Ka'ii Waaqakee waammadhu|| Luba Tafarii Amantee
Вставка
- Опубліковано 24 лис 2024
- This is Ifaket Media Channel 🔥 Don't forget Subscribe
Yaada qabdan comment jala nuuf ka'uu hin dagatiinaa!
#new #etvnews #seifuonebs #duet #afaan_oromoo #ebsnews
#etvnews #gospelmessage
Waaqayyoo bara jirenya keessani haa eebbisu.
Waqayyoo barakeessaan haa ebbisuu nama waqayyoo barumsii kessaan baay'ee gaaridhaa jabadhaa itti fuffaa
Ameen waqayyo goftan sinaa ebbisu ebbifama ❤
Ameen🙏🏽waaqayyoo isin haa eebbisuu !
Ammeeeeeen dacha ebbiffamaa ❤❤
Ameen AMEEEEEN Ebbifamaa ❤❤❤❤❤🎉
Gaarii ture utuu dhaabbatani barsiistanimmoo baay'ee bareeda
Ameeeeen ebbifama
Ebbiffamaa nama waqayyoo ayyaani fi hubbanaa kaan caalu sif haakennaamuu gaaru nu jalaa gababsitaan maale hin kuffamuu mdubbichaatu
Dhugaa dubbachuuf lallaba abbaa keenya kanaa dhimminee waan eegnuuf itti nuufaa fufan
❤❤❤
Adaraa keessan tajaajila keessan addaan hin kutiiina::
Baay'ee Namaatti tola Adaara addaan hin kuttina