Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Inshaa Allah hayyama rabbiitiin karoorri kee galma haa gayu jawwee keenyaa ❤❤❤
Insha allh rabbiin yaada murada ke galman siha gahu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wel come lion of oromia❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jawer Mohammed is good Leadership for all East coast Africa
Jawee myking bro ❤❤❤❤❤
Thank you so much
Gurbban diiman hin danddahama ❤
King 🤴 jawar mohamad ❤
Jawee my king habibii ❤❤❤
Well come daddishuu
Very good
JJ❤❤❤💪💪👍☝️❤❤JJ
Jawwee kiyyya naf jiradhu ❤❤❤
Imaamata moo sabaata jawar kenya
🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪💪
Nuf jiradhuu
Abdidhaansi'ena'jawar
❤
itti cabsi jawweeko❤
Sobduu gafiin umar usulleyman maf kuttee
Jawee ko
Gaafii umar suleyiman omn maa karatti cufess
😂😂😂 hin deebi'eene maa
Gorsi kiyya1. Siyaasni kamuu gurmaahuu gaafata, qofaa deemuun milkaayun fagoo taati. Kanaaf dura gurmuu haayyotaa tolchuun dirqama.2. Bara mana hidhaatii Jawaar bahe nagaa buusaa jennaan, diasporan didee qabsoo hidhannoo WBOn gegeessu deggeruun bu'aa amma jiru argamsiise jira. Bu'aa kanaaf beekamtii guddaa kennuun dirqama.3. Mirga Oromoon barbaadu, hanga biyya ofii ijaarachuu inni jedhu, wanta irraa dhaabbadhaa jedhame gorsi itti kennamu osoo hin taane booda kan ummatni Oromoo irratti marihatu ta'uu beekun dirqama. Kanaaf dhimma akkanaa boruuf bulchanna malee irraa hin maqnu.4. Hanga yoonaa ummatni waan callise hin qabuu, qerroon bosonatti seentee qawween falmaa sababaa jirtuuf deggersa jabaa gochuun injifannoo waraanaa fi siyaasaa naamusa guddaan dabaalame addunyaan beekamtii kenneef galmesisaa jira.Kanaaf, bu'aa guddaa yeroo gabaabaatti argamsiisuf tooftaa fi adeemsa injifannoo ummataa kana utubu dalaguun dirqama tahuu hubachuun waan gaari. HBD. 20:23
Inshaa Allah hayyama rabbiitiin karoorri kee galma haa gayu jawwee keenyaa ❤❤❤
Insha allh rabbiin yaada murada ke galman siha gahu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wel come lion of oromia❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jawer Mohammed is good Leadership for all East coast Africa
Jawee myking bro ❤❤❤❤❤
Thank you so much
Gurbban diiman hin danddahama ❤
King 🤴 jawar mohamad ❤
Jawee my king habibii ❤❤❤
Well come daddishuu
Very good
JJ❤❤❤💪💪👍☝️❤❤JJ
Jawwee kiyyya naf jiradhu ❤❤❤
Imaamata moo sabaata jawar kenya
🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪💪
Nuf jiradhuu
Abdidhaansi'ena'jawar
❤
itti cabsi jawweeko❤
Sobduu gafiin umar usulleyman maf kuttee
Jawee ko
Gaafii umar suleyiman omn maa karatti cufess
😂😂😂 hin deebi'eene maa
Gorsi kiyya
1. Siyaasni kamuu gurmaahuu gaafata, qofaa deemuun milkaayun fagoo taati. Kanaaf dura gurmuu haayyotaa tolchuun dirqama.
2. Bara mana hidhaatii Jawaar bahe nagaa buusaa jennaan, diasporan didee qabsoo hidhannoo WBOn gegeessu deggeruun bu'aa amma jiru argamsiise jira. Bu'aa kanaaf beekamtii guddaa kennuun dirqama.
3. Mirga Oromoon barbaadu, hanga biyya ofii ijaarachuu inni jedhu, wanta irraa dhaabbadhaa jedhame gorsi itti kennamu osoo hin taane booda kan ummatni Oromoo irratti marihatu ta'uu beekun dirqama. Kanaaf dhimma akkanaa boruuf bulchanna malee irraa hin maqnu.
4. Hanga yoonaa ummatni waan callise hin qabuu, qerroon bosonatti seentee qawween falmaa sababaa jirtuuf deggersa jabaa gochuun injifannoo waraanaa fi siyaasaa naamusa guddaan dabaalame addunyaan beekamtii kenneef galmesisaa jira.
Kanaaf, bu'aa guddaa yeroo gabaabaatti argamsiisuf tooftaa fi adeemsa injifannoo ummataa kana utubu dalaguun dirqama tahuu hubachuun waan gaari. HBD. 20:23