Розмір відео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показувати елементи керування програвачем
Автоматичне відтворення
Автоповтор
Jabaadha Dhaloota Sammuun qaraa Ayyaantummaan warra keenyaa hundayyuu ni injifachiisa.
Keenyumaaf deemna; keenyumaan deemna. Jajjabaadhaa !!
Hojii bareedaa! Ayyaantummaan warra abbaa Oromoo isinirraa haa jaalatu kanumarra jabaadhaa!
Jabeessaa!
Baga dhuftan🙏🙏🙏🙏
Baga nagan dhuftaan
Fayyaa nuufi ta'aa
Oromoo jabaadhaa! %100
Ayyaantummaan Warra Abbaa Oromoo dhaloota isaani bira haa jiraatu!
Anaa dhufu
Isinirra haajaalatu🙏🙏
Of ta'an wal ta'an, wal ta'an abbaa waan ofii ta'an. Baga of taane; baga wal arganne....jabaadhaa!!
Baga isin qabaanne!
Fayyaa ta'a, uumurii dheeradhaa, manguddoota, Ayyuu Oromoo bagaa isiin qabaanne
Jabaadhaa
Warruma jiruuf jireenya Oromoo san dhaloota hubachiisuu ta'a. Isiin faana jirraa jabaadha
Ayyaantummaan Warra Abbaa Oromoo isiin Walin haa ta'uu!
#Gadaan gaaddisa sabaati!
Fayyaa ta'aa!
Hojii bareedadha!
Hojii akka Ajaa'ibati...Ogeessonni ulfaadha.
Haalan namatti tola. WAO hamtuufi gaarii quba nurraa yaa qabaatan.
Dhaloota waan isaa baree!
Hojii bareeda isin irraa haa jaalatu.Ofta'an walta'aan walta'aan waan abbaa ofi ta'u
Hayyee
Dookumantarii oromoon hundi daawwachuu qabuudha
Hanga geenyuu reefu argaa jirra. Baga Oromoo taane. Hojii bareedaadha.
Heedduu namatti tola !Hundaafuu Ayyanni warra Abbaa Oromoo dhaloota keenya bira haa jiraatan!
Seenaa taatee nuuf Haa teessu.
Warra keenya yaadachuun dirqama.
Jabeessa
Wanti kamuu of ta'uu duubatti hin deebisu imalli itti fufa hojii bareeda jabaadhaa
Hojii namni kamuu daawwachuu qabu. Isinirraa jaalanne
Hojjii bareedadha namumma waan ofii hojeete itti jiraatu ayyaantumaa warra abba oromoo nuu yaa taasiisuu fayya ta, a
Bagaa oromoo irraa dhalaane ......milkuma kan keenyaa!!
Hojii bareeda
Gadaan Gadadoo Gadaa Jaarraan nu dhaalte Dhabama nurraa haa godhu!.Jajjabaadha!.
Waan bareeda sochiin Galmoonni keenya taasisaa turan waan nama Onnachisa.
Namootni dookumantarii bareedaa kana hojjettan galatoomaa
Taate itti jabeessaa!
Dhaloonni ofta'ee, walta'aa, yoo walta'ee immoo abbaa waan isaa ta'an kanuma baga oftaanee waltaane.
Baay'e gaaridha hojii bareeda
Waaqeffannaan keenya haqaaf dhugaan hinbadinii yaa waaq nundagatinii
Isinirra jaalanne ayyaantummaan warra Abbaa Oromoo isin irraa haa jaalattu!Of ta'uu haa mootu!
Leel Bagaa DebiineeGuyyatuu Nu Debiisee
Dhugaan haa mootu!!
Dookumantarii dhaamsaa fi ergaa jajjaabaa qabu kana sirnaan walitti qabdanii,dadhabbii fi nuffii tokko malee dhaloota keessan biraan waan geessaniif galatoomaa!
warra koo warra jaalalaaf nagaa kan nuti dabduu teessee dhagaa haa taattu
fayyaa dahaa ..! dhugaan hin baddu gaafa tokko..
Bagaa sabaa sagaanta qabuu taanne
Waaqeffannaan keenyaa haa dhugaan hin badinii Yaa waaq nu dagatin...!..
isaan furmaata haa keennan
Leeeel waan dhaloota hojaachuun nama boonsa Baga warra keenya arganne.
WHAW⚫🔴⚪
Nuuf jiraadha umriin keessan haraya
Bu'aaba'ii kamuu buunee baanus Galmi Warra Abbaa Oromoo deebi'ee ijaaramaa jiru milkii guddoon ni xummuramu
Uf ta'an Wal ta'an , Wal ta'an abbaa waan ufii ta'an..! Hunduu akka darbu ni beekna
Bagaa irraa milkoofnee milkiin olumaa
Leeeeel Leeeeel Leeeeel Leeeeel Leeeeel ❤❤❤❤❤❤
Waan dhalootaf hin taane dachiin gurraachotaa hin baatin!
Leel
Leel jechuun 'Waaqni Nuuf Arge' jechuun gammadchuu isachuu dha.
Adduma. Jajjabina
Irraa yoo nu dhiibanis hin bira jirra
Leeeeeeeeel 🙏
Rabbi karaadhuga isiniti hagarsitu
umuriin haarawaa
Amantindhuga islaamummadha
ofta'uu ....
baaye namatti tola
Jabeesa
Jabaadha Dhaloota Sammuun qaraa Ayyaantummaan warra keenyaa hundayyuu ni injifachiisa.
Keenyumaaf deemna; keenyumaan deemna. Jajjabaadhaa !!
Hojii bareedaa! Ayyaantummaan warra abbaa Oromoo isinirraa haa jaalatu kanumarra jabaadhaa!
Jabeessaa!
Baga dhuftan🙏🙏🙏🙏
Baga nagan dhuftaan
Fayyaa nuufi ta'aa
Oromoo jabaadhaa! %100
Ayyaantummaan Warra Abbaa Oromoo dhaloota isaani bira haa jiraatu!
Anaa dhufu
Isinirra haajaalatu🙏🙏
Of ta'an wal ta'an, wal ta'an abbaa waan ofii ta'an. Baga of taane; baga wal arganne....jabaadhaa!!
Baga isin qabaanne!
Fayyaa ta'a, uumurii dheeradhaa, manguddoota, Ayyuu Oromoo bagaa isiin qabaanne
Jabaadhaa
Warruma jiruuf jireenya Oromoo san dhaloota hubachiisuu ta'a. Isiin faana jirraa jabaadha
Ayyaantummaan Warra Abbaa Oromoo isiin Walin haa ta'uu!
#Gadaan gaaddisa sabaati!
Fayyaa ta'aa!
Hojii bareedadha!
Hojii akka Ajaa'ibati...Ogeessonni ulfaadha.
Haalan namatti tola. WAO hamtuufi gaarii quba nurraa yaa qabaatan.
Dhaloota waan isaa baree!
Hojii bareeda isin irraa haa jaalatu.
Ofta'an walta'aan walta'aan waan abbaa ofi ta'u
Hayyee
Dookumantarii oromoon hundi daawwachuu qabuudha
Hanga geenyuu reefu argaa jirra. Baga Oromoo taane. Hojii bareedaadha.
Heedduu namatti tola !
Hundaafuu Ayyanni warra Abbaa Oromoo dhaloota keenya bira haa jiraatan!
Seenaa taatee nuuf Haa teessu.
Warra keenya yaadachuun dirqama.
Jabeessa
Wanti kamuu of ta'uu duubatti hin deebisu imalli itti fufa hojii bareeda jabaadhaa
Hojii namni kamuu daawwachuu qabu.
Isinirraa jaalanne
Hojjii bareedadha namumma waan ofii hojeete itti jiraatu ayyaantumaa warra abba oromoo nuu yaa taasiisuu fayya ta, a
Bagaa oromoo irraa dhalaane ......milkuma kan keenyaa!!
Hojii bareeda
Gadaan Gadadoo Gadaa Jaarraan nu dhaalte Dhabama nurraa haa godhu!.
Jajjabaadha!.
Waan bareeda sochiin Galmoonni keenya taasisaa turan waan nama Onnachisa.
Namootni dookumantarii bareedaa kana hojjettan galatoomaa
Taate itti jabeessaa!
Dhaloonni ofta'ee, walta'aa, yoo walta'ee immoo abbaa waan isaa ta'an kanuma baga oftaanee waltaane.
Baay'e gaaridha hojii bareeda
Waaqeffannaan keenya haqaaf dhugaan hinbadinii yaa waaq nundagatinii
Isinirra jaalanne ayyaantummaan warra Abbaa Oromoo isin irraa haa jaalattu!
Of ta'uu haa mootu!
Leel Bagaa Debiinee
Guyyatuu Nu Debiisee