Obsinan tv new diramaa afaan oromo: parti 1ffaa baliyaken .gudi taye😂😂😂

Поділитися
Вставка
  • Опубліковано 28 жов 2024

КОМЕНТАРІ • 284

  • @saronmosisa5342
    @saronmosisa5342 3 роки тому +3

    Kolfaan du'e anoo Bahaliyake ❤❤❤❤💚💚❤❤❤❤i love so much Dhugaa akkaa dansati isiin jaalanna ijoolee oromoo hunduma keniyaa jirtaan akkaa dansati arti oromoo guddisa jirtuu

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @miressakabeta8952
    @miressakabeta8952 3 роки тому +3

    Waan dansaa ! Draamaa teessan jaaladhee jira. Akaakuu tiyya nuuf jiraadhu !!
    From west Oromia !

  • @kiyyaakoo1212
    @kiyyaakoo1212 3 роки тому +2

    Diraama keessaani bayyee na hawwateera osoo bakka isiini jirtaan dhuufee isiini wojiin hirmaadhee bayyeen nati tola garuu caarraa hin qabuu isiini biraa deeme isiini wojiin dirama hojaachuuf bahaliyakee diraaman ati keessaa jirtuu nama gammachiisa nufi jiraadhaa jabbaadha artii oromo guddisuu keessatti shoora guddaa taaphaata jirtaan waan taa'eef isiini jalaanna nu caalla rabbii isiini haa jalaatuu ❤

  • @kiyaarabdurazaaq2100
    @kiyaarabdurazaaq2100 3 роки тому +1

    Balii yakee dhumaaraatii osoo lafaa dhoftee akka gagabdee akka waan rifaatee kolfaan bilchaanee dhugaa itti nuu fufii laki sher komeentiin siiiraa jiraaa

  • @NOGOBAAWI
    @NOGOBAAWI 3 роки тому +6

    I'm from somalia love oromia my brothers keep going I can't wait part 2 😂😂😂😂😍😘

    • @obsinantv9679
      @obsinantv9679  3 роки тому +2

      Thanks my bro

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

    • @hajjiyasin4255
      @hajjiyasin4255 3 роки тому

      Im somali l love my brothers of oromia and l can speak borana.keep it up bros.

    • @muna24tube66
      @muna24tube66 3 роки тому

      Agga gang kotu mati nafi tayi

    • @bisharissack654
      @bisharissack654 3 роки тому

      Gobi 88oí

  • @hayatube4591
    @hayatube4591 3 роки тому +2

    Wow diraamaan kessan kolfaan nu fixe dhugaa rabbiin isinif ha dhiisu

  • @bilisummaaoromiyaa6549
    @bilisummaaoromiyaa6549 3 роки тому +4

    Hedduu nu bohaarsitan Galatooma jabaadha itti fufa Diraamaan Afaan keenya dhiyaattu tan hanga Team Bahaliyake natti toltu hin jirtu dhugaa hedduu isin dinqisiifadha❤💚❤⚘

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @biliseebilisee126
    @biliseebilisee126 3 роки тому +1

    Gurbaa Dalee maata qal'adha eenutu sirra kafala eega moo sahibaa kee abdii wamata part 2 arguuf akkaa dansa arifachaa abbaa sirraa kafaluu arguuf

  • @bilsumanhawwe3310
    @bilsumanhawwe3310 3 роки тому +3

    Kkkkkkkkkkkk 😂 dhugaa obsinaan tv nuu jabeessa nama kutannoo artii oromoo guddisuufi hojjataaru bahaliyake 2 ffaaa

  • @wasn9367
    @wasn9367 3 роки тому +1

    😂😂😂😂😃😃😄😄☺☺☺kkkkkkk ufff yaa akakuuuu hoji kee adumaa jabdhaa

  • @nuraamohamadanuraa3843
    @nuraamohamadanuraa3843 3 роки тому +1

    Jabadha oromo tiyaa heduu namti toltan

  • @mullatavine2229
    @mullatavine2229 3 роки тому +4

    Bahaliyake Nama Addaa Kan Artii Oromoo Guddisuuf Qophawe.
    Nuuf Jiraadhu

  • @tahaabdulbasit4715
    @tahaabdulbasit4715 3 роки тому +5

    Diraamaan keessan hedduu namatti tola waan taheef jabaadhaa isiniin jechuu barbaada

  • @diboraataresa3800
    @diboraataresa3800 3 роки тому +5

    Kkkkkkkkkkk kolifani nu fixanii jabadha ituuma fufaa

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @IBN91
    @IBN91 3 роки тому +2

    Bahali yakee
    Ani si dawwaachu dhissuf xiqoomatu naf haafe
    But halkaan koophaa koo kolfaa bulaa hasoyni kiyya gutuun kee fakkata jiraa so si dhissa jedha garuu dhissu hin dandaa'u.
    Jabaadhu.
    Alaa badiiii..🤣🤣🤣

  • @obsinantv9679
    @obsinantv9679  3 роки тому +18

    Galatoma ulfaadhaa isinii jedheera

    • @gamelam644
      @gamelam644 3 роки тому +1

      Galataa raa haafii sanyii
      Jabadhuu 💜💜💜💜💜💟💟💟💟💟❤️❤️❤️❤️sii wajjiin jiraa

    • @hawwiiyyeesabootusabaa3105
      @hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 роки тому +1

      Gallaataraa hafii sanyii jabadhu

    • @obsinantv9679
      @obsinantv9679  3 роки тому +1

      ❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹💯🙏

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      @@gamelam644 ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      @@hawwiiyyeesabootusabaa3105 ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @zainabmohammed9020
    @zainabmohammed9020 3 роки тому +5

    Bayee namatti tola galatoomaa

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @jokejonjacky1353
    @jokejonjacky1353 3 роки тому +2

    Baba ko sumatu dirma dhise mo dirma ketuu na dhaqabuu didee well com to aba kolfa

  • @jamilaarsishashee4794
    @jamilaarsishashee4794 3 роки тому +1

    😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁💞💞💞💞🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺💞👍👍👍👍👍👍👍👍👍hi hujii kesanii www jabadhaa

  • @hwaaa8370
    @hwaaa8370 3 роки тому +1

    Jabaadha diramaan keessan hedduu nama bashanansiisa😍😍👍👍

  • @zeritukebebe7765
    @zeritukebebe7765 3 роки тому +1

    Jabadhaa bay'ee nu boharsitaan
    Issin jaladhaa qomoowwan koo ❤️ ❤️ ❤️ ❤️

  • @oromtitiarsiilixahasasa2680
    @oromtitiarsiilixahasasa2680 3 роки тому +2

    Osso kolfuu Disti madaami gubee 😃😃😃😃😃

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @shukuranigalma7741
    @shukuranigalma7741 2 роки тому

    Ajab! Love oromo ever nd ever! Keep moving!!

  • @mendezjhane6917
    @mendezjhane6917 3 роки тому +1

    Kkkkkkkkkkkkkkk wayyoo garaa koo Dhugaa kolfaan na dhukkube 😅😅😅 jabaadha

  • @abcoolboru6349
    @abcoolboru6349 3 роки тому +1

    We wait for part 2 bahali yake is very nice comedy

  • @ShasheTube
    @ShasheTube 3 роки тому +1

    bayyee bareeda jabaadhu

  • @yerowako8507
    @yerowako8507 3 роки тому +1

    Wow naaf taatan I really miss Nairobi ...

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @lominegese8505
    @lominegese8505 3 роки тому +1

    bayyee Nuuti Toltani Galatooma

  • @obgtube8321
    @obgtube8321 3 роки тому +1

    Beeyye dansaadha namattis tola aartii ofii guddisuun abshaalummaadha
    garuu osoo dheeressitanii gaariidha
    galatoomaa!!

  • @biliseebilisee126
    @biliseebilisee126 3 роки тому +1

    Baahaliyake immoon sa'atii 24 guutuu osoon ilaalee dhageefadhee hin qufu afaan koo haasofni afaan Baahaliyake taa'ee jiraa hojiin koos hojii isaa taa'ee raabitu nuf kenne nama kana jabbeessa walin hojadha hundii keessanuu jaalatamoodha warrii keniyaa jirtaan cuftii hojii dansa hojaata jirtuu

  • @sumeeyyaamohammed3827
    @sumeeyyaamohammed3827 3 роки тому

    Aniile maatii keesn isini tee🤝🤝❤❤❤❤

  • @abditesfaye100
    @abditesfaye100 2 роки тому

    ❤❤❤❤❤❤ Jabdhaa Isinjaaln

  • @salihanezif8508
    @salihanezif8508 3 роки тому

    Jabaadha haaluma kanan itti fufaa

  • @sabooart2975
    @sabooart2975 3 роки тому +1

    Wallaay baafadhuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 jagnaa gin PART 2 dafaa gallakisaaaaa

  • @awelahmed1003
    @awelahmed1003 3 роки тому +1

    jabaadha jarsi bayyee namati tolaa

  • @kiyyaakoo1212
    @kiyyaakoo1212 3 роки тому +1

    Wow bareeduu tiyyaa

  • @maddawalaabuu8811
    @maddawalaabuu8811 3 роки тому +1

    Jabaadhaa itti fufaa USA irraa

  • @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
    @dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 3 роки тому +1

    Erga aja'iba of kessa qaba Thank You wan ofii.

  • @damitudaludalu1486
    @damitudaludalu1486 3 роки тому +1

    Kkkkkkkkk bayye nama tola afaan keenaan nuuf jiraadha

  • @kitabeabditube7336
    @kitabeabditube7336 3 роки тому +1

    Bayye namatti tola 😃😃😃😃😃😃😃

  • @hawwiiyyeesabootusabaa3105
    @hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 роки тому +1

    Kkkkkkkk bahaliyake 😁😁😁😁😂❤️jabaadhaa

  • @samiirabaaleeroobe5512
    @samiirabaaleeroobe5512 3 роки тому +3

    Kkkkkkkkkkkkkkkkk kolfaan duune 😀👍

  • @abdirizackmohamed2036
    @abdirizackmohamed2036 3 роки тому +1

    Nowadays bahaliyake ameacha UA-cam

  • @SamsungGalaxy-qj3qu
    @SamsungGalaxy-qj3qu 3 роки тому

    hhhhhaa balinaka wyii yaa woji keaa🤣🤣🤣🤣🤣🤣😍😍😍😘😘😘❤❤

  • @marwanmohammed8864
    @marwanmohammed8864 3 роки тому +6

    Bareeda"" waiting for part 2 insha allah

    • @saddamhajimoga9991
      @saddamhajimoga9991 3 роки тому

      Funy comidy best comidy in the world were are waiting i always subscriber yr Chanel

  • @hikohiko3052
    @hikohiko3052 3 роки тому +1

    wooyoo. Gara koo abba Lafati isan. haa maratuu. kkkkkk

  • @samiiraasanyiioromoo9888
    @samiiraasanyiioromoo9888 3 роки тому +1

    jabadhaa itii fufaa akanumatii

  • @abdubakashe948
    @abdubakashe948 3 роки тому +1

    Bay,ee nati toltaan jabaadha itti fufii

  • @HOGHEYAMEDIA
    @HOGHEYAMEDIA 2 роки тому

    Wayiii bahaliyakee

  • @jituusabato869
    @jituusabato869 3 роки тому +1

    Jabbadha sanyi koo b fi o

  • @dessialiy7600
    @dessialiy7600 3 роки тому +1

    Akakun kun nama cimadhaa dhugaa kolfaan nu fixee 😍

  • @bsspkt2003
    @bsspkt2003 3 роки тому +1

    Jabaadhu sanyii koo ❤❤

  • @aliahmnedabees4640
    @aliahmnedabees4640 3 роки тому +1

    Ma af garaa mise oromo

  • @abdigodana6094
    @abdigodana6094 3 роки тому +1

    Kkkkkkkkkkkkkkk,bahali,yakee

  • @boontujimmaa9462
    @boontujimmaa9462 3 роки тому +2

    Bahaliyake duriye

  • @marfeejaaaa3221
    @marfeejaaaa3221 3 роки тому +1

    𝑲𝒐𝒍𝒇𝒂𝒂𝒏𝒊 𝒅𝒉𝒖𝒎𝒂𝒂𝒏𝒆 𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂🤣🤣🤣😘

  • @bisharoabadir4206
    @bisharoabadir4206 3 роки тому +1

    Pls parti 2

  • @jnannajjar9895
    @jnannajjar9895 3 роки тому +1

    Walii egadhaa kubaa ijaa kesaa walii ketanii 😂😂😂😂😂

  • @Sarakhan-ns7me
    @Sarakhan-ns7me 3 роки тому +1

    Waan bishaan bara naaf tate dirmaa jarsaa kan😁😁😁😁😁😁

  • @KIJIJINITV
    @KIJIJINITV 3 роки тому +1

    Wowwwww bro yamerl

  • @cirootube9515
    @cirootube9515 3 роки тому +1

    Bayyee bayyee nama tola

  • @maalikaaabdiiabdii1675
    @maalikaaabdiiabdii1675 3 роки тому +1

    Jabachaa

  • @hwaaa8370
    @hwaaa8370 3 роки тому +2

    Kolofaan mucuquu 😂😂🤣

    • @BarnootaComputer12
      @BarnootaComputer12 3 роки тому

      ua-cam.com/channels/BiEJDYUXjpgSvm-DxuMZJw.html?view_as=subscriber
      Link asii olii kana tuqaa subscribe gochuun maati naaf taha anis isiinif tahee jira

  • @h.kchannelh.kchannel2296
    @h.kchannelh.kchannel2296 3 роки тому +1

    Waiting 4 part two Obsinan T.v fantastic

  • @ajbbbadriyaabaalee8679
    @ajbbbadriyaabaalee8679 3 роки тому +1

    wwwwwww
    jabadha. .love

  • @ahmadture1289
    @ahmadture1289 3 роки тому +1

    Wollah hedduu I ittin bohaare😁🤣🤣🤣🤣🤣😜

  • @hshbsbsb5915
    @hshbsbsb5915 3 роки тому +1

    Woyii garaa koo

  • @saronmosisa5342
    @saronmosisa5342 3 роки тому +1

    Part 2 dafa nu biraan gahaa

  • @ketemasheshetu7187
    @ketemasheshetu7187 3 роки тому +1

    Balayake we love you

  • @hikohiko3052
    @hikohiko3052 3 роки тому +1

    Ani haa dhufuu. baga nagayan dhufuteni

  • @muhammadadhan5818
    @muhammadadhan5818 3 роки тому +1

    My brother bahali yake I had been following u but naona uliondokea kiswahili mbona bro?

  • @yassirarafat2410
    @yassirarafat2410 3 роки тому +2

    Waiting part 2

  • @ketemasheshetu7187
    @ketemasheshetu7187 3 роки тому +1

    Wey akaakuu😃😄😃😄😃😄😃😄

  • @destasafina1505
    @destasafina1505 3 роки тому +2

    Jabadhaa

  • @ummukaalid4288
    @ummukaalid4288 3 роки тому +1

    KKK baga nagayan dhuftan

  • @sefiyamohamed2292
    @sefiyamohamed2292 3 роки тому +1

    Good

  • @salihanezif8508
    @salihanezif8508 3 роки тому

    Heddu namatti tolaa galatooma

  • @zamzamzamzam3009
    @zamzamzamzam3009 3 роки тому +4

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤩🤩🤩🤩🤩👍

  • @hwaaa8370
    @hwaaa8370 3 роки тому +1

    Obsan kunu màalii itti duruba soban siiriti bekka dhugaa 😆😆👍😂

    • @obsinantv9679
      @obsinantv9679  3 роки тому

      Dhugaa jette hawa isin sobuu beeka ?

    • @obsinantv9679
      @obsinantv9679  3 роки тому

      Hawa ati naaf taattetta nanbara kee naaf ergi waspi irratti si haasofsiisaa laokfsa kiyya chaanala kiyya jalaa fudhadhu abawut jala seeni

    • @hwaaa8370
      @hwaaa8370 3 роки тому

      @@obsinantv9679 J tee wayyii dhukee nara kasatii lata 🙆😂

  • @oromootravelers600
    @oromootravelers600 3 роки тому +1

    Yusuf baliyahken nama artif dhalate hahha kolfaan muxuq nugodhee

  • @abduoromo6005
    @abduoromo6005 3 роки тому +1

    Kkkkk kutaan 2ffaan yoom dhihaata

  • @ummusundustube8559
    @ummusundustube8559 3 роки тому +1

    Uuuuufff naf tatani wollah

  • @kimze-asad618
    @kimze-asad618 3 роки тому +1

    Bahali yke sku krbu hujapost channel yke,,entertain us ,,,kolfan nufixee

  • @fungeeintalaaarsii7651
    @fungeeintalaaarsii7651 3 роки тому +1

    Kkkk mashaa allh

  • @kingorojawaroumarumar8217
    @kingorojawaroumarumar8217 3 роки тому +1

    👍 i like

  • @مرحبااللهم-ص9ظ
    @مرحبااللهم-ص9ظ 3 роки тому +1

    Jabbadha

  • @hafizamahmud2283
    @hafizamahmud2283 3 роки тому +1

    woyi kofani dhumanee kkkkk

  • @absdefal3826
    @absdefal3826 3 роки тому +1

    Akumani si jaladhu

  • @fungeeintalaaarsii7651
    @fungeeintalaaarsii7651 3 роки тому +1

    Kkkkk kolfanii dhumnee kaa🤣🤣🤣🤣

  • @almasalemu5487
    @almasalemu5487 3 роки тому +1

    Kkkkkk bayee namati tola

  • @lailaabdalgader1411
    @lailaabdalgader1411 3 роки тому +2

    😁😁😁😁😁😁👍👍👍👍👍

  • @merrytoube8594
    @merrytoube8594 3 роки тому +1

    Hhhhhh ayii balayikahe

  • @bsspkt2003
    @bsspkt2003 3 роки тому +1

    Kolfaan mucuqii 🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤

  • @maalikaaabdiiabdii1675
    @maalikaaabdiiabdii1675 3 роки тому +1

    Kkkkkkkkkkkk

  • @mohamedsaif1699
    @mohamedsaif1699 3 роки тому +1

    ደስሴል

  • @birraabariimedia
    @birraabariimedia 3 роки тому +1

    Sagalee san entu kafala bahaliyakeen yabaqatee

  • @bilsumanhawwe3310
    @bilsumanhawwe3310 3 роки тому +3

    Kkkkkkkkkkkk 😂❤️❤️😭😭👌

  • @مرحبااللهم-ص9ظ
    @مرحبااللهم-ص9ظ 3 роки тому +1

    💕💕💕💕

  • @adoado6413
    @adoado6413 3 роки тому +1

    👍👍👍👍👍

  • @muktharalhayer4950
    @muktharalhayer4950 3 роки тому +3

    Kkkkkkkk 😍😍😍😍😍