❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉 Thank you FIELD MARSHAL OF AFRICA... BIRHANU JUULLA..❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉 YOU ARE THE REAL LIGHT TO THE WORLD OUR FIELD MARSHAL❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉 THE HERITAGE OF OROMIA LONG LIFE🎉🎉😊😊❤❤🎉🎉
Qaanii akkasiif waaqayyo nama hin saaxiliin? Sanyiin ni albaate fuula ishee irraa gadda hammana hin jedhamnetu dubbifama. Kan qbo gane nama ta'ee hin beeku, @badan!?
Maaf Uummatatti Qoostuu Warri Miidiyaa Adaraa Waaqa Sodaadhaa Jarri Galan Nama 3 YKN 4 Hin Caalno maa fokkistu isumayyu mootummaa federaalaa wajjin utuu ta'ee haa ta'u diraamaa kana dhiisaa
Fild marshal birhaanuu ijoole akka isaanii hin laalinaati
Suutuma suutaan galchaa amoo
Kan galchitaniis hin baaraysinaa akka kanhafeleen abdatee galuti
Silaahuu itoopiyaan tuni hin amanamtuutii
Akkasiittii Oromoo dura dhabate Affaan issiitiin ittii hiimuu ketiif baaye,ee gammade ulfaadhuu❤❤❤
Bagaa gamneee oromoo hudikesanii Aadaraa yaa oromoo nagaa nuu busaa motumaa kenyaa jabadhaa maloo oromoo nagaa dhebotee akkaa bishanii
Bire Gotakoo umuriinkee nuuf ha dheratuu dinnikee millakee jala haa galtuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
እኔ የሀዲያ ልጅ ነኝ ኦሮሞ የሀገር ምሶሶ ነው 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
ምሰሶ በቂጥህ ሲከት ይገባሐል!
@@ጠረፍTich koshashoch
ልጥፍ አናሳ ሁልጊዜም ከሄደ ከመጣዉ ጋርነዉ የሚለላላከዉ
አሽቃባጭ ማነዉ የሀገር ምሰሶ ያደረገዉ ሀገር አፍራሺ ናቸወአንጅ
@@LawofGodersish qoshasha
Thank you honorable field marshal!
Dhugaa jirtuu dubadhaa Akanatii
Oromo fi oromiyaa walif galchaa Nagayaa busaa. Dinaa rifachisaa
Horaa bulaa debanaa❤
Love this from Norway
Wawuuu anoo gamachuu koo dangaa dhabee
Saba keyyafii biyya keyyafii nagan hatahuu nufii jiradhaa itamaajoruu ❤❤
Thankyou our Field Marshal for his peaceful speech!
Nagaan isiniif biyya
Keenyaaf saba kamii
Fuu naannoo kamittu
Nagaanyi Haabu'u jabaadha nuuf jiraadha Isin jaallanna❤❤❤❤❤
Warrii akka kiyyati komatii duubisii dhuftan
Bingo..😊😊😮 ../ mee maal Jetii ha dubifnu
Leencoonii hojjiittii jirraan jabadha nii hojjaan oromodha nagahaa tokkummaa
Haayyu jechuun kan waqayyoo kanatti bayyee gammadaa jabadhuu general Biranu
Gammachuu Daangaa hinqabne Gammanneerra Baayyee baayyee Gammachuukoo waanin ittiin Ibsu Nan wollaale
❤Akka seeraatti Mannii Mannii marii ofii beeksiisuu taatii haadhaaf Qaama Nageenyaa Mootummaati Manni Murtii
❤❤ Maasha'Allah Rakkoo feetee waraanni nu duraa yoo shira tayuu taatee
❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉
Thank you FIELD MARSHAL OF AFRICA... BIRHANU JUULLA..❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉
YOU ARE THE REAL LIGHT TO THE WORLD OUR FIELD MARSHAL❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉
THE HERITAGE OF OROMIA LONG LIFE🎉🎉😊😊❤❤🎉🎉
galaata rabii🙏🙏☝☝wantii hunduu guyyaa qabaa,amaas kan hafees rabbitu beekaa,nuuti nagaa barbanaa,wari nagaa jibuu dinaa oromtii🙏🙏🙏
😅😅"Namni waa'ee waraana naa caala beekuu hin jiru "soba ummanni keenya badiiyaa fi magaala iyyuu akka ajaa'ibatti beeka😮
Goota media
Tamasgeen😅😅 haasoftee
❤Etoophiyaan Baga Gammaddee yaa Biyya gootaa
❤❤❤❤❤ baay'ee nutti toltanii
Masallah masallah masallah ❤❤❤
Gaarriidha Garuu 1ffaa isaa achitti hafehoo
Thankyou our Field Marshal for his peaceful speec!
Dhugaadh hiin beekkuu rarraanaa inii ganttudhaa🤸🤸🤸😄😄
Maasha'Allah Mannii Mufti was....
Kanaaf Mannii Murtii Beekunsii Guddaan isin ham dhageenyee Komii Eegumsa kanaaf Marshaal Fildii Biraanu Juulaa Haatii Mootiif Gaaddisaa kanaaf Nageenyii naannoofi hawaasaa Abbaan Alangaa hin arguu hin eegus completed gaafa waraanaa Barnootaa Hiriiraa Haatii
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
Ati enyuu duraa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
F. M. B. J. My hero, Siriidha Gamachuu baayee dhaa!! Whatever it costs please give them to stabilize them please oboo shemales!!! Please adra adra!!
Jaal Sanyiin deemtus bor Jaal Wowwissaatu bikka butii. Gadidu felmachun amma amma hin Eegalee bar Aaddumaa tenyaa 😅😊
❤❤❤ Galatoomaa Taliban Addee Hinseenee Muhammad Maasha'Allah hedduu si al shabab jirtaa Leyte province Galaadha ❤❤❤
Galatoomaa Nageenyiis Gaaddisaa/ulfinaa Addaan nu dhibee Shiraafi Himata Abbooti Alanggaa Hubadhuu online lafa Beekanin inc. Yaanni waraana Eegumsa lafa beellii eegnaa international
Maatii keenyaaf ni Falmannaa Falmannaa cufaa
Fild marshal birhaanuu julaa galatoomaa isin jaallannaa jabaadhaa
Yaa waaqayyoo galata kee kan hafee nuu galchii😮😮😮😮😮
Dabessaa minii jalalaa Dhaka dha
በጣም ደስ ብሎናል ለሰላም በመሰባሰባቹ መንግስትን ልናግዘው ይገባል አልሀምዱሊላህ🎉🎉🎉❤❤🎉
Isaanii sobdanii afanii hin toliinaa wan dubatan tokko hojiitin agarsisaa malee ijoolee waraa galee kan akka bodaa debiitanii akka hin tudhee pils 🙏
yes❤❤❤❤❤❤
Namoonni dur Saamoraa jibbitan amma Fiildi maarshaal Birhanuu gaafa argitan maaltu isinitti dhagahama
kkkk maal firaa jaal Marroonfaa bosona jiruum,Maaf akka hundumti galeetti hafuuftuu?Yoo nagaa barbaaddan Warra Wallagga jiran,Salaalee jiran,Gujii , Boorana,Arsii ,Baalee fi Harargee jiran hundaa Wajjin nagaa buusaa.Fakkeessuun yoomuu nama hinbaasu.
Akkana Kabajamoo Itamaajoor nuu jiraadhaa!❤
Bagaa maqaan shane jettan har'aa WBO jetaan
Miidhaa waraanaa booji'amaa sirna dargii caalaa hin beeknu dhugaa keeti 😂😂😂😂😂
Qaanii akkasiif waaqayyo nama hin saaxiliin? Sanyiin ni albaate fuula ishee irraa gadda hammana hin jedhamnetu dubbifama. Kan qbo gane nama ta'ee hin beeku, @badan!?
Callisi dhudhuuftuu ofii keetii ofitti naqaa jiraatta
Fiild Maarshaal baayyeen sin jaaladha
Galata waaqayyoo ha tahu❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
Fild marshaal birhaanuu juula waaqayyoo isiin haa eebbisu.
Aadaraa yaa oromoo salpnaa kesaa jiraa wali xiqesnee jiraa maloo nagaa nuu haa bu,uu Aatii oromoo BoseeGadii ta,aa nuu kadhaa motumanii nagaa busaa jalaa demtuu nuraa haa dhabatuu akkaa qenii oromoo akkaa baduu barbadaniituu jiraa kan immoo nutuu qanesaa kanafuu Anii bay,ee gamadee gamachuu kenyaa milkii nuu haa ta,uu garuu ergani Anii motumadhaa Dabarsuu ijolee kani akkaa oganaa kenyaa motumaa hojii haa Umuufii jechuu barabdaa Anii sanyii namaa wajin gudatedhaa garuu galii jedhee bay,ee kadhee Aamsii warii Aafanii hin jiruu qamnii motoumaa kessaa naa naa dubisaaa
Yaa OPDO hojiin keessan ውሀ ቅዳ ውሃ መልስ:: Of gowwomsaa jiraatti.
Jelajel
Rabbiin Guddaan naagaa nuu haa buusu guutuu addunyaa irratti!
Badhadhinaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa dubaachufii biraanunii sobonii heduu dhibaa dhugatuu hariikaa bayaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayyee namatti tola. Warri hafanis galuun nagaa osoo nuuf buusanii daraan tola.
Dhugumaa jetee 🥹❤️❤️❤️
Eee dhugadhaa galatoma nuf jiraadha
Efaa tana hubatani maf hangaa hara ustan duba😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
jeneeraliin kuun haamtuu mitii..A/ DHUGAA B/ SOBA C/ DEBIIN HIIN JIIRUU.
Galata waaqa oromo tokko wali gala malo akanatti ❤❤
Bayye nama gammachiisaa
Kijibaan oolanii buluun qaama keessan ta'e yaawarra badhaadhina maaluma siniif godha kijibni
Right ❤
Waliigalite keesanifi Galatoma.
Peace 🕊️🕊️🕊️
😍😍😍😍😍
Ertira biyya Basa biyya balleesa jiruu
Isin malif heddu daraaramtu Ethiophi,a tana maf leliftan
Maaliif wol sobna adaraa Kun dubbii Lola dhaabuun in dandahamu dhiisaa
🎉🎉🎉❤❤
Adara hoggantoota Oromo arsaa kanfalaatii kan bosonatti hafe waliin araara taasisa. Tokko ta'aa Adeemsa keessan ammatiif gudda galatooma. Amma ille hojii guddati isin eeggata. Nageenya itti fufiinsa qabu haa ta'u.
Waliigalteen biraa yoo barbaachise illee nageenya uummatichaaf jecha ishi jedhaa, garaa bal'adhaa, diina muraasa qabna akka sabaatti tokko ta'a
Jara kana deebisanii ijaaruu dubbiin jettu dubbii jabduu dha !
Sanyii galatomi maquma shane sanu warana Adaa bilisuma.oromoti jijirte
Boji'amaan kun dhaadataa Jira moo😭😭😭
Maaf Uummatatti Qoostuu Warri Miidiyaa Adaraa Waaqa Sodaadhaa Jarri Galan Nama 3 YKN 4 Hin Caalno maa fokkistu isumayyu mootummaa federaalaa wajjin utuu ta'ee haa ta'u diraamaa kana dhiisaa
masha Allah
Oduu ammas salphinni keessa ganadha
Hojidhan nu garsisa Afanin hin sobina
Yes🎉
Dhugaa jetee nuu naagaa barbanaa
Warraana warra waraana beeku caalaa warra waraana hin beeknetu faarsa ! 😢
Jelajel- y fano gered
Sagaxee 🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑🐑
❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤
Akkatti Ragaa ufitti baatuuu jarattiin dhumatee dubbiin
Jarri hingalan jechuu dha, namicha machooftuun kun dubbate. Nuti waliif galan seene.
❤❤
👍👍👍👍👍
ulfaadhaa dubbii gaariidha wa'een araaraa.
Yes
❤❤❤❤❤😂
Ati erga waraana beekte gaafa juntaan madfii boojete sana maalif ofirratti albaate kufnaan ambulaansiin sii fuute deemtere?Akka nama afaan ingiliffa beeku alba'uu barbaadda.
Atii biranuu julaa laa abakiyaa bar
Nagaan hundaa calla
Dhuga ketii lenca ko
"OROMOON KAMII?"
Debii jaalii sanyii debiisii
Akuma dur san gotani nilalla
💙💙
Egaa nagenya barbadee maf toko tokon warana qoqoda
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂