What a beautiful music ❤️💯‼️✅ my beautiful people on this earth. I pray the lord revenged your enemy ‼️✅ it is enough they spilled our blood fro many years::
Wow Wallagaa koo Sanyii Jaal maroon Sanyii Baqalaa G Sanyii JAWAR M Sanyii Hamza B Sanyii Dr marara G Sanyii Dr lammaa M Sanyii ABO Shanee Sanyii Jaal Abdii L Sanyii Qeerroo Sanyii Qaarree Sanyii foollee Haleeli Sanyii Abiyoti kasayee biyyaa baleesii
Wow sirbaa ajjaa'ibaatii Oromoo tiiyyaa malii like godhaa video kana
I’m from Tigray, Ethiopia love Oromo/Wallaga music😍🥰
Wowowowo bayyee tokoo nammaatti tolaa zarii Aaceekoo wallaggaakoo Jabadhuu 👌👌👌👌👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏
woooooooooooooooooooooooooooooow baayyee namatti tolaa sirba wa;llaga kootii nu yaadachiistanii qaxalee ijollee begiikoo
Haren hin boqate saren jella ramba👍👍👍👍👍👍 akkasi korme koo itti himime💯💯💯💯💪💪💪💪
Haleelu erga
na feete
kan dhugaa kotti ceete!
Amazing!!jabaadha!
Woww qaxalee kenyaa itti muddii heddu namatti tola 💝💝
Jabadhaa oromo tiyya isinin bonna 💪 ❤️ ❤️
thank you for the title - New Oromo music
Sanyii koo ilmaa Oromoticha nuf jiradhuu lencaa koo 😍😍😍😍😍 shanii ayyaan kenyaa 👌👌👌😍😍 oromoo like mee
Jabbadhu Lallisaa
woow laloo koo baayyee hojii bonsaa hojjetteem 1ffaadha
Wawuu ye qashti.lij ye oromoo lijoch
Qashtikoo.like godhamee
Woooow ijolee keenyaa heeduu baredaa itti fuufaa olishaa keenyaaa
Jabadhuu jabaa koo sii woliin jiraa
Haaleluuu. Haaleli kaa likii robsaa ka 😮 tokkofa dha👏🏾
Baay'ee bareeda itti fufii
Galatoom ♥️💚♥️
Hallellu ❣❣❣ gallatomiii jabadhuu itti fuufiii
Bayee baredaa jabadhuu
aabbee baayyeen sitti gammade! baaayyee hojjette jabaadhu ammas skan biraa kan aadaa keenyan dhokate nuuf baastun sirraa eega jabaadhuu hojii kee itti nuuf fufi
jabaa koo dhugaa it is indegenous wallagga culture!
Woow woow what an amazing oromo music a new star is in town
Wowow jabaadhu goota oromoo koo❤️💚❤️🙏🙏🙏💪💪💪
Wowowowo jabadhuu qeerroo oromoo Koo keenyaa 😻😻❤💚❤✊✊💪💪💪
muuziqaa baay`ee namatti toluudha,galatoomi,jabaadhu........its loved.
Lalooko tokkoffaadha💗
Sirbaa ajjaa.ibaatii👌👌👌👌
Woww baay'ee bareeddadha jabaadhu
Sirbaa wallaggakoti like 👍 😍 ♥ godha ijollee oromo
Ijolee begii kotii🥰🥰🥰
Wel done hojii bareedaadha😍😍
Siriba Aja'ibaati wly Jajabadhaa Jajjabewaan Ilmaan Abbaa Gada❤💚♥️👍
Wwwwwooo heddu namatti tolaa ❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍
Wow wow waan ofii amazing Oromo Music very colorful
jabadhuu obboleso
Bayyee bareeda Sanyiiko naaf jiraadhu.
naan baadakee waayooooooo of gidduu naa busaa maaloo qoomoo koo bayyee issin jaalanaa
Amazing music with powerful message!!! Bulaa qeerransoowwan keenya!!!!!!!!!!!Haleeliiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii!!!!!!!!!!!!!!!!!\
Straight From Begii 💪🏾💪🏾
How do you verify that it is straight from Beegii ? Why not from Mendi, Gidami, Matakkal or where else ? Nagaadhaan, from Gaara Arbaa !
Wowwowwow andegna maroch abo bartaa gobaz
Haaleluu ❤💚❤
Haalelaa ijole Begishaa🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁🦁
Jabaadhuu sifaan jira
Jabadha oromo koo
Nice music Lalo. keep up the good work.
Ijolleen wallagaa inuma natti tolu ❤💋
💪Haleeluu👍❤️💚❤️✊✊✊✊
@@MubeManagerTube Tole maatii ta'eera
Jabadhuu Jajjaabee koo 💔💔😍😍❤️❤️
goota oromoo bayyee bayyee bareeda jalaadhera
Wow bayee namaattii toollaa jabadhuu
Oromo koo jabaadha
Wow.. jajjabaadhaa oro koo!
Halelii biqee hadhaa ishee. ..
HALEELUU baayyeen jaalldhe dhugaa sirba kana
Jabaadhu. ❤️💚❤️🙏
Woooow ijollee biyyaa kooti
Akkana jabaadha
nama boonsituun❤️
Jabbadhu
Jabaadhu ilamaa lammii
Sirba bareedaa 😍😍
Wwwwwwwooooooo ❤💚❤💚❤💚❤💚🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ijolee begii kottii hundhuu hadhoo kottim
Oromoo koo❤💚❤💚❤💚
Ajjahibaam laloo baayyee bareeddadham
Wallee hedduu nama hawatu galatomi
Jabadhaaa qomoo koo❤❤💚💚❤❤❤
wowowowowo.bayye.bareda.❤❤❤❤❤❤👌👍
Good jobs i like it
Wowowowo 💙💙💙💚❤💚❤💚❤💚💚🤙💪💪💪qeeroo ko itii muudii
Jabaa koo jiraadhu diinni kee yaa buqqatu oromiyaa keessaa
Bayye namatii tola nuf jiradhu gotta koo 💪💪💪💪💪💪💪💪💪🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌲🌲🌲🌲💐💐💐💐🥀🥀🥀🌺🌺🌴🌴🌳🌳🍀🍀☘️☘️🌿🌾🌾🌸🌸🌸🌼🌼🏵🏵🏵🏵
Bayyee namatti tola
Jajjabeekoo qomokoo
Baay'ee toleera......
No 1 የመጀመርያ ስራ አይመስልም ሌሉ በርታ የጀግኖቹ ተተኪ ነህ
Quben katabi
Bayee tola jaabadhu lencaa koo
Jaabadhu Leencaa keenya sicinaa jirraa tolee isodaatin🖤♥️🤍💪💪💪💪💪❤️❤️❤️💚💚❤️❤️❤️💯👁️👁️👁️👁️👁️qaroo keenya isin
Haaleli!!!! Walumman jirra! Haleelu??
Woooow ❤❤❤❤❤
What a beautiful music ❤️💯‼️✅ my beautiful people on this earth. I pray the lord revenged your enemy ‼️✅ it is enough they spilled our blood fro many years::
OMG wallaggaa koo
waan koo ❤💓
Gaxalee dhiiraa sanyii laggasaa wgi
Bayee namtii tolaa
I 💕 Wallaga songs! This song is🔥🔥🔥🔥
not only for wallagga for all Oromo ❤❤❤❤❤❤
Sirba aadaa wallaggaa baayee bareedaadha isuma durii dana yaadadhe horii buli gurbaa
Jabadhu ilm orokoo
Nafiiii
Wallagg koo❤❤❤❤❤❤❤😂🎉😂😂🎉
Wowowow ❤️💚❤️✊
🔥🔥🔥🔥
Wow, amazing 😍😍😍
Wowowow
Wow I love it
Thanks All ❤️
good job
Oromoo koo Bilbilaa qabdaan maraan itii hirmadhaa subscribe godhaa fii
Wow❤❤
Wow Wallagaa koo
Sanyii Jaal maroon
Sanyii Baqalaa G
Sanyii JAWAR M
Sanyii Hamza B
Sanyii Dr marara G
Sanyii Dr lammaa M
Sanyii ABO Shanee
Sanyii Jaal Abdii L
Sanyii Qeerroo
Sanyii Qaarree
Sanyii foollee
Haleeli Sanyii Abiyoti kasayee biyyaa baleesii
Nuuf jiraadhu sabbonaa keenya
Sanyiii leencaaa
Beat songs!