeroo amma kana hojiin akkana dagatamera ati garu haala ajayiban waan heddu nu yaadachifte sagaleefi gitarri walumaa gala hundumtu sirritti waan qindaa'e dha. 👌👌👌
Yaa sabbaa atti bekkama tahuf hawwashii ol tahuu qabdaa sa'a
Moo malif namota akkati dandetti qabuu kana seaport godhuu dhadhabana
Aboo atii nin maratee sisters dhaqii mana hakkima dhugaa fayya hin qabaduu kalasii sirefadhuu
mal jechu keti?
Mini desk family bands peaceful Oromo way of Life . May Allah almighty helping bless you all. Enjoyed your tones and beat's song's thanks.
L00
Sagalee bareedduu akkanaa tanaan waan addaa, qabiyyee fi qulqullinaan haaraya taate, tan lammii fi Galataa boon situ sirraa eeyna. Bakka laannee dhaqqabnu dhiisiitii tan hiixannee geenyuuhu dandeeytii teenya hin daangeeysanii jabaadhu.
Heduu bareddaa wanii foyeysu qabdu xiiqoo ni jarjarsitee .atii wanii siraa toluu kanumaa sirbota durii gitaara qofa taphadhuu
Abo masitaar numa dhuftee barii atii ni turtee Male ♥️♥️♥️♥️♥️✅✅✅✅
Baayy'ee namattii tola jabadhuu leenca koo
Yaa akhi mahabbaan maaliif akkanatti nu karreeyxa ❤️💚❤️🙏🙏
Jabaadhuu itti fuffii bayyee bareedda
Sirbii
Yaa Musxafaa Harawwee Rabbiin Araaraa Ofii siif Haa Godhu kaa!
Masha Allah Tabarakallah. Bagaa jirratee wooooow!
Wow sirboota dur babbareedoo kanarratti nuuf jabaadhu,si faana jirra ❤❤❤❤
Yero duraf cover baredaaa ,😍😍
Jabaadhuu ittii fufi
Galoo Kenya Baay'ee Ulfaadhu
Fuula Duraaf Kana Caalaa Waan Guddaa Sirraa Eegan Jabaadhu💪 Carraa Gaarii Siif Hawwa Leenca ko ❤💚❤
Jaba keenyaa jabaadhu sii waajin jiraa
Aboo muziqaa ibsaa galamsoo waliin hojjatanii ,dhuunfadhaan hojjatanii illee bayyee namatii tolaa,jabaadha.shaa.
Waaw jaba akka sibila hojii haaridha jabadhu heddu takka sii jalana
Jabadhuu
Muca fannanaa gitarii ke bayyee nama hawata jabadhuu shanyi afran qashti
Musxafaan yoomuu akka jiraatu gootee jirta
Aboo numaahuu boonsitee jirta jabaadhu
WBO
Ah 💔 Rest in peace legend mustefa harargee 👑📝 galatoomi galataa labuuu 👏♥️ Master guitar 🎸 🔥💪
Wow heduu namattii tollaa arts keyaa jalataman galata labu jallee musxafa harawee nuyadachissaa oromo youtube kana kummaa dhibaa gutuu batannii dhugaa numattuu of dagattee yo nuttii mattaa gaqabbannee alagan nuttii kofalttii amahuu namagattannee me of lalaa oromo maqan jiramallee wanjiruu sillaa araa sabaa bira tatee qaxaa youtube kana samittii dabarsan siman oromo
sagalee ajaa'ibaa qabdaa👌 aboo nice
hojii hedduu bareedaadha.
jabaadhu goota koo!
Great video plus the melody abshir itti jira bro
uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuff Heddu namatti Tola jabadhu
Wanna gariidhaa ittii jirtaa jabadhuu bro kiyyaa
Hojii bareedaadha jabaadhaa ijoollee teenya!!!
Jabaadhu bakka bu'a dhaloota kalee
Musxafa harawe maatii isaa yoo gargaruu bate walee isaa hin wallisin
Wwwwww yaaddannoo Musxafa Haarawee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Jabaadhu heduu iti buhaaraa jiraati
Wow jabadhu Galataa sagalaa mirakana 🤗🤗🤗🥰
Wow you did good job galata Labuu jabaadhu jabaa
Moti sirbaa fi sagale baaye baredadha jabadhu
Jabaadhu galata kenya gana bakka gudda geeysa
Abo Sirba Musxafaa Harawwee Vol 2Ffa Akka Yeroo Dhihotti Qabatte Nuf Dhuftu Abdi Qabna
Wow Jabadhuu bro...karaa kaminii Wal arguu dandenyaa walin hojjenaa
abooo shaashaa ijjolle baha oromiyaaaa....im from wollagaa
Musxafaa Harawwee sin irraanfannu yoomillee, hammeenya Habashootaa eega Mangistuun biyya bahee booda Hammareeysatti ajjeesan
sagaallen ke baye bareda baka Dr ALII Biirr nufbu yalii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wooow amazing job my brother
Bro kotuu matii naf tahii
Wawuu❤❤❤. Akamii. Bareduu. Shababaa. Oromoo❤❤❤. Qashitiii❤❤
Galeta king of guitar sagalen ke nuhoo 2faa nuf tahufi bro 😘👌
Wow galatoma bikka gaha hamtu isin hn arkin
bayyee namatii tolaa jabadhu brother ♥️
Woow hedduu tola dhugaa jabaadhu galataa Keenya😔
Fayyaa tahii bro uuuphaa jiraadhu long live
Wow sagalee akka dammaatti mi'ooftu.
Wow hojii ajaibati jabadhuu bro gana waan heddu sirra eyna
Wallaahi jaalala na qabsiiste gurbaa ❤️💚❤️🙏
Jabaadhu hojii gaariitti jirtaa galataa
Ammalee sirba bayyee jirra kan durkana ati gitaruman tabadhu dhugaa bayyee barrechitee galata Kiyya qaali nama jabadhu Itti fufu amale
Heddu namatitola Musxafa harawe
Jabadhuu ittii fuufii
Jabaa mucaa
The legend Mustafa Harewe may your soul rest in peace thanks for your help hard working
Galataa keenyaa jabaadhuu ❤🧡💖💯💯
Galatomii boss
Jabaadhuu dhiiraa tiyya
hedduu natti tolta obboleessa koo jabaadhu!
Wow Qerroo koo jabduu 💕💕💕💕
Galataa labuu ulfadhuu bayyee garii hojii ke jabadhuu iti fufii
Wow sagalee baay'ee namatti tolu.
Hojii boonsaa hojjatte. ka kana caaluun akka gad dhuftu Abdiin qaba.
Galata jabbaadhu mucaa biyyaa koo ❤️🌳❤️
Kashaxi too kotuu matii naf tahii
Galata labuu jabadhu heddu si jalanna sabona
artii galtaa labbu jabadhuu bro😍
Jabadhu obo
Jabaa Ilmaa jabaadhu.......
Yaa galata kenyaa biyaa nayadachistee na bochistee 😭😭🙏🏻
Woow hedduu namatitola itti fufibro
Galatoomi naaf jiraadhu Galataakoo ❤️🙏
Ati nama jabaadhaa
jabadhuu broo kiyyaa
Yaa shanyii too qalii kotuu matii naf
Ati bar hawwiin wellee tun bakkuma irraa si mudate na dhibe wly na dinqisifacha turte
I❤Galataa labuu jabaadhu Bŕø
Wowow jabadhaa
sagalee fi akkataan sirbaa gariidha garuu sirbi gaddaa fi rakkoo ibsaa issiin aadaa uffatanii sirbaa turtanii
sirba fi gochii wal ibsuu qabaan yaada kootii..
Galataa Labuu hedduu galatoomi, musxafaa harawwee nu yaadachiisuu keetiif.
Adeeroo jabaadhu labuu
Jabaadhu galata labuu oromoo arts wan koo
great work!!!
Wwwwww jabadhu bro 🥰