Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Haga dandahametti afaan amaaraa kheeysaa dhiisaa. Bichaa ..gzee..shay qixalii 😀😀
Rabbin muca xippo kana haa gudissu gudadhu kun sammu akami pabba garruMashaala hunddi kesan galatoma pali namma🙏🙏💞💞💘💘💞💞💘💘💞💘
Harargee afaan damma nuuf juradha itti fufa dhuga dirama oromo kuta 11 kessa kaa akka ijole hararge na hawatu hin jiruu❤❤❤❤❤
Masha allah isinirra bareede jira
Mashaala mashaala diraman keessaan hedduu namati tollaa jabbadhaa👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gurban xiqan sun dasnama jedhaa heduu taka 💓💓💓
Masha Allah tabaraka Allah hedu taka namati tolaa
kkkkkkkk mucaa xiqqaa sanii maashaallaah namaati tolaa😂😂😙
wawww baay'ee baredaa namatti jabadhaa isaani laachuu wawwwwwwww😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😗😗😗😗😗😗😗😗😗
Wallaahi jechu dhiisi diraama keessatti inni roraas gorsitu suni
Hadu nama happy godha 🤣🎉💐😃❤️😄😄😄😄😄😄
Hhhhhhhhh roras really l love you bay.ee nama kofalichisa dirama kanafi isa gafa niti nama fudhate wooow muciti xiqo kana of bira hin fagesini sin barechiti walhi hhhhhhhhh😁😅😅😅😂😂😂😂
Namatii tolatan Rabbiin umrii kessan nuf haa dheeressuu jabadha umaa too Rabbiin umrii isiin haa kayyuu hundaa kessanuu 😍😍😍😘😘😘😘😘😀😀😀😀
Mashallah Allah mashallah Allah mashallah Allah Daima xiqqaa rabbin is haa guddisu💗❤💖
Mashallah Allah mashallah Allah jabadha bayee namati toltu
Uuufffa sanyiiwana koo bayee namatii tolaa uuuphuuuuuuuuu😘😘😘😘😘😘😘
Mucaa xiqaa kana yeroo tokko tokko nufi dhihesaa bayyee samuu qaba maashaa allah Gudadhuu Uuuuumpaaa
KkkkkkkkkkkkkkkkkKabala gixim Roras koflan dhumne👍👍👍👍👍👍👍
Kkkkkkkk wayyoo gara koo kolfani nuu fixanii jajabadhaa sabakoo 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹💓💓💓
Maloo muca xiqoo sana baay.ee jaaladha jabaadha❤❤❤❤❤❤❤
Masah allah masah allah kkkkkkk🤤🤤🤤🌹🌹🌹❤❤💚💚
dhamaatuun wol geesse😀😀😁😁😁
Kkkkk hedduu tolaan masha lha
maashaa Allh maashaa Allh maashaa Allh maashaa Allh tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha muca xiqishu sani gudadhu
Wly kolfaan nuu fixaan ijoolee jabadhaa bayyee namaa toltuu ❤❤💯👏👏
Wow baye namatti tola jabdhaa
Micaaa heduu dasa naa je'a ❤❤❤💟💟🙆♀️
Mashaa.allaah.tabarkkalaaWallahii.namattii.tolaa
Ijollee Afaran qallo Heduuuu Isin jaladhaa Wolahi ❤😘😘
Roraas maatin ke hundi bayye namatti tola heduu nama buhaarsan jabaadha itti fufaa
Kkkkkk hayii rorasa hojii kee nyaadhuu
Roras tube kana yeroo hedduu nin laalaa garuu akka yaada kiyyatti waan xiqqo sirraayu qabu kanin yaade- hedduu gaarii tahee osoo jiruu garuu diraamaa keessatti tahuuf deemuu akka namni tilmaamee argachuu hin dandeenyetti hojjatamee gariidha._akkataan ittiin nama jalaa dhukatan kan hiriyaan kararratti wal jala dhukattu osoo hin taane jarjara kan hin qabne dhukatiinsa ogummaa tahee gaariidha_bakka dhaabbii nama wajjiin hojjattanii akkataa dawwataa harkisutti tahee gaariidha fkn ,miciyyoo fageenya isinitti dhihoo dhabbattee wal laalaa turtan ,silaa akka kiyyatti mana gad baatee dhabbachuun hin qabdu , isinis fageenya addaa hiiyxuu deemaa itti dhuftanii ,isiinis yeroo mana gadi baate xiqqo akka nama rifatuu taatee akka nama rifatuu tatee waa sisirreeffacha deemti kun amaloota dubraa waan taheef ,achi booda isin fuula duraa fuula keessa laalaa itti dhuftanii ,erga mallattoo barbaadan argitanii bira darbitan booda duuba yaamtanii tahee hedduu gaariidha , kun yaada kuyya Amiiroo hojiin kee hedduu natti tola waan taheefin dubbadheMucaa xiqqaa rabbii haa guddisu daa'immaa keenya akkanatti bilisummaan guddisuun nu biratti hin muldhatu,warra habashaa biratti malee .hedduu galatoomaa
Maa sha allah Ayyoo uuuupp
😂😂😂 mustiyye sirra barede jiraa geele tiyya qaali 😘😘😘
Hhhhhhh😂😂😂Uuuuuyyyiii jabadhaa itii fufaa Bayyee namatii tolaa
Mucaa xiqishuu sani❣❣👍👍
Baayyee namatti tola garuu akkanumatti dheeraa nuuf hojachu yaali👍
Wowow Masha Allah hedduu das jaa'a 😂😂😂😂😂😂😍😍
Uuuuuuffff bayee namtii tolaa🙏🙏🙏
Kkkkkkkkk yaa allah Amir show masha allah da.imaa kan baye namti tola
Wow ijoleee biyaa tiyaaa mash aalllhaaa jabadhuuu
Kkkkkkkkk baay'ee namatti tolaa dhumaraa baay'ee nama kolfisaa maalii yaa garaa koo maalii ijoolee kunii jabadhaa🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤗🤗🤗🤗🤗🤗😗😗😙😙
Jabadha ijoo oromoo
Kkkkkkkkkkk muca xiqa kana namni jalatan lk heduu takka jaladh dhugaa yeroo hunda 💕💕
Kkkkk yaa garaa koo kolfan nu dunee ❤❤❤
wowowowow bayye namati tola muca xiqishu sani nu gudisa please
Kkkkkkk jabaadhaa ijjolle oromo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯💯💯💯
Wwww heduu nama tola jabadhuu roras
Woooooow hedduu namatti tola ❤❤❤❤❤❤
Baga nagyn dhuftan roras tube😍nura turtan malee
Muca xiqaa kan raabbii nuha gudisuu
Jabadhaa bro kiyya
amiir keenyaa! wel come
Aboo garmalee nutti tolee jira roras jabaadhuu itti fufi
Jabadhuu 👍👍👍👍
Awoo numa bareeddi maashaa allah
Gurbaa xiiqaa kana Rabbii haa gudisu. Harmee uufff.
Mucaa xiqaa gudadhuuRorisaa kabalaa Argatee
Das jettuu lammii koo 💓💓💓
Mucaan xiqoo saan baay'een jaaladha rabbiin saa guddisuu hundii keessanuu galatooma kolfaan garaa nuu dhukkubsitaan
Guxmjdwe
Handcuffs
V dkaa
Kkkkkkkkk jabadha bayeen namati tolatu
Amirii kollfan nufixee kkkkkkkkkkk jabadhuu lamii koo bayen isin jaladhaa Linkii sif tuqeraa dhiibaa dhiba 100
Mashallaah Rabiin isin haguudusu Bee took jaaladha
Wow keep it up Ijoollee oro
Hasawaa umataa Harargee kanaa Ananumaa boo akkatii bareduu
masha Allah Tabrklaa rabbii isaa ha gudisu 😂😂😂😗
wwww namaa buhasaa jabadhaa sanyii wani teyaa
Mucaa xiqqaa kana ❤🥰
Diree biyya jalalaaa.uufii harmee akkam das nama jedhuu
Wayoo mucaa Xiqaa san bayyee nama kofilchisaa kkkkkkk maashaa allah
Kkkkkkkkkkkkkk wayi koflam nu fixe rors tubee itii nuu fufaa bayee isin jalana roras
Wowowowowowow masha Allah ijoolee qaqaliiiiii jaladhaa
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk hedu namatii toltan gizee mitii yeroo dhaa jabadhaa👍👍👍👍
Jabadhu ❤️❤️💖💖💖
An baale Loqodni harar keessa kooti!!Jabaadhaa
Kkkkkk roras kolfan nufixe❤💚❤
Uuff wallah gurbaa xiiqoo kana heduu yadee yeroo maraa yadadhaa
Roras jabaadhu qerroof qarree teenya chaanalli kenyarratti qophii Garaagara Isiinif dhihessine jira dawwachuun kessaanii ulfaadha
Roba ❤️😂😘😘😘 bikkan siha gayu
Ikraam Ahmed Ikraamahmedikaa
Muca xiqaa saan jaabessaa rabbi sii guddisu
Mucaa xiqqiishuu san🥰
Ijoollee afran qalloo................
Masha allaha jabadhu
Hhhhhh wwwoww jabaadha ijolleee Oromoo
Kolfan dhuminee kkkkkkkkkkkkkk RORAS itti fufaaa heedduu namattii tolaa
amirow bayye sijadhaa akka nama tokkoti jabadhu
Heduu namati tola Jabadha
Kkkkkkkkk woyoo garaa koo 😁😁
😂😂oso Like irra diddebiyani namaf kennun danddayame sila milona takkan sif kenna turee amir
Roras proud of you 💪💪💪💪💪
❤❤❤pdk9mspzk0
Qalii ijollee oromo bayyen isn jalaan nufii jiradhaaa
لللل
Robaa dafi debi nuborisitee 😄😃
🤝👍
Amir sho I appreciate to bee u new mamber bro well continue more fun
Kkkkkk namati,tollaa🤜🤛💯💔
Kkkkkkkkkkkkk Mucaan diqishuun sun kama koflaati
Kkkkkkkk warraharargee kaana nan jalladhaa dhugaaa
Mucaa Xiqqa kana jabbessi Amir show
Omg the little boy 😂😂😂😂😂😂😂😂😃😃😃😃😃😃😃❤❤❤❤
Kkkk dirama akkas dasii naa.jedhu hin agare itti nuu fufi roras teenya
Kkkkkkkkkk kolfaan nuu fixaannii abboo waayyii mucaa xiqaa sanii hedduu namaa tollaa
Haga dandahametti afaan amaaraa kheeysaa dhiisaa. Bichaa ..gzee..shay qixalii 😀😀
Rabbin muca xippo kana haa gudissu gudadhu kun sammu akami pabba garru
Mashaala hunddi kesan galatoma pali namma🙏🙏💞💞💘💘💞💞💘💘💞💘
Harargee afaan damma nuuf juradha itti fufa dhuga dirama oromo kuta 11 kessa kaa akka ijole hararge na hawatu hin jiruu❤❤❤❤❤
Masha allah isinirra bareede jira
Mashaala mashaala diraman keessaan hedduu namati tollaa jabbadhaa👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gurban xiqan sun dasnama jedhaa heduu taka 💓💓💓
Masha Allah tabaraka Allah hedu taka namati tolaa
kkkkkkkk mucaa xiqqaa sanii maashaallaah namaati tolaa😂😂😙
wawww baay'ee baredaa namatti jabadhaa isaani laachuu wawwwwwwww😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😗😗😗😗😗😗😗😗😗
Wallaahi jechu dhiisi diraama keessatti inni roraas gorsitu suni
Hadu nama happy godha 🤣🎉💐😃❤️😄😄😄😄😄😄
Hhhhhhhhh roras really l love you bay.ee nama kofalichisa dirama kanafi isa gafa niti nama fudhate wooow muciti xiqo kana of bira hin fagesini sin barechiti walhi hhhhhhhhh😁😅😅😅😂😂😂😂
Namatii tolatan Rabbiin umrii kessan nuf haa dheeressuu jabadha umaa too Rabbiin umrii isiin haa kayyuu hundaa kessanuu 😍😍😍😘😘😘😘😘😀😀😀😀
Mashallah Allah mashallah Allah mashallah Allah Daima xiqqaa rabbin is haa guddisu💗❤💖
Mashallah Allah mashallah Allah jabadha bayee namati toltu
Uuufffa sanyiiwana koo bayee namatii tolaa uuuphuuuuuuuuu😘😘😘😘😘😘😘
Mucaa xiqaa kana yeroo tokko tokko nufi dhihesaa bayyee samuu qaba maashaa allah Gudadhuu Uuuuumpaaa
Kkkkkkkkkkkkkkkkk
Kabala gixim Roras koflan dhumne
👍👍👍👍👍👍👍
Kkkkkkkk wayyoo gara koo kolfani nuu fixanii jajabadhaa sabakoo 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹💓💓💓
Maloo muca xiqoo sana baay.ee jaaladha jabaadha❤❤❤❤❤❤❤
Masah allah masah allah kkkkkkk🤤🤤🤤🌹🌹🌹❤❤💚💚
dhamaatuun wol geesse😀😀😁😁😁
Kkkkk hedduu tolaan masha lha
maashaa Allh maashaa Allh maashaa Allh maashaa Allh tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha tabarakallha muca xiqishu sani gudadhu
Wly kolfaan nuu fixaan ijoolee jabadhaa bayyee namaa toltuu ❤❤💯👏👏
Wow baye namatti tola jabdhaa
Micaaa heduu dasa naa je'a ❤❤❤💟💟🙆♀️
Mashaa.allaah.tabarkkalaa
Wallahii.namattii.tolaa
Ijollee Afaran qallo Heduuuu Isin jaladhaa Wolahi ❤😘😘
Roraas maatin ke hundi bayye namatti tola heduu nama buhaarsan jabaadha itti fufaa
Kkkkkk hayii rorasa hojii kee nyaadhuu
Roras tube kana yeroo hedduu nin laalaa garuu akka yaada kiyyatti waan xiqqo sirraayu qabu kanin yaade
- hedduu gaarii tahee osoo jiruu garuu diraamaa keessatti tahuuf deemuu akka namni tilmaamee argachuu hin dandeenyetti hojjatamee gariidha.
_akkataan ittiin nama jalaa dhukatan kan hiriyaan kararratti wal jala dhukattu osoo hin taane jarjara kan hin qabne dhukatiinsa ogummaa tahee gaariidha
_bakka dhaabbii nama wajjiin hojjattanii akkataa dawwataa harkisutti tahee gaariidha fkn ,miciyyoo fageenya isinitti dhihoo dhabbattee wal laalaa turtan ,silaa akka kiyyatti mana gad baatee dhabbachuun hin qabdu , isinis fageenya addaa hiiyxuu deemaa itti dhuftanii ,isiinis yeroo mana gadi baate xiqqo akka nama rifatuu taatee akka nama rifatuu tatee waa sisirreeffacha deemti kun amaloota dubraa waan taheef ,achi booda isin fuula duraa fuula keessa laalaa itti dhuftanii ,erga mallattoo barbaadan argitanii bira darbitan booda duuba yaamtanii tahee hedduu gaariidha , kun yaada kuyya Amiiroo hojiin kee hedduu natti tola waan taheefin dubbadhe
Mucaa xiqqaa rabbii haa guddisu daa'immaa keenya akkanatti bilisummaan guddisuun nu biratti hin muldhatu,warra habashaa biratti malee .hedduu galatoomaa
Maa sha allah Ayyoo uuuupp
😂😂😂 mustiyye sirra barede jiraa geele tiyya qaali 😘😘😘
Hhhhhhh😂😂😂Uuuuuyyyiii jabadhaa itii fufaa Bayyee namatii tolaa
Mucaa xiqishuu sani❣❣👍👍
Baayyee namatti tola garuu akkanumatti dheeraa nuuf hojachu yaali👍
Wowow Masha Allah hedduu das jaa'a 😂😂😂😂😂😂😍😍
Uuuuuuffff bayee namtii tolaa🙏🙏🙏
Kkkkkkkkk yaa allah Amir show masha allah da.imaa kan baye namti tola
Wow ijoleee biyaa tiyaaa mash aalllhaaa jabadhuuu
Kkkkkkkkk baay'ee namatti tolaa dhumaraa baay'ee nama kolfisaa maalii yaa garaa koo maalii ijoolee kunii jabadhaa🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤗🤗🤗🤗🤗🤗😗😗😙😙
Jabadha ijoo oromoo
Kkkkkkkkkkk muca xiqa kana namni jalatan lk heduu takka jaladh dhugaa yeroo hunda 💕💕
Kkkkk yaa garaa koo kolfan nu dunee ❤❤❤
wowowowow bayye namati tola muca xiqishu sani nu gudisa please
Kkkkkkk jabaadhaa ijjolle oromo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯💯💯💯
Wwww heduu nama tola jabadhuu roras
Woooooow hedduu namatti tola ❤❤❤❤❤❤
Baga nagyn dhuftan roras tube😍nura turtan malee
Muca xiqaa kan raabbii nuha gudisuu
Jabadhaa bro kiyya
amiir keenyaa! wel come
Aboo garmalee nutti tolee jira roras jabaadhuu itti fufi
Jabadhuu 👍👍👍👍
Awoo numa bareeddi maashaa allah
Gurbaa xiiqaa kana Rabbii haa gudisu.
Harmee uufff.
Mucaa xiqaa gudadhuu
Rorisaa kabalaa Argatee
Das jettuu lammii koo 💓💓💓
Mucaan xiqoo saan baay'een jaaladha rabbiin saa guddisuu hundii keessanuu galatooma kolfaan garaa nuu dhukkubsitaan
Guxmjdwe
Handcuffs
V dkaa
Kkkkkkkkk jabadha bayeen namati tolatu
Amirii kollfan nufixee kkkkkkkkkkk jabadhuu lamii koo bayen isin jaladhaa Linkii sif tuqeraa dhiibaa dhiba 100
Mashallaah Rabiin isin haguudusu
Bee took jaaladha
Wow keep it up Ijoollee oro
Hasawaa umataa Harargee kanaa Ananumaa boo akkatii bareduu
masha Allah Tabrklaa rabbii isaa ha gudisu 😂😂😂😗
wwww namaa buhasaa jabadhaa sanyii wani teyaa
Mucaa xiqqaa kana ❤🥰
Diree biyya jalalaaa.uufii harmee akkam das nama jedhuu
Wayoo mucaa Xiqaa san bayyee nama kofilchisaa kkkkkkk maashaa allah
Kkkkkkkkkkkkkk wayi koflam nu fixe rors tubee itii nuu fufaa bayee isin jalana roras
Wowowowowowow masha Allah ijoolee qaqaliiiiii jaladhaa
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk hedu namatii toltan gizee mitii yeroo dhaa jabadhaa
👍👍👍👍
Jabadhu ❤️❤️💖💖💖
An baale Loqodni harar keessa kooti!!
Jabaadhaa
Kkkkkk roras kolfan nufixe❤💚❤
Uuff wallah gurbaa xiiqoo kana heduu yadee yeroo maraa yadadhaa
Roras jabaadhu qerroof qarree teenya chaanalli kenyarratti qophii Garaagara Isiinif dhihessine jira dawwachuun kessaanii ulfaadha
Roba ❤️😂😘😘😘 bikkan siha gayu
Ikraam Ahmed Ikraamahmedikaa
Muca xiqaa saan jaabessaa rabbi sii guddisu
Mucaa xiqqiishuu san🥰
Ijoollee afran qalloo................
Masha allaha jabadhu
Hhhhhh wwwoww jabaadha ijolleee Oromoo
Kolfan dhuminee kkkkkkkkkkkkkk RORAS itti fufaaa heedduu namattii tolaa
amirow bayye sijadhaa akka nama tokkoti jabadhu
Heduu namati tola
Jabadha